NATU SIIN JEDHE | SOLOMON ALEMU | New Afaan Oromo Live Worship | ARARA TV WORLD WIDE

  Рет қаралды 434,648

ARARA TV WORLD WIDE

ARARA TV WORLD WIDE

Күн бұрын

#ARARA_TV_WORLD_WIDE #SUBSCRIBE
VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf,
Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗧𝗵𝗶𝘀 𝗟𝗶𝗻𝗸:- 👉👉bit.ly/39pb69q
SUBSCRIBE TO
OUR YOU TUBE CHANNEL ARARA TV WORLD WIDE SERVICE BY PROPHET MESERET TAYE
UNAUTHORIZED DISTRIBUTION AND RE UPLOAD OF THIS CONTENT IS STRICTLY PROHIBITED

Пікірлер: 717
@araratvworldwide
@araratvworldwide 5 ай бұрын
VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf, Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
@Aberash-c9d
@Aberash-c9d 5 ай бұрын
Nagani waqayyoo isinifi habayatu ❤❤Lak baribadeni dhabe argachusi hin dandenyi
@Aberash-c9d
@Aberash-c9d 5 ай бұрын
Kanajiru biya ormati qormani hedu nati bayate Kani namni nabeku hin dandenye Kani waqayyoo bekku Yo danda'ama ta'e garbichi waqayyo Raji masarti taye aka waqayyo nakadhatanifi baribadeni kabajafi jalala waqayyotininani isinifi jedha
@SeenaaEbbisaa
@SeenaaEbbisaa 5 ай бұрын
​@@Aberash-c9d😢😢😢😢😢
@TadduuTube
@TadduuTube 5 ай бұрын
@@araratvworldwide 🥰🥰🥰❤️❤️❤️🙏🙏🙏
@WintaGech-x6m
@WintaGech-x6m 5 ай бұрын
Ebbifama ❤❤❤❤
@Firiikeen2020
@Firiikeen2020 5 ай бұрын
Yaa waaqa raajii Masarat Taayyee nuuf kaastee fi farfataa Salomon Alemu nuuf keennite maqaan ke bara baraan haa kabajamu!!!.
@Gureetube23
@Gureetube23 5 ай бұрын
Maati nafi ta'ii mee
@elinethiopia1023
@elinethiopia1023 5 ай бұрын
@@Firiikeen2020 Ameen Ameen dhugaadha ulfinni isaa kan gooftichaati eebbifami
@yemisrachababula6599
@yemisrachababula6599 5 ай бұрын
ይህን መዝሙር ለመስማት ቋንቋውን ባልችልም ቋንቋ አለመቻል አይገድበውም የቋንቋ ባለቤት ጌታ ነው በሁሉም ቋንቋ ሲመለክ ጌታ ማየት ደስ ሲል ስታምሩ ተባረኩ ይገባል
@kenoayale2985
@kenoayale2985 5 ай бұрын
👌👌
@elinethiopia1023
@elinethiopia1023 5 ай бұрын
Eebbifami dachaa sol keenya Ayyaanni siif haa dabalamu nam-jabaa keenya ❤❤❤❤
@awra_studios1
@awra_studios1 7 күн бұрын
World class production quality on afaan oromoo gospel media 🎉 Stay blessed🙌
@ganttube9036
@ganttube9036 5 ай бұрын
Uuuuufffffeeee ammeen ammeen ebbifamii sol Kenya anyaa waaqayyoo kanumaa calaa siifi haa baayatuu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@getuberiso4834
@getuberiso4834 2 ай бұрын
Eebbifami guddaa isaa. Atin kennaa dhaloota si'anaati.
@BarukTamiru
@BarukTamiru 22 күн бұрын
Waaqayyoo isa bara baraan waaqeffamuun maleef galanni haa bay'atuuf
@MesekeremEyob
@MesekeremEyob 5 ай бұрын
Konkowen salwek dass yamelge ngarse amen gata eysus yebarki ba damu tasehfan ❤❤❤❤❤❤
@SeenaaaEbbisaa
@SeenaaaEbbisaa 5 ай бұрын
Uuuuuff sol atiimee Agrtuu waqayoo qofaa ossoo hin tanee Agrtuu ijolee waqayoo Hudaatii nafii jiiraaadhuuu❤❤❤❤❤ Ebifamaaaaaa saba waqayoo hundinuu keessaanuuu❤❤❤
@lovemy6167
@lovemy6167 5 ай бұрын
Uuufee Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebifamaa ebifaama ebifaama 💥💥💥💥💥 Bg waqaayyoo Isa filafee calaa❤❤
@AdugnaLomiiadugna
@AdugnaLomiiadugna 5 ай бұрын
Ameeeen ameeeen ebifamii Waaqayyoo si haa ebisuu ayyaanni Waaqayyoo siraa haa ta'u kanaa caalaa ebifamii solee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@destanigusse2434
@destanigusse2434 5 ай бұрын
Ebbifamii waqayyoo sagalee jireenyaa si haa dhagesisu 💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖
@emabit3582
@emabit3582 5 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii waqayyoo baraafi jirenyaa kee haa ebbisuu ayyaani waqayyoo isiinfi haa bayatuu amaleen darbii farfaradhu qaxalee mucaa waqayyoo ❤️❤️❤️❤️🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@SaadaHasan-c1m
@SaadaHasan-c1m Ай бұрын
Waqayoo sifaagalatuuu namaa waqayooo rajii masarat ayanaa ketin wan dhunfatef ameeen
@ShibbiruuBayyuu
@ShibbiruuBayyuu 5 ай бұрын
Uuuuuuuffffe faarfataa Salamoon ati agartuu keenya umurii guutuu itti nuu fufi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@teferibacha2289
@teferibacha2289 5 ай бұрын
Mucaa kaakuu ebbifaamaa siif yaa daabaluu dachaan 🎉🎉🎉🎉🎉 ebbifaamaa walda'a ebbifaamaa
@MesiMesi-tz8el
@MesiMesi-tz8el 3 ай бұрын
Ebbifamaa matii waqayyoo goftaa koo barafii jirenyaa keessaanii yaa Ebbisuu Ebbifamaa darbaa demaa Omtuu qabee siin dhabinii biiyyaa lafaafii Sogidhaa ta.aa argamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MelakuTefera-fx9xu
@MelakuTefera-fx9xu 2 ай бұрын
Ameen ameen sool keenyaa dachaa aayanii Isaa siif haa baayaatuu❤️❤️❤️❤️❤️💯
@TaduTube-1
@TaduTube-1 5 ай бұрын
Wow ❤❤❤ sol ebbifami qaxalee keenya nuu jiraadhu.😊 #Rajii masarat nama Waaqayyo biyya keenyaaf kaase Waaqayyo dachaa sin haa eebbisu.❤❤ #Calaadhaan immo baga gammade siin jedha. Warri kana dubbistanis eebbifama❤
@mulugetadiribadiriba
@mulugetadiribadiriba 2 ай бұрын
😮😮😮😮😮😮😮
@BURTKANGURMESA
@BURTKANGURMESA 5 ай бұрын
Uuuuuffee Amen Ameeeeeeeen Ebifamii Solomon waaqayyo si haa ebisuu ebifami ❤❤❤❤❤elelelelelelelelelelelelelel elelelelelelelelelelelelelel
@OBSE-t7c
@OBSE-t7c 5 ай бұрын
Goftan barake jirenyake ha ebbisu umuri dhera nuf jiradhu solee Kenya waqani biyya kenyaf ebbise sin nuf kennera nuf jiradhu sijallanna
@YisakTolera
@YisakTolera 5 ай бұрын
sol waqayyoo si haa ebbisuu baari kee haa ebifaamu 🎻🎻🎻
@ShitoShitotaresaa
@ShitoShitotaresaa 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen eebbifamaa nama waaqayyoo eebbifamaa eebbifamaa Maqaa gooftaa Yesus kiristoos ❤❤❤❤❤❤
@obeeanamela
@obeeanamela 5 ай бұрын
Ebbifami kana callati ayyan waaqayyoo sifi haa bayatuu ❤❤❤❤
@meserettaganu5348
@meserettaganu5348 5 ай бұрын
Ebbifam dachaa salamoo ebbifam ebbifam dachaa dachaa kanuamaa caala ayyaani siifii ebbifam dachaa nama waqayyoo rajii meseret ebbifamaa 💗💯❤️♥️❤️
@LoomiAlemzi
@LoomiAlemzi 5 ай бұрын
Ammen ammen ammen ammeen sol qaxalee mucaa kaku ebbifami kanuma caala siraa haa boba'u ibbidi waaqayyoo ebbifam ebbifam jabba kenyaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤🎉🎉
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 5 ай бұрын
Waaqumtikoo si haa eebbisu si haa guddisu mucaa nana maalan jedhaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@MaramMaram-k2h
@MaramMaram-k2h 5 ай бұрын
Ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ebifaamaa ebifaamaa sabaa goftaa sol ebifaamii dachaa dachaan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@obsee-f5h
@obsee-f5h 5 ай бұрын
Ameeeeen Ebbifamaa dachaan mattii waaqayyoo solee Koo Qaxalee Mucaa waaqayyoo Ebbifamii dachaan ❤❤
@kiyyaatube9073
@kiyyaatube9073 5 ай бұрын
Uuuffeeee goftaan baraa kessan haa eebissuu❤️❤️
@gexefurii7464
@gexefurii7464 5 ай бұрын
Wwwwwwwoooo Sole waqayyoo dacha dachan sii Eebbissuu eebbiffammii kanaa calaa Ayyannii isa siif Bayyattuu Ammayyuu
@caaltuu2768
@caaltuu2768 5 ай бұрын
Ebbiifamii Waaqayyoo Goftaan Koo Baraf Jiireenyaa Kee Haa Ebbiissuu Namaa Kakuu Solii Koo
@KalkidanEndale-p5n
@KalkidanEndale-p5n 5 ай бұрын
Eebbifami bari jireenyi keessani haa eebbifami hama illee dhalotaf furmata ta,a💕💕💕💕💕💕
@LelisaTasfaye-yc9hl
@LelisaTasfaye-yc9hl 5 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifamii Faar/Sol ❤❤❤❤❤❤❤
@yohedw
@yohedw 5 ай бұрын
waaqayyo hunduma keessan bara keessan haa eebbisu aameen😊😊
@AbabeFeyisa
@AbabeFeyisa Ай бұрын
Waaqayoo si'aa eebbisu sol jabaadhu waaqayoo karaa kanaarrati si'aa eguu qaalli kenyaa❤❤❤
@LomeeBb
@LomeeBb 5 ай бұрын
Ameeeeee ameeeeee ameeeeee ameeeeee ❤❤❤❤❤❤❤❤⛪ waqaayyoo kaanuuma calaa ayyaan isaa sifi haa bayyisuu ⛪⛪⛪❤👂🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏
@MeskeremGoda
@MeskeremGoda 5 ай бұрын
😢waqayyoo goftan so haa eebbisuu bay'ee sii jallanna waqayyoo sii jallata
@BELDA143H
@BELDA143H 5 ай бұрын
Haleluyaa haleluyaa gooftan sii haa ebbisuee solisha
@derarabikole1994
@derarabikole1994 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ebbifamii ammallee barri fannoosa jalatti sif haa dhumuy
@hawahawa2475
@hawahawa2475 5 ай бұрын
Ammeen ammeen ammeen waqayyoo barafi jirenyaa kee haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa ❤❤❤❤😢😢😢😢
@ABARSHIHEHR
@ABARSHIHEHR 5 ай бұрын
Ameeeeeeeen gooftaan sii haa ebisu sol mucaa kaakuuu ❤❤❤❤❤❤
@HanaaHanaa-j1i
@HanaaHanaa-j1i 5 ай бұрын
Uuufeee haleluyaa waaqayyo bara keessan Haa ebisuu waldaa araraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@galexd4732
@galexd4732 5 ай бұрын
Ayyaanni wqyyoo isaa siif haa baayisuu dachaa dachaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@TiruneshKumaa
@TiruneshKumaa 5 ай бұрын
Ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ammen ebbifami sol Kenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FiriiKitesa
@FiriiKitesa 4 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen nuuf jiraadhu ebbifami sol keenya
@Fudhee
@Fudhee 5 ай бұрын
Bandin kun akkam ajaa'iba ❤❤❤
@Taddalu_8
@Taddalu_8 5 ай бұрын
eebbifama eebbifaa guudda eebbifamaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Bertukan-e4t
@Bertukan-e4t 10 күн бұрын
Elelelelelel Ameeeeeen yesuus keeny ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@mydubai5926
@mydubai5926 Ай бұрын
Ebifamii homaa wan jedhuu dhabee ❤❤❤❤❤❤
@lemanewegari8480
@lemanewegari8480 5 ай бұрын
Wa’ee keef Waaqayyoo ni gallateefama dhugaa!!! Gooftaa ammayyuu si haa eebbisu!! Eebbifamaa mucaa 🙏🙏 🙏
@ديربا
@ديربا 5 ай бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeen ameeeeeeen ameeeeen ameeeeeeen ameeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeen Ebbifamaa ebbifamaa dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Dararttu
@Dararttu 5 ай бұрын
Ebifamii. Dachaa sa saaloooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ammmmmmen
@Asufe-d5j
@Asufe-d5j 5 ай бұрын
Ebbiifamii dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤
@Miriam-u1r
@Miriam-u1r 5 ай бұрын
Ebbifami soleko❤❤❤❤❤
@wakotube9845
@wakotube9845 5 ай бұрын
Wow am so blessed with this song, Wow Musicians 👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾
@AsefaBayisa
@AsefaBayisa 5 ай бұрын
Waaqayyoo Sii haa eebbisuu lafaa yaade qaqqabii soleekoo
@AddiseeBaldaa
@AddiseeBaldaa 5 ай бұрын
Ebbifamii ayyanni gooftaa koo yesus sif yaa bayatuu
@EthiopiaHagere-l9v
@EthiopiaHagere-l9v 5 ай бұрын
Ameenx3 ebbifamaa So.dibaani kuni dachaa dachaan sif haa 🎉dabalamuu❤❤❤❤
@DinkaTashoma-tw3uf
@DinkaTashoma-tw3uf 5 ай бұрын
Uuuuuff sol koo waaqayyo baraaf jireenyakee haa eebbisu akkm natti tola dhugaa💔💞💔
@AbebechAbebech-nc3ez
@AbebechAbebech-nc3ez 5 ай бұрын
Uuuuufffffeee eebbifami eebbifami ayyanni siif haa baayyatu ❤❤❤❤❤❤❤
@BurtukanAyyanaa
@BurtukanAyyanaa Ай бұрын
Waqayyo sii haa ebbisuu solee ebbiffamii
@BirtTe
@BirtTe 5 ай бұрын
Ameen waqayyoo sin haa Eebbisu baraf jirenyaa keessaan haa Eebbisu Eebbaa
@YoobsaanHiruut
@YoobsaanHiruut 3 ай бұрын
Uuuuuffffff Ayyanii Waqqayyoo ammayu dachaa isinirati haa dhangala'uuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MilkesaBiru-z6l
@MilkesaBiru-z6l 2 ай бұрын
Solikoo waaqayyo si haa eebbisu Ani amantiin koo Hawariyatdha garuu faaruu Salamon hedduun jaaladha
@badhaseeAbdiisaa-pw5vo
@badhaseeAbdiisaa-pw5vo 5 ай бұрын
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Ebbifamii qaxaale Koo
@tamratalemayehu5843
@tamratalemayehu5843 5 ай бұрын
Waaqaayo kaana caallaa siif habaayi'suu ebbiiiffaamii❤❤❤
@margeabdisa
@margeabdisa 5 ай бұрын
UUUUFFEEE SOL WAAQAYYO BARAAF JIREENYAKEE HAA EEBBISU❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Aberash-c9d
@Aberash-c9d 4 ай бұрын
Ameen Ameen waqayyoo Bara jirenyake haebisu
@MeriMeri-m8i
@MeriMeri-m8i Күн бұрын
Uuuuuff eebbifamaa maatii yesus hunduu akkam namati tollu sabni yesus hundu maqaan yesus yeroo faarfamu akkam das jedha adunyati ha waamamu maqaan isaa
@gemedaolani7677
@gemedaolani7677 5 ай бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu!
@bontuugazuu1348
@bontuugazuu1348 5 ай бұрын
Uuuuuuuufff ameeeeen ameeeeen ebbifamii qaxalee mucaa kakuu ❤❤❤❤
@firaolgetachew
@firaolgetachew 5 ай бұрын
UUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUUU 😭😭😭😭😭😭😭😭 Jesusss .... Ati nama gooftaan fixee si eebisedha!!!!!! i could't express the presence of God I felt on my body while watching this worship... Eyesus bchawun Yadinal
@chaltubekana-b8e
@chaltubekana-b8e 2 ай бұрын
Abbaan kennaa Kanaa Iyeesuus kiristoos ulfinaan haa jajamu. Eebbifami Sool
@DerejeDare-p6c
@DerejeDare-p6c 5 ай бұрын
Ebbifamikaa solicha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@BireeG
@BireeG 5 ай бұрын
Sool Umurii nuuf dheeradhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@damohirphasa2700
@damohirphasa2700 5 ай бұрын
gooftaa baraa keesaan haa Ebbisuu❤❤❤🙏
@Hana-h4j7x
@Hana-h4j7x 5 ай бұрын
Ebifamii dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GoldenJo-ic7hx
@GoldenJo-ic7hx 5 ай бұрын
Very good thank you Jesus smart lij
@JESUSISLORD-z4l
@JESUSISLORD-z4l 5 ай бұрын
Wowwwww Ameeeeeen Ameeeeeen ❤❤❤❤❤
@tadelechserbesa7932
@tadelechserbesa7932 5 ай бұрын
Amee Amee 👏 👏 Ebifamaa
@BonofinSisay
@BonofinSisay 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤ baayee jaaladheera
@ChalaKurumsa
@ChalaKurumsa 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤waaqayyoon bara kee haa eebbisu
@KenoFikiru
@KenoFikiru 5 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu eebbifaammii eebbaa dachaa isaa
@gamachisangasu8134
@gamachisangasu8134 5 ай бұрын
Natu sin jedhee ofiin kakadhee hin gatu dhaalakoo uffe Ameen🎉🎉🎉🎉🎉
@MotumaCamada
@MotumaCamada 5 ай бұрын
Waaqayyo Kee Ammallee Sihaa Moosisu❤
@DegefaRegesa
@DegefaRegesa 12 күн бұрын
Dhiigaa hoolliichaan sii shaaffanneerraa
@GebeyoGebeyo
@GebeyoGebeyo 5 ай бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu
@SisaayiiSisaayii
@SisaayiiSisaayii 5 ай бұрын
Qaalii keenyaa nufjiraadhu Lecaakoo ebifaamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Adanuuch
@Adanuuch 5 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ SOLEEKOO EBBIFAMI IJA HAMANI SINARIGIIN💘💘
@BirkeTesfaye-w3f
@BirkeTesfaye-w3f 27 күн бұрын
Nafe jirdhu ❤❤❤❤❤❤❤
@faituuwaariqu4105
@faituuwaariqu4105 4 ай бұрын
Uuuuuuuuuffeee Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifaamaa ebbifaamaa ❤❤❤
@GaadisaBuruk-dz6mi
@GaadisaBuruk-dz6mi 5 ай бұрын
Ameen Ameen ebifaami maqaa iyesusin
@jiituuwallagga8637
@jiituuwallagga8637 5 ай бұрын
Ameen haa biqiluu balaa baasee biqiltuu galata❤❤
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 5 ай бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifama ebbifama maqaa yesusin❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@HaniYegetaliji
@HaniYegetaliji 5 ай бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen elelelelelelelelele elelelelelelel ✅❤️✅❤️✅❤️✅❤️❤️❤️❤️✅👏🥁🎧🥁🎻🎷🎻🎷🎻🎷🎻🎷🎻🎷🎹🥁🎼🎸🎹🎤🎸🎤🥁🎤🥁🏆🎻🏆🎻🏆🥁🥇🥁🥇🥁🏆👏🎻💝🎻💝🥰ebifami muca yesusi dinoni ke haharacani itifufi demi daqaran dina hacacabu ebifami gofan sihaebisu dabale ❤❤❤❤❤
@muluu5187
@muluu5187 5 ай бұрын
Ameeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeen ebbiifamii sol
@JiksaMelaku
@JiksaMelaku 4 ай бұрын
Ebbifami waqayoo siyaa ebisu
@Azooz-z1f
@Azooz-z1f Ай бұрын
Ebbiifamii waaqayyoo sii haa Ebbiifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
NAANNAWWAAKOO  | SOLOMON ALEMU  |  2017 New Afaan Oromo Live Worship
18:52
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 180 М.
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 15 МЛН
IL'HAN - Qalqam | Official Music Video
03:17
Ilhan Ihsanov
Рет қаралды 700 М.
Сестра обхитрила!
00:17
Victoria Portfolio
Рет қаралды 958 М.
AMANUEL SARBEESSAA | NEW LIVE WORSHIP | JCP CHURCH
37:07
JCP CHURCH
Рет қаралды 1,6 МЛН
WAAQAYYOTU DALLAA NATTI IJAARE|WAAQEFFANNAA FAARFATAA SOLOMON ALEMU|NEW WORSHIP|HAND OF GOD TV|2017
17:52
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
Hindarbe Barri Rakkinaa  | YITBAREK TAMIRU | 2024 New Afaan Oromo Live Worship
16:43
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 15 МЛН