Mee waqayyo saba kee si jaalatuuf si kabajuu kanatti si ha deebisuu ☝️😢 Salaa mee caalaa ko Abiyi jaalachuu deegaru mirga keeti garuu Erguma inni Hacee nyaatee hawwalcha isaas balleesse dhugaa isaas hawwaalee Maaf garaan ke haaruu dide?? Abiyi tti maaliif isa dhiifte saba keetiti deebi,uu diddee?? Kanaaf Oromon hundi sitti mufatee ture Garuu immo Uummaanni jibbines si jibbuu Hin dandeenyu nuti ijuma Hacee ilaallun sis ilaallaa Ammayyu yeeroon Uummata ke dhiifama gaafadhu saba keetiti deebi, gaafa rakko gaafa wa,ii sabuma kee siif wayya caalaa ko koottu sagalee ke kiroolee kana baatte Ormaa jidduu Hin taa,ii sirboonni Ati Waggaa 2as sirbite kun Hundi Oto silaa Uummata kee Wajjin jiraatte guyyaa 2 keessatti view 1m siif ilaalama atis irraa fayyadamatta dhugaa dubbachuuf yeero tokko tokko yoon sirba ke sagalee ke dhaggefadhu Akka waan Ati lubbuun Hin jirreettan gaddee bohaa 😓😓😓😓 sabuma kee siif wayya koottu😢😢
@Amina-zo1sn Жыл бұрын
Galatomi
@dababerju38012 жыл бұрын
Adakee duriyyuu wan bektuf cimsite wan adefatuf sagalekee baredu sanan wanhibsa jirtuf bayyee sit gamaderaa jabadhuu jajabee kooooooo🔥🔥🔥🔥
@yafetfray19412 жыл бұрын
Huchalu hundessa is my freedom And none violets freedom fighter! he is greatest entertainer of all time , gifts from God Huchalu is the last legend. Huchal Hundesaa was a rave intelligent smart encouraging loyal inspirational caring loveing
Siirba ajjaa'ibaa Maccaa fi Tuulamaa walitti hidhe.
@kirybabi70502 жыл бұрын
Caalaa dhiira ilma kaayyoo ilma gaafa xiiqii Caalaa bara master plani goota garaaf diinatti hin michoomne ilma sabaa sareen sitti duttu ijji haa jaamu at nuuf lalisi💪💪💪💪
Sirboota Art. Biraan sirbaman irra deebitee yoo sirbiteesse gatii hin qabu. asiin dura sirbi kun gam-tokken isaa 2019 Araarsaa G, Takkee, Chimdeessa A...... Sirbameera. Allaattin samiirra baraaraa oltuus lafa hin hanqatu. saba kee duratti yoo jibbama tate gatii hin qabu. kun sin baasu.waan gootefis galatoomi!
@edosakebedehumnesa17572 жыл бұрын
Obbollessso Kun yaada kee fi fakkatootaa kettii amma barbaddee caala jibbuu dandessaa Garuu Welistonnii bayyeen sirbaa kan sirbuu maaluu sirbii kun garuu namota hedduu birratii Ajjayibsifamee fi jalatamee dha obbollesso
@metiiabebe40552 жыл бұрын
Qimamii bilxiginnaa welcome.!
@abdihuluka1892 жыл бұрын
Gantuu Koo Jabaadhu
@salaalebiyyaakoo21422 жыл бұрын
Caalii koo 🥰🤗
@kebedeabu2 жыл бұрын
Caalii Caaliiyyee Qeerransoo Bestie keenya❤️🎧🎤
@tamiratbalcha71672 жыл бұрын
Caalaa jabaa ilma sabaa, Gaheen ati taphachaa jirtu hagana hin jedhamu....keep serving ur community! U started with defending Oromia...but now the scope of your job got large (became nationwide)!
@Thechrismeme2 жыл бұрын
Bayyen sii jaladha 😘😘😘 Sagalee kee dhagefadhe hun quufu😘😘😘
@siiftiif92092 жыл бұрын
Jabaadhu goota keenya
@simalenabon40162 жыл бұрын
I LIKE IT ILIKE IT ILMA OROMOO🥰😍😘😘😍😍😍😍😍 SI JALLANA💯
@NegasaTolesaNT2 жыл бұрын
Qeerransoo ati ni dandeessaam dhugumatti.🖤❤🤍
@firaf2 жыл бұрын
Video clip isaa ani hin beeku akkam akka inni ta'u 😍 🔥🔥🔥🔥👏
dhugaa dubbachuuf kuni kennaa addaati caalaan bultumee artistoota ani muuziqaa isaanii bayyee jaalladhuu keessaa isa duraati . kana caalaa caali darbi goota koo .