AWASH Oromo Music by Yonan Biruk

  Рет қаралды 277,047

Barrikoo Entertainment

Barrikoo Entertainment

Күн бұрын

Пікірлер: 410
@alikodinko9158
@alikodinko9158 10 ай бұрын
በጣም በጣም ጥሩ ትምርታዊ እና ታርካዊ የኦሮሞ ዘፋን ነው᎓᎓ ለባህላች እና ለመብታች አብረን እስከ መጨረሻ እንቆማለን᎖ ከሰላምታ ጋር ከጋሞ ብሄረስብ᎓᎓
@Wabi368
@Wabi368 10 ай бұрын
❤❤❤
@FereSolomon-ph5sh
@FereSolomon-ph5sh 10 ай бұрын
✊✊✊
@DW-wq2vn
@DW-wq2vn 7 ай бұрын
የኩሽ ወንድሞቻችን እንወዳችሁዋለን
@bissiigalataa
@bissiigalataa 10 ай бұрын
Voice + Setup + movements +Color = Amazing Quality ❤👏
@yomifkumsisabededa3469
@yomifkumsisabededa3469 10 ай бұрын
galaana yaa'ee hin cinne ilmaan Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa melody 100% lyrics 100% video 100% sound 100% saxophone 100% wiirtuu keenya haalaan ibsitee jirta. bifa walalootiin immoo kan kutee keessaa fudhe "kan bare lubbuu biyyaaf laachuu hin barre inni garaaf kaachuu okkolaa itti cabe dhaabee oromoon saba kansaaf duule kan abbaan gabbareef lubbuusaa ilmi eenyuuf biyya abba dhiisa barbaannee kan bades sassaabna waloomaan fala afrikaa taana" umurii nuuf dheeradhu
@gamachuuOfficialTube
@gamachuuOfficialTube 10 ай бұрын
I am from Djibouti ilove ❤️ oromo music 🎶 me is oromo
@RachuEntertainment2
@RachuEntertainment2 9 ай бұрын
This is masterpiece 🎉🎉
@boontuboonsaa8145
@boontuboonsaa8145 10 ай бұрын
emoolee ya a Abbas shaanqo akkamitti garsisnaa malkaa maaloo Yaa Tajii Yaa jimaatti maaluma haanqateetti moo madda keep goggeetti itti fufaa
@pawlotefera7187
@pawlotefera7187 8 ай бұрын
Mal jechudha😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@MaskiHhh
@MaskiHhh 3 күн бұрын
Nuff jabbadha wani.ofi.abbatu beksifata nutis isin.cina.jira lubbuwan koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FereSolomon-ph5sh
@FereSolomon-ph5sh 10 ай бұрын
This song with deep meaningful messages isn't only for Oromos but for all KUSH people..We Love You Oromumaa ❤️💚❤️✊✊✊
@Zone6_ff
@Zone6_ff 10 ай бұрын
Alaabaan oromo kana miti kana❤🤍🖤dha💪💪💪💪💪
@Singoitors
@Singoitors 9 ай бұрын
Pls help me
@MaskiHhh
@MaskiHhh 3 күн бұрын
Sirbaa bicha oddo hin tane jekarsa waqqefat nufi hojedha.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@murteetube575
@murteetube575 10 ай бұрын
Sagalee Ajaa'ibaa... Muziqaa hedduu bareedaa.... Viidiyoon waaaaaw waaaaaw... Story telling... Director 1ffaa
@FootballArmyMedia
@FootballArmyMedia 10 ай бұрын
Ijooleen shawaa bakka dhokatanii baha jiru🥰😍😍Yonan koo well come broye😍💪Oromo koo
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 10 ай бұрын
Woww bayeee bareddaa! Oromokoo wagaaa kumaaa nuuf jirdhaa. ❤🌳🌳Jabdhaaa qomokooo fi lamikooo!! Oromokoo Lencaaa abaa biyaaa ijolee gotaa fi ijoleee abaaa gadaa!
@ShananGadaa403
@ShananGadaa403 8 ай бұрын
Jiraadhaa!! Jijjiirrama guddaa irra jira aartiin Oromoo😍😍😍
@jonathanterecha6955
@jonathanterecha6955 10 ай бұрын
hoooo my people is in another level tho lovvvvvvveeeeeeeeeeee, proud of you guys and of course being Oromo
@huresae
@huresae 10 ай бұрын
Oromo art is just skyrocketing in two decades just amazing.
@AhmedEbrahim-y1g
@AhmedEbrahim-y1g 8 ай бұрын
Hoji ajaiba ibsu nama rakkisu sagale wali tane Dina qalesine. Jiradhu qali sa ko www amazing music.
@Orolove5
@Orolove5 10 ай бұрын
Ittii nuu himii nuuf haa baranii sirnaa keenyaa warrii hin beeknee.jabaadhuu jabakoo
@Fact1-o6
@Fact1-o6 10 ай бұрын
Great job❤ Sanyii Dr Xilahuun Gassasaa, hidda dhalata hawaash, Tuulamtichi biyya isaarratti du'a, Awaash dachee Oromoo keessatti bahuu didee❤
@teshomegezahagne3226
@teshomegezahagne3226 10 ай бұрын
Well-articulated and Fantastic Song” I'm amazed by how you maintain your performance in each beat Mr. and we are honored for this Historic song. Thank you for your contribution." your lyrics and melody expresses and energy also providing an opportunity to continue the conversation with our society!!👌👌👍
@mesaybekeles
@mesaybekeles 10 ай бұрын
what a beautiful job bro? everything is very good thank you very mach for providing such historical music.good luck!!
@raabsa_entertainment
@raabsa_entertainment 10 ай бұрын
I am from Kenya I love oromo music 🎶 ❤
@artanasaliyyii
@artanasaliyyii 10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii koo
@Senaa_B_tube
@Senaa_B_tube 10 ай бұрын
​@@artanasaliyyiimatti naa ta'ii sif ta'eraa
@andromedacassiopiea
@andromedacassiopiea 10 ай бұрын
Twins😅😅😅😂
@melkamubogale4713
@melkamubogale4713 10 ай бұрын
u are so oromo or kush
@Senaa_B_tube
@Senaa_B_tube 9 ай бұрын
@@artanasaliyyii anni duranuu sii ta'ee
@NegasaTolesaNT
@NegasaTolesaNT 10 ай бұрын
Wallee addaati. Galatoomi aboo! Koottaa wallee bareedaa kana daawwadhaa Oromoo! 🖤🤎🤍
@Yaiko255
@Yaiko255 10 ай бұрын
Joosiiko baga milkoofte haadhooko. Baayyee si jaallanna warqee oromoo❤❤❤
@Abdi-Hachalu
@Abdi-Hachalu 8 ай бұрын
How the hell on the earth this music didn’t went viral and still 200k views in 60 days? 😭 this is not music it’s historical masterpiece ⚙️⚓️
@BOONAA_SABAA
@BOONAA_SABAA 6 ай бұрын
That is what I am saying!!
@natismum8369
@natismum8369 5 ай бұрын
Same here
@negashbirrmeji6679
@negashbirrmeji6679 4 ай бұрын
Feeling sad 😢😢
@ገዳቢሊሱማየዶክተርአብይአ
@ገዳቢሊሱማየዶክተርአብይአ 3 ай бұрын
ቅንብር ላይ ነው ችግሩ
@DW-wq2vn
@DW-wq2vn 3 ай бұрын
They Wodent let It Dont Ask Who I Cant Tell You 🤫
@HamiticKushitic
@HamiticKushitic 10 ай бұрын
Just wow we Oromo sure have the best Adaa and the best people :) Naagaayaa and Bilisummaa to my noble Oromo people :)
@burqaaentertainmenttube989
@burqaaentertainmenttube989 10 ай бұрын
Wow....yonan biruk osoo hin dinqisifatiin bira hin darbu hojii ajaa'ibaati itti fufi akkasumatti❤❤❤❤❤❤
@moaalemayehu3696
@moaalemayehu3696 2 ай бұрын
Baayinaan Sirba dhaggeeffachuu hinfedhun ture,Sirba kana baay'ee jaalladheera.! Ati jabaa mucaati...Jabaadhu!! Ammayyuu waan danuu sirraa eega Sabni Oromoo!!
@HananeMohmmeda
@HananeMohmmeda 10 ай бұрын
Oro king 👑 iam from somli
@gutafun6948
@gutafun6948 10 ай бұрын
What a voice ! woow amazing oromo music,thank you bro❤
@Filan_official_
@Filan_official_ 10 ай бұрын
Rabbiin si yaa guddisu bakka guddaattin si eega 🙏👍💪
@aliizakko2398
@aliizakko2398 10 ай бұрын
Wooow Wan Ajibaa fidaan Dhugaa dubbachuufii
@Jonny14445
@Jonny14445 10 ай бұрын
It’s another level for me and the other Oromo singers all the song your voice sounds amazing 🎉thank s
@MesfinAkenaw-l6u
@MesfinAkenaw-l6u 10 ай бұрын
Oftanenus Director cimaa akka ajaibati hojetee galatoomi
@gadagada-z6u
@gadagada-z6u 10 ай бұрын
Oh amazing music.All pictures and acts of this music are defines true history all Kush family.
@FereSolomon-ph5sh
@FereSolomon-ph5sh 10 ай бұрын
❤️💚❤️✊✊✊
@Natowallo
@Natowallo 10 ай бұрын
I am from Wallo kamise Oromia ❤💚❤️ ilove Oromo Music
@beshenenuabu
@beshenenuabu 10 ай бұрын
❤❤❤ habibi koo 🎉 wallo koo
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 9 ай бұрын
Walllokoo nuuf jabadhaa oromokoo!❤❤
@GeletuDiriba
@GeletuDiriba 10 ай бұрын
Akkasi kinoo waan ofii faarsuun Yoon !❤❤
@DW-wq2vn
@DW-wq2vn 25 күн бұрын
WONDERFUL TULAMA(SHOWA)OROMO MUSIC ❤❤❤❤❤
@gadissamuluneh1663
@gadissamuluneh1663 10 ай бұрын
Love this Song, another level of Oromo music💪
@oftanenusful
@oftanenusful 10 ай бұрын
Wallee seenaa qabeessaafi bareeddaadha! galatoomi!
@KulaniGadissa
@KulaniGadissa 8 ай бұрын
❤❤❤ Kun seenaa guddaa dha. dhugaa dubbachuuf hedduu namatti tola I love it
@THUGLIFEUK58
@THUGLIFEUK58 10 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉 Tokko Du'uus Kan Caalu Dhufa Oromoo Koo I Proud Of You Saba Koo 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@ObseOro
@ObseOro 10 ай бұрын
Wowww Wowww God job ❤❤❤❤❤❤❤ jabadhu jabaa koo oromo koo💪✊️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@BashaNamomsa
@BashaNamomsa 10 ай бұрын
Amma iyyuu kan saba isaa qooddu Ayyaanni Oromoo nurraa haa dhowwu. Siif ammoo akkasuma beekumsa siif haa baayy'isu. Eebbifami. We are proud to have these generation who are selfless; who are at the high pick of self actualization. you are a committed leaders. we thank you. God Bless You
@MerobNGT
@MerobNGT 10 ай бұрын
I am from Germany i love oromo music
@MuussaaMuhammad-u4s
@MuussaaMuhammad-u4s 10 ай бұрын
@EbbaaRabi
@EbbaaRabi 3 ай бұрын
@mestudebel
@mestudebel 3 ай бұрын
@AshetuNegasa
@AshetuNegasa 10 ай бұрын
Dhugaa Sirba ajaayibati dhiiroo jiraadhu ,Kuma Kuma ammalleen Bar fiilmii hindii fakkaataa OMG amazing
@YabuHab
@YabuHab 10 ай бұрын
Wow Amazing Music! Keep going on Barrikoo Entertainment on This work😘
@AberuMegarsa
@AberuMegarsa 10 ай бұрын
Wowo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤bayye,ee bareda jabadhuu❤❤❤❤
@Brookmedia-mo1lt
@Brookmedia-mo1lt 10 ай бұрын
Sirbaa ajjayibaa 👍👍👍👍
@RashuSufi-jl6cm
@RashuSufi-jl6cm 10 ай бұрын
jabadhu sii dukkaa jira
@magarsaatuulio8823
@magarsaatuulio8823 10 ай бұрын
Wowo jabbaa nama ❤️❤️❤️❤️
@genisaudi8109
@genisaudi8109 10 ай бұрын
Wow ዘፈን ብሎ ዝምምምምምም
@ewundegnetu4077
@ewundegnetu4077 10 ай бұрын
Brother studio 👏👏👏👏👏 best music video
@eyujoshjd5915
@eyujoshjd5915 10 ай бұрын
maalo nuu jala turte ..❤‍🔥💥
@mentalhealthtube1
@mentalhealthtube1 10 ай бұрын
Walaaloo issaas nuu gadhisa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jabadhu bro amazing song
@chalew1355
@chalew1355 8 ай бұрын
what an amazing song!! yaa awaash kootichaa imaltuu gammoojjii!!!!!!!!!!!!!!!!!! fakkoo oromtichaa gaafa duula deemu hin fedhu waalechaa!!! ani laga awaash irrattin dhaladhee guddadhe. kanaaf waayeen awaash gaara koo na nyaata!
@BashaadduuKeno
@BashaadduuKeno 10 ай бұрын
Wow baay'ee midhaaga,jabaadhu jabaa keenya❤❤❤❤❤❤
@Karayu97
@Karayu97 10 ай бұрын
Yonan H ❤ Good jop Muccoo kenyaa
@senbetogebi836
@senbetogebi836 10 ай бұрын
Wow Gurraacha AFRICA TRAVEL to KILIMANJARO Keenya dubbiin oluma❤❤
@kiyaalemayehu4078
@kiyaalemayehu4078 4 ай бұрын
Underrated , Yonan you did great! ❤
@eyodabharmee
@eyodabharmee 10 ай бұрын
WTF music🤭❤️❤️❤️❤️ Waanan ittiin ibsu hinqabu...Safuu sagalechaa!
@dinkutadesse9385
@dinkutadesse9385 4 ай бұрын
Historical music thank you 🙏🙏🙏
@DinkaGaleti
@DinkaGaleti 10 ай бұрын
Wow tokkooffa dha audio video sound hunduu 100%
@Obseen2
@Obseen2 10 ай бұрын
Heart touching music.....keep it up ! Whata Good Job !!
@Abdata.ofical
@Abdata.ofical 10 ай бұрын
Abbaa daale❤ Oromo koo guddina labsa❤❤
@Senaa_B_tube
@Senaa_B_tube 10 ай бұрын
Maloo matti naa ta'ii❤
@nureddinbiftu5655
@nureddinbiftu5655 10 ай бұрын
Musiqan oromo guyaa irraa foyissaa guddaa agarsisaa jiraa ❤❤❤❤
@Imman-Elu
@Imman-Elu 10 ай бұрын
Akkas malee dhiiroo❤❤❤
@oftauutube5336
@oftauutube5336 10 ай бұрын
Hojii Ajaayibaati Galatoomi ❤️ 🥰 🙏
@BaalchaaTolosaa
@BaalchaaTolosaa 10 ай бұрын
Yonan best artst 👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤
@JamamaBuzunaa
@JamamaBuzunaa 10 ай бұрын
Wwww baay'ee garidhaa ❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤
@JenenusDejeneTube
@JenenusDejeneTube 10 ай бұрын
Hojii ajaa’ibaati koodee baga milkoofte ❤❤
@NigussieKingo
@NigussieKingo 10 ай бұрын
What amazing music ❤❤
@gadaa-
@gadaa- 10 ай бұрын
Wow baga nagaan dhuftte
@kebededesta2483
@kebededesta2483 10 ай бұрын
What a music incredible wow
@AshetuNegasa
@AshetuNegasa 10 ай бұрын
Go ahead like this,I love you so much bro Jiraadhu Obboluu ,ulfaadhu
@soresahuruma3772
@soresahuruma3772 10 ай бұрын
Hojii Ajaa'ibati #Yonatan ❤❤❤
@naolgonfa
@naolgonfa 10 ай бұрын
what a wonderful clip am amused jabaduu
@AhmedEbrahim-k9c
@AhmedEbrahim-k9c 3 ай бұрын
Wwww Yoonan Biruk Kun hoji Addati. Kanas qabna.
@naola
@naola 10 ай бұрын
👏👏👏🔥🔥🔥
@umeraliyi3020
@umeraliyi3020 10 ай бұрын
Abboo sitti haatolu, ni weellisteeree ajaa'iba goote. Umrii dheeradhu qaxaleekoo
@firehiwotgirmaa724
@firehiwotgirmaa724 10 ай бұрын
Osoon siin irra dhalachuu badhee yonna gubbadhee lammii koo iddoo jirtaanit waqqayyoo siin yaa eguu from Amboo❤️✌️
@hermaborena9485
@hermaborena9485 10 ай бұрын
Powerful music 🎶 🎵 ❤❤❤
@Fenet-cs8bx
@Fenet-cs8bx 10 ай бұрын
Bayye baredda oromoo music wooow❤️❤️❤️❤️
@Senaa_B_tube
@Senaa_B_tube 10 ай бұрын
Maloo matti naa ta'ii❤❤❤
@EliasAbdorahem
@EliasAbdorahem 10 ай бұрын
Wow bro jabadhuuu
@Burteeshawaa
@Burteeshawaa 10 ай бұрын
Sirbi kun ergaa heddu of keesa qaba galatoomi bro baga milkoofte ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@naty_takele
@naty_takele 8 ай бұрын
AM from Welega,this is unique music,,i like it's all part,,bro i love u,,this is great work we keep more works from u,,barriko entertainment i don't have for u,keep in touch guys
@tamiratgutema4530
@tamiratgutema4530 10 ай бұрын
I love it! 😊
@yordiyoyo-op6ke
@yordiyoyo-op6ke 10 ай бұрын
Thanks bro there is nothing that define oromo people like awash river ....
@kushstartubemusic4784
@kushstartubemusic4784 10 ай бұрын
wowwwwwwww Ilmaa Seenaa Horii buli 🎶🎶🎶🎵💕❤️❤️💕💕
@MimisheKediir
@MimisheKediir 10 ай бұрын
Wowww 🎉🎉🎉🎉 jabadhu jaba nama❤❤
@Senaa_B_tube
@Senaa_B_tube 10 ай бұрын
Maloo matti naa ta'ii wan ofi❤❤
@FiromsaTure-yo6sl
@FiromsaTure-yo6sl 10 ай бұрын
OROMOO KOO LONG LIVE🥰🥰😍😍❤❤
@Oro_let
@Oro_let 6 ай бұрын
The music that I waiting for it
@saddamnegeso3376
@saddamnegeso3376 10 ай бұрын
ooow its good cinimauthogrphy and music arraingment cooool
@wosondechosa5600
@wosondechosa5600 10 ай бұрын
Wow jabaa kenyaa❤❤❤
@milkitafese7049
@milkitafese7049 10 ай бұрын
Baay'ee namatti tola.jabaadhu.❤
@tufaaguraaraa
@tufaaguraaraa 10 ай бұрын
❤❤❤ baayyee bayyee namatti tola ulfaadhu❤❤❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 10 ай бұрын
Wow jabaa dhuu Leencaa sabaa 😍💪🎶 Translate to English
@Senaa_B_tube
@Senaa_B_tube 10 ай бұрын
Maloo matti naa ta'ii
@joobiratube
@joobiratube 10 ай бұрын
Wel Come dhiiroo!
@tesfayesori
@tesfayesori 10 ай бұрын
"Awash" Oso hintane Oromon Hawaas jedha.
@Nimiye33
@Nimiye33 10 ай бұрын
Wel Come Yoni🎉❤
@Senaa_B_tube
@Senaa_B_tube 10 ай бұрын
Maloo matti naa ta'aa
@fooziijeylaan8138
@fooziijeylaan8138 10 ай бұрын
Wow hojii ajiba ❤❤❤❤❤
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 8 МЛН
إخفاء الطعام سرًا تحت الطاولة للتناول لاحقًا 😏🍽️
00:28
حرف إبداعية للمنزل في 5 دقائق
Рет қаралды 80 МЛН
MY HEIGHT vs MrBEAST CREW 🙈📏
00:22
Celine Dept
Рет қаралды 39 МЛН
РОДИТЕЛИ НА ШКОЛЬНОМ ПРАЗДНИКЕ
01:00
SIDELNIKOVVV
Рет қаралды 3,9 МЛН
Andualem Gosa | Foote (New Oromo Music 2024)
6:43
Andualem Gosa
Рет қаралды 1 МЛН
Sirboota babbareedoo yeroo dhiyoo p1
19:11
gemeko
Рет қаралды 88 М.
URGESA ESHETU (Urji) Oromo Music SAYYOO Ft. Waadaa Diroo
5:12
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 206 М.
SHILLALAA SHII Oromo music by Eskindir Tamiru
5:13
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 6 МЛН
BAACAA SILASHII - BIRRII TIYYA | New Oromo music 2024 (Official Video)
5:36
Lencho Gemechu-Hiyyaana (Official Video)
5:29
Vision Entertainment
Рет қаралды 487 М.
ELAA  Gajo Tilahun New Music Video 2024
4:54
Gajo Tilahun
Рет қаралды 523 М.
إخفاء الطعام سرًا تحت الطاولة للتناول لاحقًا 😏🍽️
00:28
حرف إبداعية للمنزل في 5 دقائق
Рет қаралды 80 МЛН