Kenbon Imran (abbaashittoo) Shanakka Roobee (umersuleyman) New Oromo Music 2024

  Рет қаралды 444,504

Kenbon imraan

Kenbon imraan

Күн бұрын

Пікірлер: 1 300
@ararsatadesse1957
@ararsatadesse1957 3 ай бұрын
Hojii bareedadha. Weellisaa Umar Suleeymaan isan ijoollummaa kootti kaasseetasaa teeppidhaan dhaggeeffannu na yaadachiiste. Wow.
@AbdiiMoham
@AbdiiMoham 3 ай бұрын
Mee namni akka koo Abba shittoo onneerra jaalattan like godha ❤❤❤❤
@jmlft3701
@jmlft3701 3 ай бұрын
I am from France hojii gaaridha dhugaa jabaadhu
@abdiiAlbolka
@abdiiAlbolka 3 ай бұрын
Woooow!! Ani jireenya kiyya keessatti sabboonummaa Art Umar Suleeyman irraa baradhe!!! Rabbiin umrii isa haa dheeressu!! Abbaan shittoo seenaa bareedaa nu yaadachiise!!! Galatoomi!!!
@GedisaHasano
@GedisaHasano 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Abbbaa Shiittoo Hayyuu Oromoo B BB Bayyee Si Jalaadhaa Hojiin Akkaana Kun Bayyee Nama Kakaasa Ittii fufuu qaba Lubbuu Kiyyaa Maal Koon siif Ta'aa Abbaa Shiittoo
@GanaIbrahim-t8e
@GanaIbrahim-t8e 3 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤
@biyyikoooromiyaa
@biyyikoooromiyaa 3 ай бұрын
❤❤❤❤
@Kiiyaatiiyaa
@Kiiyaatiiyaa 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@ShaamilooAmiin
@ShaamilooAmiin 3 ай бұрын
Www hedduu namati tola jabaadhu itti fufii sirba Umar suleeyma heddu jaaladha sirba isaa irraa deebite sirbuu keetif heddu das nama jedha 🥰🙏
@Boonsaamuhaammad-w3j
@Boonsaamuhaammad-w3j 3 ай бұрын
Welcome bay'ee gaariidha jabadhu abbaa shittoo
@HafteeDhoombir
@HafteeDhoombir 3 ай бұрын
"Ka Arsii hundee gootaa anillee hin nyaadhu maqaa", abbaa shitoo galatoomi sirba umar suleymaniin as bahuu keetiif, i have a memory with his music when I was child, I'm waiting for you with another umar suleyman music. Jabaadhu Arsicha baale keessa❤
@SultanShibru-m4v
@SultanShibru-m4v 3 ай бұрын
bayee hojii bonsaa hojatee jabadhuu ilimaa oromoo qalii
@AbdiiMoham
@AbdiiMoham 3 ай бұрын
Jabeeffamuu qaba abbaan shittoo Baga keenya taatee jabaa ufii abbatu jabeffata.
@Orabirraa
@Orabirraa 3 ай бұрын
Congra boss jabaa akka sibiilaa Milkaahi
@IbsaOro-w7g
@IbsaOro-w7g 3 ай бұрын
Tokkofadha Abba shitto jabadhu baay'ee tokko sif gammane warri gasaraa
@MoonekaaMbaalee
@MoonekaaMbaalee 3 ай бұрын
Shookaa fi Afrikaa na yaadachiifte bro
@JewarHussien
@JewarHussien 3 ай бұрын
wowwwww sagalee aanan kanaan; wolaloo Bachoo dillaka kana unadhaa yaa oromoo!!!•
@musamohammed4463
@musamohammed4463 3 ай бұрын
Attu gootumaa akkaa Umer suleymani. Jabaadhu Abaa shitoo!!!
@bushurahmad9558
@bushurahmad9558 3 ай бұрын
Wwwww huji addaati oromo kootu laali waan ke amazing bro💃🕺🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@MamadOromo-dk3il
@MamadOromo-dk3il 3 ай бұрын
Kenbon bayy'ee hojiin Kee bareeda jabadhu itti fufii
@KaddeIbrahim-rn5sr
@KaddeIbrahim-rn5sr 3 ай бұрын
Waw Abba shitto kenbon imaran hin danda'amne lencaa ko dhugaa rabbi dhagefadhe qufuu dadhabe irra dedebise dhagefadhe hiriyyotaan kiyya walin kessati bakka gerarsa San qataa xirri irra kahadhe mangisti Koo Quufu dadhabe jabadhu itti fufi haluma kanan gana kana ol sirra egnaa Amma kaa dandetin Duran dhokate mul'achun
@YusufGebi-q4z
@YusufGebi-q4z 3 ай бұрын
Wow keenbon imraan jabaadhu jaba nama
@HamzaAwel-p4j
@HamzaAwel-p4j 3 ай бұрын
Namni sitti tolee laayikiidhaa na gargaaraa👍👍♥️♥️
@BelalAdem-n3u
@BelalAdem-n3u 3 ай бұрын
Woooooow wow wow wow wow❤❤❤❤❤❤❤ hedduun si jaalanna Tokkicha baaleeeeeeeeeeeeee bahe
@FarsiiMaan
@FarsiiMaan 3 ай бұрын
Wooowoowowowowow nuf jiiradhu jabaa kenyaa
@RobaAbdela-z7y
@RobaAbdela-z7y 3 ай бұрын
Kenbon duraanu Ani abdii sirraa kaa'ee ture yoo hin yaadatta ta'e ❤ Abjuun koo na dhugoome jabaadhu ammalle hojii baayye si hafa❤
@tesfayebekele5874
@tesfayebekele5874 3 ай бұрын
wow baay'ee namatti tola jabaadhu
@negesotube6164
@negesotube6164 3 ай бұрын
Am From Australia I love Abbaa Shittoo& umer suleyman Music❤🎉🎉🎉🎉🎉
@omerDreams2022
@omerDreams2022 3 ай бұрын
Siif haa godhuu bro kiyaa❤❤
@HusseinHassen-g6d
@HusseinHassen-g6d 3 ай бұрын
Keenboon Dhuguma dandeettii qabda jabaadhu si waliin jirra
@NadhiiMohammed-xq5so
@NadhiiMohammed-xq5so 3 ай бұрын
Akkam akkaan jedhu hin beeku dhugaa hedduu takka bareeda. Baay'ee gaarii akkanumatti itti fufi jabaadhu nama koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MegersaBirhanu-n5y
@MegersaBirhanu-n5y 3 ай бұрын
Jabadhuu Qaalii kenyaa Dhugaa hedun sidinqiisifadhaa
@firaolture-yw8vs
@firaolture-yw8vs 3 ай бұрын
WOW wow wow wow bay'ee bay'ee bareeda dhugaa
@OROMANKUSHOROMO
@OROMANKUSHOROMO 3 ай бұрын
Wow akkam namatti tola leenca sabaa yaadot dumaali tiyya
@kuushioromo5548
@kuushioromo5548 3 ай бұрын
"Obsi Homaayu miti Hinaarii Tiyya,Natti hin Aarini Roorro Na Baase Biyyaa!"❤👌
@anwaraman9927
@anwaraman9927 3 ай бұрын
Number one, jenne jira nii dandessa aboo
@MustefaReact
@MustefaReact 3 ай бұрын
Abbaa shittoo bay'ee si jaalanna nuuf jiraadhu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Baga milkoofte
@ArseArse-o9i
@ArseArse-o9i 3 ай бұрын
Woww Abba shittoo ilamma Sikkoo mando baayyee bareeda
@AbdelaQasim-w8u
@AbdelaQasim-w8u 3 ай бұрын
jabaadhu jabaa keenna sifaana jirra yoomiyyuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@ahimeddinsaid3181
@ahimeddinsaid3181 3 ай бұрын
Jabaadhu artii keenya iddoo Umar Usuleeyman faati kaahanii kaasaa jirta! Abdii sirraa qabna yaa ilma aayyaa💪
@HakimoAmin-f6k
@HakimoAmin-f6k 3 ай бұрын
Jabaadhu Abba shitto si cina jirra nuti Jollen kana caala si jabeesinna❤❤❤❤❤
@MustefaObsa-q3r
@MustefaObsa-q3r 3 ай бұрын
jjabaadhu, hayyuu gameessa umer suleeman seenaa isaa deebistee waan haarohoomsitteef galatoomi.
@BilishaaHanqooloo-vs4rk
@BilishaaHanqooloo-vs4rk 3 ай бұрын
Siin fakkatu Dhugaa abbaa shittoo J/umar usuleymaan ykn Gaaddiisaa m huussen kaan jarati kuun isaantu irraa tolaa Atiis garuu nuuf jiradhuu❤
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 ай бұрын
🤣
@RahmaaSefudin-d7v
@RahmaaSefudin-d7v 8 күн бұрын
Wowoww Welcome Akasii Esukoo Ijolee kenyaa muca Kanaa Jajabesaa bareachaa 🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️🌳🌳🌳🫶🫶
@AbayAbay-i2o
@AbayAbay-i2o 3 ай бұрын
Oromo muca kana gudisa ilma siko Mando Jabba uffi abbamatu jabefata ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@sameeraali4601
@sameeraali4601 3 ай бұрын
Wowwo abba shitoo kenaa jabadhu qaalii ilmaa sikkoomannddoo🥰🥰🥰🥰🥰
@FäĥmAű-k3v
@FäĥmAű-k3v 3 ай бұрын
😂😂😂😂
@sameeraali4601
@sameeraali4601 3 ай бұрын
​@@FäĥmAű-k3v😊🤫🙆‍♂️😄
@gemechudaka3082
@gemechudaka3082 3 ай бұрын
😢😢😢
@gemechudaka3082
@gemechudaka3082 3 ай бұрын
Kana kessaa bahii
@RozaUmer-n2h
@RozaUmer-n2h 2 ай бұрын
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤
@dhanqeeshow
@dhanqeeshow 3 ай бұрын
Jabaadhu fuuldurri kee ifa guddaadha
@GalataaLabuu
@GalataaLabuu 3 ай бұрын
Wow bro waan ajaa'ibaati
@MustefaAhmed-ve7cs
@MustefaAhmed-ve7cs 3 ай бұрын
Abbaa shittoo heduu baredaa jabaadhu jabaa ufii abaatu jabefaata haa jajabesinuu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@YJk-c7x
@YJk-c7x 3 ай бұрын
Kenabon
@YJk-c7x
@YJk-c7x 3 ай бұрын
Kenanbon 2:36
@Asha-xv7jo
@Asha-xv7jo 3 ай бұрын
Wow namatii tola ittii fufii obbolesa koo
@Abdusalamhussein2
@Abdusalamhussein2 3 ай бұрын
I am from Maldives 🇲🇻 ❤ keep it up bro!
@ameeatube9702
@ameeatube9702 3 ай бұрын
Galattomi abbaa shiittoo.Biyyaa yaadanaa nu deebistee.yaadanoo biyyaa nu kaaste.sirbi keenya akka oromiya dhufuuf na kakaase jira.100% waan ofii abbaa jabeefata nu jabeesa mucaa kan
@AbdiSalih-g8b
@AbdiSalih-g8b 3 ай бұрын
Wallahi . I'm so proud to be bale
@Intothedarktell
@Intothedarktell 3 ай бұрын
Warra Ballee shubbisii ka ❤❤
@BulaKuchu
@BulaKuchu 19 күн бұрын
Eow amzing vedio!!"
@HamzaUmer-cz6qv
@HamzaUmer-cz6qv 3 ай бұрын
Hojii boonsaafi hedduu jajjabeeffamuu qabuudha kenbon bareedaa qaalii sabaa❤❤❤❤
@IsaAbu-nq1zx
@IsaAbu-nq1zx 3 ай бұрын
Bareeda garuu sirba umarii osoo joorjimaaf dhiisanii gaari
@Boorailmajalala
@Boorailmajalala 3 ай бұрын
Qimami kiyya ❤❤❤❤
@mustefaaliye6652
@mustefaaliye6652 3 ай бұрын
Sirba umar suleymaan nama heddutu hojjate garuu nama akkanatti hojjate takkaa hin garre ani. jabaadhu kana caala akka hojjattu abdii sirraa qabna umrii dheertuu siif hawwa qaxalee ilma aayyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@UmarAbdulfath
@UmarAbdulfath 3 ай бұрын
I'm form south Africa I love abba Shito ❤❤ congratulations to abba shitoo 🎉🎉🎉❤
@AbdiiAhmad-j6r
@AbdiiAhmad-j6r 3 ай бұрын
Jabaadhu leenca kiyyaa si Haa taatu wanti marti waanyoon daaraa bubbeen fuute haa tatu
@ImaanaaSG
@ImaanaaSG 3 ай бұрын
Ajaa'iba ❤️
@kebaroromo6099
@kebaroromo6099 3 ай бұрын
Wooww sirbaa heddu jaladhudha sirboota durani irraa deebi'ani yeeroo haromsan uf eggaana goochun barbachisa jabadhu wan garirraa jirta fulduraf sirba umar suleyman hunda rmx goote hoji kana caalu sirraa egnaa
@MuhabaAwol-h2g
@MuhabaAwol-h2g 3 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@muussas
@muussas 2 ай бұрын
Baroo
@AfendiUsmail
@AfendiUsmail 3 ай бұрын
Leenca Kiya sanyii hussen bunee jabaadhu
@AdanuAkala
@AdanuAkala 3 ай бұрын
I M Fano I Love Oromo Music😮🎉
@samirkhanamerican0910
@samirkhanamerican0910 3 ай бұрын
❤❤❤ gurbaa baalee leencaa ambaa maraa 🎉
@MisraTahir-fe5mv
@MisraTahir-fe5mv 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤𝕎𝕠𝕨 𝔸𝕓𝕓𝕒 𝕤𝕙𝕚𝕥𝕠
@SultanShibru-m4v
@SultanShibru-m4v 3 ай бұрын
bayee hojii bonsa hojateejabadhuu ilimaa oromoo qalii
@AnuwarBadri
@AnuwarBadri 3 ай бұрын
Welcome 🙏🥰
@ZakirMuhammed-c9i
@ZakirMuhammed-c9i 3 ай бұрын
wow muziqaa hedduu bareedadha jabaadhu bro❤
@otogatamiru4689
@otogatamiru4689 3 ай бұрын
Qimamii haati deese, Abbaa shittoo! gooticha fi hayyicha umar suleeymaan hojjii isaa, yaadannoo fi miiraa yeroo san qabnu faana irraa deebitee nu fidde! dhangaa mimmi'eesite nuu qoodeef hedduu ulfaadhu koode!
@user-un4nq3si7d
@user-un4nq3si7d 3 ай бұрын
Waw bayee tokko namatti tola Abbaa shittoo❤❤
@AlamudinIbsa-z3x
@AlamudinIbsa-z3x 3 ай бұрын
Aba shito never give up 💪 nuti oromon wal gudisu hin beynu ganduma yo taate male harargeefi baale nama gudisu male namni isan gudisu hin jiru❤❤
@YahyaMahmud-g6l
@YahyaMahmud-g6l 3 ай бұрын
Hojii ajaibati jabaadhu bro akkana kinoo
@SophiaFatima-zn7hc
@SophiaFatima-zn7hc 3 ай бұрын
Wow uf serbba kana durayu bayee jalaldha uf jabadhuu sanyii lenna😊
@MuhamedJeylan-b7w
@MuhamedJeylan-b7w 3 ай бұрын
Thanks bro kiyyaa baguma achi kessaa bate hujii bareda irraa jirtaa jabadhuu addaa dur debissa jirta
@DachasAamad
@DachasAamad 3 ай бұрын
Wow jabaadhu sagaleen kee baayye namatti tola ❤
@mulukenkebede_mk
@mulukenkebede_mk 3 ай бұрын
Great job Abbaa shittoo kenna. I really enjoyed from somewhere in the world, far away from Oromia
@jibirelkalili
@jibirelkalili Ай бұрын
wow aba shito dhuguma abshaladha atii Abshaluman Akka of tahu ta'e nu barsiste galatomi
@godanaomar6011
@godanaomar6011 3 ай бұрын
Congratulations for your new video and preservation bale cultural values.
@IfaKey80
@IfaKey80 3 ай бұрын
Woooow Amazing song Abbaa Shittoo
@sure.w
@sure.w 2 ай бұрын
baredaa mucaa oromaa jabadhuu ittii fuuufffffiiiii 2:22
@baalliitube9483
@baalliitube9483 3 ай бұрын
Abba shittoo wel come jenne jirra haluma kanaan itti fufi lenca baddaa baale weelu isaa haala kanaan barechitte gadi dhiisu ketif nutti tole jira ilmoon leencaa leencuma jabaadhu 🎉🎉🎉
@jebarjo599
@jebarjo599 3 ай бұрын
Dhuga dubbachuf dhageefadhee quufu dadhabe bayye namatti tola dhiira nama❤🎉jabadhu hoji gudda sirra egna from shashe
@saedaMamma
@saedaMamma 3 ай бұрын
As wr wb Abba shitoo qalii kena Abban fedhee haa gubatuu baga ittii cabisitee❤❤❤❤❤❤
@DinoAhmed-q1z
@DinoAhmed-q1z 3 ай бұрын
Wwwwww bay'ee baredaa sirbaa Umar irraa debited hojachuu keetiif sensa guddaa ol bafte Abbaa dhiitoo Kan caalaa jabadhu qacalee nama
@AbdiiMoham
@AbdiiMoham 3 ай бұрын
Abboo dhugaa dubbatuuf akka an eegaa jiruu ol natti tahee . Akka itti ibsuun dhabee❤❤❤
@SultanShibru-m4v
@SultanShibru-m4v 3 ай бұрын
bayee hojii bonsaa hojatee jabadhuu ilimaa oromoo qalii❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-mv9jk1Alemuddiin
@user-mv9jk1Alemuddiin 3 ай бұрын
Wow very amazing 👌👌👌ni dandetaa dhugaa jabadhuu akkanumattii ittii fufii 🥰🥰🥰
@AbuKabeto-lq2dj
@AbuKabeto-lq2dj 3 ай бұрын
Dhiiroo guddina walabaa fi classic music in the world Tirrii
@GannaMedia
@GannaMedia 3 ай бұрын
Jabadhuu Wani garidhaa
@MuftiAdem
@MuftiAdem 3 ай бұрын
Wow bayee namattii tolaa jabadhuu 🎉
@IZOBale
@IZOBale 3 ай бұрын
Waa hundiii sirra tola jaala koo umrii nuuf dheeradhuu 🎉🎉🎉🎉🎉❤
@55555_
@55555_ 3 ай бұрын
This needs to be nominated for an award!!! Abba Shitto to the top!!
@ZakiosTadessa
@ZakiosTadessa 2 ай бұрын
Jabaa ofii abbaatu jabefata. Jabaadhu. Abba shittooo❤
@NuraddinKamaal
@NuraddinKamaal 3 ай бұрын
Welcome birroo Koo wawuu qallii koo
@mammichoothman7425
@mammichoothman7425 3 ай бұрын
Woowow hedduu nama tola jabaadhu ammas hojiii gaarii jalqabde
@TokkuummaaOro
@TokkuummaaOro 2 ай бұрын
Wowwwwwww jabadhuu qalii sabaa
@ilkasanuma
@ilkasanuma 3 ай бұрын
Bombii teenya yaa abbaa shittoo. Yaadannoo 19 sagaltamootaa nu yaadachiifte❤❤❤
@nadifawel2987
@nadifawel2987 3 ай бұрын
Waw bro kiyya bayyee sii jalana
@AdemKaso-yt3nj
@AdemKaso-yt3nj 3 ай бұрын
Waw. Jabadhuu. Bayyee. Baredaa
@NuradiniHusnee
@NuradiniHusnee 3 ай бұрын
Jabadhuu jabatuu senaa ofii bekaa
@Mage749
@Mage749 3 ай бұрын
Wow 👍Jabadhuu haalummaa kanan itti fuufi
@MuftiiHajii
@MuftiiHajii 3 ай бұрын
Wwwww qacale oromo ija hama sirraa haqabu kan Dr Ali birra irrattis yoo hojjatte gaari natti fakkata
Keol Negesa - AMMA - New Ethiopian Oromo Music 2025 (Official Music Video)
6:15
ELSA NIGUSE Oromo Music DAMMUULEE
4:45
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 114 М.
Try this prank with your friends 😂 @karina-kola
00:18
Andrey Grechka
Рет қаралды 9 МЛН
Quilt Challenge, No Skills, Just Luck#Funnyfamily #Partygames #Funny
00:32
Family Games Media
Рет қаралды 55 МЛН
Kenbon Imran (Abbaashitto) Sukkaaree- (Official Video)
5:03
Vision Entertainment
Рет қаралды 455 М.
DAWIT GIRMA: bara baaqqee! Full album
1:29:30
Dawit Girma Fufa
Рет қаралды 61 М.
Gaafin Umar Suleyman Juwar Mataa Dhukkubsite
28:03
OROMIA CITY
Рет қаралды 82 М.
Caalaa bultume yoosaan geetahun Andu'alam gosaa
17:47
Waliif Official
Рет қаралды 489 М.
Galataa Labuu Wallee Gitaaraa. Guitar music remix 2024
14:51
Galataa labuu
Рет қаралды 799 М.
Try this prank with your friends 😂 @karina-kola
00:18
Andrey Grechka
Рет қаралды 9 МЛН