DINQEE ADDISUU:SIIF OF IRRAA

  Рет қаралды 117,273

EGEREE MEDIA

EGEREE MEDIA

Күн бұрын

Пікірлер: 128
@Sarontube
@Sarontube 2 жыл бұрын
Faarfannaa dhagefatamne hin qufamnee Ergaa isaa warabadhee qufuun dadhabee Dinqee koo waaqayyoo mana isaa keessatti sin haa qusatuuu dhugaa jechaa qabuu Ayyanaa isaa ammayuu siif haa baay'isuu dachadha ebbifamii jabduu koo hubbanaa ogummaa kana caaluu siif haa kenuu waaqayyoo ebbifamii amen amen 🙏 🙏 akkkataa qindeesuuu ❤ Waan hundumaa isaa jaladheraa Ergaa isaa hundumaa iyyuuu❤❤ Siif ofiraa hin habifadhuu Siif ofiraa hin qabbanneessu Siif ofiraa hin amaradhuuu Siif ofiiraa siif ofiraaa siif ofiraaa Ebbifamaa sabaa Waaqayyoo qomoo filatamoo mattii jaalalaa 💔💔💔🥲
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Maati naaf ta'i please 🙏❤️
@joellekhalil
@joellekhalil 2 ай бұрын
Uffee dhaggeefadhe quufun dadhabe dhugaadha hadaraan si harkkatii hin haalamu imaanan si harkattn dhimisu na hollachiifata inni Kanke yesuusko waaqayyo si haa ebbisu qaxaleeko jabaadhu❤❤❤❤❤❤❤
@gadisefita403
@gadisefita403 2 жыл бұрын
Abbaa kennaa isa ta’e Waaqayyoof galanni haa ta’u! Jabaadhu garbittii Gooftaa kanuma caalaa siif haa baay’atu ayyaanni Gooftaa!
@geexeeyoutube283
@geexeeyoutube283 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waqayyoo sii haa ebisuu ebifaamii kanumaa cala
@abdiinkoojiraataadha8074
@abdiinkoojiraataadha8074 2 жыл бұрын
Goftaan baraaf jirenyaa kee gutuu sii haa Ebisuu ebbifaamii hadhoo Koo ❤️❤️🙏🙏💜
@ifaket7
@ifaket7 2 жыл бұрын
Jabaadhu obboleettii Mucaan cimtuudha Ayyaanni Waaqayyoo irra jira Garuu,sponsara taataniifi hojii qulqullina qabu hojjechiisuufitu isinirra ture yaa warra @Egeree Media
@LalisaAssefaOfficial
@LalisaAssefaOfficial 2 жыл бұрын
Sure!
@abdiimilkii865
@abdiimilkii865 2 жыл бұрын
Waqayyoo dachaan baraakee haa eebbisuu eebbiffami amma dhumaatti cimsee si haadhabuu📖❤🙏🙏
@charaalemu7131
@charaalemu7131 11 ай бұрын
Thank you
@ambodaba1756
@ambodaba1756 2 жыл бұрын
I cannot express this song, Because her words are on fire. Jesus bless you Dinke!
@beshadudibeba996
@beshadudibeba996 2 жыл бұрын
Farfannaa keeti. Gammachuu guddatuuf natti dhaga'amaa. Eebbfami Waaqayoon sii haa eebbisuu Dachaasaa 1000n siif haa baay'atuu haa dhookoo maal siif ta'u Mannisaa mana kee siif haa ta'uu 🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
@mtssitayomucaakakuumobile9289
@mtssitayomucaakakuumobile9289 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifami Eebbifamii Eebbifamii dachaa Haadhoko mucaa kakuu darbii deemii maqaa yasusiin homaanuu hin qabamiin Eebbifamaa✝️💕💕🎤🎤🙏🙏🙏👏👏
@WerkeAlemu
@WerkeAlemu 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤farfaannaan haafuuraa waaqayyoo of kee qabuu kaanadha uuuuuffffff dachaa dachaa siraati ha daabalamuu
@NegaseTeshome
@NegaseTeshome 9 ай бұрын
Ameeeeeeeeeeeen gaaruu suuree ufaatee lamaafi hin faarfaatini ayyaan qabeeti Koo ❤❤❤❤❤
@GanetMegersa-bo3ll
@GanetMegersa-bo3ll Жыл бұрын
Waqayyo sii haa ebbisu dinqe koo nama ajaiba jechi si kessa bahu dhalooni akkana jajabefamu qaba
@teshalaketale8862
@teshalaketale8862 2 жыл бұрын
Ebbifamiii bayee!!! Surree malee farsitee sist kenyaa thankyou
@deborajesus3593
@deborajesus3593 2 жыл бұрын
Wowwww uuffee kadhatufi iyuu dhiigini kee 😭😭😭😭😭😭 ammeen ammeen ebbifamaa ayyaanii waaqayyoo siif haa baayyatuu ebbifamii hadhokoo jabadhu guyyaa guyyaadha ayyaanii waaqayyoo siif haa baayyatuu 😍😘
@laliseeoromiya7532
@laliseeoromiya7532 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffeeeeeee mal akkam namatti tolaa uuufffee dhugaa bay'een itti gammadde boqodhees ebbifami Eebbifamtuu mucaa kakuuu darbii deemi tarkanfadhuu Ameeeen Ameeen Eebbifamma mati goftaa hundii keessan 📖📚📚❤❤❤
@LalisaAssefaOfficial
@LalisaAssefaOfficial 2 жыл бұрын
Wow! Jecha akkamii fayyadamtee akka isheen faarfatte dinqisiifachaan jira! Mucaan kun qaxaleedha dhugaa!
@daaniimqadiidaa1500
@daaniimqadiidaa1500 2 жыл бұрын
For sure I do have no word to express! May my almighty God bless you more!
@biiftuyasus9687
@biiftuyasus9687 2 жыл бұрын
Wawwwo mucaati Cimtu kana ebbifami ayyanni sif ha baayatu
@hayatlovely2297
@hayatlovely2297 2 жыл бұрын
Dachaa ayyanii siif haa bayatuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@GemechuFikadu-zr7ws
@GemechuFikadu-zr7ws Жыл бұрын
Waqayyoon ko Dachaan si haa Ebbifamiii❤
@guddaankiristoosiamen8393
@guddaankiristoosiamen8393 2 жыл бұрын
Tajaajila Urgaa,aaa uffeee ulfaadhu yesuuseekoo🙏🙏🙏🙏
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 2 жыл бұрын
Wawooo Ameeeen Ameeeen Ebbiafmii dachaa dachaa hamma dhummatii duubii goftiichaa keesaa dhabbadhuu Arggami🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💓💓💓💓💓💓
@foyessafayera4271
@foyessafayera4271 2 жыл бұрын
Sagalee kanaan eebbifameera.Waaqayyoo hanga xumuraa Manaa isaa keessaa isiin haa tursu jechuun barbaada!
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 2 жыл бұрын
Eebbifami qaxaleeko jabduuko❤️❤️🙏🏻🙏🏻🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 2 жыл бұрын
Dinqeeee bareeduuuukoooo uuuphaaaaaaa eebifamiiiiiiii
@lamessaabdisa5987
@lamessaabdisa5987 2 жыл бұрын
Dhugumaa faarfanna kadhataan guutame humna fayyisuu of keessaa qabudha. Irra deddeebi'ee yoon dhaggeeffadhu jireenyiko inni moofaan guyyaa guyyaan naaf haaroma jira. Obboleetti keenya Dinqee fi garee midiyaa kanarratti qooda fudhattan hundi keessan waaqaaf nama biraa ulfina argadhaa
@aberashidosa5583
@aberashidosa5583 Жыл бұрын
Amen naa qabanesiitem garakoo
@gadagemsisa
@gadagemsisa 2 жыл бұрын
What is amazing song! My the Lord, Almighty God bless you. Go a head my sister. Keep going without the circumstances of the season stopping you. Haallii bara sin dhaabiin.
@waltanatube
@waltanatube 2 жыл бұрын
Ayyaanichi sirra Jira. Eebbifami!
@tamiratgirma1950
@tamiratgirma1950 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤ wow Ebbifamiii
@amsalutube8787
@amsalutube8787 2 жыл бұрын
kana caalaatti ayyaanni waaqayyoo siif haa baayyatu
@birdkeeper14
@birdkeeper14 2 жыл бұрын
Ebbifami dacha dachaa ammasi dabalii farisa waqayyoo dibatasa sif dabaluu
@efamergaofficialpage
@efamergaofficialpage 2 жыл бұрын
Waaqayyoof Galanni haa ta'u Jabaadhu
@tamiratgirma1950
@tamiratgirma1950 7 ай бұрын
Powerful Words
@bontuabdiniijiraa5110
@bontuabdiniijiraa5110 2 жыл бұрын
Amen amen uuuuuuuf yesusi ebifamii
@idosadaniel4336
@idosadaniel4336 Жыл бұрын
uuuuufffffeeee kaa guddummaa waaqayyoo eebbifamii obboleettii koo
@forfoforkakuuyesus7223
@forfoforkakuuyesus7223 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuf ebbifamtuu koo
@derejelelisa2755
@derejelelisa2755 Жыл бұрын
Faarfannaa dinqiidha, eebbifami
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 жыл бұрын
Uuuuuuuufeeeeee Ulfaadhuu gooftaa Koo ,,,qaba waqayyoo kan Akkaa dawit ,,,,Eebbifamtetaa Aayyaana dachaa dabalaadhuu hiiddii kees gadii ha faggaatuu millii Kee faggoo ha deemuun hafii jiraadhuu manaasa keessaa ,,Hundumtuu Eebbifamaa
@RoyalTeam1290
@RoyalTeam1290 2 жыл бұрын
Maati naaf ta'i please 🙏🙏🙏❤️
@kenakena-xx4jl
@kenakena-xx4jl Жыл бұрын
Uufeee ufeee nuu jetee ofii kenitee diraakee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 yesusiko
@jataniabebe1722
@jataniabebe1722 2 жыл бұрын
Dinkekoo ebbifami ammalle😍😍😍😍😍
@ChimdiFiromsa-eo3jb
@ChimdiFiromsa-eo3jb 9 ай бұрын
Jabaabduu gooftaan jabeesse
@dibooraaamanulee2818
@dibooraaamanulee2818 2 жыл бұрын
Ebifamii dachaa waqayoo sihaa ebisuu dachaa uuuuufee 🙏🙏🙏🙏🙏
@kenateformeefa2110
@kenateformeefa2110 2 жыл бұрын
Ameeen waqaayoo si ha ebissuu dachaa 🤲🤲👏👏👏❤️❤️❤️❤️❤️
@gadisadereje
@gadisadereje 2 жыл бұрын
Eebbifami Dinqee
@oromonkiyyaatube1663
@oromonkiyyaatube1663 2 жыл бұрын
Wowowo waqayyoo siin haa ebbisuu
@SimboNegera
@SimboNegera 11 ай бұрын
Ebbifammi ayyaana kana keesaa hin bahin amma dhumati
@iyasugetahun2949
@iyasugetahun2949 2 жыл бұрын
Wel-Come Dinko. Baga nagaan dhufteen🙏
@asteraster9644
@asteraster9644 2 жыл бұрын
Ammeeen ebbifaam
@lemumerga1647
@lemumerga1647 2 жыл бұрын
god bless you the amazing word !!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@gadafikadu5802
@gadafikadu5802 2 жыл бұрын
Waaqayyo ammayyuu si Haa eebbisu
@lamessaabdisa5987
@lamessaabdisa5987 2 жыл бұрын
God bless your life including your family
@eliasindalu6471
@eliasindalu6471 2 жыл бұрын
Eebbifamaa obbolootakoo
@biqiltuutub4762
@biqiltuutub4762 2 жыл бұрын
Amen Ebifamii qaxaleko
@warqiinagakootiyesusyesus2107
@warqiinagakootiyesusyesus2107 Жыл бұрын
Ebbifami giftikoo ❤❤❤
@SaraSara-ur1nj
@SaraSara-ur1nj 2 жыл бұрын
Uuuuuufffiiiiyii ebbiiffaama ♥️♥️♥️♥️
@Masaratabara-m8j
@Masaratabara-m8j 9 ай бұрын
Ammeeeeeeeeeeen
@bikilabuli6890
@bikilabuli6890 2 жыл бұрын
Ayyaanichi siif haabaayyatu jabaadhu
@سوسوسوسو-ت9و3ك
@سوسوسوسو-ت9و3ك 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ebbifaamaa sabaa Waqayyoo 🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲⛪⛪
@Tinishuabiye
@Tinishuabiye 8 ай бұрын
Ameen ameenameen haleluyaa
@iyasugetahun2949
@iyasugetahun2949 2 жыл бұрын
Eebbifamtuu mucaa waaqaa
@generationforgeneration9476
@generationforgeneration9476 2 жыл бұрын
may the great God bless you again and keep you in his house
@karizmamega524
@karizmamega524 Жыл бұрын
You re welcome🙏🙏🙏🙏🙏🙏✅️✅️
@astertaye-qy6zh-yl5ef
@astertaye-qy6zh-yl5ef Жыл бұрын
Ebbiifamii ebbiifamii❤❤❤❤❤
@dinqiturafisa4184
@dinqiturafisa4184 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamii mucaa kakuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏❣❣❣❣
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 2 жыл бұрын
Wowow baga Naagaan dhuftee 💔
@bonidesale5752
@bonidesale5752 2 жыл бұрын
Guddadhuu Dinqee
@WerkeAlemu
@WerkeAlemu 5 ай бұрын
Gooftaan sif haa eebisuu
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 2 жыл бұрын
Uuuuuufffeeee ameeeen waaqayyoo saa eebbisu ❤
@ruhamaruhama
@ruhamaruhama 2 жыл бұрын
You are blessed my lord Jesus bless you 🙏🙏❤️❤️💓
@tabotemekonnen145
@tabotemekonnen145 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebifami dacha ❤ ♥ 😍
@Seenuu501
@Seenuu501 2 жыл бұрын
qaxaalee koo ebifamii🥰🥰🥰🥰
@diboramar7783
@diboramar7783 2 жыл бұрын
Eebbifsmi dachaa
@DHANGAAMEDIA
@DHANGAAMEDIA 2 жыл бұрын
Qaxalee Akkasi Dabalee Nuuf Haa Kaasu Waaqayyo
@shalomofficialpage6581
@shalomofficialpage6581 2 жыл бұрын
Ameen eebbifami dinqoo.
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 2 жыл бұрын
Qaxalee mucaa Kakuu ebbifaami 💔💔💔💔💔
@thomydebela
@thomydebela 2 жыл бұрын
AmeeeeeeeeeeeeeN Eebbifamii❤💯🙏🙏🙏🙏
@sifanzeleke5200
@sifanzeleke5200 2 жыл бұрын
Ebbifaamii
@baurtukaansagalee7116
@baurtukaansagalee7116 2 жыл бұрын
Ameen Ameen ebbifamii
@tulluunagaa
@tulluunagaa 2 жыл бұрын
Abeeeeet Gooftaan galatasaa haa fudhatu Sanyiin kun Laga dhalootan liqimse sana gama haa ce'u akka dhalootni dhufu irraa sooratutti
@nafisawarqinagameda4060
@nafisawarqinagameda4060 2 жыл бұрын
Ameeeeeeee Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰💗💗💗💗
@gadisefikadu1098
@gadisefikadu1098 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Eebbifamaa dachaa dachaa ❤️❤️❤️❤️
@kiyyuutube85
@kiyyuutube85 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebifamii
@genetiyob7893
@genetiyob7893 2 жыл бұрын
Ameeen Ameeen 🙏💕🙏Ebifamiii Sistu
@boneefyesusjiraa3751
@boneefyesusjiraa3751 2 жыл бұрын
Wow amazing ❤
@mucaakakuu4430
@mucaakakuu4430 2 жыл бұрын
Ameen Ameen ameen Ameen ameen Ameen 🙏 ♥ ❤ 💖
@asterkasahun4684
@asterkasahun4684 2 жыл бұрын
Ameeen ebbifami hodhok
@burtukangonfa2102
@burtukangonfa2102 2 жыл бұрын
Uuuuuffffee Uuuuuffffeee Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ebifamiiii Ebifami Ebifami Dacha diribi
@warqiioromo1796
@warqiioromo1796 2 жыл бұрын
Uffee Ebbifamii dachaa 📖💕
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 2 жыл бұрын
Uuuuuuffiii ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ulffaadhu yeesuuusss ☝️☝️🤲 Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa
@Mulu-f5v
@Mulu-f5v 6 ай бұрын
Ebifami dachadacha
@jituutamiraat8250
@jituutamiraat8250 2 жыл бұрын
Ameeen ebbifami ❤❤❤
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen
@nafibekele4957
@nafibekele4957 2 жыл бұрын
Amen eebbiiffami
@astertasfaye5273
@astertasfaye5273 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen ebbifami🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@nokkia5753
@nokkia5753 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeen ebbifamii🙏🙏🙏🙏🙏💯🙏🙏🥰🥰
@yadelove230
@yadelove230 2 жыл бұрын
wel come
@kuulii3740
@kuulii3740 2 жыл бұрын
Jechoota ati fayyadamtu hundi isaa hedduu na marareera. Dhugumatti labata har'aa jechoota miidhagaaf yeedaloon as bahaa jiran keessaa tokko akka taate hubachuu qabda. Faarsaa akkaan garaa nama qabbaneessudha
@jireenyiobsaani6999
@jireenyiobsaani6999 2 жыл бұрын
Ameeen ebbifamii
@simbotube8876
@simbotube8876 2 жыл бұрын
AMEEN EEBBIFAMAA❤️🙏
@elianafekadu1961
@elianafekadu1961 2 жыл бұрын
Ameen Eebbifamaa ❤❤❤
@GadaFikadu-bo3ye
@GadaFikadu-bo3ye Жыл бұрын
Guddadhu
DINKE ADISU:LUBBUUN HIN LIQEEFFATAMU
8:04
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 107 М.
Sigma Kid Mistake #funny #sigma
00:17
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 30 МЛН
Что-что Мурсдей говорит? 💭 #симбочка #симба #мурсдей
00:19
Мен атып көрмегенмін ! | Qalam | 5 серия
25:41
Faarfannaa Adda Addaa
1:17:42
Winners Way
Рет қаралды 534 М.
BURTUKAN FEYISA: ATI NAAF
12:31
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 256 М.
DAWAA LUBBUU | LIDIYA DERESSE | New Afaan Oromo Live Worship @araratvworldwide
12:01
DINQEE ADDISUU: YAA GUYYAA DHUMAA
9:45
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 207 М.
Addisu waayimaa Faarsa kadhanaa  @2016
23:51
Amanti studio
Рет қаралды 186 М.
MAGARSAA BAQQALAA  FAARFANNAA _@2016
18:44
Amanti studio
Рет қаралды 146 М.
DANIEL MOTUMA: KAACHAMA KOO
7:48
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 128 М.
Sigma Kid Mistake #funny #sigma
00:17
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 30 МЛН