Waaqayyo ammayyuu Ayaana kana caaluu dachan sirratti haa baayi'isuu!!
@AshuGashaw3 ай бұрын
Wow ምን አይነት ድንቅ መዝሙር ነው ተባረኪ ፈዩ ኑፍ ጂራdhu 🔥❤🙌
@singerfeyineaboma10773 ай бұрын
Amen🥰🙏
@etichalamessa2 ай бұрын
Waaqayyo akkam si jaallata laataa? Ati isaaf taatee jirta! Quxusuu keenya taatus gaafa dhalattee kaastee sagalee waaqayyo lallabaa guddatte! Really, you are my role model! Much appreciated and respect! I thank to Christ Jesus about you and your success 🙏
@ayyaanaatkmooyaa2 ай бұрын
Eebbifami. Faarfannaa kanaan Baay'een Eebbifame.
@paulosgemechu88472 ай бұрын
Much respect...faarffaannaa akkanaa dhaga'uu akkam akka hawwaa turre unuuf waaqatu beeka, Waaqayyoo bara kee yaa eebbisuu..!
@gaddhm377224 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉Waaqayyoo Guddaadha!!!! Eebbifamaa
@BikilaMichaelАй бұрын
Ooh waaqayyoo bara keessan haa ebbisu baayyen Ebbifame farfannan kanaan
Yesus immo karichi dhugaan jireenyis ana jedhe Ameen. Eebbifami
@brightfuture-bz7rz3 ай бұрын
Waaqayyoo jireenya kee Eebba hin Guuneen yaa guutu👌👌
@temesgenmulatu873423 күн бұрын
may God bless you its so stunning really keep shining !!! isan olittimmo hiriyootako bayye jalaadhu video clip kanarratti waan argeef baayye gammadeera.
Guddaa dha ati Yesuusko ❤ Eebbifami Faya !farfannaa dinqiidha kun! ❤❤❤
@OlifoKena3 ай бұрын
Woow, what an amazing song!!! This heavenly song carries such a powerfull message, and the presence of the Holy sprit is felt in every note.God Bless U, my sister Faayaaa❤❤❤❤❤