Ayyuu Surprise goone | Shanan isheetti badhaasa ajaa’ibaa argatte|

  Рет қаралды 123,376

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

Күн бұрын

Guyyaa Shanan Ayyuu

Пікірлер: 1 300
@kababushnuguse
@kababushnuguse 2 ай бұрын
Congratulations dr keenya nama akka koo jalatan like godha nice family long lifes ❤❤❤🎉🎉🎉🎉 yaa rabbi jarsa kan nut qabii faxe biyaa arba hundati😅😅😅
@HadiGirma
@HadiGirma 2 ай бұрын
❤❤❤
@gosashibe021
@gosashibe021 2 ай бұрын
Maatii jaalalaa waaqayyoon bara keessan guutuu isinaa eebbisu🥰😍❤️ Baga gammaddan 🎉 Congratulations 👏🎉
@ebbaftube
@ebbaftube 2 ай бұрын
Ayyuu koo akkuma maqaa keetii carraa gaarii qabda amaatii gaarii kana Waaqayyo si irratti haa irraanfatu. Dooktoor atis sarpiraayizii keetiif galatoomi.
@AmmanSaniya
@AmmanSaniya 2 ай бұрын
Mashaallah 🎉🎉🎉🎉
@LeeloAbasee
@LeeloAbasee 2 ай бұрын
Dhugaa amatii akanaa wagaa Kumaa sifi yaa jiratuu dhugaa bayee nama qanasisaa ofiratii aragee garuu amatii hundaa seee garuu mitii ❤❤❤❤❤❤❤❤
@askal-t1q
@askal-t1q 2 ай бұрын
💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🍄🍄🍄🍄🍄🍄🍄🍄🍄🍄🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@askal-t1q
@askal-t1q 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👐👐👐👐👐👐👐👐👐👐👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@askal-t1q
@askal-t1q 2 ай бұрын
👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 2 ай бұрын
Baga gammadan maatii eebbifamo waaqayyo gooftaan maccaa eebbise isinif haa guddisu! Ayyoo doctor Nafyad eebbifama umurii dheera isinf haa kennu waaqayyo!
@የእናቴናፋቂ-ቐ9ኘ
@የእናቴናፋቂ-ቐ9ኘ 2 ай бұрын
እንኳን ማርያም ማረችሽ❤❤❤እንኳን ደስስስስ አለህ አባ ጨብሳ😂🎉🎉🎉አባ ቢያ እድግ በልልን❤❤❤❤ማሚዬ እንዳንቺ አይነት አማት ይስጠን ❤❤❤
@Wardiah-x7h
@Wardiah-x7h 2 ай бұрын
Dr ji'a meeqatti ilma godhatte????😂🎉😂😂😂🎉🎉🎉🎉 Waa hundafuu baga gammadde🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@etinish
@etinish 2 ай бұрын
Caraa garii qabadaa Ayyatuu koo naf yadii arga chuu ketii dhugaa rabii waqoyyon walin sin jirachisuu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@biiftuyasus9687
@biiftuyasus9687 2 ай бұрын
Qoya warqi.kanaa.dhegdayu utu muca hin.godhatin kawwacha turte mitimo kanuma akka.isa dabaltanif?
@kiyyaahinawu3774
@kiyyaahinawu3774 2 ай бұрын
ijoolleen kennaa waaqayyooti waaqayyo isiniif Haa guddisu,ilma abbaa caaluu nuuf Haa ta'u. waaqayyos jaalalaaf bultii keessan dachaa dabalee isiniif Haa eebbisu maatii eebbufamoo jechuun kunoo akkasi❤ harmee kees harmee ayyuus waaqayyo fayyaa guutuuf umurii dheeraa kenneefii kana caalaatti gammachuu jirenya keessanii Haa agarsiisu 💝💝
@kumeedirirsaa111
@kumeedirirsaa111 2 ай бұрын
Elelelele bagaa gamade lencoo kenyaa hundinu bagaa gamaddanii!!!!!!!!!!❤️❤️❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉🎉🎉🎉😘😘😘😘😘🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏waqayyoof galanni haa ta'uu humurii kutuu keessaan gamachuun jiradhaa ilmii keessaan kan biyyaaf ta'uu haa ta'uu❤️❤️❤️💯💯✅✅✅✅ebbifamaa!!!!!!!
@obsejimmatube1240
@obsejimmatube1240 2 ай бұрын
Raabbi isinifii hagudsu diktori mashallaa 🎉🎉🎉🎉🎉 harmee kesanii nadhugadha bayee jaladhaa wollahi
@Sifaan-d1j
@Sifaan-d1j 2 ай бұрын
Ayyuu fi Dr nafyad bagaa gamaadaanii❤ ayyuu abbaa mana garii goftaan sii badhasee. Umurii dheeraa waliin jiraadhaa. Kumaa horaa❤❤
@AyantuKeneni
@AyantuKeneni 2 ай бұрын
Dr ayyuu bayyee issin jaalaadha umurii dheraa waliin nuf jiraadha ayyuu carraa qabetiko bg gamaadee
@MofnDnjdjd
@MofnDnjdjd 2 ай бұрын
Wollahii haadha manaa bareedduu rabbiin siif keenne waaqa kee galateefadhu dr baga ilmoo lee isiniif keenne ,isiniif haa guddisu, akkuma keessan doctor abbaa dhaalu isiniif haa taasisuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbigailPrescilla
@AbigailPrescilla 2 ай бұрын
Ani bayyee ijolee jaladhaa bagaa gamadani dhugaa waqayyoo wajini si haa jirachisuu
@FayaNaga
@FayaNaga 2 ай бұрын
sirbii kun kirstana fi wara wangela beekuufu hin ta'are?
@BirkoTeka
@BirkoTeka 2 ай бұрын
Bagaa mariyam nagan sii hiktee Ayuu❤❤🎉🎉
@zorilaeolsv1901
@zorilaeolsv1901 2 ай бұрын
Matii dr bayyee tokkoon jaldhaa♥️♥️abba milke'esaa bagaa gamadan bagaa waqàyyoo isn milkesse bayye tokkon isinf gamadee🎉
@Littileorogyrl-rm9uo
@Littileorogyrl-rm9uo 2 ай бұрын
Bagaa gammdanii harmen nafyad waaqayyoo umurii isaanii siif haa dhersuu ❤❤❤
@singermesiiAnbesa
@singermesiiAnbesa 2 ай бұрын
Wow bayye tokko namati tolaa ebbifama ebbifama ❤️❤️ harmeni Dr , bayye tokko namati toltii dhugaa nama gariidhaa waqayyo ishe yaa ebbisu❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@buskutedhogo4197
@buskutedhogo4197 2 ай бұрын
Bagaa gammaddan ❤🎉harmee tee waqayyoo umurii siif haa dhereessuu❤❤
@FatemaMohammed-jw4og
@FatemaMohammed-jw4og 2 ай бұрын
Uuufffee Dr nafyad kenyaa waqayyo umurri harmekketi sifa dherressuu🙏 bay,ee garra lafettidha waqayyo wolitti issina jalattuu 😍😍
@aminakader5745
@aminakader5745 2 ай бұрын
Bagaa rabbi nagaan siihiike ani Hadha reefan argee atis Bagaa gammade dR keenya
@JummaRuhiiZakir
@JummaRuhiiZakir 2 ай бұрын
Mashallah Baga gamadani Hundumtu kesanisuu Uuuffee harme.dr.Malumaa.koo.isnif ta'uu lataa ❤❤❤❤❤❤ Maal.qabaa anisu oso abaa mana koo hadha qabte amatidhuma argee 😢 Malifuu Bagaa Gamadee Dr ayuu atisu Kenaa.kuun Siif malaa.Habibiti hadha dhiraa waan tateef Ta'uu qabaa dr atisi kanaa yaduu ketiif gudda galatomii gammachuu Kesaan akumaa Kanan itti haa fufuuu qaqaliwan kenyaa nuf jiradhaa Harme dr heduu isin jallana heduu isin kabjana nuuf jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ an jechaa hin qabuu harme ketif dr ❤❤❤❤❤❤
@abrasedeme3153
@abrasedeme3153 2 ай бұрын
Dhugaa Rabbii haadhii Dr Akkaa nati tolanii waqayyooni umurii dheeraa sin yaa keenuu hayyoo koo bayyee sin jaladhaa bayyee sin kabajaa hundaa keessanuu abbaa milikeessaa haadhaa milikeessaa bagaa gammadani kaa kan haadhafi abbaa caaluu yaa ta,uu kan dhalatee guddadhuu❤️❤️❤️👌
@LovelyClownfish-sq2xc
@LovelyClownfish-sq2xc 2 ай бұрын
♥️♥️♥️
@birhanidebele1947
@birhanidebele1947 2 ай бұрын
Uufffff waqayoo isin haa gudusii ❤❤❤❤❤❤❤ harmee koo moo dr bay.ee nama garidhaa dhugaa waqayoo umuri dheraa haa kenuu❤❤❤best family ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@JamilakadiroKadiro
@JamilakadiroKadiro 2 ай бұрын
Mashaa'Alla Mashaa'Alla dr Nafiyad bagaa gammadee bagaa rabbiin Abbaa ilama sii godhee"!! bagaa hadhaa manaa teepee nagayaan siifi hiikee❤❤❤congratulations Dr.Naafiyad&Ayuu
@AlmaazAlmuu
@AlmaazAlmuu 2 ай бұрын
Simboo qabeetti koo baga waqaayyoo nagahaan Sii hikee 🎉🎉🎉❤❤ waqaayyoo gooftaan jalaala dhuma hin qabnee isiiniif haa laatu kanuuma caalaa hedduu namaatti tolaa maatii ebbifaami🥰🥰🥰🎊🎊💐💐🎊🎊💐🥳🥳🎊💐💐🎊🥳💐🥳🎊💐🥳🥳💐🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳💐💐🥳💐💐💐💐💐🥳💐
@ashetired3369
@ashetired3369 2 ай бұрын
Bagaa gamadaan dhugaa waqayyoo bayyee namatii tolaa waqayyoo goftaan umurrii dherradhaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Balayinsh-gv3kv
@Balayinsh-gv3kv 2 ай бұрын
Wow wow mati jalala Dr mucha keessan waqayyo isinif haa guddisu❤❤❤❤
@VipVip-zc2wj
@VipVip-zc2wj 2 ай бұрын
Masha Allah matii jaalala ❤❤❤❤❤❤
@TarrafFaour
@TarrafFaour 2 ай бұрын
Waqqani hadhaa j kiyyaa akka hadhaa naafyadi naaf haa keenuu❤❤❤❤gubatuu naati qabi in gooftaan
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx 2 ай бұрын
Baga Gamane Baga Gamadan Hundi kesanu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@SaanyiiBaalee
@SaanyiiBaalee 2 ай бұрын
Wwwww Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤ raabii sihaa guuddisuu isin hunduu umrii nafi dheeradha maati jaalala ❤❤❤❤❤
@AlmashAlmash-p9g
@AlmashAlmash-p9g 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@AsiaKsa-zp1kx
@AsiaKsa-zp1kx 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AlemazLema-nl4mx
@AlemazLema-nl4mx 2 ай бұрын
​@@AsiaKsa-zp1kx❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Danni-sv9lb7to8e
@Danni-sv9lb7to8e 2 ай бұрын
Congratulations 👏👏👏 Kan dhalate haa guddatu ilma abbaa caalu haa ta'u ❤❤
@SenaMideksa
@SenaMideksa 2 ай бұрын
Uuuuuf akkatin isin jaaladhu dhugaa yaa rabbi dhiira akka dr naf yaad jaalala dhugaa beeku amatii akka harmee dr naf yaadii nutti qabi❤❤❤❤
@user-fg1nb8rv4y
@user-fg1nb8rv4y 2 ай бұрын
Wowowowowo❤❤❤❤❤❤ waqayyoo walii biraa sin haa jiraachisuu. Matii jalaala
@Ifaislaamaa345
@Ifaislaamaa345 12 күн бұрын
Dr meedhibee baasur tokkotu namarakkisee wallaansaa niqabaa dhifama gammadaa jirtanii
@AliAli-ps2jd
@AliAli-ps2jd 2 ай бұрын
maashaa Allaah Raabbii siif haa gudisuu ilmaa biiyaa bulchuu Raabbii nuf haa godhuu ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@najatmohammad6922
@najatmohammad6922 2 ай бұрын
Baga gamade naf kenyaa congratulations 🎉❤❤baga gati dadhabii ketti ijan argite harme kemo umrii siif hadheresu harmekee bayyee jaladha walahii ❤❤
@nuriyaboqojji
@nuriyaboqojji 2 ай бұрын
Wow baga Gammaddaan Dr ❤❤❤🎉🎉🎉 mucaan kan guddatuu kanii biyyaa bulchuu hata'uu.🤴🦁
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 2 ай бұрын
Wowowowo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 😂 dr saglekee mana jiksa dhisi hin ililchin
@mylovelylife6302
@mylovelylife6302 2 ай бұрын
Haadhakoon yaadee dhugaa. Ebbifamaa ❤❤❤ congratulations 🎉🎉❤❤
@samerajamaal3216
@samerajamaal3216 2 ай бұрын
Yaa mashallah dhuguma dr doctora jechuun isa akka kessaanii maati isaanii gammachisuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@pincode2821
@pincode2821 2 ай бұрын
Maatii jalalaa umurii dheraa waliin jiradhaa ❤❤❤❤❤❤ ayyuu qensichaa ofitti baasii mana arasitti siin fayaduu mucaa ittin tumataa😂😂😂😂
@AdugnaLomiiadugna
@AdugnaLomiiadugna 2 ай бұрын
Www ayu sif malaa dhugaa hadhaa mucaa ❤❤❤❤❤❤❤ dr nuf jiradhuu wagaa dheraa ❤❤❤❤
@dessimahdi2957
@dessimahdi2957 2 ай бұрын
Wowowooww mati akkamti uupppaaa ❤❤❤❤ umuri dhera sin jirachisuu waqayyoo 🎉🎉🎉
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 2 ай бұрын
Wawawa mashalha mashalha rabii sifiha gudisu bakani rabii isanifi ha gayuu dhuga ❤❤❤❤maqani intala tetii maqa obaleti tiyatii dhuga 😢😢Wawawa mashalha walha
@ziziEthiopia
@ziziEthiopia 2 ай бұрын
baga waqayo nagan sii hiikee dr baga gamadan harmee umrii dheradha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Suusiyye
@Suusiyye 2 ай бұрын
Wwww soddaatii kootis akka soddaatii ayyuu rabbiii naaf haa godhu 😊 🎉🎉🎉 Harmee doktor www❤
@Hayuነኝ
@Hayuነኝ 2 ай бұрын
ማሽ አላህ እንኳን በሰላም ተገላገልሽ የኔ ቆንጆ ከዚህ በላይ ብዙልን ደሞ ስታመር የኔ ማር❤ ፍቅራቸው እስከ ዘላለም ይሁንላችሁ😊
@Iftuu430
@Iftuu430 2 ай бұрын
Harme akana nama jalatu argachu keefi hadho koo ebifamate umuri dherra jirradha matti jalala kani dhalate haa gudatu ❤❤❤
@NaaniiQaaqee
@NaaniiQaaqee 2 ай бұрын
Wly hedduu namatti tola ilma barakaa rabbiin isiniif haa godhu🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 2 ай бұрын
Maashaallaah baagaa siree caabsiitee kaatee raabiin mucaa kesaan siinifaa gudiisuu haarmeen ayuumoo hin dhuufnee❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@BiiftuuKadiir
@BiiftuuKadiir 2 ай бұрын
Baga guyya kan geessan Qomoo wan Koo .horii Baayy'u ❤ sin jeenna Magaallan arsii
@Seenna414
@Seenna414 2 ай бұрын
Ayyuu Bareddu too ❤❤❤❤ baga kanan sii gahaye iyasus harame Dr Naf yaddi ummuri nuf dheradhu ❤❤❤ ammachi akka kee oddo argattani uuuuuumphaaa
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 2 ай бұрын
Ebbifamii habee jalalaa jechuun akkasii malee matiin hundii jiradhaa umurii dheraa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@murtiimedia9571
@murtiimedia9571 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤ Dr keenya baga gammaddaan maatii keessan waliin
@BilaiRak
@BilaiRak 2 ай бұрын
Waqayyoo baga nagaadhan sii hike baredu koo waqayyoo isiinif haa gudisu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@DarartuuKorsa
@DarartuuKorsa 2 ай бұрын
Umurii dheraa walin jiradhaa bayee namtii toltu dhugaa 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@jamilaamank1980
@jamilaamank1980 2 ай бұрын
Mashaallaah Mashaallaah Rabbiin isinifii haa gudisuu gidduu kessaniis Rabbiin jalallaa isinifii haa daballuu haramee keessaniis umurii isinifii haa dheressuu matti jalallaa
@edoshehirko1005
@edoshehirko1005 2 ай бұрын
Akkas malee aadaa kenyaa nuf deebisame ishoo!!! Muccan nuf haa guddatu ❤
@TsigeeHabatamu
@TsigeeHabatamu 2 ай бұрын
Bayyee namati tolaa waaqayyoo jalalaa siif haa bayisu dhugaa bayyee barumsaa isiin irratti argatu warra gana fudhuu fi herumuu yeroo hunduma video nuufi fidaa Kota namoota fkn tatuu 💯🥰👈 milkesaa beradaa waaqayyoo isiniifi haa gudisuu 🥰
@friendfriend279
@friendfriend279 2 ай бұрын
Bagaa Gammaadde baayee namati tola umurii dheeraadha waaqayyoo siin haa jirachisu maatii jaalalaa haaraa siin haa Guddisuu waaqayyoo Dr kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@hhi4562
@hhi4562 2 ай бұрын
Mashlaaah tarklaaaah rabibbii umriih isinaa haa dhersuuu inshalaaa ❤❤❤❤❤❤❤
@oromiyaalalistuu1004
@oromiyaalalistuu1004 2 ай бұрын
Kan akka haadha keeti natti tolu hin jiru❤❤ isin hunduu waliin umurii dheera qabaadhaa
@obiseYouTube
@obiseYouTube 2 ай бұрын
Waqayoo Umurii kesanii sinii yaa dheresuu Armee kesii Ayuu telee Drtoraa Atilee wagaa kumaa Nufii jiradha🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SumayaSulxan
@SumayaSulxan 2 ай бұрын
Congratulations Dr nafiyadii bagaa rabbiin nagan sii hikee ishoo hadhoo koo 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 👏💐💐💐
@MadinaFayyisa
@MadinaFayyisa 2 ай бұрын
Baga gamadee Dr qaali akkuma ammala keetii Rabbii sii godhee heduu nama gammachiisa umrii dhertuu isnifi haa kenu insha allah ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@Aster-u1o
@Aster-u1o 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Likkee-tg5py
@Likkee-tg5py 2 ай бұрын
Bagaa waqaayoo gooftaan nagaadha ishii hikee 🙏🙏🙏 Bagaa Gamaddaan 🥰🥰🥰.
@SeenaaTiyaa
@SeenaaTiyaa 2 ай бұрын
Ayu.Atii.haadhà.lamaa.qabidaa.waqayoo.umurii.dheraa.nagaa.waliin.haa.kenuuf.baga.gamadani.matii.jalaa❤❤❤❤❤🎉
@رمانه-ث5ك
@رمانه-ث5ك 2 ай бұрын
Masha aalla rabiin sif haa gudisu dr baye namatii toltan
@Ethionelove.
@Ethionelove. 2 ай бұрын
Dr tau bua isa wow ilma Jia 9 dhalatu ini jia 6 dub godhe 😂 congratulations to both of you
@ErmiyasDandena-ms3yf
@ErmiyasDandena-ms3yf 2 ай бұрын
Aadaa oromoo beeksisuu keessaatti bakka olaanaa qabda,keessattuu kan wallagaa❤❤❤❤Eebbifamaa
@Yusuraa
@Yusuraa 2 ай бұрын
Mashallaah tabarakaa rabbiin wolin isiin haa dhisuu❤❤❤ milikesa kesan rabbiin isiin haa gudisuu ilma abbaa caluu rabbiin isiin hatasisu 😘
@MuneeraMuneera-tm6nh
@MuneeraMuneera-tm6nh 2 ай бұрын
mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa baga gamadeen maati jaallalaa daimaa kessaa raabbiin isiinif haa gudissuu oboleewwaan kenya jabbadhaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@darasi-km4by
@darasi-km4by 2 ай бұрын
Atii ko. 🎉❤❤🫶🫶🫶🫶🫶🤍🤍🤍🌹🌹🌹🌹💓💓💯💯Mashall mashalaa Dr Baga gamadabii àmashirii gamachinii isini birarii ha Hafiz bayee namatii tolataniijabadhaa 😘😘😘😘😘🍹🍹🍹🍹🍹🍹♥️♥️♥️♥️🫶🫶🫶
@dstadsta8434
@dstadsta8434 2 ай бұрын
Waqaayyoo bagaa ittin siin ga'ee kan dhalatee siniif Haa guddatu❤❤❤❤❤❤
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 2 ай бұрын
Ayyu bareduu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉. Harmee dotor uffffffff akkaam nama gaarii dha dhugaa.
@AlmazFurgasa
@AlmazFurgasa 2 ай бұрын
Jalalii keessani kani baraa baraa isafi hatuu uuufee batee namtii toltuu dhugaa bagaa gammadani❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@MakidaMizbahu
@MakidaMizbahu 2 ай бұрын
Mashaa allah rabbin issi nif haa gudisu dhala kessan issinif haa bayyisu
@MisraJemal-l3q
@MisraJemal-l3q 2 ай бұрын
Mashala alaa mashala alaa mashala alaa mashala alaa obolesaa kiyaa qaalii umrii naafii dhersii yaa Raabii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Qananii12345
@Qananii12345 2 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤ Amaatii akkanaa argachuun carroomudhaa dhugaa wqy umurii isaanii ha dheeressuu❤❤❤ ya rabbii amaatii akkanaa naf kennii❤
@habeshatube5890
@habeshatube5890 2 ай бұрын
bayyee namatii tolituu dhugaa garuu aaaaaayyuun gaffaa vidio wayii warabaa turtee kanaan duraa warqeen najoo mormaa ishee irraa jirraa so surpersin kun sobaka
@ShittayeeAshabiri
@ShittayeeAshabiri 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Waaqayyoo baraa keessan haa debisuu mil haa guddaattuu
@dibotube2675
@dibotube2675 2 ай бұрын
Dhugaa akkami namati toltuu bagaa waqqayyoo sìn gamachisee ❤❤❤❤
@Saa-yq8fr
@Saa-yq8fr 2 ай бұрын
Uuuuuuf Waaqayyoo isiniif haa guddisuu ijji hamtuun isin jalaa hin Argiin Kinoo milkiisaan Gadi bahee ija Miqqanyaa cabsee
@NajatAwal
@NajatAwal 2 ай бұрын
Mashaalla baagaa rabiinii kaanan sii ga biro ilimii oromo yeero gaamaduu natii tolaa❤❤❤
@amaneamane-yd8eg
@amaneamane-yd8eg 2 ай бұрын
Wawuu mathern ayantuu akka ijoleetii sirbuu amalee des jedhuu❤❤❤❤
@mareeoromoo
@mareeoromoo 2 ай бұрын
Congratulations Dr Bagaa gamdan Ayuu or Dr 🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@AlamBirhan
@AlamBirhan 2 ай бұрын
Mother kee baayyee nama gaariidha Dr naaf yaad siif haa jiratan❤❤ baga gammada Dr naaf yaad❤ayyuu
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544 2 ай бұрын
Mashallah bayee namaa tolaa dhugaa wogaa kumaa wolif jiradhaa❤🥰
@elsahaaceekootig-xd6eq
@elsahaaceekootig-xd6eq 2 ай бұрын
Hadhaa milkii eebbifamtu koo walif jiradhaa umurii dheeraa caaraa qabeti fi amala qabeti giiftii duree abbaa milkii❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@kadijaayoutube
@kadijaayoutube 2 ай бұрын
Wawuu bayee tokkoo namaa gamaachiisa dhugaa rabbii bagaa gamadee congratulations 🎉🎉❤❤🤱🤱
@HamzaMuhammad-j8v
@HamzaMuhammad-j8v 2 ай бұрын
Mashalah umat jalala hedu nama hawisisan dhuga Rabin kara ofi jalatu sin haqajelchu❤
@senaakabbadaa5155
@senaakabbadaa5155 2 ай бұрын
Mashaallah rabbin isinnif haa guddisuu mashaallah ❤❤❤
@weynishet7857
@weynishet7857 2 ай бұрын
Wow🎉🎉🎉❤❤❤❤bayyee daasi nama jedhaa bagaa gamadaani , mucaa keessaani waaqayyoo isiinf haa gudisuu ❤❤❤❤
@لللل-ع2ص
@لللل-ع2ص 2 ай бұрын
Mashaa alha 🎉❤❤❤bareduu ko akumaa kee titii caraa baredaa argatee ❤❤❤❤❤❤
@tadalugetachew6360
@tadalugetachew6360 2 ай бұрын
Dhugaa rabi hati nafi wabiramit ifti fulishitu namagaa wwwwwwooo waqayoon umuri dhura sifakenu
Haadha manaakoo waliin Iccitii hedduu dubbanne | gaaffii keessaniif deebii|
30:08
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 335 М.
ሶስቱ እርጉዞች ረዱን በትዕዛዝ አሰቃይዋት
39:35
ሐዲስ ዜማ ቲዩብ- Haddis zema tube
Рет қаралды 83 М.
Seja Gentil com os Pequenos Animais 😿
00:20
Los Wagners
Рет қаралды 25 МЛН
Un coup venu de l’espace 😂😂😂
00:19
Nicocapone
Рет қаралды 11 МЛН
🙊🤰waan Aja'ibaa dhugaa nama dhukkubaa 🥰🙆‍♀️
8:12
DHUGAAF MEDIA
Рет қаралды 35 М.
Yeroo Bashannanaafi bohaartii Ayyuu waliin | Qarshii 20000 nyaatame 🥹
21:36
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 74 М.
🔴BahaliyakeTv | New Diraamaa Afaan Oromo
24:31
Soti wario
Рет қаралды 138 М.
Daa’imni keenya nagaan nuuf dhalateera!
8:07
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 153 М.
Warri Boolee Dubbii Natti Fide #Sonaa_Takalee on Gammadaa Show 2024
37:22
Baga Rabbi nagayan si hike Ayaan#marrushow
13:04
Ferdous tube
Рет қаралды 55 М.