Bilbilaa jalallee kee to'achuuf/hidhachuu/ nama bilbilaa kessan to’ate bekuu fi ofirraa hikuuf

  Рет қаралды 42,285

Sof Umar App

Sof Umar App

Күн бұрын

Пікірлер: 145
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Kabajamtoota dhaggefatoota kenyaa bilbilaa nama sana kaan jedhuu lakkoofsa bilbilaa kessan bilbilaa nama sanaa irratti guutuu qabdu malee lakkifsa bilbilaa nama sana bilbilaa isaa irratti hin guutinaa.dogongora umammeef dhifaama isiin gaffaanna🙏🙏🙏
@leencabaada1482
@leencabaada1482 2 жыл бұрын
Sirressinerraa gaalatomii🥰🥰
@yusuftasfaye6315
@yusuftasfaye6315 2 жыл бұрын
Jirataa akamii nujiradhuu itii fufii garuu lakofasaa galchee jeanaa kodii nadhufuu hinaa danadanee
@Abeelove
@Abeelove 2 жыл бұрын
Naaf hojjaachuu dide Saudi jira
@Allahisone-sp9qb
@Allahisone-sp9qb 8 ай бұрын
Silefadhee jiraa garuu wontti hundinuu badee sagaleen badu dide kuni hoo Akkam gudda galtoomi
@asterdibabayesusjalaladha8126
@asterdibabayesusjalaladha8126 2 ай бұрын
Lakofsa nama fi kodi kanan bilbila kiyarati gutaii??
@muniiraayoutubemuniiraa1126
@muniiraayoutubemuniiraa1126 2 жыл бұрын
Yoo biyyaa gargaraa jiratani akkamitti hine beekuu dandanyaa
@CaaliObsa
@CaaliObsa Жыл бұрын
Haasaa..gaabaasii.. dhiifaamaa.gaaruu
@margeetaresagincii8706
@margeetaresagincii8706 2 жыл бұрын
Yoo bira hin jiranee ohoo akkamiti 😊
@bonsatube4458
@bonsatube4458 Жыл бұрын
Thank you ❤❤❤
@shibire7870
@shibire7870 16 күн бұрын
Jaabbadhuu❤❤❤
@haqaafanwarquu76
@haqaafanwarquu76 11 ай бұрын
Aboo fayyaa ta'aa horabulaa bayyeen rakachaa turee jabadhu namatitola
@truelife2553
@truelife2553 2 жыл бұрын
Nuuf jaabadhuu barnotaa garii sirraa argachaa jiraa
@nezifabulkadir5227
@nezifabulkadir5227 2 жыл бұрын
Barefamma lalun yokin garra ofii gochun hindadaa amuu lataa???
@AsSs-v6n
@AsSs-v6n 13 сағат бұрын
Maalloo malloo anni sim hin bafanee garuu imo fayadama imon koo hidhamera
@sanyiiibulloosanyiileenjii4607
@sanyiiibulloosanyiileenjii4607 2 жыл бұрын
Pls mobile qarshii nyaatu akkam offi irra hidhu mee🧐🧐
@gemechugedule2627
@gemechugedule2627 2 жыл бұрын
Yaaliidhaan maaf hin agarsiifne Barumsa afaan qofaa maaf ta'ee? Sababni isaas nu dalagu dide waan ta'eef Mee lakk keessan nuuf erga?
@AminaAmina-r2l
@AminaAmina-r2l 9 ай бұрын
Galatomii Umrii dhertuu Rabbin Sif hakenuu koo hidhame ture
@RahamMuhammad-p2o
@RahamMuhammad-p2o 3 ай бұрын
Wow guda galtomii biro👌👌❤❤
@abdiabdela4626
@abdiabdela4626 2 жыл бұрын
Ani kan jalale tiyya hidhe second 30 naa gafatee batalatti naa bira gahu hin dandenee furmani maalii?
@siifaannaggasaa746
@siifaannaggasaa746 2 жыл бұрын
Bagaa hojatee bayyee bareedadha itti fufii nuufi jiradhuu
@Firii950
@Firii950 9 ай бұрын
As wr wb horddooftoota kiyya Jirra jirtu akkamittiin layivii TikTok akkamittiin banadha❤❤❤
@LolexTolera
@LolexTolera 6 ай бұрын
Nama sanaaf ergaa gabaabaan ergamu sagalee yeroo bilbilamuufis namni sun waliin haasa'u akkamitti gara keenya dhufuu akka danda'u nuuf himi leencakoo.
@Cvgg-y1b
@Cvgg-y1b 2 ай бұрын
Ara waqqayoo siya ebisuu ani rakdhee gubadhen turee amma ofiraa hikee
@Abdulakim764
@Abdulakim764 Жыл бұрын
Bilbila sagale kalati dawalame osoo record hin godhi akkamiti sagale hasawanin bekku dandenya Bilbilaa hasawani yoo haqe akkamit bafne sagale wajjin bekku dandenyaa
@rabiyaasuxanii2629
@rabiyaasuxanii2629 Жыл бұрын
👍👍👍
@MhMofh-g3z
@MhMofh-g3z 14 күн бұрын
Hin badin ok
@HayaatTamaam-xl4fu
@HayaatTamaam-xl4fu 4 ай бұрын
Kaa biyya keeessa biyyaa alati xalafuun ni dandaa'a?
@WrktuuTufaa
@WrktuuTufaa 2 ай бұрын
Bilbilaa nama sanirati lakkofsumaa isaa galchinaa moo kenyaa galchinaaree
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 ай бұрын
Keetii
@Ebise-z6w
@Ebise-z6w 3 ай бұрын
👍 👍 🎉🎉
@MasaratMasarat-wn1vb
@MasaratMasarat-wn1vb 2 ай бұрын
Yoo biraa jaraane bilbilaa irraa fudhu dandeenya
@hawiadugna2992
@hawiadugna2992 2 жыл бұрын
Woooooow
@sosinagetahun-c8f
@sosinagetahun-c8f Жыл бұрын
Kan koo call divert when not reachable activated for maal gochu qaba
@HappyFullMoon-qr6vj
@HappyFullMoon-qr6vj 6 ай бұрын
Namaa nu biraa Hin jiree akkamitii hidhanaaa
@SisayGuta
@SisayGuta Жыл бұрын
Safaarikoomi irratti nuuf hojjedhumee
@dureettia6188
@dureettia6188 2 жыл бұрын
Good
@ahmedbro8085
@ahmedbro8085 2 жыл бұрын
Gaalatomi garu naf hin hojenee
@Birhane-v7p
@Birhane-v7p 10 күн бұрын
🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@ObsiiWabbii
@ObsiiWabbii 2 ай бұрын
Bilbilaa kodiin nu xalafee akkamitti of irraa hikkna
@gannatbalaay4389
@gannatbalaay4389 2 жыл бұрын
Wwwwwwwwwooo thank you
@ZaakirMuhammad-d2d
@ZaakirMuhammad-d2d 2 ай бұрын
Nama sadiin hasayuu hin danda,uu
@MhMofh-g3z
@MhMofh-g3z 14 күн бұрын
Ok
@amenahals9278
@amenahals9278 2 жыл бұрын
Ok Akkamitii Mulataa Ree Naa Mulisuu Didee Pls Naa Deebisii
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Vidiyoo sirritti dawadhuu vidiyoon biroos jiruu channeli koo irraa isaanillee dawwadhuu yoo inni kun si didee
@Senamekonin4-cd5pj
@Senamekonin4-cd5pj 6 ай бұрын
Appin aka iktuu mana fakkatuu jiraa isa na qolofani akami godhaa suudi jira plc naf debisii
@MhMofh-g3z
@MhMofh-g3z 14 күн бұрын
Namani allaa jiru hoo
@HamzaMahamed-uk4oj
@HamzaMahamed-uk4oj 8 ай бұрын
Wow
@mahamadibrahim9472
@mahamadibrahim9472 Жыл бұрын
Yes hojjatera ginhamtu akkanamarrattihinyyanne
@siifaannaggasaa746
@siifaannaggasaa746 2 жыл бұрын
Nama nuu hidhe akkamitti lakofsa isaa gutuu isaa nutti mulisaa asiratti undaa hin mulissuu??
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Ni mul'isuu guutu vidiyoo dawwadhuu
@sinanjesus7155
@sinanjesus7155 2 жыл бұрын
fageenya irraa akkamin xalafna?
@Jf3reAdunyaa
@Jf3reAdunyaa Жыл бұрын
Yeroo ishen hsofyu maltuu akamiti Beksisa akamitu nuff galas
@Sarah-jy6mh
@Sarah-jy6mh 6 ай бұрын
❤❤❤
@mengenegese9689
@mengenegese9689 2 жыл бұрын
Nuuf hojjachuu didee fkn namni ani to'adhuu kun sagalee isaa dhagaha moo bilbila isaa bilbilametuu kan koora sena?
@AlemneshTibebu
@AlemneshTibebu 4 күн бұрын
Bilbila koodha moo bilbila namasan irra gashen lala?
@LelisaFeyisa-uo9mq
@LelisaFeyisa-uo9mq 8 ай бұрын
Akkaata bilbila nama ittin xalafan karaa message faa nuu barsiisa
@ramadanabrahim215
@ramadanabrahim215 2 жыл бұрын
Ramadan Abrahim
@tolchetolcha9187
@tolchetolcha9187 Жыл бұрын
Sagaleen haasa'ame faayila keessatti argama moo eessaa argama???
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Vidiyoo gababduu tokko isiniif hojjadhha
@AlemneshTibebu
@AlemneshTibebu 4 күн бұрын
Nama bilbila Koo hidhee akkamitn bekuu danda'a ?
@ademduube5204
@ademduube5204 Жыл бұрын
Yoo bira hin jirre hoo namni garagara jiruu Akkamitti hidhama please ifaa nuuf godhi
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Kan duraa barsisee jiraa ilalii
@Sinbooiyasus
@Sinbooiyasus 9 ай бұрын
Yoon kan isaa xalafuti koo xalafamee hoo??????
@ChaltuAdam
@ChaltuAdam 8 күн бұрын
yoo wali bira hin jire ho bro qilesaran hin ta u mo
@umaraliyyi5946
@umaraliyyi5946 5 ай бұрын
Akkata Emil itti jijjiran me na himi
@burtegalaye3217
@burtegalaye3217 2 жыл бұрын
Basbortii silkki akkamit qayaratuu mee video na hojadhuu
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Ok
@roma4562
@roma4562 2 жыл бұрын
Galatomi 👍👍👍👌👌👌
@husenSayid-x9e
@husenSayid-x9e 16 күн бұрын
✅️✅️✅️✅️✅️
@KenenisaNasir
@KenenisaNasir 9 ай бұрын
Sagaleen hin dhagahamukaa bro
@mengenegese9689
@mengenegese9689 2 жыл бұрын
Naf hojjachuu didee
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Biyyaa essa jirtaa?
@SisayGuta
@SisayGuta Жыл бұрын
Silkii eenyuu irratti lakkofsa sana guunna
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Kan nama xalafamuu irrattii
@AbshalaMucaa-og9dt
@AbshalaMucaa-og9dt Жыл бұрын
lakkofsa nama sana akkamiti bilbilaa kiyyaa Qofaan ufirrati hidhuu danda,a plssa naaf deebisii
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Vidiyowwaan hojjataman jiruu dawwadhuu
@showshow6940
@showshow6940 2 жыл бұрын
Waan hin hojjanne maa namaan sobda
@robedida6949
@robedida6949 2 жыл бұрын
Koo haquu didee akkam godha mee?
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Vidiyoon kanan duraa hojjadhe jiraa isatti fayyadami
@baqalutub6244
@baqalutub6244 2 жыл бұрын
Umurii dheradhuu abbo ani hidhachu barbadee oddo hin tanee naa rakise silkini koo amma garu hikadhee kino galatomi
@seenaasennaa5110
@seenaasennaa5110 2 жыл бұрын
Maloo natti himii mee
@activeact1233
@activeact1233 Жыл бұрын
Kani biraa hin jiree hoo akkamit hidhama please
@fatmaabbaadiga8217
@fatmaabbaadiga8217 2 жыл бұрын
Www
@jiituujiituugaamadu1178
@jiituujiituugaamadu1178 2 жыл бұрын
Bira hoo hin jiruu akkamiti
@AyantuMulugeta-k5p
@AyantuMulugeta-k5p 8 күн бұрын
Bayee bayee galatomii
@Srr-h8x
@Srr-h8x 9 ай бұрын
Maloo fagenyara jira ammo akka miti hidhana maloo nu hojedhu kani saudi imo fi kalatifhan maloo
@hgd948
@hgd948 2 жыл бұрын
💘
@GuyoHaro-s3b
@GuyoHaro-s3b 4 ай бұрын
Yoo birra hin jirre hoo
@sabrinamohamedoromoo5328
@sabrinamohamedoromoo5328 2 жыл бұрын
Dhifama haasa osoo dheeresu bate bareeda
@mureeoroman5159
@mureeoroman5159 2 жыл бұрын
Video n kuni dogongora lamkoofsa wal jinniirte obboleessa
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Kabajamtoota dhaggefatoota kenyaa bilbilaa nama sana kaan jedhuu lakkoofsa bilbilaa kessan bilbilaa nama sanaa irratti guutuu qabdu malee lakkifsa bilbilaa nama sana bilbilaa isaa irratti hin guutinaa.dogongora umammeef dhifaama isiin gaffaanna🙏🙏🙏
@agariibaalee9721
@agariibaalee9721 2 жыл бұрын
Whatsapp Takka nama lamaan akkamitti itiinfayyadamnaa bro ko natti himii 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Lakkoofsa bilbilaa ittin bantee fi password kenniif iniis bilbilaa ofi irratti haa guutatu namni waaliin itti fayyadamuu barbadeef
@wallagaatube8496
@wallagaatube8496 2 жыл бұрын
Wel come
@MalikaAdam-v4n
@MalikaAdam-v4n 9 ай бұрын
Gsaltomi 9:27
@Abouyara2016
@Abouyara2016 Ай бұрын
akkam
@halimadese8657
@halimadese8657 2 жыл бұрын
Haye.bilbilii.kiyya.simii.hin.qabu.qafoo.hidhun.ni.dandama
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
wfi yoo fayyadamtee code kanan osoo tane kan biraatiin ni danda'ama
@asiyaasuleymanarsi2362
@asiyaasuleymanarsi2362 2 жыл бұрын
Hy
@gadagirma9673
@gadagirma9673 9 ай бұрын
3:21
@mahamadibrahim9472
@mahamadibrahim9472 Жыл бұрын
Fakkenyaf aniofirrattihidhu lakfsakiyyan ittigalchamo kanumanamasaniti
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Kan kee bilbilaa nama sana irratti
@DbgDbgdBv
@DbgDbgdBv 2 ай бұрын
imoo namatin akkamitii banatan
@alfiyakonjo800
@alfiyakonjo800 Жыл бұрын
Koodi isaa nuu himaa
@JibrilHassan-cq3te
@JibrilHassan-cq3te 3 ай бұрын
Barnota gariidhaa haswa hin dhedheresin malee karaa gabaBan
@safiumer
@safiumer 2 жыл бұрын
Guddaa gltm
@ZamzamBh-ed7ox
@ZamzamBh-ed7ox 8 ай бұрын
Nufi jiiradha
@muhammadmustefa3045
@muhammadmustefa3045 2 жыл бұрын
Aswrwb
@AishaKutturu
@AishaKutturu Ай бұрын
IMO hoo qalii
@BaliisaAhmad
@BaliisaAhmad 2 ай бұрын
Dubai and Saudi akkatii hiidhan
@muhammadmustefa3045
@muhammadmustefa3045 2 жыл бұрын
Koodii itti galchina moo haaluma kanaan itti galchinaa
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Haalumma vidiyootiinii.gaaruu bilbilaan nama sana irrattii bilbilaa kessan guutu halumma vidiyoo irrattii ilaalteen
@alemshawa4344
@alemshawa4344 2 жыл бұрын
😅😅✋
@fadialover9640
@fadialover9640 2 жыл бұрын
Galatomi baay'ee
@missanjiya356
@missanjiya356 2 жыл бұрын
Kani fagenyaa hidhuu nu barsisii mee
@IssaSulti-q7i
@IssaSulti-q7i 11 ай бұрын
Bilbila ennu iti galchina
@Weny-n9c
@Weny-n9c Ай бұрын
Baguma nati himte hidheyuu
@miimm5637
@miimm5637 2 жыл бұрын
Yo bira hini jire ho akamiti hidhu dadenya oke
@ኤደንመሸሻ
@ኤደንመሸሻ Сағат бұрын
Galatomii
@YohannisMisgana
@YohannisMisgana 9 ай бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@LageseNahom
@LageseNahom 2 ай бұрын
Tachii bichadh moo
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 61 МЛН
BAYGUYSTAN | 1 СЕРИЯ | bayGUYS
36:55
bayGUYS
Рет қаралды 1,8 МЛН
СИНИЙ ИНЕЙ УЖЕ ВЫШЕЛ!❄️
01:01
DO$HIK
Рет қаралды 3,2 МЛН
VIP ACCESS
00:47
Natan por Aí
Рет қаралды 30 МЛН
Akkata Bilbiila Charjii Dafee Fixu itti Sirreessan
8:07
Abdul App
Рет қаралды 66 М.
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 61 МЛН