Buddeena Nama Quubsu Eelerratti Beeku

  Рет қаралды 20,931

Oromia 24

Oromia 24

Күн бұрын

Пікірлер: 133
@Habeba-gk5xp
@Habeba-gk5xp 3 жыл бұрын
Edaa wontii akkana bakkuma hunda jira ayii carraa Kenyaa maliif garu 😭😭😭an wanii jedhu wollalee Rabbii kan bultii ketif ta'u sifa filatu
@mdamina1960
@mdamina1960 3 жыл бұрын
Itti hin debihinii Kan caarraa keeti rabbii siif haa laatuu Kan ammaa hasofsisaa jirtus malummaa isaa sirritti hubadhuu achii booda itti herumi
@dambalmedia
@dambalmedia 3 жыл бұрын
Namni Comment kana dubbisaa jirtu osoo #Sabskrayibii ykn #Maatii naf ta'in hin darbin💕❤💕❤🙏🙏🙏
@abebaberahnu597
@abebaberahnu597 3 жыл бұрын
Mal qabda qophiinkee mal irraati xiyyeeffata
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
@@abebaberahnu597 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@Burtelove1
@Burtelove1 3 жыл бұрын
Atis kotuu naf tahiikzbin.info/www/bejne/jpO0lZaIr7ZnbLc
@dambalmedia
@dambalmedia 3 жыл бұрын
@@Burtelove1 ani sif tahe. Atis kootu
@hikmaarashaademailcoom6297
@hikmaarashaademailcoom6297 2 жыл бұрын
siii godhe jira
@abdullahunstube2846
@abdullahunstube2846 3 жыл бұрын
Welcome Gamachiisi Tashoomee thank you both Obboleetii koo an akka yaada kooti Osoo jireenya lamuuti hin cee'iin duraa biyyaa Ormaa irraa garaa biyyaa abba keeti galii ergasii wanta hunda ni dhaqabdaa. Jireenyii Yeroo lamataf biyyaa Ormaa keessa dhabbatuu kun qorumsaa biratif si Saxiluu danda'aa kanf yaa koodee koo osoo gama biyyaa keetii deebiitee ilaaltee hedduu garii dha nati fakkaata.
@خديجهحسين-خ9ل
@خديجهحسين-خ9ل 2 жыл бұрын
%%
@sofiyaajamalii1611
@sofiyaajamalii1611 2 жыл бұрын
K b jabadhuu senakunii kiyafakataa
@HasanGammu
@HasanGammu 4 ай бұрын
Amshiir rabii wani atti yaade rabii siif keena inshaalhaa❤
@HasanGammu
@HasanGammu 4 ай бұрын
Wolhii qali teenya homma ufii jaaltu rabii siif haa keenu
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 жыл бұрын
Rabbi kan bultii keetiif ta.u siif haa kennu sis too😢🥰🥰💐
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 жыл бұрын
Wel came game 🤝 ayii dhiraa tokkoo tokkoo rabbiin siniti yaa araramuu malee maal jennaa ree🙏 isin hoo waari shamaranii kun rakkoo maali qabduu silaa biyyaa keessani kan bataan kaayyoof malee dhiraa wajiin bultii ijaarataan dhabdaniiti moo😏 isinu rakkoo hin dhabdaa dhugaa dursaa itti seentani boode iyyitaan 🤭 inni tokkoo tokkoo irraa hin baraatu silaa hundumtuu inumaa iyyaa yaa rabbii mee nuti araramii🙏 bu'aa dhiraa argitee jirtaa ergaa abbaa mana kee dhistee kayyoo kee galmaan gahii dursaa hin sobaa boruu kunis akkanumaa🙄 yeroo tokkoon addaan baata kan garaa biraa wajiin wal baruuf hin arifatinaa mee innii darbee barnoota sinif yaa ta'uu 🤫 maalo nuti waarii shamaranii kun hangaa yoomiti goyomnaa uuufff😭🙏
@misraaqasem3734
@misraaqasem3734 3 жыл бұрын
Dhugaaketii sanyi ufii
@abdiinjiraa9032
@abdiinjiraa9032 3 жыл бұрын
Dursaa Yuu jalaate mitii waan ta'eef issa Amma hsootsisa jirtuu waalin jirradhu
@muusaahuseen308
@muusaahuseen308 2 жыл бұрын
Jireenya daaimaatiif jecha kama duraa isheef woyyaa. maaliif yoo jette ofii isheetiif jiraatteerti yoo xiqqaate daa'imaa isheetiif jecha carraa isa dhumaa dhiifama gochuufii qabdi jedha ani akka kootti.
@hayatiyutbii8750
@hayatiyutbii8750 3 жыл бұрын
Malaqa ke isaa irati hin ergini gafa galtee iti debii wajii jiradhuu dimaa ke yo isi wajii jirate wayfii daimani yo hadhafii abani baka toko hin jiree bayee midhaa heduu iraa gaya kanfii gafa galte iti debii isaa wajii jiradhuu garuu watii si dhamuu haga fedhee yo isti araramte malaqa ke isaa irati hin ergini ofiii keti wani brabade maqa ketini godhuu malaqa siraa ynatee si darbuuu dadaya wani tayefii dimaa keti yadii isumati debii wajii jiradhuu isale rabii ha qajelcuu inshaa alh
@buzubokonaa711
@buzubokonaa711 3 жыл бұрын
Oromia 24 guddaa galatomii Xalayaa ko naa gadhisuu ketiin yaddaa comentotaa dubisaa jiraa
@sifaantesfaye7627
@sifaantesfaye7627 2 жыл бұрын
💔❤❤💚💚💚💚💚💚💗💗💔❤❤❤❤❤❤❤
@hayyatiwallagga9337
@hayyatiwallagga9337 3 жыл бұрын
Matti na'af ta'a orommo koo💝
@user-ti5ru1gp1j
@user-ti5ru1gp1j 2 жыл бұрын
Tasuma itti hin deebin kaankee rabbi siif haa laatu
@zawuditu6012
@zawuditu6012 3 жыл бұрын
Gamee bagaa nagaan dhufte yaa dubaraa biyya anbaati erumte bode moo rakkadhe jete midiyarati iyitu kun dhiraa barbacha biyya batani biyya iti dhalatan dhirri hin jiru argaa kessan
@obseeshow9855
@obseeshow9855 3 жыл бұрын
Dhugaa jete😍😍😍
@zawuditu6012
@zawuditu6012 3 жыл бұрын
@@obseeshow9855 dhugaa argadhu♥️♥️
@alon312alon9
@alon312alon9 3 жыл бұрын
kkkkkkk kkkkkkkkkkkkk
@zawuditu6012
@zawuditu6012 3 жыл бұрын
@@alon312alon9 mal kolfita dhugasan jedhe
@samiraali5288
@samiraali5288 3 жыл бұрын
Seenaashii sirriitti caqasi dura hiriyaashiitu ishii ballesee bultiinis yoo namaaf tole bultii dhaabunis gaariidha ilmaaniis kennaa kennaa caaludha.
@AsliaAslia-k6k
@AsliaAslia-k6k 9 ай бұрын
Amshiri sanyii tiyaa qalii ❤
@shammaalshamsi5293
@shammaalshamsi5293 2 жыл бұрын
Oboletiko jirenyake isa hara itifufi inidarbe darbera ofisatif jedheti sibarbade male jalalake qabatemiti kandhufu Rabin sifhasiresu Abshir
@alemitugoftanu1381
@alemitugoftanu1381 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuf ajjaba.a dhugaa rabbii itti hin deebe.iini kanii carra kee eggadhuu Uuuuuuuuuuf 😭😭😭😭😭😭
@nonaa383
@nonaa383 3 жыл бұрын
Jirenaa harawaa Egalii jiradhuu Gifitii Tiyyaa isa duraa maligochuu itii debitaa karaa rabini sifii hiree wolinii jirenaa Egalii jiradhuu Oke💔💔❤❤❤🌹👈
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 жыл бұрын
Gamme baga nagan dhuftee ijolee oromo maatii Otto naffii hin ta'iin birra hin darbinaa like
@halimaaabdo6184
@halimaaabdo6184 Жыл бұрын
Itti hin deebi'ini 😮😢😢😢😢😢rabbin siyaa baasu lu 😢😢😢😢💔💔💔💔😭😭😭😭
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Mee ammasi akka biyya namati In rakkannee gifti gaallii biyya Abbaa keeti kanaa waaqayyoo Sif kennuu wajin jiraadhuu yoo akka koo
@huaweiy7102
@huaweiy7102 3 жыл бұрын
As Wr wb Anii gamaa kotiin Abaa manaa ilmoo ketiif dhifamaa godhii Kan lamataa dhisii hamaa
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
@@huaweiy7102 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💞
@faaxeeabdullaahi2886
@faaxeeabdullaahi2886 3 жыл бұрын
Abadan abadan itti hin deebi'in Rabbiin itti kadhataa Jireenya haarawaa eegali.
@abdulhamidmohammed9895
@abdulhamidmohammed9895 2 жыл бұрын
Rabbin sif ha barechu
@fatiyaamadii6163
@fatiyaamadii6163 3 жыл бұрын
Isuma ama woli bartenii kanatii herumii sifi halafisu rabii jirenake
@zemanyoutube3150
@zemanyoutube3150 3 жыл бұрын
Isatii hiin debbiiyin dhiisii codee kan hojii esa rabbii kenefii harkkan ofitii isaa debbiifate ammali isaa yoo ittii debbiiyee kan cala rakkata isatii hiin debbiiyyiin
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maati naaf ta'i bareedduu koo
@hikmaarashaademailcoom6297
@hikmaarashaademailcoom6297 2 жыл бұрын
itti deebi'iin kan rabbiin sii hire lafuma jira
@hajibeker1386
@hajibeker1386 3 жыл бұрын
Yoo dhugumma sirayee qorii lalii ilmoo isin guddu jiraa waani ta'ef isaa lamaf ammo osoo NIKAAN jarsaa kee duraa siraa jiru waalin hasayuu haram jarsii kee nikaa siraa qabu dura sii hikuu qaba itti yaadi osoo haramati hin seenin.
@bekelugutaguta8178
@bekelugutaguta8178 5 ай бұрын
Dirii hunduu sanuummaa
@burtukangudetateso6128
@burtukangudetateso6128 3 жыл бұрын
Jirenya hara calqabi isa ama wajin jiradhu jirenyi amanamuma hin qabne garuma hin qabu kanafu isati hin debini abba mana fi hadha mana kan gargar basu du.a fi ejaa yokin yo ini kan bira jalate kanafu adda bahi isa dura irra isa hara calqabi
@senakiya2368
@senakiya2368 3 жыл бұрын
Dhugaa baaye nama dhibaa
@nabeehaa2487
@nabeehaa2487 3 жыл бұрын
Bagaa nagaa dhuftee gamiyyee kenyaa😙😙😍
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 жыл бұрын
Welcome Gammee 🙋‍♀️❤️💚💓
@meskeremtujiba9327
@meskeremtujiba9327 3 жыл бұрын
Baga nagan dhufte gamme
@asiyaaoro6652
@asiyaaoro6652 3 жыл бұрын
Isuumaa duraa sif wayyaa
@obseinetfufaa468
@obseinetfufaa468 3 жыл бұрын
Gailaa gidduu cuubuu garuu hamata kee sifi eyamuu danda.a akkaa kotii namani in gogogore in dhifamaa waqayoo nutii otoo guyya cuubuu hojacha oluu waqayoo dhifama nufi godhee jiracha jiraa kanafi namani namafi dhisee dhifama waqayoo birra argata kanafu abba mana ketii dhifama godhii wanii in sii midhefi midhuu in yadii guyya itti wanii facasane hamtnu dhufaa jiraa kanafi obbolota koo karaa siriti walii gorsaa kanafii abbaa mana kee araramifi waqayoo kadhadhuf namaa jalate hamenya in yadduu hadhoo koo
@lovelysarah6929
@lovelysarah6929 3 жыл бұрын
Hardhaaa sin duraseraaaa
@happthappy7712
@happthappy7712 3 жыл бұрын
Kamaa duraa sifii woyaa jiradhuu
@asyadhufa2612
@asyadhufa2612 3 жыл бұрын
Welcome gamee😍😍❤❤
@indiyaajamaal7972
@indiyaajamaal7972 3 жыл бұрын
Mudaano kee ho yom nutii hiimtaa gamee 🙄🧓
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maati naaf ta'i waan ofi
@jimmagibeegamaa5041
@jimmagibeegamaa5041 3 жыл бұрын
Yoo hin qabne hoo Eessaa fida 😃😃
@youtubeoromoo8824
@youtubeoromoo8824 3 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣👈
@indiyaajamaal7972
@indiyaajamaal7972 3 жыл бұрын
@@jimmagibeegamaa5041 hin qabaa namnii dhabe hin jiiruu 😎
@galanetujuba2472
@galanetujuba2472 3 жыл бұрын
obbolleti ko jirenyaa mataa ke jiradhu mucaa ke guudifadhu
@hayaabdullah2941
@hayaabdullah2941 3 жыл бұрын
Biyyaatii hagaa gaale qarshii dhabee kanaf itti hin deebi'iin
@hffhhg8062
@hffhhg8062 3 жыл бұрын
Welcome gammee💚💚💚💚✋
@diboramucaiyesuswallaggaa7630
@diboramucaiyesuswallaggaa7630 3 жыл бұрын
Uuuufffffff 😥😥 waqayyoo si haagargaruu
@aasiiqaasim9602
@aasiiqaasim9602 3 жыл бұрын
Obbpoleetti tiyya itti hindeebi'in birriif si barbaada rakkannaan siif deebi'ee .dhaamsi ani siif dhaamu hin heeruminis dalagadhu birrii kee wahirra oolfadhi gali biyyatti heerumi
@FhhggDghhgf
@FhhggDghhgf 9 ай бұрын
Hin ulafta rabbi ka jirenyi ketif tau si ha filu obboleti tiyya ya caraa shamraa caraama Kenya kuni mal lata yaa alha nu lafisi 😂😂😂😂
@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560
@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560 2 жыл бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢 yaa rabbiikoo 🙈🙈🙈🙈
@appleus6140
@appleus6140 3 жыл бұрын
Anatuu duraa argee like naa godhaa ijolee ormoo koo ❤❤❤❤
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 жыл бұрын
Oromititi koo malo kootu mati naa ta.i
@appleus6140
@appleus6140 3 жыл бұрын
@@BOONEESHOW matii sii taee jiraa sanyii too ♥👌
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maati naaf ta'i bareedduu koo
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
@@appleus6140 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 жыл бұрын
Ani Akkaa yadaa mataa kiyaa Abbaa mana kee kani Daimaa irraa Qabduu Sani waliin jiradhuu malifii yo jetee Nama Tayee kani in Dogogree in jiruu Daimaa tetiin Gagarii in bayiin Amalee Namni imaa Dogogora Ergaa in dhifamaa Sin jedhee isumaa Walin jiradhuu Maqaa Lama uftii in Basiin Herumtee Batee Sin jedhaan Sani Qofaa osoo in Tanee Daimaa kee ho Esatii Galataa
@gfgf7992
@gfgf7992 3 жыл бұрын
Ahleeen✋
@خديجهالبيت-ض7ك
@خديجهالبيت-ض7ك 3 жыл бұрын
Isuuma duraani sana sif waayya abba daa'imaa keeti kan lammaffa kun shakkidha biyya galte bulti kee duraa ho'iifachuu sif waayya
@saliyasaliya5996
@saliyasaliya5996 3 жыл бұрын
Amayuu iti hin debini rabbi kan kabajaa hadha mana bekuu sif hakenuu malee durii yero hojin jiratanii dhifama ani ojalumaa ko ala bultii hin bekuu amamo ati na gorfadhu jedhee sirefatee hojin jirata tureee ama ergaa gara biya galee
@hayatiprotube5379
@hayatiprotube5379 3 жыл бұрын
Dhiraa biyyaa arabaa offirraa dhisii galtee matii kee sii haa herumsisuu dhirii sudii nyatee isii gataa malaqaa kee qofaa walitii qabadhuu👈😭dhuganii jiruu kanumaa fudhuu namnii malaqaa qabuu kufee hin nafuu irraa hafii
@hayyatiwallagga9337
@hayyatiwallagga9337 3 жыл бұрын
Baga Nagan Dhufte Gamme❤️
@GoAsd-wz5oc
@GoAsd-wz5oc 6 ай бұрын
😢😢
@saliyasaliya5996
@saliyasaliya5996 3 жыл бұрын
AMA.onti.ini.dhifamaa.si.gafatee.wanta.biraa.yokan.jalala.ke.siti.hin.fakatin.achii.abaa fedhee.wolin.akaa.fedhee.taeee.daimaa.gudisaa.jiraa.malaqa Na ergiii jedhee jirenyaa kee bodaa siti dukanesufii Kanaraa of egiiii ini isumaaa sati sibiraa jirutii si hojin jirachuu olalee Malee.ergaa.gara.biyaa.galee gara armee isati.debiee.dhalatemoo.
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 жыл бұрын
Eree argasaa icii itii hin Debi,ni
@Rcjdnytq
@Rcjdnytq 10 ай бұрын
Abbaa mana kee itti hin debiyiin herumii😢
@dareeofficial7698
@dareeofficial7698 3 жыл бұрын
Mucaa kee guddifadhu hadhookoo dirra jijjiruun bu'aa hin qabu
@yannetadane5338
@yannetadane5338 3 жыл бұрын
Isaa ammati herumii
@dinkechemeda4462
@dinkechemeda4462 3 жыл бұрын
Maaloo obolettii ko isa irraa ilimoo goodhaatteeyyuu idadhabide ama mo isa imo dhani akkaamii ttii jirraattaa taittii ilimoke gudisii eruma oarigittee dhala oa rigittee maluma baribada amao ajaibayu eruma lamattaa yofeettee mo gara biyyaattii gali
@dstutubehv9420
@dstutubehv9420 3 жыл бұрын
Game sagale ke baye namati tola 🥰🥰🥰🥰
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
dstu mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💞
@Molo-gz9hg
@Molo-gz9hg 4 ай бұрын
Ijoollee keef jechaan itti deebihi malee kan biraati hin go erumin
@saliyasaliya5996
@saliyasaliya5996 3 жыл бұрын
Kanafuuu.bultiii biyaaa.aba dhisiii.dalagadhuu. akumaa ama sif dhagaee.rabbi kadhuu.amyuuu.kan.ofi.jalatee.sif.hakenuuu.ori.aka.ko.waen.oboleti.kenyaa.isinitii.dhagameee.yadaa.kenafiiii
@aminaghabo5438
@aminaghabo5438 8 ай бұрын
😭😭😭😭😭🥺🥺🥺🥺🥺
@saliyasaliya5996
@saliyasaliya5996 3 жыл бұрын
Bodaa ini amala isaa siresee miti.yero.hojin jirtanuu.mana.keti.dubara.biraa fidee.ama.ati.biyaa.aba.jirtaa.ini.biyaa.jiraa.jifiti.ko.mal.isaa.abdatee.iti.debitaa.ati.ama.kayoo.kee.dur.biyaa.batef.iti.fufuuu.daimaa.kee.qofaa.gargariiii.rabbi.sif.hagudisuu
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 жыл бұрын
Wel Come Gammee Gotaa Jaallaa
@rvvxy3199
@rvvxy3199 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 2 жыл бұрын
@@rvvxy3199 mal kaa
@aantukamal9629
@aantukamal9629 3 жыл бұрын
Itti hiin deeb,iin waa maarattee
@hayatoromiyya6623
@hayatoromiyya6623 9 ай бұрын
Itti hin debin attu aragite wan tahef bodale sira malqa fayadame siigatu dadah tan gara isa fedhu fudhu dadah garu isa amma kan dhuga itt hima akka herumate dima qabadus itti hime yoo ish jedhe itti heruma yoo dide attu bekata wana gotu cara gari sif hatahu
@madinaa1452
@madinaa1452 3 жыл бұрын
Kaan sif dhamu amaa dhifama godhif malif yoo jetee da,imaa qabduu waan tahef hundaa dhisi
@wargoto1763
@wargoto1763 3 жыл бұрын
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
@lovemom2049
@lovemom2049 3 жыл бұрын
Ayyyyyiii dhiiraa.zabaana kaan 🙄😥😥
@sifaamamiyyee3306
@sifaamamiyyee3306 3 жыл бұрын
Ni ulfataa wlh
@Iftu-e2j
@Iftu-e2j 11 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@meskeremtujiba9327
@meskeremtujiba9327 3 жыл бұрын
Namni kamu ni dogogora aban mana kee dogogora isa bare dhifama si gafate kanafu abadhuma ilmo kee sif waya isumati debi,ii
@fayikattube5128
@fayikattube5128 3 жыл бұрын
Dhugaa rabbi ittii hin debi'ini arguma isaa😒
@meskeremtujiba9327
@meskeremtujiba9327 3 жыл бұрын
Baayee sii diqisifadha gamme
@bekelugutaguta8178
@bekelugutaguta8178 5 ай бұрын
Ittii debiyii ilmo kef jedhii
@saliyasaliya5996
@saliyasaliya5996 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭
@guattiguatti4870
@guattiguatti4870 3 жыл бұрын
Abban
@guattiguatti4870
@guattiguatti4870 3 жыл бұрын
Abban manakesaduraaswaa
@jemilajemu6158
@jemilajemu6158 2 жыл бұрын
Itti hin deb in
@ادريس-ط9ض
@ادريس-ط9ض 2 жыл бұрын
Dhisii San sharuxxa
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 3 жыл бұрын
Isaati hin debbiin kaan ammaa wajiin hassoftuu saan wajiin taa.ii garruu ofii eggaadhu akkaasii hin gowwmsine
@yusufeenashaa5158
@yusufeenashaa5158 3 жыл бұрын
Namni na dura ilaale hin jiru 😼😁
@hajidodola4352
@hajidodola4352 3 жыл бұрын
Bagaa nagayaani dhufitani
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
@@hajidodola4352 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
@caltuuarsiiyoutube8563
@caltuuarsiiyoutube8563 3 жыл бұрын
itti hin debini maali.nama.baree.nama.biraa.hin.hafuu.kodee.too.ini.si.sobaa
@Fatema-lw7fz
@Fatema-lw7fz 4 ай бұрын
Itihindebini
@abdulhamidmohammed9895
@abdulhamidmohammed9895 2 жыл бұрын
Kan fulduraa kee Kan chaalu sif hatau
@namakulaqurusum9881
@namakulaqurusum9881 2 жыл бұрын
itti hin debiin
@kiyaalamayoo1501
@kiyaalamayoo1501 3 жыл бұрын
Sitii hahafuu inii
@meronlovi4177
@meronlovi4177 3 жыл бұрын
Ittis hin debi iini sanasi yobiiyaketti galtee achi boda filadhu male biya nama kesatti kani birale sitti ha hafuu
@Oromummaa99
@Oromummaa99 3 жыл бұрын
3 ilale
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 жыл бұрын
Lammii koo mati nafi ta.i
@sabriinaaturee6711
@sabriinaaturee6711 3 жыл бұрын
Obsii hin jarjariin
@rozarozroz8065
@rozarozroz8065 3 жыл бұрын
Itti hin debi'iin lammaffa
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maati naaf ta'i waan ofi koo
Kun Mallattoo Jaalala Fakkeessaati
14:44
Oromia 24
Рет қаралды 17 М.
Jaalalleeshee Barbaadeen Gargar Hin Baasne
14:26
Oromia 24
Рет қаралды 16 М.
Friends make memories together part 2  | Trà Đặng #short #bestfriend #bff #tiktok
00:18
У вас там какие таланты ?😂
00:19
Карина Хафизова
Рет қаралды 19 МЛН
🕊️Valera🕊️
00:34
DO$HIK
Рет қаралды 19 МЛН
This dad wins Halloween! 🎃💀
01:00
Justin Flom
Рет қаралды 59 МЛН
Kokkolfaa Nama Nyaatti Gonfaan
12:09
Oromia 24
Рет қаралды 13 М.
Anarratti Hiriyyaa Kiyya Dabalate
22:56
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 9 М.
Seenaa Baay'ee Nama Gaddisisu
18:39
Oromia 24
Рет қаралды 12 М.
Waggaa 14tti Lakkuu Ulfoofte
12:08
Oromia 24
Рет қаралды 11 М.
Kana Rabbi Isin Haa Baraaru
16:20
Oromia 24
Рет қаралды 81 М.
Jaalalaaf Haala Yoomu Hin Ilaalani
13:05
Oromia 24
Рет қаралды 17 М.
Friends make memories together part 2  | Trà Đặng #short #bestfriend #bff #tiktok
00:18