Bilbilaa nama bilbilaa kessan irratti hidhachuuf /to'achuuf/fi hikuuf Kutaa 2ffaa | oromo |

  Рет қаралды 66,795

Sof Umar App

Sof Umar App

Күн бұрын

Пікірлер: 151
@HabasiMohammed-ep3oz
@HabasiMohammed-ep3oz Жыл бұрын
Akkamit sikki ethopian fi saudi wailt hidu dandenya nagaragar❤❤❤❤❤❤
@MitikuMegersa-mv6lf
@MitikuMegersa-mv6lf 2 күн бұрын
Guddaa galatoomi
@Jennetinduu
@Jennetinduu 22 күн бұрын
Wayyyyyyyyyyyoooooooooooo wayyyooooo nan hidha jedhee utuun dhaggeefadhu video kee anumtuu hidhameen jira 😂😂😂 rabbin sammuuke dabalee haa eebbisukaa gurbaaa amma har'aati salphadheen jira ere uuuu garuu yammu xalafame sagaleefi msj qofamo imo what's up fikkf duuka hidhame maalo naaf deebisi adara ani sammunko boqonnaa dhabaa jira yeroo tokko tokko chookota waanin janajanuuf jaalaleenko yo isatu na hidhe. Tae ani badalamera maalo naf deebisi
@abdulrahmanbulbula5646
@abdulrahmanbulbula5646 2 жыл бұрын
Yoo namani naaf bilbilli isa biraa ni bu'a moo akkami
@7Raiisaa943
@7Raiisaa943 Жыл бұрын
Baroomsii Kee Heeddu Namatii Tolaa Masha Allah Jabadhuu ♥
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Galatomi
@fhjghjj1401
@fhjghjj1401 Жыл бұрын
Badu didee bar Koo 😢😢😢😢😢
@Love-gi8ti
@Love-gi8ti 11 ай бұрын
Bayee garidha❤❤
@obseefayissa-xr1io
@obseefayissa-xr1io Жыл бұрын
Ok bay'ee galatomii❤
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Thnks
@LovelyBeachCoast-ft2gh
@LovelyBeachCoast-ft2gh Ай бұрын
Wl wr wb ngy galataa raabii isinii hoo akamii mee rabbii jedhii forfolii imo jallaa lakaofsaa koo akamitii baleesaa natii himii rakadhee ❤❤❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲👆👆👆👆👆👆♥️♥️♥️
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Ай бұрын
Ifaa godhii gaffii kee?
@Milkioro-y8h
@Milkioro-y8h Жыл бұрын
Bilbili koo Wantan Fayyadamu Hundi isaa Yon Sagale Namafi qabu ykn Bilbilu Hunda Sagale Naa Waraba Madamin too wan ishiin gote hin beku yeron ani Fayyadamu Malato magarisa mulisa warabdu qaba maali akkan godhu naafi hima malo Rabbi jedhato
@asmaaadem8723
@asmaaadem8723 2 жыл бұрын
Yoo bilbila isa hin arkane hin tahu
@DanielLeta-dn9ck
@DanielLeta-dn9ck Жыл бұрын
Bilbila namasanaa inarganne yootahehoo akkamiin hidhuu dandaya
@kayrujihad3567
@kayrujihad3567 3 жыл бұрын
Haye dafi
@vffyhig6170
@vffyhig6170 2 жыл бұрын
As wr wb sof umar App .wastapi sagalee ergu didee alkaamiiti sirreefama ykn akkaamitti hikaama.
@TolesaTareka
@TolesaTareka 6 ай бұрын
Ok baayyee gaaridha utuu harkaa fudhiin hojjechuun hin daandahamu qaaxale koo
@BariMiesa
@BariMiesa 3 ай бұрын
@yosephdaba2964
@yosephdaba2964 2 жыл бұрын
Sagaleen ni waraabama moo akkamitti dhaggeeffanna?
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Warabuu dandessaa kastees dhagefachu dandessaa
@harmamuraaanolee1136
@harmamuraaanolee1136 Жыл бұрын
As wr wb obboleeyyan tiyya rabbii rasuulii jedhaa subscribe naa godhaa oromoo tiyya harki keessan fayyaa haa argatuu oromoo tiyya maatii naaf ta.a
@biiftuushaoromoo5771
@biiftuushaoromoo5771 2 жыл бұрын
Hayee esani dhagefama galatomii
@biiftuushaoromoo5771
@biiftuushaoromoo5771 2 жыл бұрын
Himii oke
@FgjThi-n8i
@FgjThi-n8i 8 ай бұрын
Hordoftootaa hubadhaa yoo nama ofirtii hidhuu hedaan sanaa biraa jirtaan malee hin tahuu anuu nama ofirtii hidhutii ofi irtti hidhee Dhugaa bayyee nama gadisissaa amma yoo nafi dawwalamaa nama santuu kassaa akka itti ofiraa hikkuu walalee!!😢😢
@AbdiiLafa
@AbdiiLafa 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@boontuuwaraawalisoo1048
@boontuuwaraawalisoo1048 3 жыл бұрын
Weel came
@BirhanuFikadu-y3x
@BirhanuFikadu-y3x 24 күн бұрын
Dv yoom irrraa kasnee ilaluu jalqabna kan bara 2026
@mogkupomoogle9656
@mogkupomoogle9656 2 жыл бұрын
galatomi bro
@FamiGalib
@FamiGalib 6 ай бұрын
Maqaa appii baatirii qusachiisu
@suxetube9320
@suxetube9320 2 жыл бұрын
Atuu dabaa hojachaa jirtaa
@jaltogrma8691
@jaltogrma8691 3 жыл бұрын
Anni rakko koo wantota hundummaa bufachu yoon baribbade immeli naa gaffata immeli akkami ttinariggachu danida'a baribbade dhabera
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Email banadhuu vidiyoon email ykn Google account akkata itti baanatan hojjadhe jiraa dawwadhuu baanadhuu🙏🙏
@fahmiioroking9160
@fahmiioroking9160 3 жыл бұрын
Lammii tiya malif waliti kijibina
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Vidiyicha guutu yoo dhaggeffate siif gaala ture tele irratti hin hojjanne akka jiruu ibseen ture.
@SiifaaniiTamasgeen
@SiifaaniiTamasgeen 4 ай бұрын
Sobaa innoo hin didee
@rebiradebelo5339
@rebiradebelo5339 2 жыл бұрын
mishaadha.itti fufi
@AbshalaMucaa-og9dt
@AbshalaMucaa-og9dt Жыл бұрын
plss mee bilbilaa kiyyan lakkofsa nama akkamiti ufirrati hidhuu danda,aa naaf deebisii bro
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Vidiyowwaan hojjataman jiruu dawwadhuu
@GgG-y6q1l
@GgG-y6q1l 20 сағат бұрын
Akkamitti Ethiopia taa anii su u ditti hidhamuun danda amaqofa biliis naafhimi obbolessa koo
@masartshabroo3301
@masartshabroo3301 2 жыл бұрын
Biiyaa fagoo tanii hiidhuu ni dadamaa
@dorobatubemamad2587
@dorobatubemamad2587 2 жыл бұрын
Appication working
@momintitmomintiti1437
@momintitmomintiti1437 3 жыл бұрын
Kan namafagenyahoo
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Ni jiraa vidiyoo gad bu'ii dawwadhuu wagga 1 duraa kaa hojjatame jira.
@جينوح
@جينوح 3 жыл бұрын
Dhugaa kan fageenya kanaa akkamiti hidhuu mee
@MamadusUsmaail
@MamadusUsmaail 5 ай бұрын
Kanduragutubilbbilakkeetti
@MesiAbreham
@MesiAbreham 4 ай бұрын
Akkamitti of irraa kaasuu dandeenye isa of irratti hidhannee?
@TigistWudina-en1jd
@TigistWudina-en1jd 10 ай бұрын
Nama bilbila darekti ofira na hidhe akkamitin bekku pls
@desubirhanu3595
@desubirhanu3595 2 жыл бұрын
Bilbila nama sani osoo hin xuqini akkamiti hidhuni dadaama akkamiti hidhuni dadaama
@jiituujiituugaamadu1178
@jiituujiituugaamadu1178 2 жыл бұрын
Anilee kanuman jedhaa
@Amina-lk9im
@Amina-lk9im 4 ай бұрын
Dubai ta'e itophiiyaa irraa hidhaachuu danaa,a mee naa debbisii
@activeact1233
@activeact1233 Жыл бұрын
Kanii fagoo jiruun hoo akasitii xalafamaa maloo nafii himii please ❤
@FekaduAyela-b1x
@FekaduAyela-b1x 3 ай бұрын
Bilbila namaa xalafuun sagalee haala kamin dhaggefatu
@kamilaahuseen198
@kamilaahuseen198 3 жыл бұрын
Yoo biyaa biraa jiratee akamitii hidhadhaa natii himii
@SeyfuuMahdii-gg8bh
@SeyfuuMahdii-gg8bh Жыл бұрын
Seyfumaadii
@cisidinjamal2994
@cisidinjamal2994 3 жыл бұрын
Mama Tub
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Vidiyoo gabaaban naa egaa🙏
@alee_tube_oro
@alee_tube_oro Жыл бұрын
Barnoota gaari nuf kannite galatomi akkata pattern walalle cabsinaa
@AbdusalaamAammee-z2l
@AbdusalaamAammee-z2l Жыл бұрын
Kan biyya namaa jiru hoo akkamitti hidhuu dandeenya
@mizgaanaaolaanaa7666
@mizgaanaaolaanaa7666 2 жыл бұрын
Kani missejii hin jirruu?
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Naa egaa
@Jennetinduu
@Jennetinduu 22 күн бұрын
😂uuuufff amma ganaan boqodhe jedhee saf jedhe kan jaalaleko nan hodha jedhee yaade inni itophiya jira ani saud akkamiti yaaden aakkamiti aare
@sifaanoromiyaa5925
@sifaanoromiyaa5925 2 жыл бұрын
Warri simii hin qabnehoo ? Jechuun wifi qofa kan fayadamu jechudhaa kiyaa
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Vidiyoon bay'een jiraa dawwadhuu vidiyoo kessaa senii.
@SolomonBiratu-m6m
@SolomonBiratu-m6m 9 ай бұрын
Codii qofaan akkamitti bilbila nama dhaggeeffachu dandeenya nuf ergi
@AbeyamergaChewaka-f4h
@AbeyamergaChewaka-f4h 28 күн бұрын
Bilbila kootiin kan namaa akkamittin hidhadhaa bilbila kankoo fayyadamee fageenyatti kan namaa please
@ImraYunus
@ImraYunus Жыл бұрын
Ok
@eshetuabdeta-vg2vc
@eshetuabdeta-vg2vc Жыл бұрын
Akamitii hidhuu
@SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
@SumayaaJaallatuuDinniiislamaa Жыл бұрын
Malli ishee duddubaa kee sheexxaan moo Allhaa kabar
@TeferiSami
@TeferiSami 9 ай бұрын
An Amma of irratti *#21# kanan hidheen Jira of irraa hiikun barbaade place ammuma naa himii
@عايشةاتوبية
@عايشةاتوبية 2 жыл бұрын
Galtomi 😍😍😍😍✍️✍️✍️😘
@mastuu.susinaa9787
@mastuu.susinaa9787 2 жыл бұрын
🤩🤩🤩🤩
@madinaarsii391
@madinaarsii391 2 жыл бұрын
🥰🥰
@obseefayissa-xr1io
@obseefayissa-xr1io Жыл бұрын
Annii simii kessa hin qabuu WIFi fayyadamaa jiraa Imon kiyyaa naa jalaa hidhaamee jiraa koddii attii jetteen irraa naaf badduu diddee koddiin biraa jiraa maloo naattii himii
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Vidiyoon imoo isiin jalaa hidhamee ofirra ittin hiktaan kana mitii youtube koo jalaa dawwadhuu. Vidiyoo kun nama bilbilaa kessaan hidhatee,beekuu,ofirraa hikuudha.
@RAlshammari-v8d
@RAlshammari-v8d 2 ай бұрын
Araa hin hojetu
@RahamMuhammad-p2o
@RahamMuhammad-p2o 3 ай бұрын
Galatomi garu bilbil ko hidham dha garu hiku hin dididee
@AsfawuMoosiisaa
@AsfawuMoosiisaa Күн бұрын
Biyy bakkeetti ni danda'aamaa?
@TaketeHola-ew5ou
@TaketeHola-ew5ou Жыл бұрын
Ethiopia garaa yamaani bilbiluf kodii duraani galuu lakofsaa duraani galuu naaf him Mee ban
@jiituujiituugaamadu1178
@jiituujiituugaamadu1178 2 жыл бұрын
Naaf akkas jedhe hin dhufnee
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Bifaa bay'ee qaba kutaa 1 fi 2ffaa ilaalii bilbila irra bilbilatti akkasumas biyyarra biyyatti garagarumma qaba garuu baay'innan walummaa fakkata.kaan haafanis jiruu kutalle itti anuttii isinif dhihessa.namni hundi beekuu qaba.
@jiituujiituugaamadu1178
@jiituujiituugaamadu1178 2 жыл бұрын
@@SOFUMARAPP ila mee ani biyyaa irraa gara kooti naaf dhufu didee code naan jedhee isafani ilalan homa yalen naa didee
@imraanmahamad9842
@imraanmahamad9842 Жыл бұрын
Imoodha moo dawalakaani
@amaniamani8598
@amaniamani8598 3 жыл бұрын
Bilbili koo hidhamera akkamitii
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Toofta baay'eetuu jiraa bar🙏🙏
@DaawitTasfaa
@DaawitTasfaa 9 ай бұрын
irratti hidheen jiraam irraa hiikuuf akkamitti hiiku
@EjersaBoneya
@EjersaBoneya 6 ай бұрын
Galatoomaa!!! Namni tokko yeroodhaaf bilbila nama biraa bilbilaa ofiisarratti hidheera yoo ta'e guyyaa muraasaan booda lakkoofsa bilbilaa kan duraan bilbila ofiirratti hidhe sana karaa koodii/ code kamiitiin ofirraa hiiku?
@saddauratta4121
@saddauratta4121 2 жыл бұрын
Etophaya hoo
@AGg-rj3kf
@AGg-rj3kf 8 ай бұрын
as wr wb fakkenyaf aban naratii hiidhate sunni yo old.ini irra jiirate mo yeroma hunda na arga
@AbdullahQ-n8l
@AbdullahQ-n8l 3 ай бұрын
coden kun biyyaa hundaarratti ni hojjeta
@obsadufera7318
@obsadufera7318 2 жыл бұрын
💯💯💯💯❣️❣️❣️💘💘
@LeoMessi-jg8mw
@LeoMessi-jg8mw 2 ай бұрын
Gaffii kana naaf deebisi pilase silkin isa yoo techii ta u baate silki xiqo sana ta e hoo?????👈
@ummufarahaantaabaalee1748
@ummufarahaantaabaalee1748 3 жыл бұрын
Namaa biyya jiruu hoo akkamitii bekkaan naa himii mee
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
vidiyoon jiraa ilaalii channellii koo kessa fagenyaa irraa jedhe mataa duree jalaqabu ilaalii senii dawwadhuu
@nebiyumammo1489
@nebiyumammo1489 6 ай бұрын
Sikki gongo irrati hin hojeta
@baaleeumaarumaar959
@baaleeumaarumaar959 Жыл бұрын
Nama irra fagoo jirtu akkam gotte hita
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP Жыл бұрын
Jira vidiyoon hojjadhee dawwadhuu
@biyensabekele7953
@biyensabekele7953 3 жыл бұрын
Akkamitti dhaggeefachuu dandeenya
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Yeroo isaa bilbilamuu sii biraa ni gaha
@kebeeksanyiihaccee3563
@kebeeksanyiihaccee3563 3 жыл бұрын
Otoo haarkaa hin fudhiin hin ta.uu brother
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Secondii murasaaf argachuu qabda
@baqalutub6244
@baqalutub6244 2 жыл бұрын
Galatomi sanyii oromoo
@عايشةاتوبية
@عايشةاتوبية 2 жыл бұрын
Naa biraa hin jiruuu
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 2 жыл бұрын
Channel kessaa seeni dawwadhuu vidiyoon hojjadhee wan jiruuf
@walgareshow404
@walgareshow404 3 жыл бұрын
Maati naaf goodhi sif goodhe
@AsfawuMoosiisaa
@AsfawuMoosiisaa Күн бұрын
screen irrati milikkita qaba ni beekama
@waliifanayyalaa8265
@waliifanayyalaa8265 3 жыл бұрын
Hidhameen turee ani badeèeeeeeee gltmi dhugaa
@FgjThi-n8i
@FgjThi-n8i 8 ай бұрын
Yoo birraa jirtiin akkamtii irraa funee hidhanaa!!??
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 3 жыл бұрын
welcome
@nasruujimmaa4015
@nasruujimmaa4015 3 жыл бұрын
Baayye gaaridha
@wadabayana7021
@wadabayana7021 3 жыл бұрын
Bilbila nama hidhanu sani ira funu male warii iraa fago jiru tochu hin dandamu maloo
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Ni jiraa vidiyoo yeroo hojjadhe gad lakkisaa
@madaanitgalaan2988
@madaanitgalaan2988 3 жыл бұрын
@@SOFUMARAPP maloo nu hojedhu imoo odoo namni hin bekin akkamiti akka hidhatan
@jiituujiituugaamadu1178
@jiituujiituugaamadu1178 2 жыл бұрын
Barefama bira naaf fidee code naan jedhee
@كنزيناصر-ح8ج
@كنزيناصر-ح8ج 2 жыл бұрын
Galato nufjiraadhuu
@umarabbaaduree2792
@umarabbaaduree2792 3 жыл бұрын
Garuu ethiopia kessatti hin dalaguu
@sirbootagaragara
@sirbootagaragara 2 жыл бұрын
wwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwww
@bontuuteyup5742
@bontuuteyup5742 2 жыл бұрын
Galtomiiii
@muheehuseen8584
@muheehuseen8584 3 жыл бұрын
Subahaanallah yaa rabbii duraan ati hin sobdu wly amma jammarte dhugaa? Garuu maaliif ?nu sobinaa oromoon issiniif goona ? 🙅🏾‍♂️you Tube subscribe ok garuu wanni issin soba jirtan kuni nama heduu addaan fageesa jira dhugaa rabbii shakkiin wanni ati beeku qabdu namni waan gaarii dalageellee lubbuma ufiitiif akkasuma kan sharrii dalageellee ok sorry 🙏
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Yaada keef gaalatomii vidiyoo guutu dhaggeffadhu dubbadhu ruuhii teetiif wlhi hin jedhamuu.wantaa hin hojjanne taasumma dalagee hin beekuu garuu biyya tokko tokko fi tele tokko tokkorratti akka hin hojjanne dubbadhe jiraa vidiyo kessatti.vidiyoo kanas maaf akka hojjadhe ifaa godhe jira.sanyi koo anii waan atii jetuu hundaa irra rabbi koo sodadha lubbu koo anatuu itti cinqama.garuu atii walahi jecha jetef muslimaa yoo tate guyya sadi somii osoo hin hubbattin dubbate dubbi soba.ma'asalamaa🙏🙏
@muheehuseen8584
@muheehuseen8584 3 жыл бұрын
@@SOFUMARAPP ok boora koo san ta uu hin Oolu baqqa itti muddi
@freecell9328
@freecell9328 3 жыл бұрын
inoo hin hidhamuu yoo harkaa fudhan malee kana dhisaa
@fuiibaalee4375
@fuiibaalee4375 2 жыл бұрын
Ka bira hin jire ho fagoti siki bira hin jire
@hawiiwayuma2826
@hawiiwayuma2826 2 жыл бұрын
Raabiif jedhiii imo ykn whatpp nutii himii adaraa
@TheSkyman55
@TheSkyman55 3 жыл бұрын
Ani gafin qaba imoo irrati hidhun akkamin danda ama
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Vidiyoon jiraa vidiyoo kessa seenii dawwadhuu
@asuuyutubi8181
@asuuyutubi8181 2 жыл бұрын
Mashaa allaa
@bontuu13calchsaa28
@bontuu13calchsaa28 3 жыл бұрын
NamaaFagojiruutohchuuIndadaniiMalooNufiidebisii
@SOFUMARAPP
@SOFUMARAPP 3 жыл бұрын
Inni system mataa isaa qaba yeroo biraa qabadhe dhufaa🙏🙏
@linaatube01
@linaatube01 2 жыл бұрын
👍👍👍👍👌
@sama7997
@sama7997 2 жыл бұрын
Baye garidha❤❤
@qidfamirba904
@qidfamirba904 3 жыл бұрын
kan fago jiruu akkamii to'an
@omanphone8132
@omanphone8132 3 жыл бұрын
Nama fageenya jiru hoo
Nama tokko bilbila isaa qofan nannoo inni jiruu beekuuf
9:57
Sof Umar App
Рет қаралды 12 М.
Правильный подход к детям
00:18
Beatrise
Рет қаралды 11 МЛН
It’s all not real
00:15
V.A. show / Магика
Рет қаралды 20 МЛН
Akkata Bilbiila Memory Guute Isin Rakkise itti Qulquleesan
8:53
Akkata Bilbiila Charjii Dafee Fixu itti Sirreessan
8:07
Abdul App
Рет қаралды 66 М.