ForX "Nama Jaalatan argachuu moo, Nama argatan Jaalachuutu ulfaata?"

  Рет қаралды 8,401

ForX Entertainment Media

ForX Entertainment Media

Күн бұрын

Пікірлер: 114
@Barii-tube-1
@Barii-tube-1 Ай бұрын
Dastuu fi caaltuun dhugaa keessani wallaahi Anuu namaan jaaladhuun argachuu dadhabe mucaa wajjiin barannu tokko woggaa 4 guutuu osoo inni naaf hin beekin jaaladhee dhiyoo tana akka inni nama jaalatu qabu dhagahee hedduu rifadhe qalbiin na cabxe 💔😔 Akkasumaanuu mucaa san dagachuu dadhabeetiin yeroon online seene hunda akka inni online jiruun laala Yeroo inni na dubbise hunda waanuma na jaalatu natti fakkaata 💔😢😢
@AbdiiAbbaas-l3h
@AbdiiAbbaas-l3h Ай бұрын
Isaaqifi birraan mataa hin jabbaatina nama jalaate argaachuutu irraa ulfaata🙏
@AbduuOromiyaa-r6l
@AbduuOromiyaa-r6l Ай бұрын
Nama jalane wolin jirachun hin niulfata dhugaa rabbii. Naman Alati jaladhe dhisun xinnoodha wly
@uaess9428
@uaess9428 Ай бұрын
Wallahi nama jaalanne faana jiraachun si haqisisa wanti namni sun godhu hundi nama jibisisa suphaanalla garuu yoon jaalladhe nan gaafadha du'ahin godhadha amas inshalla rabbin nama biraa naaf kenna nabiin keenya nuuf dhaaman yaa jama nagaaf rahamanni isaanirra yaa jiraatu nama yoo ilaaltu si gammachiusu faana bulti ijaarradhu jedhan malee nama tokko duuka fiiga oli hin jenne rabbin kan akkasi miliyona ume lafa qaba waan ta'ef jelachuunu fayyummadha mataan saa sobaan fakkesun harami gammachus hin qabu kanaaf jaalala fiduutu ulfaata wallahi narra gaheetan arge jireenya jibbita dadhabeen jalaa hafe wallahi
@Jaabir-k5i
@Jaabir-k5i 26 күн бұрын
❤❤❤
@KEBEKITUBE1
@KEBEKITUBE1 Ай бұрын
Nama jaalatan Arkachuutu Dubartiidhaaf Irra jabaata Dhiiraaf garuu nama arkatan jaalachuutu irra jabaadha.
@HassanAliyyii-dg8so
@HassanAliyyii-dg8so Ай бұрын
❤❤
@tasniim2010
@tasniim2010 Ай бұрын
@ gammachuu idea. 👍 👍 Nama argatte jalachuun Dirqama kanuma !!!!! Nama jaalattuu argachuun Carra dha!!!
@AyyuubCarcar
@AyyuubCarcar 22 күн бұрын
Nama hin jalane wajjin jirachutu ira ulfata f Birra fi isaqitu sirridha 🙏
@Kuulleefamilytube
@Kuulleefamilytube Ай бұрын
Namaa Argatee jalachun Dirqama Namaa jaalatu argachuun caradha Debisaan lamanumaa kanaa🎉
@FhbgdGhhe
@FhbgdGhhe Ай бұрын
Issaqi biiraan siiri duubataan❤❤
@Ruqiyamuhammad5467
@Ruqiyamuhammad5467 Ай бұрын
Nama jallatan arkachutu ulfata . Qoy isaq zenutu nama meeqa jallate arkachu dadhabe sanifu yaanni ka caaltuti fi dastuti ok ❤❤❤❤❤
@abdulmalikmohamed-oz1qz
@abdulmalikmohamed-oz1qz Ай бұрын
Akka yaada kiyyaatti nama hinjaalanne wajji jiraatuutu irra ulfaata sababni isa naman dhugaan jaaladhhe amansiisu nindanda.a je.e waanin yaaduf Garuu shmarran nam arkataniin wajji jiraatu jaalatan miira jaalalaa dhiiraf ibsuu waansodaataniif / ammo dhiirti waan qaaloyteef !!!
@ZenalabidiinAliy
@ZenalabidiinAliy Ай бұрын
is haaqi fii birra guutumaan guttutti yaadafi haasofni krrysan dogongora nama jaaltantu arkachu ulfaata is haaqii fi birran itti yaadaati laalame yaannii dastuufii caaltu Akka gaarii ta,e
@JamaalBorooda-h4h
@JamaalBorooda-h4h Ай бұрын
Nama Argatee jabeyfachuun saalpaa waan siharkaa jiruuf❤❤❤❤
@AlamuddiinAbdurhaman
@AlamuddiinAbdurhaman Ай бұрын
Yaanni caaltuu bayyee baredaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FiriiDhugaa
@FiriiDhugaa Ай бұрын
Yaanni keessan lamaanuu sirriidha kana yoon jedhu dubartootaaf kan jaallatan argachuutu ulfaata sababni isaa itti himachuu waan qaanfataniif. Garuu dhiiraaf dubartii jaallate itti himachuun salphaadha Tan hin jaallatiniif jaalala uumuun baayyee ulfaata Akka yaada kootiitti akkasittiin amana
@SiifMAmiin
@SiifMAmiin Ай бұрын
as wr wb 🎉🎉maatii naf tahaa oboleyaan koo keyirin isinitii Haa gortuu harkii keessan fayyaa Haa argatuu 🎉🎉
@NaasRashid
@NaasRashid Ай бұрын
Kamtu irra ulfaata Nama jallanneen wajjii jiraachutu ulfaata Nama jallatuu argachuun salphaadha yoo sii didelle carra Biraa mokkarattee Nama jallatuu argatuu dandessa kanaafidha
@AhmadrufAbrahim
@AhmadrufAbrahim Ай бұрын
Dhugaa jete dastun
@Nuradinmahammad1
@Nuradinmahammad1 Ай бұрын
Yaanii gama hundan jiruu siridha sababni dhaladhaf jaalala namati himatutu irra ulfata dhirafiis jaalala dirqaman umutu irra ulfata
@dararatukwt2379
@dararatukwt2379 Ай бұрын
Ittii ufii dirquu ulfata
@IfarayeeIfarayee
@IfarayeeIfarayee Ай бұрын
Nama jalatan argchuun bayee ulftaa😢😢💔
@IftuuFenta
@IftuuFenta Ай бұрын
Jabadha baay,ee namati toltuu❤❤❤❤
@MohammedJamal-te5pq
@MohammedJamal-te5pq Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Anis caltuuf fi dasttu degaree
@Ibnukasiir_Ibraahim
@Ibnukasiir_Ibraahim Ай бұрын
Nama jaalatan argatu ulfaata
@Muzayyanmuh123comOromiyya
@Muzayyanmuh123comOromiyya Ай бұрын
Well come 🎉🎉🎉
@mahamedyuusuf5153
@mahamedyuusuf5153 Ай бұрын
Nama jaalatan argachuun ni ulfaata C & D sirrii jiran❤❤❤
@AlamuddiinAbdurhaman
@AlamuddiinAbdurhaman Ай бұрын
Dastuu yaanni isii garidha❤
@NqHi-r4h
@NqHi-r4h Ай бұрын
𝙉𝙖𝙢𝙖 𝙟𝙖𝙡𝙡𝙖𝙩𝙖𝙣 𝙖𝙧𝙠𝙖𝙘𝙝𝙪𝙩𝙪 𝙪𝙡𝙛𝙖𝙩𝙖❤❤❤
@HhsgHsg
@HhsgHsg Ай бұрын
Namaa jalataan argachuutu ulfaata ❤❤❤
@ZomayaAhmed
@ZomayaAhmed Ай бұрын
Namaa jalaatan argachutu ulfata
@JamaalBorooda-h4h
@JamaalBorooda-h4h Ай бұрын
Sababnii namni jalaatan hin argaataan😢😢😢😢😢
@zeenathbh672
@zeenathbh672 Ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@IbsaAbduselam-l9u
@IbsaAbduselam-l9u Ай бұрын
nama jaalatan argachuutu irraa ulfaata
@NajiSaniyo
@NajiSaniyo Ай бұрын
Welcom to ummatakoo Qaqqaalii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Sultan-Oro
@Sultan-Oro Ай бұрын
Yaani keessan xiqqo Nama Harka wal dhaha. Haa ta'u guru lamaan isatu ni ulfata akka kiyyatti. Nama jaalatte Argachunis Aarsa si kafalchiisa Nama Argattes Argatteef jaalachu dhabu dandeetta tari ulaaga ATI barbaaddu Qabachu dhabu mala
@SabitMohammed-t14
@SabitMohammed-t14 Ай бұрын
Nama jalaatan argachutuu hedduu ulftaa
@sifaniisifanii5618
@sifaniisifanii5618 27 күн бұрын
Waluma gallati nama bayee utu walin jallatin walI fudhan boda wali jallatu nama wajin jirtuu utu bekin jallata gochaa walif tatu ilalite nama qoba jallate argachun bayee ulfata kan wali jirtuu jallatusi dhuftu jalali kenadha wan tahefi sin cinquu garuu nama jallate ofi gafachunu wan gudadhaa gafadhe dhabamo nani argadhaa mali jallata mali jiibbaa utu yaduu jirenyake dagataa garuu dhiri dhugaa nama isa jallate jalachuu fedhuu malle nuti shamaran durii qabane utuma jallaatin erumun jallana wan tahefi aka yadakoti dastufi caltu ❤❤❤dhugaakesan
@CaalaaJamal185
@CaalaaJamal185 Ай бұрын
Na jaalatan argachuru ulfaata
@MehmetMehmet-f5l
@MehmetMehmet-f5l Ай бұрын
Yaada birraa fi ishali ulfaata
@AbdulbaruHamzaa
@AbdulbaruHamzaa Ай бұрын
Nama argatte jalachuut ulfataa
@NaasRashid
@NaasRashid Ай бұрын
❤❤❤
@ummuualfiyaatube5806
@ummuualfiyaatube5806 Ай бұрын
Namaa jalataan argachuun ni ulfaata
@ayantuumohammad57
@ayantuumohammad57 Ай бұрын
Nama Jaalatan argachu ulfataa
@kingboy-n9r
@kingboy-n9r Ай бұрын
Nama jaalataan argachuun Gaara kiilamanjarorraa ulfaata
@KadiirTusaa-w4j
@KadiirTusaa-w4j Ай бұрын
Nama jalaate argachun gaatii sii kafalchisa garuu nama jalaatn srganaan waantii attii yaadu hin jiru sababinii isaa kan jalaatu argatte waan taa,eef
@AalamDiin
@AalamDiin Ай бұрын
Dub nama jaalatan argachuutu ulfaata Dhi nama argatan jaalachuutu ulfaat
@MohammedAbdella-pv3ni
@MohammedAbdella-pv3ni Ай бұрын
daastu fi caaltuu❤👈
@MohammedAbdella-pv3ni
@MohammedAbdella-pv3ni Ай бұрын
🤞
@salamona3427
@salamona3427 Ай бұрын
namma jalltan agashu ufatt isuu
@SharafAdam-cm7hm
@SharafAdam-cm7hm Ай бұрын
Yadaa caltuu fi dastuu
@NasriMustefa-t8e
@NasriMustefa-t8e 14 күн бұрын
Hubbano gaarii dha ❤
@yasinaman2873
@yasinaman2873 Ай бұрын
Kuni waan salpha. jaalala hin jirre of keessatti uumun tasuma hin danda'amu, garuu nama jaallattu 1 carran argachuu kee 50% dha, yoo carroomte ni argatta ykn hiree kee miti of amansiifta yeroo xiqqoo booda nama san nidagatta..garuu nama hin jaallane jaallachuun hin danda'amu..0%. Gareen caaltufaa mo'amtani jirtu kkkkk Maraafuu galata qabdu..jajjabaadha🙏🙏🙏🙏
@JamaalBorooda-h4h
@JamaalBorooda-h4h Ай бұрын
Namajalatuu Argachutuu ulfataa
@Ayyaantuujamaal-qp8js
@Ayyaantuujamaal-qp8js Ай бұрын
Yadani keysani lachuu wali dhufa ani aka kiyatii nama jalatani argachuutu ira ulfata sababani isasii nama jalate dhabe maratee garee nama jalate dhabe of ajesee garee malee nama jalatamee maratee yo kani of ajesee hin arginee kanafu jalatani dhabuutuu ira ulfata
@IskandarHuseen
@IskandarHuseen Ай бұрын
Nama jaalatan argachutu ulfaata
@TaqiyaJibril
@TaqiyaJibril Ай бұрын
Namaa jalatan argachutu ufataa
@GrandmanakarkshowGrand
@GrandmanakarkshowGrand Ай бұрын
Jalalaa umutu ulfaata
@calaatube7889
@calaatube7889 Ай бұрын
Namaa jalalaa hin qabneef saan harkatii galfatutuu ira ulfataa
@caltuucaltuu9743
@caltuucaltuu9743 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@ZubeerBiluu
@ZubeerBiluu Ай бұрын
Nama jaalala Argachuy❤
@IsmailJimma-z1l
@IsmailJimma-z1l Ай бұрын
Jalatan argachutu ulufata
@A-z1w
@A-z1w Ай бұрын
❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@AhmadrufAbrahim
@AhmadrufAbrahim Ай бұрын
Murtesan dubartii jalatu Sani fi jalala jalqaba Wal jalatee murteesa dubartii biratii
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 27 күн бұрын
Namaa jaalaataantuu argaachuutuu ulfaataa
@haashimhaashim-oi2tu
@haashimhaashim-oi2tu Ай бұрын
Namaa jaalatu argachu ira ulfataa
@sifaniisifanii5618
@sifaniisifanii5618 27 күн бұрын
Utun dhagefatin isin debisa dhirafi kan argatee jallachu iti ulfataa nuti shamaran garuu nama jallanu arigachu nauti jabbata💔
@AtiEnyu
@AtiEnyu Ай бұрын
1 Nama argatte jaalatuun sammuu miidha 2 namajaallatte argachuf tattaaffatuun onnee miidha kanaafuu tura keesaa sammuun yaalamuu nimala immo onneen al tokko jaalalaan miidhamnaan umrii guutuu dhukkubsatti kanaafuu nama jaallatan aragachuu tu irra ulfaata
@DerartuZuber
@DerartuZuber Ай бұрын
Nama jalataan argachu
@Muzayyanmuh123comOromiyya
@Muzayyanmuh123comOromiyya Ай бұрын
Nama jalttan argachuuttu ulffatta
@hireedha
@hireedha Ай бұрын
nama jalatan argachutu ulfata😢
@SumyatemamSumyatemam
@SumyatemamSumyatemam 25 күн бұрын
Nama jalatuu Argatutuu ulfataa
@ChalaKadirmohemmad
@ChalaKadirmohemmad Ай бұрын
Nama argatan jaalachutu irra ulfaata
@AhmadrufAbrahim
@AhmadrufAbrahim Ай бұрын
Nama wajiin dabarsitee santu murteesa dha beeki garuu
@Firomsagobeze
@Firomsagobeze Ай бұрын
Nama jaalatan argachuuttu Caalaa
@TushTush-c7l
@TushTush-c7l 17 күн бұрын
Isaqi Fi Birraa sirri jiran Dubarti n Gowwaa Duranu
@SartuuMahmmad
@SartuuMahmmad Ай бұрын
Nama jallatan arkachutu ulfata
@AliMohammed-g6i
@AliMohammed-g6i Ай бұрын
😢
@MohammedBg-w9o
@MohammedBg-w9o Ай бұрын
Nama jaalatan argachuutti irra ulfaata
@Ababai-r9g
@Ababai-r9g Ай бұрын
Nama agatanii jalachunii bayee ulfataa garuu Nama jalatuu agachuni garuu amasii maraa hin ulfatuu dhugaa rabii nama jalanee jalachunii bayee jabataa
@LammiOsman
@LammiOsman Ай бұрын
Nama jalataan argachu wly
@Balissaabdii
@Balissaabdii Ай бұрын
Kan caltufii dastuti irraa olfata
@AhmadrufAbrahim
@AhmadrufAbrahim Ай бұрын
Nama durahan jalaltu yoo sii adan batee debisuun nii ulftaa dubartin sii hin ahmmantu wahan teef
@Desi-d3t
@Desi-d3t Ай бұрын
Wly hedduu isni hotdofaa anii wagaa tokko fi jiaa 4osoo isni hin lalini hin bulu wly yoo madami naa arsitele yoo dabarameele isinumaa lalla rabbiin umurii kesani haa dhersu wly garuu yadda kanarti birafi isaqiin gidiman dhibata jirani male wly nama jalaatan argachu ulfata edu
@IsaaqAhmadAliyyiIsaaqahmadAliy
@IsaaqAhmadAliyyiIsaaqahmadAliy Ай бұрын
Nama argadhee jaalatuutu natti ulfaata an
@RadhyaUmer
@RadhyaUmer Ай бұрын
Namaa akka attii jalatuu hin benetii jalalaa ittii himachutuu ulafataa
@MuhammannuurJabal
@MuhammannuurJabal Ай бұрын
Biraan sirrii jedhe
@Amiin-p4n
@Amiin-p4n Ай бұрын
Kan jalltan Arkachuttu ulfta dhuga😢😂
@Kuulleefamilytube
@Kuulleefamilytube Ай бұрын
Namaa jalataN argachuu irraa ullfataa
@hfpls5722
@hfpls5722 Ай бұрын
Dhugaa Dubchufa Akn Caltu fi Dastuu Bayee Ullfataa Walh 😢😢 Nam Sihi jalan Akchun Kan Bira fi Isaq Bayee Lafa 😁
@Chalamoha67.
@Chalamoha67. Ай бұрын
Naman jaallanne jaallachuudhan jedha Dastu fi caltuun garuu yoo shaarukhan irra isin qabde malee
@abdiyetube2
@abdiyetube2 Ай бұрын
Laa gaaffiin kan birraa fii isaaqi San erra ulfaata
@saliyakadirsaliyakadir8666
@saliyakadirsaliyakadir8666 2 сағат бұрын
Yanni caaltuf dastu naf tahe
@GGGGGG-ij8ln
@GGGGGG-ij8ln Ай бұрын
Forx haasawa malee waan biraa hin qabuu ?
@FUAADDURRII1
@FUAADDURRII1 12 күн бұрын
Namni tokko tokko kkamitti akka waa hubatu nama ajaa'iba nama jaalattu gaafachuun ulfaatus erga gaafattee booda furmaata gahaa argatta innis yoo tole jedhe silaa tolte yoo dide jedhe jaalalti ati isaaf ykn isheef qabdu hir'achaa deema Garuu nama hin jaalanne ka bultii kee keessa jiru akkamitti dirqiin jaalatta inumaa akkuma ooltee bultuun jibbaansi si keessatti dabalaa deema👉ija sammuutiin laali
@Zakish-r9l
@Zakish-r9l 25 күн бұрын
dubii sabriina fii dachaas na yaa dachiiftaan
@JamaalBorooda-h4h
@JamaalBorooda-h4h Ай бұрын
Commenttii dubbisaa
@AbduuOromiyaa-r6l
@AbduuOromiyaa-r6l Ай бұрын
Nama jalane wojin yoo jirate yo ala mananati galanu wan qabirtii galuu namati fakata gamachu itii hin qabdu
@NasriMustefa-t8e
@NasriMustefa-t8e 14 күн бұрын
Jaalalaa Tami....?
@SharafadinAbdoo
@SharafadinAbdoo Ай бұрын
Lachutu ni ulfata garu irra caalati nama arkatan jalaachutu irra ulfata fkn biraan sii dubaa si jalaata haa janu caaltu atti ammo akka tahe tahe jireenya kee sene ini isa kan hin jalaatu akkamiti jalalaa isaf umta tari nama bira kan jalaatu osso qabdu jireenya issa sente Bakka nama jalaatu busu dandesa mee yadii atti
@SOMALIMIDEAPOSTSomalitube
@SOMALIMIDEAPOSTSomalitube Ай бұрын
Nama arkate jallachutu salpadha sababni ilmo dhalan jalalti sababa ilmo jalalti ni umama
@salhadinyasin636
@salhadinyasin636 Ай бұрын
Ani biraa fi isaaq degara
@gjgvh4376
@gjgvh4376 Ай бұрын
Nama jalaatan argachutuu hedduu ulftaa
ForX: "SOBAANII ARAARSUU" PODCAST
21:44
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 4,7 М.
ForX : "Imimmaantu Ija Dhiqa"  #Qorii
31:44
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 13 М.
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН
Try this prank with your friends 😂 @karina-kola
00:18
Andrey Grechka
Рет қаралды 9 МЛН
My scorpion was taken away from me 😢
00:55
TyphoonFast 5
Рет қаралды 2,7 МЛН
SISIMULANG NA ANG MANSSION ||roelofmalalag ||reychellemoralesvlogs
17:37
JOHN RIVERA OFFICIAL
Рет қаралды 21 М.
Nyaachuus Nyaatamuus Dideen Jaallatame
19:26
Oromia 24
Рет қаралды 40 М.
HARDHAA QANO WAMNE GUDII ISAA GONA
16:46
Bili & Hawi
Рет қаралды 2,1 М.
Rifatuun ammagaa 😳 Juusii Killee (Buuphaa) na obaasan
14:21
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 109 М.
ForX "Dubartiin Maalif Jaalala hin gaafanne?" #Podcast
25:44
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 12 М.
ForX : "Jaalala isaa irraan Falfala itti godhe" Qara Jaalalaa.
17:02
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 7 М.
ForX : "WAAN GAAFA JOOLLUMMAA "  #Podcast
24:33
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 22 М.
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН