OMN sagantaa gaarii qopheessuu keessaniif galata argadhaa. Garuu nama yaadan wol qarqabu uduu dhiyeesitanii gaarii. Fe’aa fardatti ykn harretti fe’anillee yoo wol hin qixxeesine gara tokkotti jiga. San duwwaa mitii yoo xayyuura didiqaan ka deemtanii beektu tahe namoota xayyaricha keessa jiru teessuma isaanii akka wol qarqabu gochuu qabanii. The plane has to balanced to ensure stable flight. Kanuma
@mlbmlb715010 ай бұрын
Asiiaa 😳jazbaa pp isaarraa pp Abiy fi Duttu Booyyee Mama❌jazzba
Egaa amma gurbaan Maammee jedhamu kunis nama ofiin jedhaayii? Dhugaadha an hiriyoota koo warra maqaan isaanii Maammee jedhamu yeroof lagachuu kooti.
@sifaanfayyaakoo741910 ай бұрын
❤🎉 kan beekuu hanggaa gaafa eegutti hin dhagayamuu hubadhu kufaatii mallaszenawii ardaa mariin deemii dhabee gaafa gzx Hidhaan unknown
@alnagaasaa13410 ай бұрын
Raajii, qarooma ati siyaasaaf qabdu naaf gala. Nan dinqisifadhas. Garu illiterate, Duriyee akkasi si wajjin hasaa’un si hin madaalu. Ani siin (suraakee) argetan mee waan kana dhageefachu fedhe. Heddun gubadhe nama akkasi dhaga’ukootif. Atii garu obsa GUDDAA qabda. Fira fooni, maati si jalaa akka ajjefaman nan beeka. Kana hunda utuu jiru obsitee. You are different. One of a kind. Waaqayyoo si jabeesu. Kan kessa hinuma darbina.
@mohammednasirabagero566810 ай бұрын
Oboleessa kiiyya arabsoon arrabsoo dhalcha malee faayiidaa hin qabuu barnootnii tokkoo illee arrabsoo irraa hin argamuu
@tesfayejata352910 ай бұрын
Bitamtuu ppdha gurbitiin mamee Kuni
@kenbonbeyene10 ай бұрын
Raajiifi nama Maammee jettan kana wal cinaa fiduun maricha busheesse! bushaa'aa namaa!
@AliYassin-j6e10 ай бұрын
Dre wallo media mdde 28 2023 galatomi nufa jira dhu
@girmashumidugo310310 ай бұрын
Mucaa burjaajaha kana OMN hara eessa fidee amo? Himmm maaloo kun sammuu #Abiy haasaha ilaalaa!
@sifaanfayyaakoo741910 ай бұрын
❤ Eegumsaa hawaasaa hayyootarraattii Sabaafi sab Eegumsaa ilmaaniin
I have nothing waleyafena in z bureaucracy as far as I know! I have been in z town for z last 25 years and I remember how z tigrians did politics. But no body tried to embrace every oromo in z system.
Rajii ulfadhu yada bilchata dubate heddu gltmi hayyu kenya atti Garu omn nama yadni issa weak tahe osso aferu irra of egatani gari ture
@bahirumamo945910 ай бұрын
By this time whaye you give these crazy persene.
@motumachimdessa10 ай бұрын
Dhageefachuu nama jibbisiisa eessaafiddanii mucaa Maammee jettanii ?
@hawietufa888910 ай бұрын
Exactly
@TTG71310 ай бұрын
Wow mucaan kun haalaan gadifageenyaan hubannaa qaba
@duressanurfeta575510 ай бұрын
Araash fi irfii haaa haa haaa! Kaa kaa kaaa!
@habtetola378210 ай бұрын
Who is this guy who have any clue about the problem in Oromia? Standard of discussion on OMN become weak. Oromo is dying every where in the country. It is not they are shane rather they are Oromo.
@AbdulkadirMohamad-c9d10 ай бұрын
Aboo..nama.kana..nu.dhabigayee
@Basit-o5h10 ай бұрын
"Rakkoo furnaataa hin jedhamu" sirreeyifadhaa jarana afaan hin caccabsinaa Oromoon hin wallaalle simatu wallaale.
@sefujihad157610 ай бұрын
Gurbaan maammee jettan horiidha wama tokkoyyuu siyaasa hin beektu qoshaashaa kana
@mohammednasirabagero566810 ай бұрын
Hin arabsiin yaadan moormii
@Dursa-oj7bh10 ай бұрын
Namoota yaadaan bilchaata as irratti afeerraa malee Namoota yaadaan hin bilchaatiin hin afeerrina.galatomaa