Erga garidha garu akkuma ati jette kuni rakko dhira qofa miti ani hirriya koo jalqaba fana oto wajjn hin jiratin walitin dhufin homa isa dura kanin beku hin qabu garu inni dubarti bayye walin turera guya waliti dhufne jirenya egale kase inni akka dura miti dafe dhangalasa kan na dhibe garu ani kanarati wanin bekun qabu waeko mikinatu ani isa dura jalladheyu hin beku garu erga walin jirenya jalqabne mira kesa galanu narra baha ani biya orma deme turti wagga tokko booda adda banes jira furmata wan tau dhabe bayyen jeqama hali jirenya kotis ulfata turee nin dhiphadha herumale sodadhe jira kuni rakko sira natti dhufemo rakko kiya malis gochu qaba😢😢
@AhmedDh-m2x2 ай бұрын
Kesan nadubisii😢😊
@zenabaabdohaji4612 Жыл бұрын
Tanks Doctor
@HamzaOliАй бұрын
Hi
@oromiahailee4491 Жыл бұрын
Kkkkkk😂😂😂😂 marattuu dktr 😂😂😂
@GamachuWarku-xh6ee6 ай бұрын
Eebbifamii❤❤❤❤
@tsehaygel-jm3kmhdira Жыл бұрын
Well com Dr👍
@senaafufaa6334 Жыл бұрын
Please Dr naafi himmi bayyee dhiipaadhee jiraa 😢😢😢
@FeyzalJamal-gl2gq10 ай бұрын
❤
@YgGg-qu8rw21 күн бұрын
mana yaala demii ilalamii obboolleetti koo kun yoo siraa ture sirri mitti
Dr barumsii ke bayee garidh jabdhu ani gan hin herumne garuu yaro lagun natii dhufa bayee na dhukuba of na walalchisaa rakon isaa malodh rakadhe wajin😢