Yaa hadha sabbontu ati hadha ilmaniti me jireenya nama kessa mal gotta ati rabbi hin sodaattu ilmaankerra nagan jirachu hin feene ati garuu subahanallah rabbi si ha qajeelchu
@JamilaHaHaajii13 күн бұрын
Futtee Hin Futtuu dhiftee Hin dhiftuu Marttee Birra Tetta Dubarttiin Akkan Hin Fettuu dhisii Ha Demtuu Karaan Duda Lukuu Siifi Ha Tuu Gadisee❤😢
@ArgashArgash-k7c13 күн бұрын
Dhugaa jetee fudhee hadhaa mana hin godhatuu maali irraa futii 😢😂
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔Yamani keessatii musiibatu bu'e mo sila subhaanallah Haati sabbontulee sharii qabdi Allahuallam garuu😢😢Abdi umnata kana iraa fagaadhu hin Amaniin si galaafachuuf ummani
@Hail-om7xh13 күн бұрын
Maali gaaddiseen maal keeti yoo baate maali
@A13Gbe13 күн бұрын
Dhugaa haatii sabbontu tuni likkii hin jirtuu namitti hin maratee
Abdii umata kana iraa fagadhu wly ati miskin namati umata kana iraa fagadhu😢😢
@diniyasiqa920713 күн бұрын
nadhoo harargee tunii wallahii xiqomalee kabajaa hi qabduu
@Hanii42213 күн бұрын
Arsii bee ishi 😂
@naemh948013 күн бұрын
nadhoo Haragee tunii wallahii xiqomalee kabajaa hin qabduu Balagee
@IbsituRamadan-rm1te12 күн бұрын
Us diqalaa hadha kee maltu harargee sii gesee
@IbsituRamadan-rm1te12 күн бұрын
Us diqalaa hadha kee maltu harargee sii gesee
@WorqeEdasaa13 күн бұрын
Abdiin daffii sabontuu nikaa godhuu😂😂😂😂😂😂
@Kd123Kd-dh7tk13 күн бұрын
Haa baachiiftu maaltu si rakkiseree ati Abdiin
@kadijaTub-t6h13 күн бұрын
Maa ijollee isii tetee hin gudifanee qoyii hatii sabontuu
@zahraaman221513 күн бұрын
Wly abdii ati miskina wly rabbii si haa eguu maalee gaaraa na nyate wly ati dhala mana sani galani kabaja si walin jiratan Oso kaa akka keetii kana argatani maltu bade rabbii jedhii mucati sani dhisii taa biraa fudhii
@a-bm7zb13 күн бұрын
Subahanala 😮😮
@kooketi732613 күн бұрын
Haati saabontu Kuun maal goodhete teese ilmaan guudifachu hiwoyufi 😢😢😢
@hodabaayoun596013 күн бұрын
Xumaraa hin ga a kana raa nama isnifii ilalluu dhabduuu
@JamalmariaJamal13 күн бұрын
Bagaa rabbii sii salpisee
@aantuukamal418113 күн бұрын
Namitiin tuun akka nama gudda hiin goodhatuu os rabbiin abbaa sabontuu san dafee fiide jarsuman yo arge mal jeedhan
@NajaatJimmaa13 күн бұрын
Jaartii hajii haaraa sanas baasi 😂😂😂😂😂
@abdulelahashailyAshaily9 күн бұрын
Dhirsumaan issiitu mal jedhaan tana namitii mujirimaa waraa arargeeti essaan qaraa ilmaan waraa baleeti dhalteele akkumaa kee godhartaa
Subahanallaha 😂😂hatunu gafa hate dhirumadha gafa qabamamte Yaka😂 Hatii sabontu gadiisen hiriya isiti mo😂😂gadiise biran dhufa jetii😂qabamiite mo qabamiite
@HaniiAhmad-fu8ke13 күн бұрын
Anii ka jedhuu Gaadiseen tun maatii hin qabduu mo subahanallah hintalaa gataa taatee😂😂😂😂😂😂😂😂😂Abdii atii maf dhoogitaa qoy haa demtuu🏃😂😂😂😂😂Konkaa waahii shaamaraa dhabdee mo ficaan isin sii obaftee sanii😢😢😢😢😢😢😢😢
@AmlaRam-b2k13 күн бұрын
Jarttin hin maratee moo yaa rabbii Maa galgalaa keessaa of fokisiftti kun😮😮😮😮😮😮