Firummaa mana Ofiitirraa!!! Firummaa Ummaataan durummaa Bakka hojii fi Ida'amauun M/M arginee Ummaataa Eegumsa Taayyee Danda'aa haa jaallatuu Rabbiin. Galatoomaa Geejjibaan continue Congratulations Eebba kitaaba Johar hin Gaabbuu fi ida'amauun report on health care reform
Maasha'Allah ni quick answer Amantiif Ustaz Yaasiin Nuuruu kitaaba Mana Sirreessaa Quality Quality barreessin dubbifnee DR Tolaa Barisoo kitaaba Johar hin Gaabbuu Gaabbuu quba qeensii Dr Darajjee Dhugumaa si harka miidhee. Dhageeffachuun equal opportunity for the world trade center.gurrii Qaama 3
@Johara-oz8hh3 сағат бұрын
Yaa boo Taayyen dafi achii baafadhu ja'an hin dhiisanii
@sifaanfayyaakoo7419Сағат бұрын
❤❤❤mee gaaffii Ministerrii Barnootaa Ethiopia Government claim that Hayyoonni Gaafa Kitaabni Barreefamee Mo'ataan kitaaba ida'amauun dheebuun du'a kessaan jirtaa Ummaanii gaafa eebbisiee Mul'ata kayyoo fi karooraa
@AmiraAmiraawwal2 сағат бұрын
Rabbi siha shumuu wlyi jawwe kenya🎉🎉🎉🎉
@butuchawado-ry2vxСағат бұрын
Nama kana Gootummaan isaa hedduu garaa nama nyaata waan itti amane irraa asin deebi’u
@oasakarorsa927034 минут бұрын
Taayyeen Girrisaa kan jedhe kolkollee Diyaaspooraa kanaan jedhe malee Oromoon biyya keessaa jijjiirama yaadaa fi qaroomina guddaa fideera. Kan biyya qaroo keessa taa'ee hin qaroomne baraan dheedhiin Diyaaspooraa biyya barate taa'ee hin baranne hin qaroomne Faarsee bulaa kanadha. Faarsee bulaan namuma tokko faarsa malee qabsoo waloo, karooraa fi kaayyoo walootti hin amanu. Yoo namni inni faarsu sun manatti gale Faarsee bulaan kun guyyuma sana manca'ee gala. Kanuma.
@Johara-oz8hh3 сағат бұрын
Nama barate jechuun akka Taayyee kanatti hogga cubbuu hiyyeessarraa dhaabbachuu didde arge keessa bahee gara hawaasa isaa gora Hoolotni dubbiin hin galleef osomaa faarsu warra hiyyeessa boochisu booda immimman hiyyeessa galaana tahe isaan fuudha