ANAAF QABDA KARAA : TAYE BAQALA

  Рет қаралды 227,091

WAKJIRA TUBE

WAKJIRA TUBE

Күн бұрын

Пікірлер
@ayananegera1424
@ayananegera1424 2 жыл бұрын
jireenyi gaafa anaaf maatiikootti ulfaatu faarfannaa na jajjabeessuusidha hundisaa darbee guyyaa gaaf tokko ittiin dhugaa nan ba'a amen
@Fufaa823
@Fufaa823 4 ай бұрын
@YonasDebelo-qn7km
@YonasDebelo-qn7km Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@YonasDebelo-qn7km
@YonasDebelo-qn7km Ай бұрын
Comment keemmo hin dagatiin asumatti dhugaa bahuu qabdda.
@BelayneshBero
@BelayneshBero 3 ай бұрын
Furtuun waan hundumaa Waaqayyo si harka Iji kee waaqayyo waan dhokote ni arga Dhaabbadheen si eega Diinoota walakkaa,na gargarii kaa.Ameen! Na gargarii kaa.
@bayisanugusa8893
@bayisanugusa8893 7 жыл бұрын
wooooowww Taayyee Baqqala farfannaan kee kun yeroo hunda dhaggeeffatamee hin quufamu. Gooftaan si haa eebbisu. hin badiin dabalii nuuf faarsi ammas. sagalee qabbanaa'aa qabda. farfaannaan kee hunduu natti tola.
@obsaamante2599
@obsaamante2599 7 жыл бұрын
bara 1994 farfannaasa kan sagalee qofaa yeroon dhaga'e bay'ee nan jalladhe;ammammoo bifa kan nuuf dhiyaate jira. bay;ee itti eebbifameere.Guddinnikee ittuma haafufu.waaqayyo humnaaf jabina siif haa kennu.
@yordimuleta2975
@yordimuleta2975 7 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuufffffffffeeeeeeeee waqayoon kooo sii yaa ebisuuuuuu!dhabadheeen siii egaaa dinotaa walakaaa!!!! Ayanii waqayooo sif yaa dabalamuuuuu farfata Tayeeeeee!!!
@ababbeechwirtutt8863
@ababbeechwirtutt8863 7 жыл бұрын
Kan enyuf hingalee naf qabda Kara!!!!!!!! Eyee Waqayyoo Kara enyu Hin benne Kara banee Naman isaa darbasaa bakka yadefi bakka hakekke kan Naman ga'uu dubii afan isaa keesa ba'u qofa 🛥📖📖📖📖📖📖📖🔦🔦🔦🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@ababbeechwirtutt8863
@ababbeechwirtutt8863 7 жыл бұрын
Uuuufffffeeee kana Waqayyoo Kenya essa jiraa maqa isaa bara bara bara bara baran olol hajedhu male 🙏🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📖🎤🎤🎸🎸🎷🌹🌹🌹🌹🌹
@lensaterfa6206
@lensaterfa6206 7 жыл бұрын
Ijji waaqayyoo hunda arga, Amen! Dachaa dachaa eebbifami obboleessa keenya🙏
@gannatigosaa1018
@gannatigosaa1018 6 жыл бұрын
anfa qabadaa karaa abbaa koo aleluuyaa ebbifamii ayyanii isaa dachaa siratii yaa dhagaaluu
@dinqedassaallenyiduresa7170
@dinqedassaallenyiduresa7170 7 жыл бұрын
Ameen uufffeee ulfaadhu waaqayyoo kan enyuuf hin gale anaaf qabda karaa ni walqixxessita taba isa na duraa 😢😢😢 waaqayyoo gutumaa baraake haa ebbisu ebbifamii
@tilahunbizu23
@tilahunbizu23 6 жыл бұрын
Farsaa bareedaa ijoollummaa kotiin dhagaye ammaa garuu barbaachaa meeqaan argadhee dha. Waqaayyoon isaa haa ebbisuu
@ambassadorofchrist6372
@ambassadorofchrist6372 4 жыл бұрын
Faarsaa kana yeroon dhaggeeffadhu imimmaan koo qabachuu hin danda’u Eebbifami Far Taayyee
@obseadugna2190
@obseadugna2190 7 жыл бұрын
Ammeen Ammeen Eebbifamii Goftaan sii haa Eebbisuu daachaan
@hawahawa2475
@hawahawa2475 14 күн бұрын
Ammeen ammeen Ebbifaamaa Ebbifaamaa dachaa dachaa the first ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@EebbaaTOlii
@EebbaaTOlii 7 жыл бұрын
Faarfannaa baay'ee namatti toludha Waaqayyo guddaa si haa eebbisu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@habtamuwakgariofficialtube6588
@habtamuwakgariofficialtube6588 7 жыл бұрын
woooow Taayyee nama waaqayyoo baay'ee namatii tola bagan ijaan argee,gurraanis dhaga'e faarfannaa kee baay'een jaaladha itti fufi waaqayyo si gargaaraatii!!!
@genetiyob7893
@genetiyob7893 7 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameeen ameen ameen ameen ameen Gooftaa Koo Dachadachan Saa Eebisuu .Asefa Waaqayyooo Eebbaa dhuma qabne saa eebisuuuu
@nuresamerga9821
@nuresamerga9821 2 жыл бұрын
Faarfannaa Kanaan Bayyee Eebbifameera, Obboleessa koo Baga kan Waaqayyoo taate, Baga Obboleessa koo taae!
@seenaa.tasammawogeri8054
@seenaa.tasammawogeri8054 7 жыл бұрын
amen ebifamii oboleesa kenyaa amen dhugaa kan enyufi hin gale anafi qabda amen ebifamii
@shantameegammada938
@shantameegammada938 7 жыл бұрын
Amenn Amenn Waaqayyoon baraa kee hundumaa haa ebbisuu100:100%%%%%%%%!!!!!!!!!!
@ayanifekadu3491
@ayanifekadu3491 7 жыл бұрын
Ooooooooo waqayyo kan eenyuf hin galle Kara qabda yesu kabajamii ebbifami dachaa
@QataaNufBariesaaamen
@QataaNufBariesaaamen 6 жыл бұрын
uuuuuuuuuuuuuuffffff dhabaden si egaa dinota walakka.karaatti hin habistu sanyi ani facasee.Ammeeeeen erga koti Ebifama
@BontuAlemayehu-bw7oh
@BontuAlemayehu-bw7oh Жыл бұрын
kan eenyuufuu hin galle anaaf qabda karaa i cant stop admiring this lyricic
@dejeneabdissa4272
@dejeneabdissa4272 7 жыл бұрын
...long, long, very long memory in late 1990s when i was traveling through Begi+Bambasi+Asossa.....ohhhh waqqayyooo! God bless you Taye&now listening when travelling through Germany😘😘
@alqahralmahr3350
@alqahralmahr3350 6 жыл бұрын
Dejene Abdissa G
@chaltubulula1776
@chaltubulula1776 3 жыл бұрын
ameee ameee ameee ameee ameee
@biqiltuuogarumaa9434
@biqiltuuogarumaa9434 7 жыл бұрын
farfaata Kenya tayee baqaala waqaayo saaebisuu ebifaami
@kabetoabedisa5037
@kabetoabedisa5037 7 жыл бұрын
AMEEEN AMEEEEEEEN DHABADHE SII EGAA IDDOO ATI NA DHABDEE GOFTAAAA
@YonasDebelo-qn7km
@YonasDebelo-qn7km Ай бұрын
Farffannan dhaggeffachaa guddadhe🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉.
@kindatawil9517
@kindatawil9517 7 жыл бұрын
Ameer eyyeee hin haafu ani ati naaf yaade! Eebbifamii obboolesaa ko!
@obse1975
@obse1975 4 жыл бұрын
Ufffffffffff Ameeeeeen ebifaami faffaanan bayee jaaladhuudhaa dhugaa uuuuuuuuuuuuuuu
@nurituuwaaqee4909
@nurituuwaaqee4909 6 жыл бұрын
uuuuuffffeeee Ameeeen ameeeeeen ebbifaama maati waaqayyoo.
@daroalamudubaayiiirraaabud2856
@daroalamudubaayiiirraaabud2856 7 жыл бұрын
Eeeeeeeeeeeeeeeee Ameeeeeeeeeeeeeeen ebifaamii Baay'ee namaati tolaa faarfannaan kee 💕💕💕💕💕💕🎵🎵🎶🎶💒💒🌷🌷
@mulatuabera6546
@mulatuabera6546 7 жыл бұрын
Taayyyuushaa eebbiffami baay,een si jalaadha
@ababachfayera826
@ababachfayera826 5 жыл бұрын
Nama dibataa eebbifami barri kee jireenyi kee haa eebbifamu
@rabira100
@rabira100 7 жыл бұрын
uffee gooftan maaccaa si haa ebbisuu Taayyee hedduun sijaaladha
@boontuugelaa278
@boontuugelaa278 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ayyaannaa kanaa caluu isanif haa bay'isuu
@mosisaboja607
@mosisaboja607 4 ай бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu;faarfannaan kun anaaf raajii amma naaf raawwatame ture:naannoo bara 1999 teeppiitti sagantaa bultii waldaa mkc Gabaritti dhaggeeffanne laphee tuqe .
@rahelkefeni5549
@rahelkefeni5549 4 жыл бұрын
Baay’isee si haa ebbisu goftaan!
@robelsolomon5536
@robelsolomon5536 5 жыл бұрын
Ameen Ameen ! Gooftaan si haa eebbisu nama Waaqayyoo!
@AbbeeTaariku
@AbbeeTaariku 7 жыл бұрын
Ameeen ameeen Ameeen ameeen Ameeen ameeen Ameeen ameeen Ameeen ameeen! Eebbifamii dachaa
@nuuhiikakuuqabnaawaaqayyoo5723
@nuuhiikakuuqabnaawaaqayyoo5723 7 жыл бұрын
kan enyuufu hingalee anaf qabda kara nii waal qixeesitaa tabasanaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@DesalegnYadeta-pc9qy
@DesalegnYadeta-pc9qy 4 ай бұрын
Kan eenyuuf hin galee anaaf qabda karaa ameeeeeeeeeeen
@regassaduressa4289
@regassaduressa4289 7 жыл бұрын
Waaqayyo sihaa'eebbisu obboleessa ko!
@tiakolbi1129
@tiakolbi1129 6 жыл бұрын
Ameeeeeen wakayoo seef haa eebbisu 💒💒❤️💕
@nourhobeika3334
@nourhobeika3334 7 жыл бұрын
Ameeeee"""ebifaama (anaaf qabdaa karraa yesuuse koo👉📖)
@gobineamboodinco603
@gobineamboodinco603 3 жыл бұрын
Uuuuufffee Ameeeeeen Ameeeeeen ebifamii waqayyoo sihaa ebisuu nama waqayyoo
@burtukannegeso4945
@burtukannegeso4945 7 жыл бұрын
Kaneenyuf ingalee anaaf qabada karaa meeeeeee wala qixee sitaa tabbaa sanaa duuraa 😭😭😭😭😭😭👈abbaa koo
@adanuugalataaadanuugalataa6655
@adanuugalataaadanuugalataa6655 2 жыл бұрын
uuuufff Anoo farfannaa kanaa farfadhee hin qufuu😥🙏🙏🙏🙏💔💔💔💔
@bedelecity8386
@bedelecity8386 Ай бұрын
Anaaf qabda karaa yesuus koo
@burtukannegeso4945
@burtukannegeso4945 7 жыл бұрын
Waaqqqayyoo. Saa. Ebbiisuu. Amnmmmmmmneeeee. Aleluuyyyyyyyyyyy ayyaaniii goftaa sif. Abaayatuu taayee. Jabaduu
@zeromero4901
@zeromero4901 6 жыл бұрын
Burtukan negeso kenya lolan waqayo ameeen
@gannatigosaa1018
@gannatigosaa1018 6 жыл бұрын
Zero Mero Ameeen Ameeen Ameeen kenyaa lolaan waqqayyoo abbaa dha Ameeen waqqayyoo siyyaa ebbisuu
@mulunegari7984
@mulunegari7984 6 жыл бұрын
THANKS, BE TO HOLY SPIRIT IS GREAT THAN ANY POWER THERE IS TIME FOR EVERYTHING!! MORE BLESSINGS!!
@lelliseegaramulelliseegara2437
@lelliseegaramulelliseegara2437 7 жыл бұрын
akkasiti hin hafu garankoo na gadee Ameenikaa ebbifama isiin jalaadha♡♡♡♡♡
@getiurgaha5054
@getiurgaha5054 6 жыл бұрын
Lellisee garamu Lellisee garamu galatomi
@getiurgaha5054
@getiurgaha5054 6 жыл бұрын
Biqilalamaakami?
@tw3657
@tw3657 7 жыл бұрын
Waaqayyo sii haa eebbisu Ase faarfannaan baay'ee barbaadaa tureedha
@tarikchemde7200
@tarikchemde7200 7 жыл бұрын
Wwwwwwww ebiifaami
@yonasmegersa9954
@yonasmegersa9954 2 жыл бұрын
Eebbifamii nama Waaqayyoo
@bashanegeri3062
@bashanegeri3062 Жыл бұрын
Eebbifami nana waaqayyoo !
@magartuualemu5408
@magartuualemu5408 7 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Hooooo jisase thank you my brother God bless you...
@tamirattefera2143
@tamirattefera2143 7 жыл бұрын
Ameen Waaqayyo si haa eebbisu
@eyesusfikirnewwarkelamyege746
@eyesusfikirnewwarkelamyege746 7 жыл бұрын
uuuuuuuuuuufffee waaqayyoo si haa eebbiisuuu eebbiifamii
@TamireMarcos
@TamireMarcos 9 ай бұрын
😭😭😭😭😭 ameeeeeeeeeeen eebbifami koode koo
@masaretmasaretwaqaayyoogof3206
@masaretmasaretwaqaayyoogof3206 5 жыл бұрын
Waqayyoo goftaan siyaa ebisuu
@asterdhugasa9250
@asterdhugasa9250 3 ай бұрын
Kan enyufi hingalle anaf qabda kara waqakoo bayyee sijallanna obbolessako ebifami
@biqiltuuogarumaa9434
@biqiltuuogarumaa9434 7 жыл бұрын
uuuuuuuuuy yesus koo atii dhugumayu kaara namaaf qabdaa ebifaami nama garbichaaa waqaayo
@ajemaadugna-e9v
@ajemaadugna-e9v 2 ай бұрын
Ebbifamaa maatiidhumanuu.
@azalutaganyelama2416
@azalutaganyelama2416 7 жыл бұрын
Uuufff faasa laapee naama qaabanesu ameni
@kiiyyasumaabdiinkoojesus5468
@kiiyyasumaabdiinkoojesus5468 4 жыл бұрын
Uuuuu farfanaa kan yeroo Mucumaa kotti qabanee bay'ee jaaladha waaqayyo sii haa Ebiisuuu dachaa Kumaa waaqayyo bara jireenya kee Hundumaa haa eebiisuu Ebiifamaa
@desabelay8437
@desabelay8437 2 жыл бұрын
FARFANNA JIREENYA NAMA SUPHEE ABDII GUUTUU NAMAF KENNUU.BARA KANAS YAA WAAQAYYOO SAGALEEKEE IDDOOTTI NUF DEEBISIKA
@ibelongtojesus.2342
@ibelongtojesus.2342 7 жыл бұрын
God bless you Taye we love you all your songs are hill song. ebbifamii !
@aynalemmokonin3308
@aynalemmokonin3308 5 жыл бұрын
Ebifamii
@dinqaatamasgeen9974
@dinqaatamasgeen9974 7 жыл бұрын
ameen eebbifami barakee guutuu
@biyeshchalaroro1360
@biyeshchalaroro1360 2 жыл бұрын
Kan enyufi hin galee anaf qabda karaa ameen ameen ameen ayin waqaayyo sif haa bayatu ebifami
@feyisealemu6570
@feyisealemu6570 3 жыл бұрын
eebbifamii bayyee namatii tolaa
@non-zx8hn
@non-zx8hn 7 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ebbiffama dacha dachaan nama kaku
@shalomshalomallmydearthank2156
@shalomshalomallmydearthank2156 7 жыл бұрын
Haleluyaaaaaaaaaa Ebbifsmiidachadhan!!
@haataatuubantii6970
@haataatuubantii6970 7 жыл бұрын
Eebbifami obboleessako!!!!!!!!!!!!!!!
@hajitualemo2968
@hajitualemo2968 7 жыл бұрын
amen haleluya gooftani sii haa ebisu
@Tarikuwa-wt7hl
@Tarikuwa-wt7hl 2 ай бұрын
Ebifaami❤❤❤❤❤❤❤
@lelliseegaramulelliseegara2437
@lelliseegaramulelliseegara2437 7 жыл бұрын
kani eenyuf hin gale naf qaba kara "Asaf ☆Taye ebbifama guddaa
@Olaanake
@Olaanake 6 жыл бұрын
So Blessed, Thank you so much my dearest Old Friend
@yesusgaridhaa7932
@yesusgaridhaa7932 3 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen ebbifama Ameeen ebbifama
@asnakukuma1171
@asnakukuma1171 7 жыл бұрын
ameeeennnn ameeeennnn ameeeennnn ameeeennnn ameeeennnn ameeeennnn eebbifamaa*maqaa yesuustin
@lidiyaafufaa4098
@lidiyaafufaa4098 2 жыл бұрын
Amen.amen.amen.ebbifamii.ebbifamaa.wowowowow wowowowow
@waktoleterefa3308
@waktoleterefa3308 Жыл бұрын
Faarfannaa durii Kan Tamasgeen Qanna'aa nuu fidaa maloo
@masiikiyyaa8953
@masiikiyyaa8953 5 жыл бұрын
Ebbifamii Mucaa Kakuu Gooftaan Sii Yaa Jaltu
@regasajabesaofficial5465
@regasajabesaofficial5465 5 жыл бұрын
MAALOO MAALOOOOOOO EEBBIFAMI. FAARUUN KUNOOTI
@temesgentasgara3632
@temesgentasgara3632 5 жыл бұрын
WAAQAYYOO SI HAA EEBBISUU !!!!!!
@MargaBayisa-x1x
@MargaBayisa-x1x Ай бұрын
Ameen Ameen Ameen
@gadisegetu739
@gadisegetu739 5 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen haleluyaa haleluyaa Ameeen haleluyaa haleluyaa Ameeeeen Ameeeeen haleluyaa haleluyaa Ameeen
@senaoncho5636
@senaoncho5636 6 жыл бұрын
Uffreee ebbifamiii
@waqayyotiksekotiameenbv8917
@waqayyotiksekotiameenbv8917 7 жыл бұрын
👂💔😢ohoo waqayyoo Ammeen ammeeeeeeennnii ebiiffamii
@bk7202
@bk7202 2 жыл бұрын
Gbu my brother
@tewabechdirribaa2779
@tewabechdirribaa2779 7 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤👂✋✋uuufff eebbiffama yaa obbollaakoooo waaqayyo innuma nugargaaraa
@lelelalese8333
@lelelalese8333 4 жыл бұрын
Uuuuufeeee ebifamii
@simbohailebule1058
@simbohailebule1058 7 жыл бұрын
Ameeen naf qabda karaa ebbifami!
@burtukannegeso4945
@burtukannegeso4945 7 жыл бұрын
simbo haile Ruzi s
@burtukannegeso4945
@burtukannegeso4945 7 жыл бұрын
Am
@abdiinjiraabdiinjira7492
@abdiinjiraabdiinjira7492 5 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeen ebbiffamii
@tamasgemetta7637
@tamasgemetta7637 7 жыл бұрын
Ebbifami sanyi ofi Taye
@mamitvdago3946
@mamitvdago3946 2 жыл бұрын
AMEEEEEEEEEEEEEEEENI AMEEEEEEEEEEEEEEEENI AMEEEEEEEEEEEEEEEEENI WAAQAYYOO WAAQARAA AYYANA KAANA DACHA DACHAA SIIRATA ROBISUUUI
@gafinkoodebiiargateraa9975
@gafinkoodebiiargateraa9975 7 жыл бұрын
wwwwwwwwwwwuuuuuu Ameeeeeeeeeeèeeeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeèeeeeeeeeeeeeeeeeeen haleluyaa
@ayatuumucaayesus8421
@ayatuumucaayesus8421 7 жыл бұрын
Amen uuuuuuuuuuuuuuuuufeeeeeeAmeeAmenDhugadha Ebbifamiiiii
@gojomoromo9402
@gojomoromo9402 7 жыл бұрын
Ameeeeeen Ameeeen Eebbifamii dachaa dachaa Ameeeee
@waqayo.ni.danda.a.wan.hund9982
@waqayo.ni.danda.a.wan.hund9982 3 жыл бұрын
Ammeen. Ni. Wal. Qixesita. Tabba. Kan
@wakbekabale9803
@wakbekabale9803 Жыл бұрын
i love this song
@danadana8819
@danadana8819 7 жыл бұрын
Amen ameeeeeeeee ebifamiy dachan
@dagneteka1320
@dagneteka1320 3 жыл бұрын
thank u God bless u
@tadelechfeyasa4521
@tadelechfeyasa4521 3 жыл бұрын
Ameeeeeen.ameeeeeeen.ameeeeen.ameeeeeen.ameeeeeeen😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@baabagammeeshow9521
@baabagammeeshow9521 2 жыл бұрын
Eebbifamaa
@danimoti237
@danimoti237 5 жыл бұрын
Eebbiffami.
GALATA MALEE MAALAN DEEBISA?!  TAYE BAQALA
6:50
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 130 М.
Farfataa Nigaatu  __  jireenyakooti
40:57
Yoel Media
Рет қаралды 15 М.
How Strong Is Tape?
00:24
Stokes Twins
Рет қаралды 96 МЛН
Beat Ronaldo, Win $1,000,000
22:45
MrBeast
Рет қаралды 158 МЛН
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 148 МЛН
MAGARSAA BAQQALAA  FAARFANNAA _@2016
18:44
Amanti studio
Рет қаралды 134 М.
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
Si'arganchookoo waanhudarra naaf caala/Addisuu Waayimaa /
6:40
Genet Feyissa
Рет қаралды 236 М.
Taayyee Baqqalaa (Haata'u Homaa Miti) Oromo Gospel Song
6:51
Negeso Ediyo
Рет қаралды 118 М.
#Faarfannaa # Eliyaas Gabulaa #Albuma Guutuu RTL
1:34:11
Logos Media
Рет қаралды 152 М.
Singer Yohanis Tolesa.Jaalalakeen raawwadhee darbaa harka na qabi!
11:17
Dirribaa Dinquu: Leenci Yihudaa dhufee
7:03
Boki Debel
Рет қаралды 55 М.
Phaawuloos Tagany: 24 Maanguddoonni VCD 2006
58:16
Ulfina Tube
Рет қаралды 32 М.
FAARFANNOOTA ABBABEE TAMASGEEN #7
51:55
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 118 М.
How Strong Is Tape?
00:24
Stokes Twins
Рет қаралды 96 МЛН