Gaaffii fi Deebii Jaal Sanyii Nagaasaa Kutaa 2ffaa Itti dhiyaadha

  Рет қаралды 36,822

Oro Edit

Oro Edit

Күн бұрын

Пікірлер: 62
@AbdiiSabaa-l2s
@AbdiiSabaa-l2s 2 ай бұрын
Ani jal marroo fi jal sanyiis ija walqixatinin laala isan lachuu bayyeen jaaladha walahi.
@bultifayissa1342
@bultifayissa1342 2 ай бұрын
Yaadaan wal dhabuun wanuuma jiru. Garuu yeroo fudhatanii haasa'uudhaan gara furmaataa dhufun ni danda'ama. Sababiin isammoo kaayyoon Oromoota inni Guddaan tokko. Waaqayyoo garaa fi yaada nuuf haa kennuu!!! Jabaadhaa, Waaqayyoo isinii wajjin haa ta'u!!!!!¡!
@AbseeSaad
@AbseeSaad 2 ай бұрын
Dhugadha Kuni💯👍
@idrissaliidrissali
@idrissaliidrissali 2 ай бұрын
Walii Ajajamaa jalaan koo hundii kesaan oromoof qaliidhaa❤❤
@LalisaaGadaa
@LalisaaGadaa Ай бұрын
Jaal sanyii ati galoo tattee rabbii xumura nama hin balleessina akka keef akka Goolichaa dhangee galgalla baddaan Ati hasaawa kee sirreeffadhu hasoofni kee shawaa fi wallaggaa bakka hin bu'u. Ilma gandaa hasaawa keerayyuu gandumaa keetu muldhaata ammoo akka yakkaa Dalagdees ibsa jirta. Waan hasooftu irra deebii dhaggeeffadhu jedhan. Namichaa maraata kanan
@SleepyChurros-km7jc
@SleepyChurros-km7jc 2 ай бұрын
Lallaba
@Abdinuur-b9g
@Abdinuur-b9g Ай бұрын
Ustaaz Kamaal Heeboo eenyuutu ajjeese? Maaliif
@EeEe-h7r
@EeEe-h7r 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@JamalMuhamed-sc2mg
@JamalMuhamed-sc2mg 2 ай бұрын
Sanyiifii jirenyaan diina waliin haasoftanii jirtu hin sobin sanyii dhageenyeerraa
@gasharetuute6912
@gasharetuute6912 2 ай бұрын
Jaal Sanyii ,Jaal Marroo,Jaal Gammee,Hundii keessaanuu Wallif Ajjajaammaa Dhissaa Hundummaa seera fi Heeraa WBO ittii Gaariigarammaayee, Jaaleewaanii Heduu jiiruu Gaddii Ta'aa Duubadhaa Raakiinaa isii Giiduu jiiruu Hikkaa Hataattammanii. Namaa Nuuuttii Hiinii kolifissinaa Araaraammaa Hataattammanii. OROMIA STATE MUST BE INDEPENDENCE FROM ETHIOPIA COLONIZATION!!!!!!!!
@TamasgeenFayyisaa
@TamasgeenFayyisaa Ай бұрын
Dhugumaan jiru osoo isiin wali galatani bayyee baredaa guru osoo isiin wali hin Galin. Sabaa midhuu ta,a malee wati furmataa dhuftuu hin Jira jedhee hin yaduu
@Mulata-d4g
@Mulata-d4g Ай бұрын
We oromo people Dasbora we Don't want Jalee Maroo Dirbsa and Jalee sanyaa Ragasa fighting each other
@beranuedao8712
@beranuedao8712 2 ай бұрын
Dhamissa maali nuu dhamitaa sifuu kaa dhamani waan hagana gayuu kaa hasofituu garati sii hafuu hin hoyuu?
@FikiruWeyesajk70m
@FikiruWeyesajk70m 2 ай бұрын
Woligayi goddaa irreti marehaddhaa 🙏🫶🙏❤️💚❤️
@tsegabanjaw8084
@tsegabanjaw8084 2 ай бұрын
Lachan keessan oromoo saamaa ajjeesaa jirtu diinota oromoo ti! ajjeesaan hin milkaa'u!
@BirhanuLama-e1s
@BirhanuLama-e1s 13 күн бұрын
Gaantuu.hadhaaketi
@JaalQeerooSabaaJaalqeeroosabaa
@JaalQeerooSabaaJaalqeeroosabaa 2 ай бұрын
dhugaa keeti maro jechuun dinaa dinaa caluu wobo jeechuun kapanii wolagaa bayyaatii woraa anaa malee namaniibiraa hoganuu hin danadeenee iti fakataa hogatoonii woboo hundinii gubbaa iraa hagaa jalatii wolagaa bayyaa qofaa sobaa wori jeetanii me tokichumaa nafi himaa me??
@NegesseTura
@NegesseTura 2 ай бұрын
Kan ummata oromoo ajjeessuu fi saamuu jalqabdan turtanii jirtu.
@AdamMuhee-ky8oi
@AdamMuhee-ky8oi 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@kedijazeinu683
@kedijazeinu683 2 ай бұрын
Rabums sofadha haasaa akanaa maliif mediiaarati dubatamaa?
@GulleedAdaamahmad
@GulleedAdaamahmad 2 ай бұрын
Sareen ifii walnyatuu dinaa firaa hin dhorkiituu 4:05
@qalenjinakero5529
@qalenjinakero5529 2 ай бұрын
Obbo sanyyi haasaan keesani Kun seenaan fi ha tau'u Akka Ani hasaa Kan Ani hin hasofne Akka hin jeene
@danielgudu6848
@danielgudu6848 2 ай бұрын
Amma yaa Senyii wantti ati immoo waan gaarii haassa’a jirtaa??
@Baqqle
@Baqqle 2 ай бұрын
♥️🌳👈🫂
@wazirahmed406
@wazirahmed406 2 ай бұрын
haasa onne nama cabsu kana dhagahu hin feefedh sababni waanini isn jaaladhufi jaallan keenya maalo waliif gala😂
@qalenjinakero5529
@qalenjinakero5529 2 ай бұрын
Obbo Sanyii atimo maal hasaa jirta ree'e safuu dha Abba Jaal Marroon qabsaa dhugaa tii shame on you Mr sanyyi stop guiding Jaal Marroon you're ready criminal
@danielgudu6848
@danielgudu6848 2 ай бұрын
Yaa jaalee Sanyi homaa mitti wliif hajajamaa
@AsterEthopia
@AsterEthopia 2 ай бұрын
💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚💚❤💚
@qalenjinakero5529
@qalenjinakero5529 2 ай бұрын
Obbo sanyyi Ati ho warran tesistetaam Akkam warrani kaee hin loolne gochaa jirtam kanafi Ati angoo ra kau'uu qabdha Isa loolee loolchisu barbadama kanaf idoo keeti hogaana ha mudamuu
@Tekle-q1z
@Tekle-q1z 2 ай бұрын
Saanyiin kan jeecha jjiru, marroo dhuunfadhan jjibuu odoo hin ta'iin daba hooggana bira jjiru dubbata.
@TokkumaTokkumadagne
@TokkumaTokkumadagne 2 ай бұрын
Maalo waali hin loliin oromoo jaalan heduun itti wareegamaa turee 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@SamsonBekele-v7k
@SamsonBekele-v7k 2 ай бұрын
Namichi kun mormi inni dhiyeesu waan qulqullu isa godhu hin qabu. Dubbin isa jibba Marro irra qabuf rakkoo kana akka uume dhugaa ba'aa jira. Kanaafu asiti oduu hin taane odeessun isa dhuguman rakkoon eessa akka jirtu sirriti mul'isa.
@JamalMuhammad-x5h
@JamalMuhammad-x5h 2 ай бұрын
Yaa ilmaan oromoo Ummani wantii maliif rakoo marron qabuu maliif hindubanee shiraa yokiin immo jibba marro irra qabuu muldhisaa
@AbdiiSabaa-l2s
@AbdiiSabaa-l2s 2 ай бұрын
Ya ajajoota kenyaa kan waraana bilisummaa oromo nuti rabbii gadiiti waraana wboo kana abdanee jirra. Garuu Rabbin waldhibdee isin jiduu jituu tana haafuruu. Nutis yaroo isin asbaatani dhugaa jirtu nuf ifaa gootan enyu akka dogogoraraa jiru ni argina kan karaa dabaara jiru dhabadhu jannee qubaa itti laachu hin dhiifnu wan taheef yaroo wal komattin miiraa keessa seentani wal hin hadheesina. Isin abboleewani kaayoon teesan takitiidha. Ani dhugaa dhubachudhaf ajajaa jiddu galaa jal sanyii ega as bahee dubatee booda bayyeen isa dinqisifadhee jira. San duraa haasawa jal marroo dirribaa yaroo dhagefadhe baayyen gadee turee hamileen tiyaas bayee nacaphee. Oso nuti tokko taatanii jalalaa fi gabajaan tokkummaa cimsitaani walin jirtan janee isin egaa jiruu, ajajaa ol aanaa wbora yaroon haasawaa akkasi dhagyuu hegeen waraana kenya kana mal tahuuf jiraati jadhetin bayee gadee. Hatau malee garuu amma jal sanyiin wan jal marroon jadhe dubatee san hundaraa erga ani walabaa jadhee dubatee humaa rakko hin qabuu kanafu jal marroon yo ragaa qabatamaa yo qabaate jal sanyiti ha as baasu. Yaron kana jadhu akka diinni dhagayuti soshal media iratti oso hin taanee akkuma aadaa oromoti ykn akka heeraafi seera wbon lafaa kayateeti akuma aboleewaniti wal dhabdee isaani gara keesati fixachuutu irra jiraata jieetin yaada ani akka nama walaala tokoti yaani kiya kanuma.
@DareBeyena
@DareBeyena 2 ай бұрын
@@AbdiiSabaa-l2s ajuuza rabbii gaditti isaan abdatte? Mee dhugaa jedhii? Xiirroftuu wayii offuma posti gotaan offufa comment waal gootu miiti waa hundaafu bullee lalaa yaaefardoota wayyane
@TesfayeAlemayehu-bm9mo
@TesfayeAlemayehu-bm9mo 2 ай бұрын
Karaa keessan bilisummaan dhufu tokkoyyuu hin jiru Dhuguma waa'een qabsoo waan tokkoyyuu isinii hin galle Dura ofii bilisa bahas
@tulluuMediatmn
@tulluuMediatmn 2 ай бұрын
maalif hogganaa waliigaa keessaniiif ajajamuu diduun keessan ummata oromoo qalbii cabsuudhaa dafaatii waliif galaa diinnii nutti gammadaa
@YoomiIaataa
@YoomiIaataa Ай бұрын
Dhugaa qabdu.waggaa afur guutuu isiniif obsame.silaa badii kana hundaa hin geessiftan ture.addaggee safuu hin qabdu.
@MoataGudeta
@MoataGudeta 2 ай бұрын
Namni aangoo barbaadu eenyu waliinu walii hin galu duras hojiin marroo aangoodha malee bilisummmaa miti
@MulugetaDanno-uq5ef
@MulugetaDanno-uq5ef Ай бұрын
Dhiisi jasl sanyi maqaa namaa hin xureessin. Qabsoo keessaatti namni hinuma walitti bu'a. Ammaanuu icitii qabsoo yoo akkanatti kan gad guurtu attamiin icitii hoggansaa eeguu dandeessa. Rakkoo qabsoo kana furaatii waliin deemaan.
@dagnenateabana8501
@dagnenateabana8501 2 ай бұрын
kun badii guddadha ummata oromoof
@BonjaGenbejo
@BonjaGenbejo 2 ай бұрын
Yaadni kuni akka yaadaatti dhugaadhas, sirriidhas! Garuu warrii ni-qabsoofna jedhu, keessattuu warrii Marroo jala fiigu kuni maaliif Oromoo fixu kuni maalirraa madde? Kaayyoon Marroo fi fakkaattotasaa kuni Oromoo fi qabeenyasaa balleessuudha moo dhuguma qasaa'aafii jira?
@ambesejena886
@ambesejena886 2 ай бұрын
Kana jettanii midiyaa irrtti dubbachuun keessan hanga dandeettii fi beekumsa keessanii waan agarsiisuuf oduu keessaniif abarsa malee eebba hinqabdani.
@tesfayejata3529
@tesfayejata3529 2 ай бұрын
Kuni oloola waliratii oloolun garii mitii sirrefachuu wayya
@OromoOromiyaa-t6l
@OromoOromiyaa-t6l 2 ай бұрын
qoqodamuu qabuu jallaan najala jiradhaa
@HilifMathewos
@HilifMathewos 2 ай бұрын
walitti buhinsi gidduu keessan jiru uummata oromoo bakka hin buhu. shawwaa fi wallaggaan tokko sababa keessaniif gargar hin baanu. isin dheebuu Aangoo qabdu waan taheef Achumatti fixadhaa. utuuma carraa argattanii oromiyaa bulchitanii silaa yoona oromiyaa bakka 100tti baastu ture. "waa beekaaf bofa miilla dhowwate" jedhama mitiire. buddeen nama quubsuu eeleerratti beeku. Atis yoo dhugaa qabaattee viidiyoo dhaan as bahii dhugaa jirtu dubbadhu. sababnisaa dubbiin ijaan galti jedhama mitiiree.
@tulluuMediatmn
@tulluuMediatmn 2 ай бұрын
jaal sanyii abo wbo irraa qoodamtee jirta
@tsegabanjaw8084
@tsegabanjaw8084 2 ай бұрын
baga qoodame, oromootti harka kennatee karaa nagaa qabsaa'uu qaba!
@NatnaelTamiru-o7u
@NatnaelTamiru-o7u 2 ай бұрын
Wal dhabdee dhunfafi jetani jaaleen Wal hin nyachisiina
@AhmedRezikAbdela
@AhmedRezikAbdela 2 ай бұрын
Atii malif hin ajajjamtu ajaja olanadha malif hinafta ganduma sumatu fide amma hoga hasoftu ganduman si kessaa mulata kanafu sirahi yo qabson oroomo galama haagahu jetan ango dhufaa boda fudhata ammaf isuman osoo ajajjamte garidhaa taha isiinifis umaatafis kesahu isnif garidhaa umaatar nutii durmayu baree gabrumaa nuf taha yo nuf taes kanafu irraa caala isin fayada
@OromiyaaKiyyaa
@OromiyaaKiyyaa 2 ай бұрын
Dhugaa jiru dha kun
@OromoOromiyaa-t6l
@OromoOromiyaa-t6l 2 ай бұрын
Jallaan ko qaqali midyaa gubaa malif Wal fidan
@የሁሉኢትዮጵያውያንወዳጆች
@የሁሉኢትዮጵያውያንወዳጆች 2 ай бұрын
Waaqayyo gooftichi saba Oromootiif akka faradu, arma illee faradaa akka jiru ani nan amana.
@DhugaaOromo
@DhugaaOromo 2 ай бұрын
Otuma walitti bu'uu baattaniiyyuu ani qabsoo waraanaa kana irraa garaa kutadheera. Biddeena nama quubsu eeleerratti beeku. Abbaan irree barcuuma wal jijiireef bilisummaan dhufu hinjiru. Yoo dhuguma Oromia jaalattan daangaa Oromia deemaa lolaa. Yookan Faannoon dhuftee Oromia haa "bilisoomsitu". J/ Marroon lolli Wallaggaa xumuramnaan moo Faannoon aryaannaan jiddu galeessatti waraana boobbaasuu murteesse?
@DareBeyena
@DareBeyena 2 ай бұрын
Kkkkkkkkkkk jaal marron sabaa isaa keessa jiraa atti ammo ganda sabaa kee Keessa ta'uu hin qabdu shororikeessite waan innii fedhuu godhudha atti hojiin kee
@husenbultum3799
@husenbultum3799 2 ай бұрын
Gonnii gotuma
@AbdiiSabaa-l2s
@AbdiiSabaa-l2s 2 ай бұрын
Ani jal marroo fi jal sanyiis ija walqixatinin laala isan lachuu bayyeen jaaladha walahi.
@HamdiZiyad-jf5rg
@HamdiZiyad-jf5rg Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Injifannoo waraana Adda Bilisummaa Oromoo itti dhiyaadhaa
8:55
黑的奸计得逞 #古风
00:24
Black and white double fury
Рет қаралды 30 МЛН
ROSÉ & Bruno Mars - APT. (Official Music Video)
02:54
ROSÉ
Рет қаралды 261 МЛН
Will A Basketball Boat Hold My Weight?
00:30
MrBeast
Рет қаралды 141 МЛН
🕊️Valera🕊️
00:34
DO$HIK
Рет қаралды 19 МЛН
August 1, 2024
3:52
Solomon Derese
Рет қаралды 18 М.
Ajjeechaa Jaal Batte ilaalchisee haasaa Jaal Marroo.
35:09
Oro News Media
Рет қаралды 96 М.
黑的奸计得逞 #古风
00:24
Black and white double fury
Рет қаралды 30 МЛН