kel kiyya wallaayi hedduu galatomii galanni si xiqqaata hundaafu hamtuun sin arkin gaariin sin Dabrin jabaadhu itti nuuf fufi
@latifikadu40632 жыл бұрын
Kilo jabadhuu itii fayadamneraa thank you
@tulikkaabayyanaa5432 жыл бұрын
Please nuuf ariifadhaakaa economics chapter Four and five sin Eegaa jirraa miiddituu keessa ba,a waan ta,eef afaan amareeffaan yogguu barannu nuu galuu didee kel tube qaroo barattoota oromoo
@tulikkaabayyanaa5432 жыл бұрын
Barnoota keessan hundasarraa fayyadamoo taaneerra baayyee nu gala toomaa ammas Economics chapter 4fi6 dafaatii nu fadhiisaa miiddii achi keessa waan fudhannuuf sin Eeggachaa jirraa
@GaddiisaAbdalla Жыл бұрын
Thank yuo very much my brother
@michastar32452 жыл бұрын
Jabbadhaa bayye'ee nu gargaartanii ammas osoo dandahamee guyyaa 1-2 keessatti anthropology nuuf dalgdanii baayye.e nutti tola bro
@nebilesakomedia62832 жыл бұрын
Kale wow ibsi atii gotuu halan bareda economics unit 3 irra kasi hanga 6ha nu gadhisa si eggana jabbadhu dalagan te baredudha itti fufi habibi ko
@daseahamad2352 жыл бұрын
geography silaa nuuf eegalte Das naja,a
@abduforwhom50762 жыл бұрын
Heedduu takka galatoomi falmataa(kalkaay) keenya amma psychology kana chapter 2 perception kan jedhu keesaaa citee waan jiruuf kanarratti yeroo kee hin qisaasinii kan biraa nuuf hojjedhun siin jedha yoon si mufachiises dhiifama.
@havializ56752 жыл бұрын
Baaye gaaridha heddu nu gargaarte gltm brother love ...garu global chapter 2 fi 3 nuuf dalagi pls pls
@HussienMohammedBank-nm3lz Жыл бұрын
Nuf jiraadhu bayye bayye nu gargara jira
@merkosedosa54482 жыл бұрын
baayee nutti toltu dhuguma kun lammi ofiif yaaduudha baayee galatoomaa.