barnoota fayyaa kutaa 44ffaa

  Рет қаралды 88,471

Sheikh Ali Hassan Shuune

Sheikh Ali Hassan Shuune

Күн бұрын

Пікірлер: 189
@sumayyasumayya773
@sumayyasumayya773 Жыл бұрын
Ustaaz dhiifamallee naaf godhaa viidiyollee hin dheeressinaa haasaa gidduuttillee hin baay'isinaa faaydaa isaa dafaa nuuf himaa namni viidiyoo dheeraa hin laalu dhiifama yoon balleesse mee warri yaada kiyya qabdu like naaf godhii na garsiisi🙏🙏🙏
@ابوخالدعبدالرحيم-ث8ف
@ابوخالدعبدالرحيم-ث8ف Жыл бұрын
Hi
@AhlulKheeyri
@AhlulKheeyri Жыл бұрын
Abbaan miidhame hanga fedhe turuus obsa qaba, siyaasa jalaaw numa turra.
@SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
@SumayaaJaallatuuDinniiislamaa 29 күн бұрын
Yoo dhaarifttee dhissi atii deemii ossoo waa birraa ta,ee guyyaa guttuu irraa olitaa
@madenamadena9125
@madenamadena9125 4 жыл бұрын
Maashaallaa barumsii ba'yyee gariidhaa garuu ni dheeresitaan ustaazaa
@eliyasen5008
@eliyasen5008 3 жыл бұрын
Raabin sihaaidau
@abdulazizmahamad-t4b
@abdulazizmahamad-t4b 2 ай бұрын
Maashaa allaaha sheeka hojiin keessan hedduu nu garggaare jannataan isin haa qananiisu!
@gibeeshanan
@gibeeshanan 4 жыл бұрын
AsselamuAlykum worahametullah wobarekaatu ya Sheikh kenyaa nuf jiraadha barnoota ajaa'ibaa ma shaa Allah, Rabb isinirraa hajaalatu,
@ummuanasbiintiislaam2507
@ummuanasbiintiislaam2507 4 жыл бұрын
Gababsaa hanguma bu.aa isaa irra dubadhaa barakallahuu fiikuum sa.ati baayyee dherataa
@hajiiaisha8297
@hajiiaisha8297 4 жыл бұрын
Mashallah tabarak Allah jezaak Allah wakeran Rabbin umurii kesan nufa dheresuu ☝️💯👌
@ansar450
@ansar450 4 жыл бұрын
Mashaa aallaaha yaa shek Alii Hassan Shunee umrii rabbii sif ha keenuu nujjiradhu
@ummuasma8043
@ummuasma8043 4 жыл бұрын
Yaa sheeka rabbiin isiin irraa haa jaalaatu waan baayyee gaariidha sirraa barannee masha allah masha allah masha allah tabarakallah garuu joollee wan lagaa qabdu akkamiti luluqachisu taati taa umriin isani amata 2 fi taa bati 7 mee akkamiti itti kanina garati gad liqimsiti wan tahef
@shafikadir1205
@shafikadir1205 Жыл бұрын
Galatomii shak Kenya umrii dheeraa Rabbiin siif haa kennuu
@kokoko608
@kokoko608 5 жыл бұрын
Maashaallah tabarakal rabii isiin irraa haa jalatuu jezaakumulaha waa keyran
@MuhammedHussain-cn6um
@MuhammedHussain-cn6um Жыл бұрын
Maasha allaah yaasheka keenya rabbiin galata guddaa siif haagalchu
@Ummatakiyyaf
@Ummatakiyyaf 4 жыл бұрын
Mashaa allaaha sheik xiqo gagababasa yero dhira fudhate
@SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
@SumayaaJaallatuuDinniiislamaa 29 күн бұрын
Mashaa Allah shekaa kenyaa
@wsw3793
@wsw3793 2 жыл бұрын
Mashaallah Mashaallah Mashaallah Barakaallahwofiikii
@amadiyahusen7720
@amadiyahusen7720 3 жыл бұрын
shekah as wr wb anaa yeroo bayee lapahe kana jelati naa naa dhukaba dawani isaa mali
@sumayyaamuusaa2570
@sumayyaamuusaa2570 Жыл бұрын
Waleykumusalamii waramatulhii wabarakaathu Mashallaa tabarakallaa rabbii isiin irraa haa jalatuu yaa sheeka kenyaa Osoo gagabaabaate silaa bareedadha Akka namu irraa fayadamu Amma namni dheerachu isaa kanaa lalani bira kutuu gagababsa dhifamaa waliin🌷🌷
@nahimaabdalla8480
@nahimaabdalla8480 6 жыл бұрын
Sa'aati gababsa yaa utataz nuraati hin dheresina barkallhu fiikum
@kwtbbhh119
@kwtbbhh119 3 жыл бұрын
As wr wb masha Allah masha Allah jzk ☝️☝️☝️☝️🤲🤲🤲🤲💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🥰
@mohamedusmail
@mohamedusmail Жыл бұрын
Dasiiusmail the first
@liyamahmmadmahmmad8552
@liyamahmmadmahmmad8552 3 жыл бұрын
As we wb sheeka osoo gosa mukaa irraa him taane gosa dhibee irraa himtani Haala Amma himaa jirtaniin gosti mukaa tokkoo dawaa dhibee hedduu waan ta'eef irraa fahamuuf nama rakkisa xiqqo jazaa kallaah kheyrn
@sabrinasabrina7205
@sabrinasabrina7205 6 жыл бұрын
Mashallah galtoma Sheka. hixaa mana kenna kessa jiru nuuf fidani hadha Mashallah
@aslihantvalhamdulillah7137
@aslihantvalhamdulillah7137 5 жыл бұрын
Ws wr wb Mashallah Shukran barakallahu feekum
@abdushakuurhajjii
@abdushakuurhajjii 9 ай бұрын
الله يرحم الشيخ
@AbdoadilooAdiloo
@AbdoadilooAdiloo 7 ай бұрын
Shekaa ini kuni hixanaa biyaa kenaa sanii moo gargaraa
@AbdoadilooAdiloo
@AbdoadilooAdiloo 7 ай бұрын
As wr br isumaa itopiya Jiruu sanii
@AbdoadilooAdiloo
@AbdoadilooAdiloo 7 ай бұрын
shekaa mee nafii debeisaa
@zaharazahara-oj5sv
@zaharazahara-oj5sv Жыл бұрын
Mashaa allha ustaaza j/kumullha keyran
@naifjuwar3
@naifjuwar3 4 жыл бұрын
As WL Wr akkam nagumakesani ustasa keenya dhukuba rihii/narvi fidhiba dhigaa qabda nan jedhani yoo Rabbii siniti laafise dawwa isa nahima.
@yaashirrishirri8992
@yaashirrishirri8992 8 ай бұрын
rabbi rahmata isiniif haakennu
@asefaedosa8761
@asefaedosa8761 4 ай бұрын
hiixaanaa
@UmerGudeta
@UmerGudeta 11 ай бұрын
Mashalla, ustaza
@haleemahaleema4785
@haleemahaleema4785 4 жыл бұрын
Maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah raabbiin isin haa jalatuu garuu hasah hedumsitaani
@kezinamashaalllahrabbiisin5579
@kezinamashaalllahrabbiisin5579 6 жыл бұрын
MashA allah masha allah rabbii isiin irra hajalatuu
@sososameera8261
@sososameera8261 5 жыл бұрын
Mashaallaah rabbin isinira haa jallatu jzkl
@arabojamal6870
@arabojamal6870 5 жыл бұрын
Libanata
@binthabib2131
@binthabib2131 2 жыл бұрын
Anii abshaaadha rassuullii sallallaa waliye wassalam biyyaa abashaa deema jedhanii maale biyyaa oromiyaa deema jedhanii maale
@nuriyamusa3678
@nuriyamusa3678 Жыл бұрын
Mashaala tabarakal mashaala tabarakal mashaala tabarakal mashaala tabarakal mashaala tabarakal mashaala tabarakal
@fifiijimma8237
@fifiijimma8237 4 жыл бұрын
wol qunamti salatif akkamitti itti fayadamna hin arfana mo ni dhugnaa
@nejuy3737
@nejuy3737 5 жыл бұрын
MaShaAllah ustazunaaa
@safiyasafiya3957
@safiyasafiya3957 4 жыл бұрын
Mashallaa mashallaa baredaa garuu..galatomaa
@fouzyaabdullah3082
@fouzyaabdullah3082 Жыл бұрын
As wr wb akam jirtuu naguma Me Adara Wan qufa nara dhabu qori yoo nasene fi akasuma wan foli qabu yoo finyaniti na sene qufan nara dhabatu sagale narati qayare nara ture waga 2 boda nati debie jia 4 nara ture duran Ama lapen na dadhabe 😢
@isaberisha4364
@isaberisha4364 4 жыл бұрын
Rabbiin isin nu ha eguu
@haaliimwomans1018
@haaliimwomans1018 5 жыл бұрын
Mashaalhaa raabii issinii iraa haajaallatuu
@Mitchu234
@Mitchu234 6 жыл бұрын
Mee yabboo ustaaza keenya yeroo keessan gababsaa itti fayyadamaa
@Mitchu234
@Mitchu234 6 жыл бұрын
Yeroon baay'ee dheeratee.. Gaggababsaa dubbadhaa please..
@mahamaddawid279
@mahamaddawid279 4 жыл бұрын
As wr wk dawa buroo nuhimii
@abdurahamantusuu8301
@abdurahamantusuu8301 3 жыл бұрын
As we wb gallatomaa hallam nammaa gamachis barrumis Keenan ummiirrii Iain hadherrees
@madinaahmad3426
@madinaahmad3426 Жыл бұрын
As wr rb Akkami jirtaa mee lakofsaa kesaniii imo naa kenaa
@alimusa3465
@alimusa3465 4 жыл бұрын
جزاك الله
@fullastube3262
@fullastube3262 3 жыл бұрын
Ih
@ateeqateeqz7422
@ateeqateeqz7422 5 жыл бұрын
Ws wr wb masha alha tabrkal jzk
@fatumahajjii3288
@fatumahajjii3288 6 жыл бұрын
Mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah tabarakallah Jzk keyran 🌷🌷🌷
@zeynabaa
@zeynabaa Жыл бұрын
Maashaallah ❤❤❤
@foiziyaabdii8647
@foiziyaabdii8647 Жыл бұрын
as wrwb ❤❤❤❤
@foiziyaabdii8647
@foiziyaabdii8647 Жыл бұрын
12:16 masahallahai
@radiyaarsi2651
@radiyaarsi2651 Жыл бұрын
As wr wb
@wsw3793
@wsw3793 2 жыл бұрын
Jazaakumullaa keeyrani 👍👍👍📚📚📚
@muzayanoro6296
@muzayanoro6296 Жыл бұрын
Sheka dawa kintaarot ykn bawaasiir naaf himaa mindaan keessan rabbirraa
@mkhtaarmahmuud2178
@mkhtaarmahmuud2178 3 жыл бұрын
جزاكم الله خيرا و احسن الجزء
@qatar3558
@qatar3558 Жыл бұрын
Dhirinni haasa qoftii mudhii nama nama kuta Mee dhifama wajjin dhageffanne irra akka fayyadamnu fayyadamnuf haasa gabaabsa
@radiyaarsi2651
@radiyaarsi2651 Жыл бұрын
Mashallaa tabakalaa
@MohammadGhahaau
@MohammadGhahaau Жыл бұрын
❤❤❤❤wowAmeeen
@sanyiacaluhundesa7102
@sanyiacaluhundesa7102 2 жыл бұрын
Heddu nuti dheresitan ka sheka yero hin qabnu tenye dhagefachuf jiru biyya orma
@sanyiacaluhundesa7102
@sanyiacaluhundesa7102 2 жыл бұрын
Jazkalhu keyran
@AminHasan-jk7bb
@AminHasan-jk7bb 5 ай бұрын
As ww wb hiixaana isumaa biyyaakenyaati shekaa?
@saadusaadu1191
@saadusaadu1191 5 жыл бұрын
As wr wb Akamaa Nagadhaa shekaa gafaani qabaa dhukubaa Ramoo garaa keessa manii
@jemilashow7669
@jemilashow7669 4 жыл бұрын
Ganama garaa duwwaati ykn osoo hin nyaatin xeenaadama ykn caradaama akkaa shaayiti dhuguu yaansuum waliin yoo argatee baala isaa nyaates rakkoo hin qabu maqaan isaa afaan arabaatin xalaxaam jedhama
@kokoko608
@kokoko608 5 жыл бұрын
Aslamaleykum woramatulahii wobarkatuhuu
@SalahAhmed-ms3jt
@SalahAhmed-ms3jt Жыл бұрын
Ws wr wb
@NanatiKemal-lo2so
@NanatiKemal-lo2so Жыл бұрын
Dawan Kun essati argamti maqaan bira jiraa
@aabbookk893
@aabbookk893 5 жыл бұрын
As. Wr. Wb. Mashaa. Allha👍👍👍👍👍
@usmailyoniis7270
@usmailyoniis7270 Жыл бұрын
jzk
@bilalumar7056
@bilalumar7056 5 жыл бұрын
As wr wb shek keenya rabbbiin isiin haa milkeesuu enshaallaah. yaa sheek keenya ijoleen wagga 7 gadii fudhachuu nii dandeesii waan asasiiyaa qabduuf.?
@أمسعد-ف4ذ
@أمسعد-ف4ذ 4 жыл бұрын
Mashallahaa Jzk
@ifaashow8215
@ifaashow8215 3 жыл бұрын
Galatoomaa Abbaa Abdalla
@aishamusa2241
@aishamusa2241 Жыл бұрын
Waleykum Salaam Warahmatullahii Wabarkatuhuu S a w mashaa Allah Tabarakallah sheikh kenya rabbin umrii issin hadherysu ❤
@FaxmamOromo
@FaxmamOromo Жыл бұрын
Maash Allah Maash Allah Maash
@summayyaaoromiyya261
@summayyaaoromiyya261 6 жыл бұрын
Suuran wanna kaan nafa hin gale garu ustaaza keen kabajamoo
@raheemamoh334
@raheemamoh334 5 жыл бұрын
Hixannaa Adii yokn lubbanii jedhamaa afanii Arabatinii
@Hiree4690
@Hiree4690 Жыл бұрын
Jzk ❤❤❤❤❤
@fatmafatma3638
@fatmafatma3638 4 жыл бұрын
Mashaallah
@jaabadha
@jaabadha Жыл бұрын
Eyaan nibeeyin
@jaabadha
@jaabadha Жыл бұрын
Yaashèka waan riffensa dheeresu nu hima
@naafijamal8216
@naafijamal8216 2 жыл бұрын
As wr wb ya ustaz dhukubi mata sammu nama hou maluma dawansa?
@adnanmohamed123
@adnanmohamed123 4 жыл бұрын
Fulaa finsaa namatii bayee yeroo namaa irra baduu gueachatee akamitii ofii irraa balesinii
@nediqasem6811
@nediqasem6811 6 жыл бұрын
maashaa alllh maashaa alllh jaz 😍😍🌼🌼🌺🌺🌻🌻
@bashanatuhedeto5244
@bashanatuhedeto5244 5 жыл бұрын
As wr wb nu birati iluchii jedhama
@jaalataadiinislaam8265
@jaalataadiinislaam8265 5 жыл бұрын
Maashaa allaah garuu yeroo osoo gabaabsitanii haalaan gaariidha.
@fowziashukuri9432
@fowziashukuri9432 4 жыл бұрын
Asallamalleekuum gafii qabaa Anii Funyaa kiyyaa naa nyataa Naa haa xifaadha yoon riigee naa dhigaa maalii faalii isaa
@hsadgvghg5176
@hsadgvghg5176 4 жыл бұрын
Qamaa salaa hoo kaa dhallaa nii xiqessaa shekkaa kennaa
@AliMohammed-ry6vv
@AliMohammed-ry6vv Жыл бұрын
Dakkarroo jedhama Naannoo Booranat
@faanose.warquu5448
@faanose.warquu5448 2 жыл бұрын
Hixanamoo.malini.garuu.naagalee.
@nasirabdalla2132
@nasirabdalla2132 6 жыл бұрын
Mashaaha
@abbabiya2810
@abbabiya2810 5 жыл бұрын
Mashallah
@sendabebedane830
@sendabebedane830 3 жыл бұрын
Mashaalah
@abdiiibrahim2449
@abdiiibrahim2449 3 жыл бұрын
Shekaa dhifama video hin dherisinaa yoo sani akka galiti issin hordofnaa
@zuulaaliinaasha512
@zuulaaliinaasha512 3 жыл бұрын
Maashaa hllaah Maashaa hllaah Maashaa hllaah Maashaa hllaah Maashaa hllaah Maashaa hllaah jzkl
@malihamuhammad9582
@malihamuhammad9582 3 жыл бұрын
Shek..Alii..galatomi..hirafata...dawaa.dhagefane..
@queenoromia
@queenoromia 6 жыл бұрын
Sheekaa yeroo nuuf gaababsaa yeroon ni dheeraatee
@cabdijabaranwar5746
@cabdijabaranwar5746 2 жыл бұрын
masha allah
@hikimaumer2637
@hikimaumer2637 5 жыл бұрын
Haga dandetanin gagababisu yaala jzakumul
@tegestdengke4499
@tegestdengke4499 4 жыл бұрын
As wr wb lakkofsa keesaan nu baressa
@asiyaahmad2543
@asiyaahmad2543 6 жыл бұрын
Kamaa manatii arasatan sanii mo akamii
@nahimaabdalla8480
@nahimaabdalla8480 6 жыл бұрын
Eee ixanaa
@fawzyaabdulqader9054
@fawzyaabdulqader9054 5 жыл бұрын
@@nahimaabdalla8480 mashalaa Alaha
@jamsiiahassan7803
@jamsiiahassan7803 5 жыл бұрын
Yadaa kee silaa gagababitee garii
@mohammedjemal4344
@mohammedjemal4344 2 жыл бұрын
as wr wb
@shamsiyaarsiiyaaallahsimaq6953
@shamsiyaarsiiyaaallahsimaq6953 5 жыл бұрын
Maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa jkzl
@shamsiadeko4151
@shamsiadeko4151 3 жыл бұрын
Maashaallaaa
@shamsiyajarso8883
@shamsiyajarso8883 3 жыл бұрын
Mashallaa
@Kalidibnwalid
@Kalidibnwalid 6 ай бұрын
😢😢😢😢
@halimaarsi8681
@halimaarsi8681 Жыл бұрын
❤❤❤
@saalihsaalih3322
@saalihsaalih3322 6 жыл бұрын
Akkaa loqodaa afaan Arsiitii maal jedhaama Anii loqodnii Afaan harargee kun naaf hin galuu dhifaama nuuf himaa
@nahimaabdalla8480
@nahimaabdalla8480 6 жыл бұрын
Hixana isaa manati haraftani sani bar
@orocoinoromostandard4883
@orocoinoromostandard4883 6 жыл бұрын
Konjo Konjo Frankincense ja’ama Adam Inglifatti
@ኡሙረያን.ነኝስልጤዋ
@ኡሙረያን.ነኝስልጤዋ 5 жыл бұрын
Afaan hararge afaan qulquludha bar waliti maka qabu garu suma qofaf galu dide
@makiitubea3519
@makiitubea3519 4 жыл бұрын
masha Allah tabarak Allah jzl
@yazeedg3mar
@yazeedg3mar 4 жыл бұрын
Hixxaana jedhama akka nano....Arsiit
@hamazaajamaal9902
@hamazaajamaal9902 2 жыл бұрын
Sheka kiyaa dawaa finissaa naa himii mee
@seruabas9880
@seruabas9880 10 ай бұрын
😢😢
@JAMALAdam-k5u
@JAMALAdam-k5u Жыл бұрын
Hamal Adam
@madinahashim5317
@madinahashim5317 Жыл бұрын
Hixana
@fatmatore220
@fatmatore220 6 жыл бұрын
Maashaallaa mashaalla raabbiin isiinirraa haa jalatu ija irrati immo rakina hin fidu
@sadasada9621
@sadasada9621 Жыл бұрын
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН
Сестра обхитрила!
00:17
Victoria Portfolio
Рет қаралды 958 М.
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН
RNH 915, January 13, 2025 Soora Qalbii
18:21
Nuuralhudaa
Рет қаралды 8 М.
barnoota fayyaa kutaa 29ffaa
53:19
Sheikh Ali Hassan Shuune
Рет қаралды 54 М.
لقاء دعوي في بيت الوثن
14:06
هشام صدقي الإبراشي
Рет қаралды 351 М.
barnoota fayyaa kutaa 41ffaa
1:39:19
Sheikh Ali Hassan Shuune
Рет қаралды 70 М.
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН