FAACHA GORRORA

  Рет қаралды 326,834

MELBA ENTERTAINMENT   C.S

MELBA ENTERTAINMENT C.S

Күн бұрын

CAALAA BULTUME
FAACHA GORRORRAA!!
Qindeessa muziqaa fi miksingin
Beezii fi liidii
Daawwit Taaddasaa
Masinqoo Samuel alamayoo
Ulullee Abbuu Gabree
Saksifoon Zarihun Balaxe
Sagalee jalaa qabdoonni
Andualem Gosa
Leencoo Gammachu
Tazarraa Habtee
Abarraa Indaalaa
Daangaa H/ Qananii
Eebbisee Biraanuu
Obsee guutaa.
Guddaa galatoomaa!!!
#MelbaEntertainmentcs #chalabultume #caalaabultumee
#Oromomusic #ethiopianmusic
Instagram::::::: ...
Facebook::::::: / melbaacaalaabultume
KZbin:::::::: / melbaentertainmentcs
Twitter:::: / bultumechala
Tiktok::::: tiktok.com/@caalaabultume
Telegram::::::: t.me/chalabbb2777
Website:::::: www.chalabultum...
#MelbaEntertainment #OromoMusic #ChalaBultume #caalaabultumee Ethiopian Music: Check out new Ethiopian Oromo Music Videos Entertainment Videos Inst
Copyright ©️ MelbaEntertainmentcs 2023

Пікірлер: 1 100
@Wegahata
@Wegahata Жыл бұрын
I am from Great Tigray❤💛 I was born and rise in Oromia Horro Guduru Wollega, Shambu, I can write, read, hear and speak Afan Oromoo fluently This music is the voice of 60 Millions Oromo! Thank You @Caalaa🙏
@tesfayekenea8533
@tesfayekenea8533 Жыл бұрын
ያቐንየለና! ኣነ ግን ትግራይ ኸይደ ኣይፈልጥን፡፡ ኣብዚ ኾይነይ ካብ ኣእርኽቲ ተማሂረ፡፡ 'ምበኣር:- ብሥሩእ ተረድይኢካ እዙይ ደርፊ? ንእስተይ ከቢድ እይኣ - ወላ ንአፋን ኦሮሞ ተዛራባይ፡፡ ታሪኽ፣ ናይ ቀደም ልሳነ-ቅኔያትን ፅፉፍ ፖሊቲካ ምፍላጥ ይደልይ፡፡
@sabontuwalloo4444
@sabontuwalloo4444 Жыл бұрын
😍💊
@Wegahata
@Wegahata Жыл бұрын
@@tesfayekenea8533 Respect Bro🙏
@Wegahata
@Wegahata Жыл бұрын
@@tesfayekenea8533 Tesfish sirritti naaf galeera,honestly speaking ani kanaan gudadhe seennaan saba bal'a kun natti himatan gudhadhe baradhes. Matii keessatt afaan tigriffaa rare case irratti qofa haasa'amaa kanan baraadhes hangaa sadarka Yuniversitiiti Afaan oromodhani kanaaf I understand your worries bro. Ergaan muziqaa kana qofaa isaa kitaaboota seennaa bara heeduu bakka bu'a! #Respect, recognition and appreciation for our heroes singers🙏 Dogoggora qubedhaf naa offkolchaa🙏
@nugusalelisa581
@nugusalelisa581 Жыл бұрын
THANK YOU BOSS!!
@tadelusaga8315
@tadelusaga8315 Жыл бұрын
Namni akka koo boo, aa dhaggeeffate eenyuu 😭😭❤❤Caalakoo atu yoo akkam goone dhifama nuuf goota ❤😢
@tigistdaanyee5723
@tigistdaanyee5723 Жыл бұрын
😭😭😭😭💔💔💔💔
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
😭😭💔💔😭😭
@DrNafyadGetuOfficial
@DrNafyadGetuOfficial Жыл бұрын
Maaliif gaafan jalqaba na qabe imimmaan na qabee garuu? faacha gorroorra keessee yaaddoo garaa na keesse
@Yasinbula32
@Yasinbula32 7 ай бұрын
Anaa nyaatu
@oromiyaa123
@oromiyaa123 4 ай бұрын
❤❤
@BabylonTranslation-sp9pg
@BabylonTranslation-sp9pg 3 ай бұрын
1❤❤❤❤❤❤❤
@sanyibirboyo8322
@sanyibirboyo8322 Жыл бұрын
Danbalii galaanaa Bubee lafa raasuu Lafee nama cabsee Lubbuu nama baasu Waan hamaa jalaa Hundumaa dabartee Baga guyyaa hardhaa Ija keetiin agartee... ✊🙏
@zinuambo83
@zinuambo83 Жыл бұрын
❤❤
@milkessahailu-milky
@milkessahailu-milky Жыл бұрын
Warra kaleessa darbe dagannaan garaa dursine jechuu dha. Sagalee fi Yeedaloon ati hojjattu cimina kee eenyumtuu akka ajaayibsiifatu godha. Jiraadhu saba ofii wayya!🙏❤️💚
@bulchaitefafite
@bulchaitefafite Жыл бұрын
Yes
@GurraachaAfrikaa
@GurraachaAfrikaa Жыл бұрын
Kan si qeeqnuuf Si Jibbinee Osoo hin taane, Akka ati akkanatti fuula nutti naanneffattuufi LEENCAKOO! Ajaawe Jedhanii Quba Ofirraa hin Muran! Dhugaan Suuta tiratti!
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
Haqa barbachaa dhaqne soba amanu dadhabne baguma dhaqxe ilaalte barte Qeerrassoo kenya ❤❤ Seenaa gootota oromoo daqiiqa 5 keessati waliin gahe kuni kitaba malee sirba mitii jabaa koo of irraa hin deebii'in ❤🥺
@obseobse563
@obseobse563 Жыл бұрын
Anaanoo sirbii nan bochiisuu turee kun immoo addaam! 💔😭 Galatoomii CAALAA KEENYAA🖤❤️🖤🤍🌳❤️🌳❤️Ilmaa saba sanyiin leencaa leencumaaaaa!! Gootaatuu Gootaa yaadataam nuuf bulii qeerransoo💪✊
@haileyesussenbeta5604
@haileyesussenbeta5604 Жыл бұрын
This music worth 1000 history books. Just Woow !!!!
@thenewspiritofroromia5666
@thenewspiritofroromia5666 Жыл бұрын
I agree 100%
@Yanfamoko
@Yanfamoko Жыл бұрын
Baga nagan Debbite gaara Oromuma ketiti
@mathiashaile4479
@mathiashaile4479 Жыл бұрын
👑
@mathiashaile4479
@mathiashaile4479 Жыл бұрын
JIRAADHU HAADHOO KOO 💪
@famijemal7864
@famijemal7864 Жыл бұрын
​@@thenewspiritofroromia5666 ❤
@nesradinkemal9531
@nesradinkemal9531 Жыл бұрын
Believe me cala you are one of those who you listed in this music. I really appreciate you
@AbdiMuktar
@AbdiMuktar Жыл бұрын
Wow Caalaa koo ati Oromoof keennaa addaati dandeettiin kee adda hojiin kee hunda jijjiira nurraa hin badin akkuma duriitti nuuf bookkisi leenca koo🥰 welcome back🙏🙏
@paulosbeka1997
@paulosbeka1997 Жыл бұрын
💪💪👏👏✊✊ Baga Oromoo yaadaan gargar faca'e kana tokko goote. Ammas Oromoon yoo tokkome BIYYA ta'uun isaa waan hin oolle. Oromoo koo jabaa kee cimsadhu, gorfadhu, bukkee dhaabadhu, TOKKUMMAA kee cimsadhu. Caalaa keenyaa guddaa galatoomi🥰🥰
@yomifkumsisabededa3469
@yomifkumsisabededa3469 Жыл бұрын
voice100% sound quality 100% lyrics 100% message 100% against neftegna 100% oromo unity 100% rhythm 100% thank you singer chala, singer of everything like hachalu!!!!!!!!!!!
@keeraajiiorotube3578
@keeraajiiorotube3578 Жыл бұрын
Caaliyye welcome back . Mana hospitaala Ciise si dhaggeeffachaa jira.❤️❤️
@damitutube6750
@damitutube6750 Жыл бұрын
Raabiin Sii Haa Faayisuu
@nufiramtube7830
@nufiramtube7830 Жыл бұрын
First time I listened to this, I just cried, I became emotional. Once he starts calling our heros’ name, I could not wait until I hear Hacalu’s name. Finally I found my self wiping my tears.😢😢😢Thank you brother for your great and historical work. Ummatni keenya yoomu garaa hin ga’amu. Siif hin hafne. Umrii dheeradhu.❤❤
@jaalanneetolasaa8865
@jaalanneetolasaa8865 Жыл бұрын
Uuuuufff 🥺🥺🥺😭😭😭😭😭💔💔💔💔
@mulukenkebede_mk
@mulukenkebede_mk Жыл бұрын
Same feeling here too
@genetmulugeta1978
@genetmulugeta1978 Жыл бұрын
Same to me!
@matakiahurisa2186
@matakiahurisa2186 Жыл бұрын
Really my filling is like u really I was waiting name of hachaluu
@haqoo-haqshiroo-shir63
@haqoo-haqshiroo-shir63 Жыл бұрын
You felt what i felt
@aseeto1878
@aseeto1878 Жыл бұрын
የእኔ ውድ እንኳ በሰላም ወደ የሚወድህ ህዝብ በሰላም መጣህ caalaa ko ilove you 😍😘♥️💚♥️
@abdulhd5394
@abdulhd5394 Жыл бұрын
I am from Erteriya 🇪🇷🇪🇷 I love oromo music 🎤🎤 I can't stop listening to this song every time.nice work! Keep it up.
@tesfayekenea8533
@tesfayekenea8533 Жыл бұрын
In Eri or from Eri?
@kalidfadilu2934
@kalidfadilu2934 Жыл бұрын
Hafuftu wayi😂😅😂 ma sobda
@gezaashu3132
@gezaashu3132 Жыл бұрын
This Music is More than just a music, It is a story telling music to over 60 million people and the price of we pay to preserve our culture, Language and history . He mentioned our gallant sons and daughter as much as he could and the challenges and the strategies of this generation how to keep our identity with his master piece. Caalaa Bultume, Welcome back to where you deserve to be.
@karrayyuutube2609
@karrayyuutube2609 Жыл бұрын
Anatu dursee ilaale!❤💚❤
@giftidure9322
@giftidure9322 5 ай бұрын
Ani maatii siif ta'een jira Yasin Bula tube irratti maatii naaf ta'i
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 4 ай бұрын
Maatii naaf ta'i anillee siif ta'e
@ibrishaajm7224
@ibrishaajm7224 Жыл бұрын
Duraanu garaa sirra hin murane ani.❤️💚❤️ Welcome Caalaa!✊
@ridajihad4916
@ridajihad4916 Жыл бұрын
duraan eessa dhaqe kan dhufuu isaa kan nuuf himtu,caalaan nama gandaa miti,kan oromoof oromiyaati.
@ashenafichala7095
@ashenafichala7095 Жыл бұрын
I can't stop crying by hearthstone music and musician. I feel heroic when I discuss my self that I arised from such Oromo brave Citizens.
@thenewspiritofroromia5666
@thenewspiritofroromia5666 Жыл бұрын
Hello Oromo people can you believe I already listened to this historical music more than 100 today times just. I Love it ❤️❤️❤️
@berhanuseboka8649
@berhanuseboka8649 Жыл бұрын
can't stop cryin' listening to the name of our heroes. thanks brother Caalaa
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 5 ай бұрын
The Legend i don't down grade your heroine Falmaa goonkumaa ejjennoo isaa hin sharafne❤❤❤❤❤❤ umrii nuuf dheeradhu!! Faacha Goorroorraa keessee Yaaddoo garaa na keessee!
@mulukenkebede_mk
@mulukenkebede_mk Жыл бұрын
OMG....What heroic music!!! No one left from heroine lists. It vibrates my feelings when I hear name of Hacuu🥲😪 Caalaan hunda caaluu isaa irra deebiin mirkanesse!
@tadelegeremu3357
@tadelegeremu3357 Жыл бұрын
You did it,bravo Caala Bultume❤️💚❤️ love you so much! I'm so emotional when I heard this music!
@dbb2022
@dbb2022 Жыл бұрын
This is the Caalaa we know. Powerful as always. Bagan waa'ee kee dubbadhe yaada hin kennin.
@ahmadtabshish-mf8st
@ahmadtabshish-mf8st Жыл бұрын
Cala.kwwnya.nuu.qabanesite.nufa.jiradhu
@obseeshow9855
@obseeshow9855 Жыл бұрын
CALIYYEE bagaa Nagaa debite gotatu gotta farsaa jabaa namaa ❤️💚❤️💪👌best oromo music
@negeragudeta1857
@negeragudeta1857 Жыл бұрын
Qeerransoo you're back. You are back to Oromo's and Oromia's hearts. This is not music for me. It's indeed a historiography book of the Oromo revolutions. Thank you.
@abseekaashamsuu3245
@abseekaashamsuu3245 Жыл бұрын
Jabatee sagalee tee ululee ummani jaalatu sanin nurra fagattee malee bagaa Nagayaan dhuftee Gara ummataa akkuma dur sanitti itti cabsii warra jirus hin sodatinii
@oromiainfo1
@oromiainfo1 Жыл бұрын
Woow ⚫🔴⚪ Heroes Are Always Heroes. I Wish You Long Life And Health❤❤❤❤
@jiituuwallagga8637
@jiituuwallagga8637 8 ай бұрын
Ayiiii😭😭😭 caala leencaa onnee sibilaa yaadannoo baay ee nuuf kaftee galatommii ❤ Ati namaa addaatti.
@Miranoltube
@Miranoltube Жыл бұрын
Our always hero! ❤️ Hojii ajaa'ibaati, sagalee fi walaloonkee, no word.....I really appreciated! The one who listened knows more in what feeling it put...! Galatoomi!🙏
@hiramg5589
@hiramg5589 Жыл бұрын
Wayoooo caalaa koo😢😢😢😢I can't stop listening this is not only music this is my oromo history ❤❤❤
@beredaabdissa7932
@beredaabdissa7932 Жыл бұрын
#our people pays a lot of life's to keep his language, culture and heritage and #this music says all about #This is not Just a music it is a book that we can give to our children's to let they known there hero's #Thanks Caala Bultumee for this Beautiful story # Baay'ee si jaalanna si Kabaajina
@abditamiru7156
@abditamiru7156 Жыл бұрын
What a music 🥰 keep doing king እሄ ጫላ ነበር የነፈቀን 💪
@tulluutube4499
@tulluutube4499 Жыл бұрын
Powerful music Galatoomi duuba hin jedhin of dura ilaali Welcome to right Path.
@firaolberi7646
@firaolberi7646 Жыл бұрын
Here we go ..this is Caalaa Bultumee i know . Incredible..
@firaolbekele7739
@firaolbekele7739 Жыл бұрын
Welcome back brother. What a great music it is. #Touching♥️💚♥️💚 #Wallaggakoo_Oromiyaakoo! #Haacaaluu #Usmaayyoo.... Uhhhh
@amalaqabeettiimucaaarsii973
@amalaqabeettiimucaaarsii973 Жыл бұрын
Gonii yomaa gotaa farsuu irra baredaa calaa koo atii duruu gotaa oromotii jabaa nama 💪💪💪💪💪❤💚❤👍✅💯
@danielabate7181
@danielabate7181 Жыл бұрын
It is not only music It is a book contain heroes of oromo❣❣
@ummazinabinas6357
@ummazinabinas6357 Жыл бұрын
ለምን ይዋሻል 💓💔😥😥😥😥😥😥😥😥😥
@daraartudaanyee4458
@daraartudaanyee4458 Жыл бұрын
Akkasi qeerrensoo sagalee kiloolee jiraadhu❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰
@bekim430
@bekim430 Жыл бұрын
It's good job First when i listened this music, I become emotional❣️❣️❣️ jabaadhu qeerransoo⚫️🔴⚪️
@desalegnberhanu8578
@desalegnberhanu8578 Жыл бұрын
A hero who explains many books with one sweet mouth. This is called "Caalaa Bultume"! Goota afaan mi'aawaa tokkoon kitaabota hedduu ibsu. Kun Caalaa Bultume jedhama!
@debelabejica8524
@debelabejica8524 Жыл бұрын
Thank you Caalaa for this masterpiece we love you 🥰
@desyyb3557
@desyyb3557 Жыл бұрын
Caalii Qeerransoo,Ati nama ejjennoo ofiitin deemudhabee,baga nagaan dhufteka,sanyii Haacaluu Hundeessaa!!
@Boriif
@Boriif Жыл бұрын
The work you have done ,is more than any thing.ESPECIALLY at this critical time
@tesfahunentertainment4312
@tesfahunentertainment4312 Жыл бұрын
Jabaatu jira guduruu Saqalaa hanga Amuru Marroof dhiichiste 🙏 Baga faarsite❤️❤️
@gossayealemayehu7682
@gossayealemayehu7682 Жыл бұрын
Very impressive song it costs 1k page of historical book. Excellent lyrics and Melody stay Blessed Caalaa B.
@murtiguutoshow8334
@murtiguutoshow8334 Жыл бұрын
Caalaa qeerransoo sagalee kiilolee! Sirraa tola hundi! Warrra oromoof bu’aa dhiisi waan tokko hin buufne kan siin waa jedhu
@yade3317
@yade3317 Жыл бұрын
ያለፉት ሶስት አመታት ይህን የመሰለ ድምፅ በካዲሬ ሲዘወር ማየት በጣም አሳዛኝ ነበር! Welcome Caalaa🙏❤
@footballmix6192
@footballmix6192 Жыл бұрын
ምንም ካድሬ የለም ላመነበት ነገር ነው የኖሮው
@abdubaali1181
@abdubaali1181 Жыл бұрын
Calla Bultumme Leenco Koo Baga Nufi Dhalate Jabadhu kaa Abshir ni Moona 💪💪💪💪💪💗💗💗💗💗
@shimelistesema8481
@shimelistesema8481 Жыл бұрын
Welcome to a place where really deserves you Qeerransoo koo!I hear more than 40 heros in this music!
@amanueltolesa9238
@amanueltolesa9238 Жыл бұрын
Jabaa jira Guduru Saqala hanga Amuru💪💪💪
@AberaGeda
@AberaGeda Жыл бұрын
You are my hero at any time. Long live bro koo! Rabbi si haa eegu bakka ati deemtu hundattuu!
@netsi4149
@netsi4149 Жыл бұрын
Wow nafii jiradhu dhugaa sirbaa kanafii jecha hin qabu
@gelanademe
@gelanademe Жыл бұрын
What a Music 🎶 wow 😮 Welcome Back Cala Bultume 💕
@fayineeabdurqadir8170
@fayineeabdurqadir8170 Жыл бұрын
Wel come calaa ko
@abdimahammad7528
@abdimahammad7528 Жыл бұрын
yaa goota sagalee kiloolee maal godheen of qabbaneessa? dhugaa daba nurratti darbee na yaadachiiftee miiraan onneen koo na gubatee. Aboo caalaa ilma bultumee erga jatteefuu baga itti cabsite!!!!!!! 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@getanehyadeta8142
@getanehyadeta8142 Жыл бұрын
Caalaa bultumee ulfaadhu Yaadannoo Baayee nuf kaste qeerransako 🥰
@andualemamenu5491
@andualemamenu5491 Жыл бұрын
Oromiyaan koo isheen garaa koo guutuu jaalladhu kun aarsaa gootota isheen bara baraan ni jiraatti .Thank you chala .
@lelisagetaneh8709
@lelisagetaneh8709 Жыл бұрын
We visited Oromia via your song bro!
@obsiinanjiruu6094
@obsiinanjiruu6094 Жыл бұрын
Bom BOM baga itti cabsitee caliyyee yomuu oromoo si jalataa leencaa keenyaa ♥️♥️ Viv itti fuufuu qabaa ♥️♥️♥️♥️
@thenewspiritofroromia5666
@thenewspiritofroromia5666 Жыл бұрын
Thank you and welcome back to the reality. You came back when we needed each and everyone Oromo people. Like always the music is not just it is also a message!
@RORASTUBE
@RORASTUBE Жыл бұрын
Artistii Hiriyyaa hinqabne goota of malee nama hindhageeyfanne Baga dhalatte ilaalcha kee yeroo hundaa siifin kabaja Heedduun sijaaladhaas. Galatoomi Caalaa Keenya Qaalii
@maidottube4285
@maidottube4285 Жыл бұрын
Really this music is more than million Books thank you. Ergaa cimaa, Gootummaa oromoo, Ball'ina Oromiyaa, Oromiyaan yoommuu hin maseentu Thank you 🥰💯💕💕💕
@kefenaeffadelesa5132
@kefenaeffadelesa5132 Жыл бұрын
Icon of resistance and singer and voice of human dignity and liberty
@danigasula99
@danigasula99 Жыл бұрын
Am from oromia, AWeSome music❤️❤️❤️
@oromoo7603
@oromoo7603 Жыл бұрын
Caalaa bultumee nuuf jiraadhu leenca koo 🥰💟💚💟🙏
@galmjaldesa8468
@galmjaldesa8468 Жыл бұрын
What a great song,, keep up going our legend 💪
@fikadulema5661
@fikadulema5661 Жыл бұрын
baga nuu dhufte koorma qee'ee keenyaa , baayyee si jaallanna❤❤❤💚💚💚❤❤❤
@dawaentertainment1
@dawaentertainment1 Жыл бұрын
Nuuf jiraadhuu caalaa keenna From Oromo Guji🥰
@aminamulune6201
@aminamulune6201 Жыл бұрын
Caalaa.Qerranso🥰👑👈🌳.Uuuuuuuuuuuuffff namni akka koo boyee jiraa laata Oromumman akka salphatii nu biran hin banee Arsaa gudatuu itti kafalame asiin bane amas jiraa☝️☝️🙏🌳😭😭😭😭😭
@biniyambersisa3501
@biniyambersisa3501 Жыл бұрын
Not only a music but more of history and an extraordinary performance in all of its composition, hard to mention separately. RESPECT!
@safaasafaa8013
@safaasafaa8013 Жыл бұрын
Ijii diinaa sii hin argiin qallii oromoo nufi jiradhuu💖💖💖💖💖💖💖💖💯💯💯💯💯💯💯
@yohannisfikadusisay9605
@yohannisfikadusisay9605 Жыл бұрын
Great music. I am from washington DC.💝💝💝💝
@girmaabdeta6736
@girmaabdeta6736 Жыл бұрын
Ati Goota Aarsaan ati ijoollummaa kee irraa eegaltee hanga har'aatti kanfaltes akka nama tokkootti salphaa miti Nuuf jiraadhu Yeroo kam akkamitti akka as baatulle ni beekta
@gg_challenge
@gg_challenge Жыл бұрын
Wow!! This is historical song.
@lonekabeto7146
@lonekabeto7146 Жыл бұрын
Imimmaankoo qophachuun dadhabe. Maaloo Caali akkuma Daadhii Galaaniif Hacaaluu Hundeessaa #Qaalii dhugaa sabakeef mormaa Saba Waltoomsu tahii itti nuuf fufi. Raqa funaanuun siif hin malu. Dhugaa sabakee waliin tahi. Isatu hin dabarre. Sin mararfadha koodeekoo, akkuma durii! 🥰
@destajebessa6
@destajebessa6 Жыл бұрын
This is the true image of Caalaa Bultume!
@chaladeriba1792
@chaladeriba1792 Жыл бұрын
www sirba bayyee bareedaa fi ergaa cimaa qabuudhaa caaliyee jabaa namaa nuuf jiraadhuu waggaa kuumaa sii jaallaanna 🙏🙏🙏💔💔💔💓💓💓
@tolaaabotube3357
@tolaaabotube3357 Жыл бұрын
What a music! 🎶 Thank you my Hero ♥️♥️
@sanyiihacaluuhundeessaa3032
@sanyiihacaluuhundeessaa3032 Жыл бұрын
Caliyee koo Bagaa nagaan nuuf dhuftee goota koo hamtuun siin argiin umurii nuuf dheeradhuu❤️🌳❤️💪💪
@biqilaa852
@biqilaa852 Жыл бұрын
U did came to you your default position, this is where you belong my man!
@abdulhakiimqaadii8239
@abdulhakiimqaadii8239 Жыл бұрын
Maqaa Hacaaluu nuu kaasuun kee baayyee na gammachiise Caalaa galatoomi oromoon waan si jaallatuuf baayyee sitti aare ture ammaa jabaadhu
@mariiasheeta2086
@mariiasheeta2086 Жыл бұрын
I can't stop crying after hearing your sound🥰 and remembering the skeleton of thousand of Oromo ppl killed by Fano Amara in J/Jarte left not buried due to insecurity reasons😭😭
@dessalegnzeleke6466
@dessalegnzeleke6466 Жыл бұрын
Dededed
@hawwiiintalaatawayidootube9335
@hawwiiintalaatawayidootube9335 Жыл бұрын
Gotichaa sana calla bultumee dhiraa master pilan mormee ulfadhuy maloo seena meeqa nuu yaddachistee😍😍
@zenashirepaye3852
@zenashirepaye3852 Жыл бұрын
Caalaa koo lencaa koo nuf jiraadhuu jabaa kenyaa❤️❤️❤️💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅
@darartuoromiya6646
@darartuoromiya6646 Жыл бұрын
gotaa kenyaa caaliyee sagalee kee kan dinaa yadeesuu 💕🥰💕🥰💕💪💪
@gudetakenate8265
@gudetakenate8265 Жыл бұрын
Ergaa jabaadha. Kana sirraa barre, Sirraa eegnee dhabnee sikomanne, komiikeenya dhaga'uun deebii boonsaa fi yeroosaa eeggate qabattee deebite guddaa galatoomi. Caalaa
@sabboona4305
@sabboona4305 Жыл бұрын
Wooow I love to oromo music am from Sath Sudan 🇪🇭
@yoomiifansimalee5932
@yoomiifansimalee5932 Жыл бұрын
Urjii Koo jiradhuu jabduu onenii sibilaa iftuu ak biftuu jabatuu ak ejeraa nuf jiradhuu ❤️💚❤️ si jalanaa
@junedhusen
@junedhusen Жыл бұрын
Weelluu ajiiba hojjette caala ati kennaa qabsoo oromooti amma ati achi garagalte laafne duranu si jaallanna jabaadhu qaali oromo
@Oromtitti5581
@Oromtitti5581 Жыл бұрын
Akka Taaddasa Birru maandella leenjifadhu Akka Alii birraatti dhaloota barsifadhu Akka Hacaalu hundeessa lolii dhugaa deeffadhu Akka Abbaa jifaaritti malaan diina injifadhuu gotonni keenya hunduu Kabajaa qabu sabasaani biraa galanni jaraa bilisumma jarri hawwan San hata'u🤲
@Dastaabusha
@Dastaabusha 8 күн бұрын
Jabaadhu qaalii sabaa Ati oromoof gachana ilma sabaa
@MichuMO
@MichuMO Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf jennaan sirbikee kun cubbuukee waggoota muraasaa asii na dagachiiseera. Adaraa Adaraa jechumakee kabajii jabaadhuu dhaabadhu, hin rarra'in !! Ulfaadhu !!
@dachootube7248
@dachootube7248 Жыл бұрын
wow Caalee bultume bagaa ngyn dhuftee jabaa kenyaa ❤️🧡❤️✊
@shumigirmaa8231
@shumigirmaa8231 Жыл бұрын
Lencaa kenyaa calaa garaa sirra hin kutannee wel come ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@firoomsaaentertainment
@firoomsaaentertainment Жыл бұрын
Dhugaa jabaatu jabaa farsaa nu jiraadhuu caalaa gaafa master pilaanii
@addoyye
@addoyye Жыл бұрын
Caalaa koo atii bar rasasaa oromotii❤🖤
@kichuu
@kichuu Жыл бұрын
Explained 150 years history in 9 minutes ❤❤❤❤❤❤ thanks CAALAA Bultumee❤❤❤❤ Spectacular explanation!!!!!
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 3,3 МЛН
Caalaa Bultumee - IYYOOLEE -New Ethiopian Oromo Music 2022 [Official Video]
5:33
MELBA ENTERTAINMENT C.S
Рет қаралды 897 М.
So Cute 🥰
00:17
dednahype
Рет қаралды 45 МЛН
طردت النملة من المنزل😡 ماذا فعل؟🥲
00:25
Cool Tool SHORTS Arabic
Рет қаралды 33 МЛН
Now it’s my turn ! 😂🥹 @danilisboom  #tiktok #elsarca
00:20
Elsa Arca
Рет қаралды 12 МЛН
No,5 Aliyi sabit Hoo Yaadannoo
7:09
Bonsa Smart
Рет қаралды 20 М.
Caalaa Bultumee TOP 10   Oromo music 2022
1:02:55
Oromia Cable Network
Рет қаралды 226 М.
Hachalu Hundessa - Kuullee Koo
6:32
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 1,9 МЛН
Caalaa Bultumee*Urjiiwwan* New Music video 2022
5:26
MELBA ENTERTAINMENT C.S
Рет қаралды 132 М.
Caalaa Bultumee - Goota Hedduutu Dhalate | Oromo Music
6:51
Negasa Tolesa (Abbaa Eebbaa)
Рет қаралды 428 М.
CAALAA BULTUME (QEERRANSO) "GOOTA  HEDDUTU  DHALATE" NEW OROMO MUSIC 2018
6:51
Bilillee | Andualem Gosa | New Oromo Music Video 2024
5:46
Andualem Gosa
Рет қаралды 9 МЛН
Addisu waayimaa Faarsa kadhanaa  @2016
23:51
Amanti studio
Рет қаралды 76 М.
Keekiyyaa Badhaadhaa - MADAQOO | (Official Video)
6:15
Keekiyyaa Badhaadhaa
Рет қаралды 4,8 МЛН
So Cute 🥰
00:17
dednahype
Рет қаралды 45 МЛН