Firi tana qofan Borci garatif maditi fuula Ballessu nidandessan.

  Рет қаралды 4,553

UMMU AJAB

UMMU AJAB

Күн бұрын

Пікірлер: 65
@jammelajammela9115
@jammelajammela9115 6 күн бұрын
Lubbuu wolahi kiya mata gari ture na dhukube ture erga sani nara jajabe mata dhira fakate wa nani jedhi wani rifesa namafi basu rabbii si qabu nafi debisi ❤😢😢❤❤
@Gaddise
@Gaddise 5 күн бұрын
Lubbu dhugaa waqqa galatomii 🙏
@sufeyasufeya873
@sufeyasufeya873 5 күн бұрын
Madatituu naa balleessee pls qalii koo😢😢😢😢❤❤
@madenamadena3268
@madenamadena3268 6 күн бұрын
Fulii koo baye naa madaye kanafi mee nafi himi hadara 😢😢😢😢😢😭😭😭hedu rakkadhe obolti tiyaa
@ifnaanjibril4440
@ifnaanjibril4440 6 күн бұрын
woly ❤chia seed ❤kana bite guyya takka qafa fayyadame sana booda itti in deebine garuu yeroo saniifuu fulaa ko na lafise ❤❤
@SaraAdem-kz4pn
@SaraAdem-kz4pn Күн бұрын
Mee sirritti suuraa isaa wanta kanaa fi maqaa isaa Arabiffaan nutti himaa! Madaatii 😢😢😢fuula koo fokkise😢
@سميةجمال-م8غ
@سميةجمال-م8غ 6 күн бұрын
Dubaartin islaamaa meekayaca dibaatee deemuun alaa haaram baaga hin dibaatin umu ajab jaarsa kee biraa qoofaa tayu qaba❤❤🎉🎉 dhugaa jeete rifeensi yoo muraan baareeda yoo muraan hin buqaayu wali hin qaabatu hinhaaphatu bareeda ta,a
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii 6 күн бұрын
Zeyzeytun Birciqoo Tokko Fi Rozi Mari Manka 3 fi Habishi Manka 1 Kalaxati Dakki Burcuqoo Qadada Qabutti Naqii Bishan Disti Xiqoo tti Busi Ibidara Kayyi Zayitta San Keessa dhabi Daqiiqaa 5fi Dursa Rifensa Kee Micadhuu Zayitta Xiqoo Hoiftee San Itti Dibadhuu Mashaa Allaah
@HayyatiHassen
@HayyatiHassen 6 күн бұрын
Mee dhugumti wani rifsa dhersu nuhojjadhu rabi jedhi bishani shukrtiti moo mali
@madenamadena3268
@madenamadena3268 6 күн бұрын
Rabbii jedhi mee suraa nufi maxasiiii hadara 😢😢😢😢
@Aisha-z8j3u
@Aisha-z8j3u 6 күн бұрын
Waani rifesa dheresuu nu himii kaa ❤
@ZubeydaJemal
@ZubeydaJemal 2 күн бұрын
akkamiiti dibbamaa
@fatmasood7433
@fatmasood7433 6 күн бұрын
Sura ISA maxasi me lubbu 😢😢😢
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii 6 күн бұрын
Du`aafi Jiraa Haa Nyanuu Jetee❤😂
@ethiopiaethiopia2119
@ethiopiaethiopia2119 6 күн бұрын
Maqaa firee tana nu bareesi mee ✅
@HikmaHussain-l5k
@HikmaHussain-l5k 4 күн бұрын
Wahiitti gaadii qichee hin mul'ifture maal harakata Goota
@makiama9561
@makiama9561 13 сағат бұрын
😂😂😂 dhugââ jeete
@sufeyasufeya873
@sufeyasufeya873 5 күн бұрын
Suraa isaa ka'ii
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h 6 күн бұрын
❤❤❤
@YousufAlansari-l5n
@YousufAlansari-l5n 6 күн бұрын
Surrasaa sirriitti nuuf ibiissii
@ZubeydaJemal
@ZubeydaJemal 2 күн бұрын
nuf qu'achiisi
@DebsBew
@DebsBew 2 күн бұрын
Maqansa maalii
@LailaLaiali
@LailaLaiali 6 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@SIKOOMADOO
@SIKOOMADOO 5 күн бұрын
Nuu dalagii mee zeetii saniilee mataa kiyalee naa rakiisaa jiraawalaahii
@Maruu_Abdela_Arsittii
@Maruu_Abdela_Arsittii 6 күн бұрын
Chia Seeds✍️ jedhaa barreessa Google keessa gala ummata Suuraan isinii baya akkasuma Amazon fi talabat garagaraa irra hin jira ykn sawwara madami Argisiisaa isinii Haa bittu mana madami keessayyuu hin dhabamu soqaa😂😂😂🥰🥰🥰🥰
@SaraAdem-kz4pn
@SaraAdem-kz4pn Күн бұрын
Galatoomi lubbuu.madaamiin tiyya hamtuudha.waan tokku naaf hin fiddu😢
@SIKOOMADOO
@SIKOOMADOO 5 күн бұрын
Suraa zeetii sanii suraa maxasii yokaanii maqaa nu himii
@NafyedZubeyr
@NafyedZubeyr 6 күн бұрын
Suraa nufii kayii😢
@سميةجمال-م8غ
@سميةجمال-م8غ 6 күн бұрын
Yaa umu ajaabo ni soodadhee fulaa na iteesee nyaara na iteesee firiin akka qobboo faakkaatu sun ni sodaadhee dhisee
@Nayimalove
@Nayimalove 6 күн бұрын
Sura isa,nuf maxansii adara pls Baze wayi 😂😂😂😂😂
@SifaaniArsi
@SifaaniArsi 6 күн бұрын
Sheyaaa jedhamaa
@Nayimalove
@Nayimalove 6 күн бұрын
​@@SifaaniArsi Oke lubu ❤
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii 6 күн бұрын
Mee Footo Isaa Maxansi Lubuu
@caalliitubechannel1033
@caalliitubechannel1033 6 күн бұрын
As wr wb annaa dhuffuu sanyii ❤❤
@Gegegggg-fe2ni
@Gegegggg-fe2ni 12 сағат бұрын
MAQA. Issaa. Afaani. Oromo tin. Nuu. Ibisi
@nakaanddom243
@nakaanddom243 5 күн бұрын
As wr wb akkam
@laftibariihinhaftuu217
@laftibariihinhaftuu217 6 күн бұрын
Esaabittehadhaajaboo??
@ameenaam954
@ameenaam954 6 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂
@madenamadena3268
@madenamadena3268 6 күн бұрын
Mee sura maxasiiii
@HHl-p4t
@HHl-p4t 6 күн бұрын
Zetti fuula furdisu San nuu agarsisi
@RoseHasan-v2v
@RoseHasan-v2v 6 күн бұрын
Mallii rifesaa dheresitee
@MariamAli-qg5nf
@MariamAli-qg5nf 6 күн бұрын
Suraa isaa mee qaalii
@UmuufalmatuuUmuufalmatuu
@UmuufalmatuuUmuufalmatuu 6 күн бұрын
Mee suraa fi akkatti hojataan nuuf himii
@UaeUae-g9
@UaeUae-g9 6 күн бұрын
Serraa mulidhisi ergaa wan barumsaa qabuu maxasitee
@AkimHussen
@AkimHussen 5 күн бұрын
Maqa firii tan nuf himiii
@Lolo-bp7um
@Lolo-bp7um 5 күн бұрын
Mee suraa matasii
@ayyaantuukimo6268
@ayyaantuukimo6268 6 күн бұрын
as.wr .wb.lubbiyee.sagalee.kee.hin.jiruu.bee.ok
@sufeyasufeya873
@sufeyasufeya873 5 күн бұрын
Maloo yaa haadho koo naan fullii koo naa badee jiraa suraa isaa naaf ka'ii rabbif jedhii
@SaraAdem-kz4pn
@SaraAdem-kz4pn Күн бұрын
Message keenya dubbisi.suuraas nuuf kaayi.
@ShSh-o3o
@ShSh-o3o 5 күн бұрын
Maal isiin firiin tunii
@laftibariihinhaftuu217
@laftibariihinhaftuu217 6 күн бұрын
Maqaaisii nuubaresiilubbu
@AminaaMahammad-j4t
@AminaaMahammad-j4t 6 күн бұрын
Kkkkkkkkkk ajibaa
@Aminahusen-du1bg
@Aminahusen-du1bg 6 күн бұрын
Anuu fedhaa mee maqaa immuu ajaba
@UMMUAJAB
@UMMUAJAB 6 күн бұрын
Maqan chia seed jedhama arabiffan شيا البذور jedhama
@Aminahusen-du1bg
@Aminahusen-du1bg 6 күн бұрын
@UMMUAJAB galtomii luubbuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️شكرن
@nakaanddom243
@nakaanddom243 5 күн бұрын
Ani doha jira zeyti fula furdisu san soqe dhabe suq waqif deme essatti argachu dandaha
@Mokilm-op5ek
@Mokilm-op5ek 6 күн бұрын
Mee suraa ergi
@AnnaMadina-h4j
@AnnaMadina-h4j 5 күн бұрын
Me zayiti sani maqa isi nufi maxxasi essa argachu dandenna
@muzayyanmuzayan1806
@muzayyanmuzayan1806 6 күн бұрын
Suuraa maxasii
@UaeUae-g9
@UaeUae-g9 6 күн бұрын
Ykn maqaa isaa nufi himi
@nedhiimohammed3194
@nedhiimohammed3194 6 күн бұрын
❤❤❤
@NafyedZubeyr
@NafyedZubeyr 6 күн бұрын
Suraa nufii kayii😢
@AminaaMahammad-j4t
@AminaaMahammad-j4t 6 күн бұрын
Kkkkkkkkkk ajibaa
@AnnaMadina-h4j
@AnnaMadina-h4j 5 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@rukiyauae3361
@rukiyauae3361 2 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
Human vs Jet Engine
00:19
MrBeast
Рет қаралды 206 МЛН
Увеличили моцареллу для @Lorenzo.bagnati
00:48
Кушать Хочу
Рет қаралды 7 МЛН
What type of pedestrian are you?😄 #tiktok #elsarca
00:28
Elsa Arca
Рет қаралды 15 МЛН
1, 2, 3, 4, 5, 6, 7, 8, 9 🙈⚽️
00:46
Celine Dept
Рет қаралды 97 МЛН
Ifrah Mamile | Blind Deaf and Mute❤️❤️❤️ | Kutaa 2ffaa
27:10
AMARYA MAI FITSARIN KWANCE/AFRICAN FOLKTALES/HAUSA STORIES/BEDTIME STORIES
15:06
Hausa stories by Mus'ab
Рет қаралды 61 М.
قران كريم بصوت جميل جدا قبل النوم 😌 راحة نفسية لا توصف 🎧 Quran Recitation
3:53:09
القران الكريم مباشر Holy Quran live
Рет қаралды 8 МЛН
Yadda Na Rasa Yar Cikina Daga Bada Aure
38:01
Brekete Family Hausa
Рет қаралды 61 М.
Human vs Jet Engine
00:19
MrBeast
Рет қаралды 206 МЛН