Dubartii Cimtuu Tattaaffii Mataa Isiitiin Millionaire Taate| Dr. Suad Mutar| Roras Tube

  Рет қаралды 120,569

Roras Tube

Roras Tube

Күн бұрын

Young Millionaire Girl | Motivational speech With #RorasTube Bu'aa Bahii Guddinaaf Taasistee Fi Barnoota Jiruu Teenyaaf Nuuuf Tahu Nuuf Qoodaa Jirti.
Suad Muktar Official
/ @suadmuktarofficial

Пікірлер: 411
@ObsaTechno
@ObsaTechno 3 жыл бұрын
WOW 👏 lakkaa dubartiin ciicoo kurfoon cimtuun jabduun akkanaatiis ni jirti tan dubartiin barattee bakka guddaa gahuu akka dandeeysu addunyatti agarsiiftu, Amir saahibii haboon tee Dr. Suad mukhtar seenaan isiin keessa dabartte seenaa tiyyaan wal fakkaata, yaadaa fi karooraan ani qabu kanaan tokko natti taanaan ajaa'ibeetiin video kana yeroo 3 irra deddee'biee daawwadhe wallahi barumsa guddaan irraa arkkadhe, seenaa isiin dabarsiteefi sadarkkaa amma isiin irra jirttu haalli isiin itti nuuf ibsite hedduu nama hawwata, Dr. Suad teenya bakka amma irra jirttu kana bakka guddaa kanaan kan si gahe rabbi tokkicha tahuu hin dagatin garuu Alhamdulillah ja'i, akka ati sadarkkaa amma irra jirttu kanaa ol geeysu abdiin qaba, amiiroo saahibii atiis dubartii cimtuu namoota hedduuf fakkeenya taatu tan namoonni hedduun barumsa irraa fudhatan akkanaa nuuf dhiheessuu keetiif galatoomi !
@ummiitiyyaaayuunii1463
@ummiitiyyaaayuunii1463 3 жыл бұрын
Maashaa allah dhugaa keetii hayyuu kenyaa obsa silee rabbiin tokkichii sii haa fayyisuu ❤😭🤲
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
Mati ko tayyii pls
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please obsa
@boonsitutube6411
@boonsitutube6411 3 жыл бұрын
Namni akka ko roras tube jalatanu fi Namni akka ko durbeen akkaSuad ta'u haawi qabdan like naf xuqa
@zamzamjarso6446
@zamzamjarso6446 3 жыл бұрын
Bayee namatii tolaa yaddaa baredaa
@adamhaajjii4764
@adamhaajjii4764 3 жыл бұрын
MaaShaa allaa jabadhaa
@furtuushow1543
@furtuushow1543 3 жыл бұрын
Buntu tube maati naaf ta'ime sanyi
@boonsitutube6411
@boonsitutube6411 3 жыл бұрын
@@furtuushow1543 sabisikirab naf godhi sif godhera Sanyi 😘
@furtuushow1543
@furtuushow1543 3 жыл бұрын
@@boonsitutube6411 galatomi baredukoo 😚😍
@Roras-Aamirshow
@Roras-Aamirshow 3 жыл бұрын
Vedio Kana #Like Share Subscribe Godhaa Suad Muktar Channel Isii Hordofaa kzbin.info/www/bejne/bIPKp5V9rryIe7M
@hamzakako1550
@hamzakako1550 3 жыл бұрын
Baga oromo tatee
@madinam8730
@madinam8730 3 жыл бұрын
@@hamzakako1550 à!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@abdiigtube9313
@abdiigtube9313 3 жыл бұрын
Áś.wŕ.wb
@AmeenaA-zm1fb
@AmeenaA-zm1fb 3 жыл бұрын
Jabdhuu Saboonaa
@Orosport990
@Orosport990 3 жыл бұрын
Amir atis akka subscribe naaf gootun fadha aniis🤩🤩😍
@oromoofirst5633
@oromoofirst5633 3 жыл бұрын
Maashaallaah seenaan isii baay'ee naatii tolaa garuu kaa rabbiin sadarkaa kanan si gahee allaahmidullaah jedhii
@asriyaabulliyyee1614
@asriyaabulliyyee1614 3 жыл бұрын
Mashaa allaah tabarakaallaahu zidii che allaah ❤❤❤❤❤❤❤❤
@shushutube3907
@shushutube3907 3 жыл бұрын
As wor wob ijoolle kottaa sabiskirayb naaf godhaa qur'aanan gadi isiniif buusa Kan dhufee na daawwate rabbiin worra jannataarra Isa haa godhu aamiin jedhi 💔
@HachaluShow
@HachaluShow 2 жыл бұрын
Am really speechless my mentor Dr. U deserve more media platform. u r the best roll model for nowadays generation. Wish u a long life!
@mulusoressa752
@mulusoressa752 3 жыл бұрын
WOW baye namati tolle Henduu jirenyii biyaa bahii qabdii warii dhagefaanaa hundii laki cuqaa💯💯💯💯💞👍👍👍
@ahmee-abduu
@ahmee-abduu 3 жыл бұрын
maashaa allaah. hedduu namatii tola. Rabbi umrii isii haa dheereysu. fakkeenya guddaadha. Amir atis tattaaffii keetif galatoomi. namoota akkanaa ol baasii ummataan wal barsiisi
@ibsashekguutte
@ibsashekguutte 3 жыл бұрын
Real bu'aa qabbeeysa irraa jirta. Ofii keettif guddattee akkaa namnii guddaattu sii godhuu fadhuun adaa oromoo irraahhi . hasaawa faayyida qabu. Waan akkanaa kaanan gad banaan sirraa binnaa.
@kadojjohar2561
@kadojjohar2561 3 жыл бұрын
Dhugaa suad muktar hinumaa dhaqillaa rabbiin Umar ertuu haa kenuuf
@fatumakadir6008
@fatumakadir6008 3 жыл бұрын
Masha Allah tabarakallah rabbin sihaaeegu suad tenta Umri baraka qabduesuihakennu Obboleyti too rabbin sijaalatee islama sigodhe rabbi kheetif galata galchi adduniyaan dhumtudha Akhiraandhuftuudha
@hawwiinkoojaannata9734
@hawwiinkoojaannata9734 3 жыл бұрын
Masha allaah taa akka keeti tana rabbii haa baay'isuu Garuu waa hundaa dura rabbiin galatoomfadhu kaa fayya siif kenne asiin si gahe
@urjijeyilan1724
@urjijeyilan1724 3 жыл бұрын
Maasha Allah Wallaahi hedduu nama gamachisti dubartii akkan cimtuudha baruumsa hedduu nuf keenite Anis karoora hedduu qaba Raabiin akka ishi kanatti naf haa mijjeesu
@furkeabdul6149
@furkeabdul6149 3 жыл бұрын
Mashaa allah rabbi sif itti ha idauu sirraa barachuu qabaan hawwan oromooti fi muslimaa hawasni kenyaa hundii
@mokadi9146
@mokadi9146 3 жыл бұрын
Roras bakka OMN nuu buute jabadhu biyyati jachu kiyya. Keep it up 👍🏼
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Olola sobaan yeroo hawaasni jeeqamu km fagaatee arrabni amantiin Onneen nyaataanis waggaa nafaa kolfaan dhumnee johar Muhammad
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 жыл бұрын
Mashaa Allah qarreen oromoo worqii💞💔nuuf jiraadhu su'aad teenya😍😘
@biliseetube2622
@biliseetube2622 2 жыл бұрын
Mati naafi tayyii please bilisee
@munaabdusemed7245
@munaabdusemed7245 3 жыл бұрын
We are proud of you suad tenya ❤️ you’re a great role model ❤️
@fatumurad2805
@fatumurad2805 3 жыл бұрын
Mashallah kitaba mata duren guddina jedhuf akamit akka guddatamu afaan oromof nu barressi
@mokadi9146
@mokadi9146 3 жыл бұрын
Wowww Oromoon dubartii jabduu qabdi lakka Thank you bro 😎
@muna24tube66
@muna24tube66 3 жыл бұрын
Samira kotu mati nafi tayi
@rozaahasaan4668
@rozaahasaan4668 3 жыл бұрын
Wwwwwwwwwwwww congratulations Baga gamaadee milka'iina gaarii sif hawa umaa tenyaa nuf jiraadhuu Wagga hedduu nuf debbiyi Masha Allah gaalatoom
@ziyadhusen521
@ziyadhusen521 3 жыл бұрын
Suad teenya wallaahi gersa ajaaibaat nuuf goote hedduu si jaallannaa nuuf galatoomi جزاكِ الله خيرا نشكرك شكرا جزيلا
@ayutitube9296
@ayutitube9296 3 жыл бұрын
Masha Allah suad dubarti dinqisifamu qabdu role model for hararghe women also african women
@abduuahimadwalloo6445
@abduuahimadwalloo6445 2 жыл бұрын
Hedun sijaaladha jajabadhuu fayaa tahii dirama ketiraa wanin baradhen qabaa👍💓🤝
@tmaniacell7446
@tmaniacell7446 3 жыл бұрын
Wowowwww galatoomii obboleetii keenyaa cimtuu 💓
@qalloomedia9303
@qalloomedia9303 3 жыл бұрын
Amir kenya hedduu galatomi nama ani yeroo dheraa duraa u are my leader jaen hara olbastee nuu agarsiifte Suad jechun kara na agarsiifte hedduu Galatomi Brother
@mohammedabdela5756
@mohammedabdela5756 Жыл бұрын
Maashaa Allaah dubartii cimtuun akkanaa tun nuuf haa baayyattu
@janadubai5135
@janadubai5135 3 жыл бұрын
Nu jiradhuu uktii koo mashalaa ija namaraa nu hfii sanyii koo
@ahmedomerabdi7084
@ahmedomerabdi7084 3 жыл бұрын
Mashaa allah ammas ufduraa maalee ofduubaa hin ilaalin
@boontuuwallaggaa7698
@boontuuwallaggaa7698 3 жыл бұрын
Wowowowwoow dhugaa dubbachuf baay'ee namtti tola barumsaa bareeduudha jabaadhu haadha keenya
@aliya6461
@aliya6461 3 жыл бұрын
Ani akka nama tokkotii barnootaa guudaa sirraa fudhee obboleetii tiyyaa thank you ! Nama ammaa guddachisuu taa'uu baarnootaa gaarii daabarsitaan!
@fatimagannaislama339
@fatimagannaislama339 3 жыл бұрын
Mashaallaah rabbi bekuma dhuma hin qaban isinfi haa kenu barumasa gudaa iraa Aragadhee wly
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Akkadhiifnee hojiidha waliindubbadhu akka keellomedia injifannoo ijaafuudhi Imaanaa new generation to yaada mo'ataan harkis haqamootii subahannallah
@misiramohamad4256
@misiramohamad4256 3 жыл бұрын
Mashaallaa Allaa Tabarki Allah ija irraa hafii😍😍💞❤️
@hussaintahirabdow7535
@hussaintahirabdow7535 3 жыл бұрын
Amiri Kenya inshaa allah salamta islamatin jala qabii inshaa allah asalamu aleykum jedhii
@foziyaasanyijawwee960
@foziyaasanyijawwee960 3 жыл бұрын
mashaa allah nuf jiradha galattomaa wawawawaw walahi hedu namatti toltaani ❤💚💘💘💙💙💛💛💛💛💔💔❤❤❤❤
@halimababu3598
@halimababu3598 3 жыл бұрын
Mashallaa Mashallaa Mashallaa tani akanaa taana Rabbin nuu haa hedumeessuu dhugaa hassofni suadin akka dama mi aawwa gallatoomi nu aferuu keetti Rorasi
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Anii haqaa ijjis waraanaaf yaada dhaqqabne Ethiopian government diina OMN ijaa mooyame DrAbiyyii Ahmed Dubbisi kolfa Qophiidha gurriis Eegumsaa koottuu dhufee
@uaess9428
@uaess9428 3 жыл бұрын
Baga rabbiin si milkeesse hafte umrii keeti keessa barakaa siif yaa kaahu yaada moraada kee siif yaa guutu maashalla tabaarak allaha
@jenajena-yf6rv
@jenajena-yf6rv 3 жыл бұрын
gaffiin qaba biyya karkumitt maqaa kett makinna Arkkatte jacha jira Dhuga moo
@mathiasgizaw3567
@mathiasgizaw3567 3 жыл бұрын
What a confident, knowledgable, honest, well-versed oboletti! So proud of you. Would like to see you often.
@hussaintahirabdow7535
@hussaintahirabdow7535 3 жыл бұрын
Inshaa allah
@calliicallii7924
@calliicallii7924 2 жыл бұрын
MaashaAlla MaashaAlla MaashaAlla MaashaAlla MaashaAlla MaashaAlla 🥰♥❤👌😍✨🥰♥❤👌😍✨🥰♥❤👌😍✨🥰♥❤👌😍✨🥰♥❤👌😍✨🥰♥❤👌😍
@nuuwaalif
@nuuwaalif 3 жыл бұрын
Umurii nuuf dheeraadhu haadha tiyyaa , ciimnikee humna anati godheera
@rahmamohammed8551
@rahmamohammed8551 3 жыл бұрын
Mashaa allaah tebaareekalaa bared galatomii hadhaa tiyaa 🌹❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Ilmaaniif wareegamni qaalii ilmaan oromoo furtuudhaa hojiinis ijaarsagoototaati yaannis waraanaaf nageenyaa ummataatii #eegi #imalaijaarsa waluun deema qabeenyaa welcome qeerroofiqarree joharmuhamad ogummaan ofiitii qalbiifi ijaafi gurraa to Amirshow
@motumatube2971
@motumatube2971 3 жыл бұрын
Roras dr duad iraa qabamen jiraaa wal nubarsiisi meee
@muna24tube66
@muna24tube66 3 жыл бұрын
Maayaa tube kotu mati nafi tayi
@kunilshakulsharif7437
@kunilshakulsharif7437 3 жыл бұрын
waaaaaaw masha Allaha gorsa fi barnota guuda nuf kenite Dr. nuf jiradhu umri dhertu faya fi gamachudhan ❤❤❤❤❤
@demitubadaso3868
@demitubadaso3868 3 жыл бұрын
Maashalhaa ammasi nufi jiradhuu urmii dhertuu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Harkii waraanaa ibidda jiraa DrQamar jibiirl kanaaf dursee sodaa hawaasaa gurriis Eegumsaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Dafee Onnee kolfaan dhumnee UK kurreejilbaatiif biruma biraa deemnee har'as Pro santu Seeraa Pro Sammuunitins wal'ansaa duula Eegumsaafi Beekumsii harkiis biruma amiin sawsawsaw yaarabbii Alhamdulillah subahannallah imimmaanii Uumaa Uumaa dhorkii rifeensii Ogeeyyiin fayyaan faayaa
@chaltukedir9979
@chaltukedir9979 3 жыл бұрын
Mashaa allah moti durbaa dhugaa 🥰🥰🥰🥰💞💞💚
@radyahibrahim9276
@radyahibrahim9276 3 жыл бұрын
Mashaa'aallah tabarakallah baay'ee namatti tolaa
@hawasalem7048
@hawasalem7048 3 жыл бұрын
Dhugan qal'atus hin cittu 🌹🌹❤❤ Wanderful
@jamalismail766
@jamalismail766 3 жыл бұрын
Barnnotaa haa baranuu👍👍👍👍👂✍✍✍✍✍✍✍✍❤💚❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 9 ай бұрын
❤ yaadaafi Qalbiinis aswrwb Bulchiinsa lafaatiin bultiinis Gaaddisaa Baatii Ramadaanaatin baga Rabbiin Nagayaan isiin gayee Sawsawsaw
@halimatamam8606
@halimatamam8606 2 жыл бұрын
As.wr.wb.masha.alaa.rabiin.sirahajalatu.barnota.garii.isiin.lrraa.fudhe.anis.nama.waan.yade.gahu.rabiin.na.godhuu☝️☝️☝️
@abatefulaskelecha8857
@abatefulaskelecha8857 3 жыл бұрын
Dubarti fakkenya guuda namma marraf tatudha. Ammale caalaa milika'i intaloo 🙏🎉
@keyadhaile4320
@keyadhaile4320 3 жыл бұрын
Wow bayyee baredaa Dr dhugumaa atti namaa ciimtudhaa
@rozaabee195
@rozaabee195 3 жыл бұрын
Mashaallaah bayee namatii tolaa jajabadhaa barnotaa bayee ofi kessaa qabaa
@fyhf4756
@fyhf4756 3 жыл бұрын
Mashaa Allah 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹🌹🌹❣❣❣❣❣❣
@abdifeyissa1415
@abdifeyissa1415 3 жыл бұрын
Amiir kiyyaa yaaboo guddaa sii jajjannaa jabaadhuu hojii gaariittii jirtaa...Abshiir Aderoo!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 9 ай бұрын
❤❤Eegumsaa yoomuu Aswrwb Seera Mana murtii ergikaa bakkuma jirtuuti wal'ansii ijaa UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb galmee bakkuma arggatteen senior gaarumaa hawaasaa ammas deemsis Gifti Duree zinnaash Tayyachow Qophii Yaadani Biyyaatu eegaa Duula i gaafadhu
@saada7114
@saada7114 3 жыл бұрын
MashaAllah tabaaraka Allah Rabbin ija hamtu sira haqabu jabadhu
@ummiitiyyaaayuunii1463
@ummiitiyyaaayuunii1463 3 жыл бұрын
Assalamu aleykumu warahamatullahi wobarakatu maashaa allah tabarakallah rabbiin ammasi Bakkan sii haa gahu jabduu tenyaa nuuf jiradhuu
@Sabarttu
@Sabarttu 3 жыл бұрын
Mashallah wolh eeba qabda suade qaali si arguun fedha barnota bayee bareeda dabarsite keesattu shaqaloocheef bayini qarshi murteesaa aka hintaane
@hamzuredii6281
@hamzuredii6281 3 жыл бұрын
Please kitabaa nuuf baresii yaa obolettii tenyaa mashaallah
@makiyaachafa8906
@makiyaachafa8906 3 ай бұрын
Maashaa allah Maashaa allah Maashaa allah dhugaa keetti
@hadhaahangatu9224
@hadhaahangatu9224 3 жыл бұрын
Barduu tiyaa waa baye siraa baradhe galatom umrii dhertu fayya gutu sif kadhadhaa
@afranqalloo7803
@afranqalloo7803 3 жыл бұрын
masha Allah Nama Akkanaa Kana Faknya Dubartif Taatu Tana Olbaasun Gaaridha
@furtuushow1543
@furtuushow1543 3 жыл бұрын
Afran qallo maati naaf ta'ime sanyi
@biftuhusseen3183
@biftuhusseen3183 3 жыл бұрын
Masha allah saganta bareedu akana nuf dhihesu keetif galatomi amiro
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
Wel comeAmiro Dhugaa dubbaachuf Aknam dasi nama jetiii Ati dhuguma beekumsaa heduu qabada
@mammemanya6363
@mammemanya6363 3 жыл бұрын
Helo masarat
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
@@mammemanya6363 hi Akm?
@boonsitutube6411
@boonsitutube6411 3 жыл бұрын
Dubari oro hundi oso jabdu akka keti tate😘
@mvgm6519
@mvgm6519 3 жыл бұрын
Amirii dhifamaa wajiin maqa kittaba isinii duraa dubisa turte sanii nafii baresii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa Amiir show aswrwb Alhamdulillah Kadiroo Elemoo sochii onnee Gaaddisaa Kadir Haramayaa
@etor-5361
@etor-5361 3 жыл бұрын
maatii naaf Ta'aa yaa obbolaa koo
@moazmohammed4855
@moazmohammed4855 3 жыл бұрын
Yaa shagga tiyya ati hanga arra eeysuma jirta Ati boonsituu tiyya siiniin boona amma.
@panafpride1109
@panafpride1109 3 жыл бұрын
Kind of all rounded lady. She put her LANGUAGE ABILITY into use.
@Ummuayyuboo
@Ummuayyuboo 3 жыл бұрын
Maashaa allaah dubartiin waan hundayyuu ni dandeessi dhugaa rabbii. Obboleettiin teenya tanarraa waan hedduu baradhe kabajami qaalii tiyya
@muna24tube66
@muna24tube66 3 жыл бұрын
Aadaaf duudhaa kotu mati nafi tayi
@Bonsaahmed8456
@Bonsaahmed8456 3 жыл бұрын
Galatoomaa waa heedduu isinirraa barannee dr. Roras tube isinilleen galatoomaa jabaadhaa, nuu dhiheessuu keessaniif. Interviewer, you need to be well prepared when you are dealing with such a dynamic person! I know Amir, you are ofcourse great person, but what I want to say is just a preparation, na ofkolchaa!
@SeeyfiiAbdii-gx1le
@SeeyfiiAbdii-gx1le 6 ай бұрын
Masha allaah hayyittii oromo/harargee buli hanga bulterra.
@hawihassen7913
@hawihassen7913 3 жыл бұрын
Masha allah bayyee qophii garii hedduu shamaran jajabessa
@misriajamal3627
@misriajamal3627 3 жыл бұрын
Wowowow jabadha jajabe koo yene wad mare
@dangashealiyi6
@dangashealiyi6 3 жыл бұрын
Maashaa alhaa oballoo tiyaa kan callaa sii haa keennu rabin umrii dhertu fayyaa baredu sii kannee fakkenya dubarti addunyaa sii haa godhu rabiin 😍💗💗💕
@etor-5361
@etor-5361 3 жыл бұрын
maa shaa ALLAh ganaa har'an ARke🥰✅ nutis Rol-model isii godhachuu qabna Rabbi umrii isii keessa barakaa haa kaayuf
@zeyiinaabmuhammad487
@zeyiinaabmuhammad487 3 жыл бұрын
Masha Allaah Masha Allaah Masha مشاء الله مشاء الله مشاء الله مشاء الله مشاء الله 👌👌👍👍
@jalalaaoromo7840
@jalalaaoromo7840 3 жыл бұрын
Jirdhuu lencaa video kessaan namaa gadii busuu namaa irrattì ijaradhaa
@arabeehasan3226
@arabeehasan3226 3 жыл бұрын
Maashaa allah fakkenyaa naaf taatee jabduu namaa aniitunuu osoo akka sihii tahe karatti hin hafu barnoota kiyyaa dhiisee
@afrahnasraddiin9591
@afrahnasraddiin9591 3 жыл бұрын
Rabbiin umrii sihaa dheereysu su'aad teenya
@kedirbeyanbekar4697
@kedirbeyanbekar4697 2 жыл бұрын
Very good
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Duutis nuuf Amantiidha Alhamdulillah
@anshaguye6383
@anshaguye6383 3 жыл бұрын
Haayuu dubartii 💯💯💞💞jiradhuu
@abuhuzefadaalu8922
@abuhuzefadaalu8922 3 жыл бұрын
Hedduu galatoomi itti nuufufi jabadhuu
@muntehamohamed1425
@muntehamohamed1425 3 жыл бұрын
Maashaa allah jiraadhuuu
@sifansifan8621
@sifansifan8621 3 жыл бұрын
mashallh mashallh urmi nuuf dheradhu
@fuadmohammed2348
@fuadmohammed2348 3 жыл бұрын
MashaAllah nama jabaa akkanaa barbaadu itti fufi
@muna24tube66
@muna24tube66 3 жыл бұрын
Fuad kotu mati nafi tayi
@rahimayoutube2205
@rahimayoutube2205 2 жыл бұрын
Wl wr wb mashaa allaah rabiin urmii kee sii haa dhersuu 👍👍👍👍💯
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 3 жыл бұрын
Masha alh masha alh heduu namati tola Dhugaa Rabbii
@jibrailhassen6609
@jibrailhassen6609 3 жыл бұрын
Ujummoo Rooraas(#Rooraas #Tube ) jabaadhu jajjabaadhu; itti fufi .
@janamohammed2762
@janamohammed2762 3 жыл бұрын
Masha alah tabarakalah sa adateyna
@madarxasanlove8378
@madarxasanlove8378 3 жыл бұрын
dhihaane sabackar ilee sii goode roras yaali nama
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Ajaa'iba Huriyaa hubadhu Elemoo Qilxuu Qilxuu sochii onnee Jaarraa garattis marii tolfatee du'aa beekee eegee lola seenee
@m-jginnir8627
@m-jginnir8627 3 жыл бұрын
Mashaa Allah ammas nuuf jabadhu 💯
Xiyyeeffannaa Barbaada
21:02
Suad Muktar Official
Рет қаралды 17 М.
My scorpion was taken away from me 😢
00:55
TyphoonFast 5
Рет қаралды 2,7 МЛН
Quilt Challenge, No Skills, Just Luck#Funnyfamily #Partygames #Funny
00:32
Family Games Media
Рет қаралды 55 МЛН
Don’t Choose The Wrong Box 😱
00:41
Topper Guild
Рет қаралды 62 МЛН
What's the REAL Reason Behind Kadir Haramaya Maliin Beekama?
25:22
Ibsa Damiinaa
Рет қаралды 6 М.
Naamusa
30:55
Suad Muktar Official
Рет қаралды 13 М.
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 143 М.
heellee Yeroo Cidhaa... Heedduu Namatti Tolu
11:42
Roras Tube
Рет қаралды 139 М.
Leader suad muktar 3 Car Awardes
17:55
Ketema Worku Tube
Рет қаралды 699
Maal hojjana?🤔🤔🤔
18:47
Suad Muktar Official
Рет қаралды 10 М.
My scorpion was taken away from me 😢
00:55
TyphoonFast 5
Рет қаралды 2,7 МЛН