I can’t stop listening to this soul rinsing song…Yes, my hope and home is the heavenly Jerusalem… May God bless you abundantly!
@HawaEbifamiiAmina-nf6biАй бұрын
Wollahii billahii faarsaa warra peenxee keessa kun bayee gara rabbii nama ilaalchisa I inshaa Allaa rabbii beekumsaa kana olii siif haa keenuu akka peenxee ta.uu ❤❤❤❤ shakki hin qabuu
Wow wow wow, cichoomina! Exact expression of Christianity is becoming stronger in my heart after I see this Song. I'm vey happy to hear this word of God by this time. Galatoomi Solomoon, argitee jirta bakka ishee. Ammallee qorii as guuri waan dinqii yaa'ee , haasa'amee , jajamee hin dhumne kana. Bara baraan waaqessi maqaa Yesuusin. Thank you again
MALOO WARRI FAARFANNA KANAAN EEBBIFAMIITAN COMMUNITY LAKE GODHA SOLAKO GOD BLESS YOU 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞✅️ Uuuuufffieeeka
@MathewHabteАй бұрын
Waaqayyoo guddaa si haa eebbisu! solee koo❤️ ati Kennaa keenyaadha. Waaqayyoo saba keenyaf si kenne, jabaadhu! jireenya bara baraa bira ga'i! #Biyyi_lafaa_kiristaanotiaanotaaf_biyya_darabaadha. #Achi kan keenya.
@FikaduBedasa-y8wАй бұрын
God believes you more
@danieltariku8284Ай бұрын
Faarsan kun gadi lakkifamee halkan tokkotti yeroo 10 ol irra deddeebi'ee dhaggeeffadhe mee namoonni akka koo isinitti tole like godhaa sol ammallee Waaqayyo ayyaana isaa siif haa baay'isu, Eebbifami❤❤❤
@Burtemasaqalaa1Ай бұрын
❤❤❤
@agerneshhusseinofficial990712 күн бұрын
What a beautiful song came up in the right time when everyone run for this world forgeting the everlasting life with jesus 😢😢😢😢ለኢየሱስ ያልተመቸች አለም በፍፁም ለእኔ ልትመች አትችልም ሶልዬ ብርክክክክ በል
@TaduTube-1Ай бұрын
😢😢yesuus keenya in dhufa gaafas rakko biyya lafaa kanan gargar baana. Abdii hin kutatinaa warri dhufatii isaa egdan yesuus nuuf dhufa 🙏. Sol wantan siin jedhu hin qabu. Eebba dacha eebbifami. Qaxalee ko❤❤
Biyyi Koo Achi Yerusaalem!!! Hamman faarfannaa kee keessaa isa kana jaalladhee dhaggeeffadhe hin jiru. kana yeroon jedhu inni kaan salphaadha jechuu koo miti. Dhugaatti Ayyaanni Waaqayyoo dachaa siif haa baay'atu. Really Amazing
@abdiinjira1498Ай бұрын
Amazing!!!! Jechaan ittiin kennaa mucaa Kichuu kanaaf kenname himu soqee argachuu hin dandeenye. Yoo kun hin ga'a ta'e "Waaqayyo inni abbaa ayyaanichaa haa ulfaatu!" Solee immoo Waaqayyo ammallee si haa eebbisu. Waaqarrattis nama faarfatu ta'i! From Abraham Wakgari
isa yesus mo'e irra dhaabannee yesus faarsina waaqayyoo dachaa saa eebbisu solomoon, warqeedha ati
@tesfayedeksisa.fАй бұрын
Nama guddaa waaqayyo biyya keenyaafi ordoftoota maatii kiristaanotaaf Kenne❤️❤️❤️❤️
@fileenmediaАй бұрын
Wollahii bilahii Musilimoota baayyee gara Yesuusiitti deebisa kun🎉
@Obs77Ай бұрын
Muslimni Yesus akka nama tahe beekaa nama nyaatee dhugu hin waaqessu 😂😂😂
@GenetAdugna-o1i23 күн бұрын
@@Obs77wan das Nama jedhu Farfaana kana dhagefateeta
@NagaabarbadiКүн бұрын
It’s such a blessing song written with the guidance of the Holy Spirit. I am fascinated with the word “Jaara jumburike” and tried to figure out if it mean “haafa ykn saaxo” in Afan Oromo or “Kotet” in Amaharic.
May God bless you abundantly. What an awesome Christ centered song!
@HachalutesfayetubeАй бұрын
Dhugaa dubbachuuf faarfannaa garaan koo itti boqote faarfanna galma galgala yerusalemif nama qophessudha Eebbifami soolee koo❤
@Ebisagenjo6440Ай бұрын
Faarfannaa fedha foonii olii😍 Isa abdii barabaraa namatti agarsiisu😍 Isa hojii biyya lafaa kana akka nuyi homaatti hin lakkoofneef nu gargaaru😍 Isa mana galgalaaf nama faarfachiisu nama kadhachiisu❤️ Eebbifami Sool nama jabaa ayyaanni waaqayyoo irraa ifatti mul'atu. 🥰
Faarfannaa biyya lafaatti nagaa nama dhaamsisee balbala mana Waaqayyootti achii ol nama butu! Uuuuufffff Sooleekoo Waaqayyo isa siin kennaa gati jabeessa godhee nuuf kenneef galatni guutuun haata'uuf!❤❤❤❤❤
@Elu-i2p21 күн бұрын
I am very understand what the bible said. Real man is eternal not external. I don’t know a single word what he said. Because, I don’t know his external person language. But I feel his sprite language.and, I cry with tears. My God bless you more
@gemechutesfa9315Ай бұрын
Eebbifami solaako, ayyaannisaa siif haa baayhatu!
@ashenafigalgalo6471Ай бұрын
Wow wow What a blessed full song Achi Abboo biyyi Koo JERUSALEM Stay blessed Sola🥰🥰
Waaqayyoo inni siin nuuf kenne haa galateeffamu! hojii dinqisiisaa Waaqayyoo sitti kanaaf ammallee jabaadhu! Harki Waaqayyoo si wajjin haa ta'u!!!!!!
@hiwotetadesse121Ай бұрын
ኢየሱስ ከነገድከቋንቋ የዋጀኽን ግንእንዱን መንፈስ ያጠጣኸን ለዘለአለም ተባረክ
@GemachisDisasaАй бұрын
Waaqayyo inni ayyana sirra kaa'ee, dhalootaaf immoo eebba godhee si nuf kenne gooftaan galata guddaa haa fudhatu❤❤❤
@EsheltubeАй бұрын
Faarfannaan Sole wantoota heddu keessatti nama jajjabeessa Abdii namatti hora😢 Dhaggeeffadhe quufuun dadhabe. Maaloo akkam namatti tolaa gooftaa😢😢😢 AMEEN SI DHIISEEN DEEMA BIYYA LAFAA Hanga deemnutti sibiratti rakkanna😢 Namoonni akka koo yoo jiraattan like godha natti hima
@LalisaAssefaOfficial27 күн бұрын
+1M Views! Congrats, Solaye! Ergaan kee lubbuu baay'ee bira ga'eera! Waaqayyo Inni siin kennaa godhee nuuf kenne haa eebbifamu!
@Hawwii80Ай бұрын
biyyi koo achi yerusalem 🙏 Wow,God bless you guys Dhugaa fooli waaqayyootu isiin gidduudha dhagaa'amaa sole dhugaa ebbifamii ati nuuf ebbaadha, kanaaf,jabaadha Tokkummaan kessan immoo caalati isiin midhaagseera. I love you all ❤❤❤❤
@IReganАй бұрын
00:48 The song expresses a heartfelt welcome for Jesus amidst challenges. 01:37 The song reflects deep reliance on faith and divine support. 02:16 Expression of hope and spiritual connection through challenges. 03:16 The longing for homeland and spiritual connection with God. 03:52 The song praises Jerusalem as a divine destination. 04:20 Expressing unwavering faith and hope in one's homeland, Jerusalem. 05:16 The song reflects deep emotional ties to the homeland and struggles endured. 06:00 The song expresses love and pride for Jerusalem. Crafted by Merlin AI.
@SINGITAANАй бұрын
Jechaa jedhee si eebbisuu hin qabuu baraaf jireenyaa kee eebbifamii ayyanii kanumaa caalatii sif ha bayyatuu jabaa mucaa yesus ammayyuu kanumaa caala darbii farfadhuu namnii akkaa kee nuf ha bayyatuu ❤❤❤❤❤❤❤ blessed be his great great god bless you ❤❤❤❤
@tadelutube3500Ай бұрын
Waaqqayo baraa fi jireenya kee haa ebbisuu ebbiffami mucaa kakuu warri sol jaalatan #lake godha mee❤❤❤
Videon kuni views miliyoona 5 ol ilaalamu qabaafi anii guyyaatti yeroo 5 oliin deddeebi'e ilaalan jira quufun dadhabe uuuuuuffffff eebbifamii solikoo mucaa Kakuu❤❤❤❤
@gelanakule5443Ай бұрын
Faarfannaa dheebuu nama baasu 😇🙏 Waaqayyo kana caalaa sammuukee haa banu.... Ayyaanasaa dachaa siif haa baay'isu... Manasaa keessa hamma dhumaatti saa dhaabu. Isa dhaloota kanaaf eebba godhee siin nuuf kenneef maqaansaa bara baraan haa kabajamu🙏