DANIEL MOTUMA: KAACHAMA KOO

  Рет қаралды 127,360

EGEREE MEDIA

EGEREE MEDIA

Күн бұрын

Пікірлер: 256
@nimonamesgebu
@nimonamesgebu 2 жыл бұрын
Dhugaa Waaqa jiraataa hojii ajaa'ibaati! Eebbifami aabbee waan guddaatu si keessa jira! Ammawuu dabalimee!
@raheel2312
@raheel2312 2 жыл бұрын
Dhugaadha nagaatu jira fayyatu jira manasa ameeeen ameeeeeeen ebiffaamaa dachaa dachaa giftan sihaa ebbiisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@dammeeyoutube9513
@dammeeyoutube9513 Жыл бұрын
Wowowowow Amazing Song.......Ammeeeeen Ammeeeeeeen Ebbifamii Farfata keenya Ayyannii waaqayyoo dacha dacha sii irraati haa dabalamuu👏👏👏👏👏👏
@bikokumsa6542
@bikokumsa6542 2 жыл бұрын
dursaa waaqayyoo isa hundumaa hojjeteef galani guddani haa ta,uu jedhaaa qanqeen midaaa irraa tottokaa jiruu kun adunyaa maraa ti akkaa babbalatuu waaqayyoo nu gargarii. ayyana dachaa sifii haa baayaisuu dani jabaadhuu itti caali from b.k
@hawiefreaefram4075
@hawiefreaefram4075 2 жыл бұрын
Baayye. Namattii. Tolaa. Jabaadhuu. Waqaayyoo. Sii. Haa. Ebeessuu
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 2 жыл бұрын
Kachamaa jechuun maal jechudhaa garu farfanichii namatii toolaa ebbifama🤲🤲👏👏🥰🥰🥰
@Saba-guddaa
@Saba-guddaa 2 жыл бұрын
isa mitii kan nuuf hin galle
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
@@Saba-guddaa Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii🙏🙏❤❤❤
@milkiitube3515
@milkiitube3515 Жыл бұрын
Kaachama jechuun fiigumsa, fiiguu, kaachuu jechuudha
@yerosaanjf9922
@yerosaanjf9922 2 жыл бұрын
Ashuuuuuuu Ashuuuuuuu Ebifamii iyesus ko waqayyoo goftaan isin yaa Ebisuu Ebbifamaa 💚💚💚💚💚
@hoosaainaatvworldwide4284
@hoosaainaatvworldwide4284 2 жыл бұрын
Wooooooow Daaniiko Waaqayyo Si haa Eebbisu. Leenca wayiidhaa. Baay'ee ittiin eebbifamneerra
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@hoosaainaatvworldwide4284
@hoosaainaatvworldwide4284 2 жыл бұрын
@@saambeentertainment Rakkoo hin qabu naaf eebbifami
@firiitekalign4679
@firiitekalign4679 2 жыл бұрын
Kaachama koo🙏 galatoomi Daaniikoo
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@biiftuuentertainment4632
@biiftuuentertainment4632 2 жыл бұрын
Kana faarfannaa💖 Eebbifami Daanii jabduu dhiira hojii kana caalu akka dhuftu abdii qabna
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@biiftuuentertainment4632
@biiftuuentertainment4632 2 жыл бұрын
@@saambeentertainment siif godheera ati godhi ka
@alawalawalaw3943
@alawalawalaw3943 Жыл бұрын
Wow dhignii yesuu ammayyuu hin fayisaa ameen ebbifaamaa ijoolee waqayoo
@yesuusantiikoisdhugaauuffe5240
@yesuusantiikoisdhugaauuffe5240 2 жыл бұрын
Ammeen ammeen waqayoo sii haa ebbiisu dachaa 🙏
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@amartimulugeta9411
@amartimulugeta9411 2 жыл бұрын
Dhiigni iyesuus ammayyuu hin fayyisaa🥰🥰🥰🥰🥰
@waqayyoolchadhaan9209
@waqayyoolchadhaan9209 2 жыл бұрын
Wawwwuuuu Waqayyoo isani haa ebisuu Ebifamaa
@جميلةالحجري-و6ر
@جميلةالحجري-و6ر 2 жыл бұрын
Wowowww bayeedhuma galatomaa waqqyyoo dacha isini haa ebisuu ebifamaaf ta,aa ♥️♥️♥️🤲🙏🙏🙏
@nagasidurroo251
@nagasidurroo251 Жыл бұрын
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ebifamaa Ebifamaa maqaa yesusin
@KiyaCabdi
@KiyaCabdi Жыл бұрын
Wow ebbiifama ❤❤❤❤❤
@Wankooshow
@Wankooshow 2 жыл бұрын
Dansaadha. Continue more language........ Jajjabaadhu.
@mooneettube6943
@mooneettube6943 2 жыл бұрын
Heduu bareeda bagaa waqaayyo si garrgraee jabadhuu
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 2 жыл бұрын
Amen amen ebbifamaa ijjoollee kakuu Danda'a dha Yesusi
@siniamanadhehinyelawu9483
@siniamanadhehinyelawu9483 2 жыл бұрын
Wowow ebifama waqayoni kanuma cala ayana isinifi haa bayisu qaxale ijole kaku🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@lloveyoujesus2397
@lloveyoujesus2397 2 жыл бұрын
Ebbifaamii qaxalee mucaa 💪💪💪 bay'ee namatii tola dhugaa Ebbifaamii Daniel
@alemibayisa8126
@alemibayisa8126 2 жыл бұрын
Wow wow Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebifama ebifama ebifama
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@lemmaarfasa4770
@lemmaarfasa4770 2 жыл бұрын
Eebbifami waaqayyo nama amma dhumaatti dhaabatu si haa taasisu
@lamlammlk9610
@lamlammlk9610 2 жыл бұрын
salamoon bosxatu hafa jedheet sodatemoo maalif limdii ufachuu didee
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@seenaaboruu9942
@seenaaboruu9942 2 жыл бұрын
Eebbifaamii Eebbifaamaa hundii keessan
@nagaamedia
@nagaamedia 2 жыл бұрын
Eebbifami! Asumaan maatii waliif haa taanu: kzbin.info/door/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw
@martamarta2299
@martamarta2299 2 жыл бұрын
Uuuuuuffee yesuusko ulfaadhuu ameen ameen ameen 💗💗💗💕💕💕
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@hawwiiambooromiyaa3423
@hawwiiambooromiyaa3423 Жыл бұрын
Ameen ameen ebiifaamaa dachaa dacha🙏🙏🙏🙏🙏
@Tigist-y9c
@Tigist-y9c Жыл бұрын
❤❤❤jabadhuu waqayoo sia jabesuu
@yomhilanmerga4006
@yomhilanmerga4006 2 жыл бұрын
Wwwwwwwwooo ameeen galatomaaa waqayooo isin ha,ebisuuu bayen itiin ebbifameee
@seasonofactsandharvesttube2766
@seasonofactsandharvesttube2766 2 жыл бұрын
Amen! Yesus Karaa dha , Dhugaa dha Jireenya! Hallelujah!! Waaqayyo isin ha’eebisu🙏🏽🔥🙏🏽🔥
@hcvhefdhbch9971
@hcvhefdhbch9971 2 жыл бұрын
Dhugaa dhaa uuuuufffeeee amen amen amen waaqayyooni dhuumma keessaan yaa barechuu 🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎶🎶🎶🕊️🕊️🎷
@egeretube
@egeretube 2 жыл бұрын
Daaniikoo baayyeen si jaalladhaam, waaqnikoo si haa eebbisu!
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 2 жыл бұрын
Kan nuti amanne tokkicha keenya ilma Waaqayyoo ti Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa
@nagaamedia
@nagaamedia 2 жыл бұрын
Eebbifami! Asumaan maatii waliif haa taanu: kzbin.info/door/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 2 жыл бұрын
Tole maatii ta'eera 💙💜
@tsegayemamo8197
@tsegayemamo8197 2 жыл бұрын
Faarfannaa dinqiidha,hogummaa addaan Faarfatame! Waaqayyo saa Eebbisu
@tigistiinashe269
@tigistiinashe269 2 жыл бұрын
wwwwwww goftaan guddaa godhee isiin haa ebbisuu ebbifamaa
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 2 жыл бұрын
Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu
@boniitube8775
@boniitube8775 2 жыл бұрын
Ebbifamii 🙏Kachama jechu mali
@Bonytube
@Bonytube 2 жыл бұрын
Wow 👏 😮 👏 😮 broooo
@zerihuntsegaye4505
@zerihuntsegaye4505 11 ай бұрын
God bless you
@singermasiiqajela887
@singermasiiqajela887 2 жыл бұрын
Ajaa.ibaaa Eebbifamaa
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@demetube5132
@demetube5132 2 жыл бұрын
Wow naaf 1ffaadha farfannich
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 2 жыл бұрын
Woow wooooow Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifami Daniko❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@forfoforkakuuyesus7223
@forfoforkakuuyesus7223 2 жыл бұрын
Wooooow my brother Ayyana dachaa daballadhuu
@kanagirma6214
@kanagirma6214 2 жыл бұрын
Ammeen Ammeen Ammeen Ebifamaa Ebifamaa
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@bontudajene188
@bontudajene188 2 жыл бұрын
❤❤❤❤Daniko galatoomi
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@fayerashune7479
@fayerashune7479 2 жыл бұрын
Dhiigni iyyasuus ammayyuu hin fayyisa. Eebbifami waaqayyo si haa eebbisu
@gadisayadesa8746
@gadisayadesa8746 2 жыл бұрын
Ebifami
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@GIRMAOFFICIAL
@GIRMAOFFICIAL 2 жыл бұрын
Wowow Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@geletaderessa400
@geletaderessa400 2 жыл бұрын
Wowo Danii eebbiifami dachaa namatti tolaa
@saraatube2160
@saraatube2160 2 жыл бұрын
Ebbifamaa 🙏 daniyee
@ayelechixafa7324
@ayelechixafa7324 2 жыл бұрын
በጣም የሚገርም መዝሙር ነው ጌታ ይባርከ🙏🙏
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@Solomon438
@Solomon438 2 жыл бұрын
Danii eebbifamii 🙏🙏❤
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏❤❤❤
@nahomfikaduofficial7911
@nahomfikaduofficial7911 2 жыл бұрын
Baayyee eebbifamaa hojii bareeda !! I love it guddaadhu
@negeroabdisa
@negeroabdisa 2 жыл бұрын
Dhiigni Yesuus ammayyuu in fayyisa uuuuff!!!!!!!!!!!!!!
@TheKitessa
@TheKitessa 2 жыл бұрын
Great work!
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤🙏🙏🙏
@Hana-ld2id
@Hana-ld2id Жыл бұрын
Ameen Ameen ebbiifamii ❤❤❤❤
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen ebbifama maqaa yesusin
@boneejiradhawaaqayyoonaawa3735
@boneejiradhawaaqayyoonaawa3735 2 жыл бұрын
Jabadhuu hallii baraa sii hin qabiin📯📯📯🥁🥁🥁😍😍😍❤❤🙏
@geremaaketema
@geremaaketema Жыл бұрын
Eebbifamaa!
@hailebirru1145
@hailebirru1145 2 жыл бұрын
eebbifami namjabaakoo
@samuelmohammedofficial1598
@samuelmohammedofficial1598 2 жыл бұрын
Woow Eebbifamaa hojii Gaariidha
@boneejiradhawaaqayyoonaawa3735
@boneejiradhawaaqayyoonaawa3735 2 жыл бұрын
Ammeen Ammeeen Ammmeeen Ebiffamii dachadhan jiradhuu hadhoo koo ❤ ♥
@lemlemloli3668
@lemlemloli3668 2 жыл бұрын
Woooow ameeeeen god bless you 🙏 ❤️
@samiishaa10
@samiishaa10 2 жыл бұрын
Ebbifamii Dachaa!!
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 2 жыл бұрын
Woow waaqayyoo isin haa eebbisu eebbifamaa
@nagaamedia
@nagaamedia 2 жыл бұрын
Eebbifami! Asumaan maatii waliif haa taanu: kzbin.info/door/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 2 жыл бұрын
@@nagaamedia tole eebbifamii sif ta'eera
@nagaamedia
@nagaamedia 2 жыл бұрын
@@dnkjesusislorddnk1130 Atillee nuuf Eebbifami!
@alemayehunaaol3681
@alemayehunaaol3681 2 жыл бұрын
wow eebifami!!!!!!!!😁😁😁😁😁😁😁😁👂👂👂👂👂
@jaalalii
@jaalalii 2 жыл бұрын
Wow good job
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 2 жыл бұрын
Ameen,Ameen, Haalelluyyaa maaqan waaqaayyoon Kenya ulfina haa argatu baayyee namatti tola kanuman, caalattiyyu ayyani,waaqaayyoo,isini,haadabalamu,waangela,baadha,to,mo'aa,Addunyati,beksisa,waaqaayyoo,barabaran,isin,aeebbisu,eebbifama,milka'ha,lafa,yaaddanga'aa📖📖📖📖🎚️🎚️🎚️❤️❤️❤️❤️💓💗💯💯💯😍🤲💒🤲💒💒⛪⛪⛪🎹🎙️🎚️🎙️🎤🎧🎸🎺🪕🎻🌹😍❤️❤️🤲🤲💒⛪👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏❤️❤️
@TadeluEshetu-l2d
@TadeluEshetu-l2d 5 ай бұрын
Ameeeeeenebifama🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@شرين-ق1ق
@شرين-ق1ق 3 ай бұрын
Ammeen ammeen ammeen ebbifamaa ebifamaa ebbifamaa
@sinbonatube9341
@sinbonatube9341 4 ай бұрын
I like this mezmur
@mitikeegalgalaa8059
@mitikeegalgalaa8059 2 жыл бұрын
Ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa
@Seenuu501
@Seenuu501 2 жыл бұрын
Wawwoo ebifamaa👏👏👏 🥰🥰❤️
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏🙏
@SaraJeses-rv5kb
@SaraJeses-rv5kb 5 ай бұрын
ameeeeeeen ameeeeeeen
@gemechufikadu5410
@gemechufikadu5410 2 жыл бұрын
Waqayyoo sin haa Ebbisuu #Ebbifamaa•√
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@milaawad4586
@milaawad4586 11 ай бұрын
Wwwwwwwwuuuuuuuuueeeeeeee ❤❤❤❤amen
@maatiiyihuneeofficial5885
@maatiiyihuneeofficial5885 2 жыл бұрын
Atis baga nuuf kaate xiyyitii namaa haaleluyyaaa
@dinqiturafisa4184
@dinqiturafisa4184 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbiifamaa dachaaa dachaan
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 2 жыл бұрын
Kootu maatii nafi ta'i hadhoo koo
@nimonatolera6936
@nimonatolera6936 2 жыл бұрын
Woow woow baga waaqayyoo sigargaare jabaadhu
@nagaamedia
@nagaamedia 2 жыл бұрын
Eebbifami! Asumaan maatii waliif haa taanu: kzbin.info/door/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 2 жыл бұрын
Uuuuufffffeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebifama dacha
@mamitofujairah6199
@mamitofujairah6199 2 жыл бұрын
Ameeeèenebbifamaa📖📖❤❤❤🙏🙏🙏
@dhagaagoleetube7621
@dhagaagoleetube7621 2 жыл бұрын
Ammen ammen ammen karani jirenyii yesus😍😍😍
@magartuuwaddajoobadhishuu565
@magartuuwaddajoobadhishuu565 2 жыл бұрын
Amene Amene Amene Amene Amene Amene Amene Amene ililililililililililililil haleluyaaaaaaaa Amene Eebbifama Eebbifama
@nagaamedia
@nagaamedia 2 жыл бұрын
Eebbifami! Asumaan maatii waliif haa taanu: kzbin.info/door/vJ4dpPHlonAbqr9-2_2Jgw
@ummaralungal6535
@ummaralungal6535 Жыл бұрын
Ameen ebifamii❤❤
@bayisesafu3696
@bayisesafu3696 2 жыл бұрын
Ebbifamaaa😍😍😍😘👌
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏🙏❤
@ramajr8101
@ramajr8101 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeen ameeeeeeeen 👏👏👏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@sinbooqananii3168
@sinbooqananii3168 2 жыл бұрын
Farasichii ergaa guddaa qabaa garuu shubisaa isatuu xinoo
@hirpaberesu14
@hirpaberesu14 2 жыл бұрын
Waaqayyo dachaan si haa eebbisu!!!
@chalaasefa3168
@chalaasefa3168 2 жыл бұрын
Galatoomi nama koo Hojii baayee bareedaadha
@MilkesaNeb
@MilkesaNeb 4 ай бұрын
Eebbifamu
@Bikiltu-r1o
@Bikiltu-r1o 11 ай бұрын
Ayyana kana caalu issinif haa dabalu
@maartaafirdiisaa6410
@maartaafirdiisaa6410 2 жыл бұрын
Wowowow Waanuman jedhun dhabe Dhuga Dhaggeffadheema quufuun dadhabe. Keessuma jechi isin fayyadamtan Dubbii wangelaati. Kan bara kanaa Dubbii wangelaan aladha. Soleekoo Ati Bakkuma deemtu hundatti Ibsita miti 😍 ayyaanichi daacha sif haa dabalamu. Ebbifamaa ⁣☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️ ☁️☁️💗💗☁️💗💗☁️☁️ ☁️💗💗💗💗💗💗💗☁️ ☁️💗💗💗💗💗💗💗☁️ ☁️💗💗💗💗💗💗💗☁️ ☁️☁️💗💗💗💗💗☁️☁️ ☁️☁️☁️💗💗💗☁️☁️☁️ ☁️☁️☁️☁️💗☁️☁️☁️☁️ ☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
@endalebayisa8861
@endalebayisa8861 2 жыл бұрын
Sirraa waa baranne obboleessa koo bara eebba qabu quufi ❤️❤️
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiyaa subscribe naf godhii🙏🙏❤❤❤
@danielmotuma
@danielmotuma Жыл бұрын
ammen
@tesfayeemargaa8516
@tesfayeemargaa8516 2 жыл бұрын
Ebbifami mama waaqayyo
@yesusguda2145
@yesusguda2145 2 жыл бұрын
Ammmeeen eebbiifamaa
@falmitasisa
@falmitasisa 2 жыл бұрын
Dhignii Iyyesuus ammayyuu in FAYYISAAAAAAAAAAAA
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeenn 🤲
@buzeeyutub4195
@buzeeyutub4195 2 жыл бұрын
Qaxaale kenyaa Ebbifamaa dachaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 2 жыл бұрын
Kootu maatii nafi ta'i
@adisuabera358
@adisuabera358 2 жыл бұрын
Ebbifamii
@biqiltuuyesuus9367
@biqiltuuyesuus9367 2 жыл бұрын
Wowowooowwwwwwew💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@saambeentertainment
@saambeentertainment 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qaalii Koo Anis siifan ta'aa
@jebessazeleke993
@jebessazeleke993 2 жыл бұрын
Kennaa Addaa.❗
BINIAM FIKADU: SAGALEE
7:02
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 82 М.
SAMUEL MOTI:DHADDACHA JEEQQIIF
7:10
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 74 М.
I thought one thing and the truth is something else 😂
00:34
عائلة ابو رعد Abo Raad family
Рет қаралды 22 МЛН
Интересно, какой он был в молодости
01:00
БЕЗУМНЫЙ СПОРТ
Рет қаралды 3,5 МЛН
Farmer narrowly escapes tiger attack
00:20
CTV News
Рет қаралды 15 МЛН
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
farfanaa kanan eebifamaa subscribe naf godhaa
6:19
Singer dani Dibisa
Рет қаралды 23 М.
FIROMSA (BURUSA) OLQABA: MASARAA JABAA
5:34
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 119 М.
ANI NAGAADHA:DANIEL MOTUMA & BAYISA ABDISA
8:40
WEDU TUBE
Рет қаралды 3,5 М.
SENBETA WELTEJI: NAGAA DHA ft HANA GIRMA
6:18
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 217 М.
Farfannaa kadhataa walitti fufaa
1:59:46
Ejere Chengere Full Gospel
Рет қаралды 292 М.
ALEMU MOKONIN - NAGAA KOO (Official Music Video) #Faarsaa OROMO
8:33
FAARSAA OROMO
Рет қаралды 153 М.
CIDHA HOOLICHAA | MEGERSA FAYISA | EGEREE MEDIA
7:36
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 18 М.
I thought one thing and the truth is something else 😂
00:34
عائلة ابو رعد Abo Raad family
Рет қаралды 22 МЛН