ForX Entertainment Media: Bashannana " Kophee Miila Miilaa"

  Рет қаралды 75,738

ForX Entertainment Media

ForX Entertainment Media

Күн бұрын

Пікірлер: 383
@Abdi_j54
@Abdi_j54 9 ай бұрын
Bakka muuziqaa qofaatu natti hin tolu male osoo torbaan keessa guyyaa 2 ta'ee baayyee natti tola sagantaan keessan akkaan yaaddoo fii hiraar namarraa balleessa barumsa guddaa irraa baratamallee galatoomaa isin jaalladha ❤❤🥰
@MaadiiAhmad
@MaadiiAhmad 9 ай бұрын
kunwanumaadhugatiibagadubatee
@Abdi_j54
@Abdi_j54 9 ай бұрын
@@MaadiiAhmad galatoomi yaada kiyya deeggaruu keetiif🥰
@MakadiirAbdallaa
@MakadiirAbdallaa 9 ай бұрын
Gaafii tan Hadaraa Naaf Gaafadhu Garee Harreerraa callaa Jaldeeysi Gize Amata torba Taa'e Maal taha) Hadaraa Naaf gaafadhu🙏
@RayyaanAlwaan-oc9zp
@RayyaanAlwaan-oc9zp 9 ай бұрын
AS WR WB Gaaffii Tana Hadaraa Naaf Gaaffadhu Obboleettii Teetii fi Haadha Warra keetii isaanii Wallolu Yoo Garte Maal Goota 🎉🎉
@rumanruman9664
@rumanruman9664 8 ай бұрын
Amata 8 tahakaa😅
@MuzeeMH
@MuzeeMH 9 ай бұрын
Jabaadhaa ijoollee teenya Asuu ati badhaafamuu qabda onnee ajaa ibaa qabda wly ❤
@መድናሙስጠፋ
@መድናሙስጠፋ 9 ай бұрын
የምትሉት ሙሉ በሙሉ ባይገባኝም ግን በጣም ትመቹኛላችሁ በተለይ ሴቲቱ አለባበስሽ በጣም ያምራል❤❤❤❤❤
@Asuumudasir
@Asuumudasir 9 ай бұрын
Thanks 🙏
@jalatatube9019M5
@jalatatube9019M5 9 ай бұрын
Wowoww bayee natii tolaa ❤❤ diramaa abbaa dibicho fi abbaa hab,lib malif karatii dhabdaan❤
@snaapsnaap659
@snaapsnaap659 9 ай бұрын
Wly hirar mana madamii asumaratti bashananu jira heddu bakka muziqa san qofalee jabadha asu nura hin turina❤❤❤
@nasihajemal7275
@nasihajemal7275 9 ай бұрын
Abshir
@AhmedNuran
@AhmedNuran 9 ай бұрын
Hadaraa naaf gaafadhu gaafi tana asanti Osoniif asaantiin isinitti heerumtee isini wajiin hinrafuu jeettee akkaam gootaan
@GAMETubee5
@GAMETubee5 9 ай бұрын
Osoo amantaa kee gad lakkisi siin jedhanii gad lakkistaa wan gudoo jirenya kee jijjiru takka siif kenanii
@magartumuhammad4215
@magartumuhammad4215 9 ай бұрын
Wwaawww Jabaadha jollee teenya heddu isinitti baharaa jirraa galatoma Fuul duratti nuuf deemaa
@FowzaanMaliksh
@FowzaanMaliksh 9 ай бұрын
Aassu hadara naaf gafadhuu anafi nama irra wal-dhabee : Bishan maalif dhugan a,jirachufii b,wan hin nyaatamnefii🙏🙏🙏🙏🙏
@FaamiiAbdusalaam-yz7bz
@FaamiiAbdusalaam-yz7bz 9 ай бұрын
Please gaafii tana naaf gaafadhu assu birra birraan dhibba 250 umma isaatirra liqeefatee dhibba 25o miis abba isaatirra liqeefatee walitti 500 argatee qarshii 450 mobaayilaan irra bitatee qarshiin 50 hafteefii shantamanirra liqii irra jirturra qarshii 10 abba isaatiif qarshii 10 niis umma isaatif deebisee 10 10 gizee deebiseef qarshii 30 hafaaf hafteen umma isaa qarshii 240 hafteen abba isaatis qarshii 240 haftee 240 amma 240 waligalaa 480 qarshii 30 reefun tanaa birra hafteef gizee irra deebisnee 510 dhibba 500 liqeefatee akkamitti dhibba 510 taatee please naaf gaafadhuu nii dheeratti jatte hin dhiisinii
@مدينهاحمد-خ3ض
@مدينهاحمد-خ3ض 9 ай бұрын
Wow bayyeen isin jaldhaa ijolee tenyaa ittii fufaa
@Rumana408
@Rumana408 9 ай бұрын
Anii gafin tiyaa ta isin hundatii jaratn te yo hogu hunda hin bontu xurote demte ufataa ciçita ufate demte Jartin sah hiba keti bonte urgote ufata fashina ufati maltu siti dhagahma galatoma ❤❤
@merciful1731
@merciful1731 9 ай бұрын
😂😂😂 Mashallaaaa Mashallaaaa Allaah jabadhaa dhugaa hedduu takkaa namaa tatuuu ❤❤❤
@KadirAhmadAlii
@KadirAhmadAlii 9 ай бұрын
Wow walahi hedduu bareeda jabaadha ijoollee teenya❤❤❤❤❤
@EmanBeyan-d6k
@EmanBeyan-d6k 9 ай бұрын
Asuu gafin gafatu hibo adiin qarcam diman camcam deebi Arraba fi ilkee tabira wan rooba male meyra deebi rifensaa❤❤pls pls❤Asuu gafadhu
@Abde.react12
@Abde.react12 9 ай бұрын
Wollahi video kessan yaro hunda osson hinqufne dhumata❤wow jajjabaadhaa
@alimahdiiTuri
@alimahdiiTuri 9 ай бұрын
Gaaffii qopheesituu maliif dhabbidhan ajestanii ¶ mucattin Nii barbanna Kaleem kessa Baate isiniu qara lilmoodha😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
@FareeHajiiAbdullaa
@FareeHajiiAbdullaa 9 ай бұрын
Gare calla fadhan Gare warabesa Jain calla tu akka warabesati demu bekka kanafu Garen warabesa Gare callati hadara Hadar na ja'in asuu❤❤❤
@tujjarahmad
@tujjarahmad 9 ай бұрын
Akkanata gaafiin❤ hattuun hattu nattu hattuun hattu hattu hattu baduudha❤ dhiifama isiniin jaaladha❤
@BIIFLEESHOW
@BIIFLEESHOW 9 ай бұрын
Asuu yoom heerumtee ilmaan meeqa akka deessuu fetaanii nuuf gafadhuu mee 😂😂
@BurqaaNewsFunny-ro5yw
@BurqaaNewsFunny-ro5yw 9 ай бұрын
Saganta sirbba tana hallan nuf bayyisa please please please 🙏 wly halan nati tola
@Nuuree-v8
@Nuuree-v8 9 ай бұрын
Callaa fi badhoon malif Drama kuuta 14 malif itti fufuu didan is sin ega jira❤❤❤
@GaaddisaaHaajiii
@GaaddisaaHaajiii 4 ай бұрын
Dhugaa ❤❤❤
@AyyuubCarcar
@AyyuubCarcar 9 ай бұрын
Dhuga takka akati kolfe hin beku dhuga heddun isin jaladha asumanu linki sila maxansitani baredadha ❤❤
@anuurbalee8982
@anuurbalee8982 9 ай бұрын
Woww wallahi billahi heddu namatti toltaan jabaadha
@ZainabZozo-ur2lm
@ZainabZozo-ur2lm 5 ай бұрын
Ani isiin dawachu dhufee garuu qosaa isaqii osoo kolifuu xumuree dhugaa rabbii hundii keessanuu Amalaa garii qabduu ❤
@AanaaHussenUmared
@AanaaHussenUmared 9 ай бұрын
Qaafi tana gafaadhuu pls bitaaniyaa gad magaalaa jirtu maqa ishi enyu qaafadhu pls
@sabraaman5444
@sabraaman5444 9 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂walahii takaa akatii kolafee hin bekuu hatefii binesii yoo asii Bayan sanayan
@habibhussen3246
@habibhussen3246 9 ай бұрын
Assu Haddaara gaafii tanaa naaf gaffadhu caalla fii badhoo ossoo dubaartii takka isiinii magaala keessaa deemuu kiis na goodha isiinin jatte maal gootan
@SAALIIHTub
@SAALIIHTub 9 ай бұрын
Galatoma bayye nu bohaarsitani forx king 🤴
@AhmedNuran
@AhmedNuran 9 ай бұрын
Osoonif garee forx kessa nama tokko arii'ii siin jedhan enyu ariitaa
@oromootiyya9142
@oromootiyya9142 9 ай бұрын
Bayyee namatti toltuu qaqqalii Kenya jabadhaa❤❤❤❤❤
@jundishajemal7806
@jundishajemal7806 9 ай бұрын
wow Saganta bareeda waly Mangiftoota keenya
@NabaaGoldMan
@NabaaGoldMan 9 ай бұрын
pls pls pls❤ nafgafadhu garee warabesa harre 1 warabsala 2 yonifi warabesi 1 Duran warabesi 1 duuban nyach egalee kamtu dura handhuradhaqa harren hadhura hin qabduu
@ziinushow3325
@ziinushow3325 9 ай бұрын
Maasha alla maasha alla hedduu namarri tola Gaafi kana gaafadhu Shamara sadan tana keessa tam fuuta 1 ta ilkaan hin riganne 2 ta qaaman dhiqanne 3 ta qeensanmuranne
@Obs54681
@Obs54681 9 ай бұрын
Gaaffii tana Hadara garee waraabeessaa naaf gaafadhu Jalqaba akka joolle boloofte booyi san booda akka yeroo qonqo argattee kolfi ❤
@iFAA_Tube8
@iFAA_Tube8 9 ай бұрын
Ummata jaalala nu booharsitani galatooma nuti maatin keessan heddu isin jaalanna❤❤
@abseshow11
@abseshow11 9 ай бұрын
😂😂😂 wly baayyeen isin jaaladha❤ i love you so much 💓
@Sukkareeshow
@Sukkareeshow 9 ай бұрын
Dibbichoo qofaan naa kofllii ja'iin❤❤❤
@KkKk-to9df
@KkKk-to9df 9 ай бұрын
Wowow Wowow heddu nu boharsitanii galatomi bay.ee tokko ❤❤❤❤❤❤❤❤
@MuazAbdi-gn1sg
@MuazAbdi-gn1sg 9 ай бұрын
❤ww heduu nama tola wlh
@Inabaamuhammed-l1v
@Inabaamuhammed-l1v 9 ай бұрын
jabaadhaa ilmaan warra keenya qaqalii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hfffvcbf4279
@hfffvcbf4279 9 ай бұрын
Maashalhaa Maashalhaa hudii keesanu namaa loltuu❤❤❤❤❤
@urjiyusuf2491
@urjiyusuf2491 9 ай бұрын
Ani gaafiin tiyya asuun abbaa manaa ni qabdii??yoo hin qabdu tahe fakkeenyaaf isin afureenu yoo jaalattan walii galtanii nama tokkoof dhiistan moo?moo irratti wal loltan???❤❤akka naaf deebistan abdiin qaba
@Obsaa1575
@Obsaa1575 9 ай бұрын
Anaafis gaafidha tun
@nasradiinofficial
@nasradiinofficial 9 ай бұрын
Welcome ❤❤❤❤❤❤❤❤ Masha allah bayy'ee namatii toltan ❤❤ nu jiradhaa
@etyfyuffhhdhu3620
@etyfyuffhhdhu3620 9 ай бұрын
Bayee das nama jetan dhugaa❤❤
@FayituuSaaniyoo
@FayituuSaaniyoo 9 ай бұрын
Wow good welcome
@Annee0966
@Annee0966 9 ай бұрын
Jartii fi Oboleytii te Yoo Wal Lolan Kamif Tumsitaa❤❤
@Bonsaahmed8456
@Bonsaahmed8456 9 ай бұрын
Haqafa
@Annee0966
@Annee0966 9 ай бұрын
Pilis Gaafii Tana Hadaraa Garee Warabessafii Harree Nafgafadhuu Binensoota Kessa Kan ilkee Wajjin dhalatu kamii Deebin Watabessa Ta' a
@Afnaan780
@Afnaan780 9 ай бұрын
Diraama abbaa haflip nidhiiftanii yaabo please ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂
@salaahaddiinmohammed3594
@salaahaddiinmohammed3594 9 ай бұрын
Mic hundi keessan qabaachuu qabdan sagaleen warra mic 🎤 hin qabnee sirritti hin dhagahamtu
@jalojuice8817
@jalojuice8817 9 ай бұрын
As wr wb gaaffi tana hadarra naf gafadhu asu osoo jarttin tee gele ishii tokkottu takka tan nama fudhu dhabdee narratti fidhii yoo fudhuu batte guyya takkaf nika malee wajjin galli wanin an arkke isheenis haa arkituu sin jatte maal gotn jedhii naaf gafadhu👏ples
@MegersaKedir
@MegersaKedir 9 ай бұрын
Wly ossso torbetii Lama nu gotaan . bayyee nama toltaan issiin afarran Kun warii demtanis nama fiti dabalina.bayyee issiin jalana
@IbsaaJamaal-bs1hn
@IbsaaJamaal-bs1hn 9 ай бұрын
Gaafi tanaa deebisaa guyyaa aruzaa keeti too irraa si dhoowan akkam goota
@IbsaaJamaal-bs1hn
@IbsaaJamaal-bs1hn 9 ай бұрын
Muuziqaa xiqqeessaa malee bashanana gaari
@HassenAbdo-qx9er
@HassenAbdo-qx9er 9 ай бұрын
Dirama essa fhiftan please
@urgefandishe5088
@urgefandishe5088 9 ай бұрын
Wow dansii isuu ❤❤❤ dibichoo wow
@ibsaaorotube452
@ibsaaorotube452 9 ай бұрын
Www😂 bayyee namaati toltuu jabbadha❤
@FamiiUman
@FamiiUman 9 ай бұрын
Bayyee namatola tamnikesan jb isn c jira❤
@Farhanseyfuddin
@Farhanseyfuddin 9 ай бұрын
Gareen waraboo Garee tiyya 😂😂😂❤❤❤😅😅😅😊😂😢😢😮😅
@UsaamaAhamad
@UsaamaAhamad 9 ай бұрын
Wow joolle qaali baga biyya tiyya taatan❤❤❤❤
@Wankooshow
@Wankooshow 9 ай бұрын
Dansaadha. Continue more language jajjabaadha❤.worldwide🎉
@ZainabZozo-ur2lm
@ZainabZozo-ur2lm 5 ай бұрын
Nutti sagantaa sirbuu dhufelee isaqii kolfaa nu fixee❤❤❤❤
@oromiyaatube251
@oromiyaatube251 9 ай бұрын
Bayee isii jalalaldhaa❤❤❤
@obsajemal415
@obsajemal415 9 ай бұрын
Ajab!!! Hedduu nama toltu, jabaadha.
@AanaaHussenUmared
@AanaaHussenUmared 9 ай бұрын
Qophii bashaana tanaaratii abba dibbicho fi abba haflip Affera dibbichofalee waajumaan pls
@HodanGursum
@HodanGursum 9 ай бұрын
😅😅😅😅😅wow heddu takka Nama das jatan garu gafii kiyya naf debisi Asun fkn isna 4 nu wali jalaltan osso isiti hin himani addan jalalatan akkami gotiii Pls naf debisa❤❤❤❤❤❤🙏🙏
@rahimaalirahima3812
@rahimaalirahima3812 9 ай бұрын
❤❤❤dhugaa akkati namati toltaan nuuf jiradha
@AbseJem-vr6kb
@AbseJem-vr6kb 9 ай бұрын
Please jechaa kana naf jechiisisii "qalamee qabee qalee sarre darbee qalamee qabee qalee sarre darbee qalamee qabee qalee sarre darbee qalamee qabee qalee sarre darbee" yo xiqatee Tara 5ni ol naf jechiisisii please
@FenanIzii
@FenanIzii 7 ай бұрын
Mashaa allha jollee teenya qaqaali heduu nama bu aarsitan
@EymanAbdii-k6q
@EymanAbdii-k6q 9 ай бұрын
Waw heddu namati toltan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MuazAbdi-gn1sg
@MuazAbdi-gn1sg 9 ай бұрын
Gafii Tana Naf gafadhaa garee haree raa gafiin Tiyyas Shinbira 10n tu mukka tokko guba jiraa shinbira 10rnan keessa shnibira tokko dhagan yo rukkune dhoyne shinbira meqa tu haffaa 1:15
@numeeyriimm6
@numeeyriimm6 9 ай бұрын
Please please please gafitana naaf gafadhu calla jarti te me nu garsiisi photo lee tahu
@Admin-c5s
@Admin-c5s 9 ай бұрын
Kofanii duee❤❤❤❤❤jaraa kofaa
@dahabosaadiq-qh1ny
@dahabosaadiq-qh1ny 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wly akan iti isin jaaladhu
@OroQueen
@OroQueen 9 ай бұрын
Mee gaafii tana silaa si taatee maal goota 😢 Nama takka jaalattew Egasii wal fuuteenii eega nikaa si godhate akka jaartii bira Qabu yoo baratte maal gota me na debisa😢oro kiyya
@mekosereb1733
@mekosereb1733 9 ай бұрын
Yoo si horate fanama jiradhu
@AnsaarNuree-ov9pv
@AnsaarNuree-ov9pv 9 ай бұрын
Heduu taka namaa gamachiftan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FatmaM-b7g
@FatmaM-b7g 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ maasha Allaha jole tenya nuf jiradha hedu nama boharsitan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HassenAbdo-qx9er
@HassenAbdo-qx9er 9 ай бұрын
Dirama dichooo please ❤
@Araarsoburqa2024
@Araarsoburqa2024 7 ай бұрын
Pls pls hasanat garee waraabessaa naaf gaafadhu gafiiniis An killee 6 haan qaba kille lama 2 capxee kille 2 ammo xabbasadhe kille meeqa naf hafa jetii
@Jiru.show1
@Jiru.show1 9 ай бұрын
Bayyen isinjaaladhaa❤❤❤
@ikramabdii6780
@ikramabdii6780 9 ай бұрын
hedu taka nama ti toltan jabadha akanumati iti fufa jollee tenya ❤❤❤❤
@sumayaasumaya
@sumayaasumaya 9 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉jabadhaa heduu nuu boharsitanii🎉🎉
@AbdiiBoruu-x6f
@AbdiiBoruu-x6f 9 ай бұрын
Bayee das jetuu❤❤
@Yaarabiisumaairkoonkoo
@Yaarabiisumaairkoonkoo 9 ай бұрын
Numaa kolfaa akka ajibatii😂😂😂😂😂❤❤❤❤
@Umuulbarakhaa7160
@Umuulbarakhaa7160 9 ай бұрын
❤diibichoo duraanuu tan dur tanaa akka Ajaa'iba godhaa😂❤
@HawwiiGamado
@HawwiiGamado 9 ай бұрын
Debin Jartin fokatun heddu nama kolfsisti😂😂😂😂😂😂😂😂
@adhaafiraailluu
@adhaafiraailluu 9 ай бұрын
namatt toltuu garuu yer hunfa sirbaa kana dhisaa waan amantaraas qophii godha sawabas itti argatti hundi kessanu ijjolle muslimati mee quranni sura meqa qabs ammas hayata meqa qaba naf debisa suran makkatti bu'e kam suran madinatti buye kam? Amnas hundi kessan sura jallattanurra hayata tokko tokko naf jedhame😢 pls
@sabboonaa.Abraahimoo
@sabboonaa.Abraahimoo 9 ай бұрын
Well come qaqalii
@Galan18galamso
@Galan18galamso 9 ай бұрын
Asuu team wara keessaa badhoo pappaa ,maqaa nama a keessaa kan si aarsu😮😩☺️ 2 nuf himi ,,!! Team har keessaa isuu Maqaa namaa keesssaa kan si kofalchiisu😁😁😂 !!!please please 🙏 🙏 🙏 🙏?😁😁
@Abdluzakir
@Abdluzakir 8 ай бұрын
Isaqii gafii sii qabaa wayanenii yeroo duratifii esatii sii tumitee
@sdsd338
@sdsd338 9 ай бұрын
Bay'ee isiin jaladhaa ❤
@dastuutube3737
@dastuutube3737 9 ай бұрын
Matii jalalaa baga ngh dhuftaan ❤❤❤😂😂😂😂😂
@samirjemal
@samirjemal 9 ай бұрын
As wr wb Gaaffi kana maalo woraabessa naf gaafadhu. _woraabessi guyyaa lama waanta nyaatu barbaadee dhabee oso waa hin nyaatin turee baay'ee beela'ee humni isaa laaftee guyyaa sadaffaa osoo nyaata barbaaduu harroota gurguddaa lama sanuu ququufaa kan dhiitee altakkaan ilkee irraa cabsutti bahan. Yoo harroota kana sodaatanii dhiisanii deeman carraan nyaata argachuu jaraa xiqqaadha, yoo nyaachuuf jedhan harroonni ququufaadha woraabessimmoo laafee jira, kanaafuu mala akkamiitiin harree kana nyaattu.
@BarentooAhmaad
@BarentooAhmaad 9 ай бұрын
Heddu takkaa Galatomaa nu bashanasiftanii
@halemahaje4212
@halemahaje4212 9 ай бұрын
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@NuradiinMD
@NuradiinMD 9 ай бұрын
Wow qophiin teessaa haala namattii toola............
@oseeahmad5214
@oseeahmad5214 9 ай бұрын
Asuu mudasir akka ja'a ja'iin fororon filaa fidee filaan fiuudidee filaa filuun fidaa ja'e filaa filuu fidee dhufee
@nimatmuusaa-wr8oz
@nimatmuusaa-wr8oz 9 ай бұрын
Aasu gaaffi carraa dhufu kessati Aasuun yoo utu qophii kana geggessa jirtu tasa dhuufuu dhuftee maal jettu
@AnuwarNura
@AnuwarNura 9 ай бұрын
Pls gaafi tana calla gaafadhu osoo miila tee hin laalin bifa kophee kaayyatee jirtuu natti himi jedhiin
@ibsaoromia
@ibsaoromia 9 ай бұрын
Maashallah ❤❤❤❤🎉🎉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😂😂🎉😂😂😂😂😂😂😂 maashallah jabaadha
@AkramMahamaad
@AkramMahamaad 9 ай бұрын
Please naaf gafadhuu badhasoon yowarabesasinjaan niartahi yo lencaa sinjaanho nigamadaa yogamadee garagaruman malii
ForX : Bashannana"Intala se'een Haadha Kabale"
45:17
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 46 М.
ForX Entertainment Media: Bashannana/Boohartii/ " isin malee..."
26:13
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 59 М.
VAMPIRE DESTROYED GIRL???? 😱
00:56
INO
Рет қаралды 9 МЛН
Human vs Jet Engine
00:19
MrBeast
Рет қаралды 145 МЛН
EGEREE COMEDY:SIRNAKKOO EP 20
27:49
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 243 М.
Hir-koo - kutaa 51 ffaa
34:54
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 298 М.
ForX : "OSON IJAAN  HIN ARGININ FUUDHE"
1:05:01
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 35 М.
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 131 М.
ForX Entertainment Media:Bashannana" HANTUUTA HATTUU"
47:47
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 22 М.
ForX: "QORII SIRBAA"
22:09
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 14 М.
EGEREE COMEDY: SAGANTAA ADDAA-KOFIN (SIRNAKKOO EP13)/XURUMBAA
44:47
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 240 М.