Saboontuu enyuutu Ukkamee? Dhugaa waan bayyee gara nama nyaatuu abdi malif salphiisan?ni dirqisisee?

  Рет қаралды 21,604

YAYA hope

YAYA hope

Күн бұрын

Пікірлер: 602
@EdasoGanamo
@EdasoGanamo 28 күн бұрын
Sabontuu attii boruu waan guddatuu si egataa waan hatii tee maratuun hojjatuu hin hojjatiin
@UmuuRahiiSai.d
@UmuuRahiiSai.d 9 күн бұрын
Namitinii akkami jirtii Aranii lafaa iraa demetii ta.a Funanii Muraa dullatii badii Rabbinii si ha balessuu ufeeeeeee Abdii miskinaa ko wly nufii jiradhuu ❤❤❤❤❤❤
@UmuuRahiiSai.d
@UmuuRahiiSai.d 9 күн бұрын
Sifii dhaltuu kelee Abamaa isinii ha godhuu Rabbinii kololee kololee hadhaa fi italilee shaleewanii kunii hadhaa fi wolii iraa dhiraa soqqaa demanii 😢😢😢😢😢😢😢 Afanii funyanii isinii ha dachatuu ishallaha
@AmirAbdullah-t1e
@AmirAbdullah-t1e 28 күн бұрын
Wayyii abdii waanta Kan keessa Yoo hin baanee attii Nama mittii Kan booda jiruu kee fayyaadhan jiradhuu obboolesa kiyyaa
@sifan27
@sifan27 29 күн бұрын
Yaa Abdii ofiraa bassiii manaa ketii Gadisee ballaa sitii fiddaa jirtii 😢😢😢😢 jartiii dulattii tunuu ballaa sitii bussii
@AlmazAraggaa-k1q
@AlmazAraggaa-k1q 27 күн бұрын
Rabbiin ishee dha hin sifessiin dhugaa birrii barabadaa detii isheen 😢😢😢 misikin Addiin 😢😢😢
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii 29 күн бұрын
Hadhaa Sabontuu Qalbii Nama Cabsuun Mafi Sii Barbachisee Wlh Abdiin Miskiin❤😢
@SawdaNasir-t2k
@SawdaNasir-t2k 28 күн бұрын
😢😢 mal kun
@SawdaNasir-t2k
@SawdaNasir-t2k 28 күн бұрын
Mal raga male hin dhamta
@Nawi-or8is
@Nawi-or8is 28 күн бұрын
Subanallaa malikuni hadhafii hintalii balagenii
@mim8dami
@mim8dami 29 күн бұрын
Anaa najibisisitee namitin tu n😢😢
@habibatolola76
@habibatolola76 13 күн бұрын
Subahaanaallaa Abdii misikin
@dubaidubai8660
@dubaidubai8660 29 күн бұрын
uuuuuuufffffff hojii nyaadhu wallaahi dhugaan se'e rabbiin isin haa qajeelsu hunda keessanuu hedduun Aaree ture dura
@Foziyashashe
@Foziyashashe 29 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 Garaa Lafama Kee Abdii Baye Sii midhaa Jiraa eeee miskina 😢😢😢
@EbrahimHassen-i9q
@EbrahimHassen-i9q 29 күн бұрын
Subanalhaa Subanalhaa abdii manaa jijiradhuu beruaa sanii jalaa😢😢😢😢😢
@AsAz-e1r
@AsAz-e1r 28 күн бұрын
Misikinaa wolayii abdii garaa naa nyatee❤❤😢
@SilaJan-d3q
@SilaJan-d3q 29 күн бұрын
Inshaa allah rabbin ilmoo tee hirri issi haa qabuu wlh akkati garaan naa gubatee😢😢😢😢
@user-muusaatubionno
@user-muusaatubionno 28 күн бұрын
Dhuga ketii Abdi ee misikina ❤❤❤❤❤
@EdasoGanamo
@EdasoGanamo 28 күн бұрын
Yaa rabbii attii dhugaa taan basii
@NajaatAbdullay
@NajaatAbdullay 21 күн бұрын
Saboontu ati qaali ummateti hin godhin gana nama xiqqadha❤
@UmuufalmatuuUmuufalmatuu
@UmuufalmatuuUmuufalmatuu 29 күн бұрын
Subanallah ummataa saree kana gubbatotaa hadhaa intaalan
@Djrjfosk2pwoSo3jgjwh1jff
@Djrjfosk2pwoSo3jgjwh1jff 13 күн бұрын
Naamitin fayya qabdii tun akamiti intaala dubraa dhuraa birati gali achi tai hiciti bari jechun maali sabbontu atii waan garirati degari sani achii hin maratina aka dubartiti uf kabajii jiraadha 😢😢
@ifnaanjibril4440
@ifnaanjibril4440 28 күн бұрын
Astgfurullah rifuuatu Abdin 😢rifate haayii!!! Harkuman Nadhin mana isaa keessa dhuftee isumatti gara galti!? maal jech????? hagaa si argatte #Abdi 😢 Abdi miskiina ko😢
@MaryamOsm
@MaryamOsm 9 күн бұрын
Wayoo miskiina abdii biyaa sanii bahii maloo jiraachuu yoo barabadee
@hxhdhshh8277
@hxhdhshh8277 29 күн бұрын
Yaa abdii maluma. atii garuu wolahi bayene.sihorodofaa garuu malifi. Namani akan siti tabata Mali qalbbi godhuu firankin dubartin siti tabatuu kun bayee nadhibee. Manuma kedhufani siti siti tabatan wayyi
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii 29 күн бұрын
Miskiin Abdiin Wollaahi Garra Naa Nyattee❤😢
@FeyisalAmin-u9y
@FeyisalAmin-u9y 29 күн бұрын
Nasuu ardhaa isaa nasitee tana Rabbii ilmoo tetiin sif haabebisuu insha allaah musibaa hin taanee sittii habusuu yaa Rabbii itti busii 😢😢😢😢😢😢😢😢
@Giiftiiwarramantiinaa
@Giiftiiwarramantiinaa 28 күн бұрын
Hin maraatte mo ati
@ashaaoromo7883
@ashaaoromo7883 28 күн бұрын
Auuzuubiilh minaashe xaniiraajiim😢
@rahmadamaa-td5ro
@rahmadamaa-td5ro 29 күн бұрын
Waliy hadhaa sabontu rabbii sii hin dhisui waliiy attii maalii😭😭😭😭😭😭😭😭😭abiin miskinaa
@Xhjcgj
@Xhjcgj 29 күн бұрын
Ani osoon abdi ta,ee sabontumaa tanan dhabamaan godhaa dhugaa rabi
@FawzeiahMohammad
@FawzeiahMohammad 29 күн бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuf 😭😭😭😭😭 Yoo dhugaa tayee rabin isin hin dhisu wly Abdi mikina wly 😢😢😢😢😢😢
@FeyisalAmin-u9y
@FeyisalAmin-u9y 29 күн бұрын
Yaa Rabbii maali dhageenaa hadhaa sabbontu ati shiraa xaaxuu maalif demaataa musibaa hin taannee sitti habusuu insha allaah yaa hadhaa sabbontu hin maratee moo maali sare kara itti ufiraa hitu dhabdee iltaalaa tee ajaibaa kuni😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@habibatolola76
@habibatolola76 13 күн бұрын
uuuuuuuff micaa kunii bayee misikin 😭😭😭😭😭
@hodabaayoun5960
@hodabaayoun5960 29 күн бұрын
Ilamaa dhiraa hin chiikanaanii belese atisii ilama dhiraa toko qabada bara
@Amina-h4m3p
@Amina-h4m3p 29 күн бұрын
Hadhaa.sabotuu.duraa..si.jaldhaa.amaa.si.jibee.wly.ilmoo.oddoo.ilmoo.qabduu.ilmoo.namaa.akanaa.gotaa.abdii.miskinaa.wlyii❤️❤️
@FeyisalAmin-u9y
@FeyisalAmin-u9y 29 күн бұрын
Uuuuuuuuu dhugaa se'ee ba'ee Rifaadhee walahi galatomi Alhadulillaah❤❤❤❤❤❤❤❤
@SumeeJimmaa
@SumeeJimmaa 29 күн бұрын
Yaa abdii qaallittiin kan kuni yaa abdi qaallittiin kun laatte hin tolle dhugaa rabbii siiriidhaan dandi qaallittiin kun barii mana keetiitiin dhiyeessii yaa abdii siiriidhaan deemtically seeriidhaan deemti yaa abdii of eeggadhu of eeggadhu si dhamaatanii deemuu dandayanis hidhamaasanii si dhamaasanii si'atuu danda'anii yaa abdii si dhamaasanii si'atuu danda'anii yaa abdii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@SamiraObse
@SamiraObse 15 күн бұрын
Wlh guyyaa tokko kometii namaa garaa anaa hin nyanee wlh abdii gara naanyatee😢😢😢😢😢😢
@dhgdkhkdhhdhgdkhjdh7174
@dhgdkhkdhhdhgdkhjdh7174 29 күн бұрын
Sillaa fayyaa qabdaa inttaloo rabbiin dhabbamaa sii haa godhuu
@Dghh-i6b
@Dghh-i6b 27 күн бұрын
Tanna ofmtu uffira fagessi rabbin si haa bassu abbo kanin kessa atti bakka dhira oli dubartti kessa fagadhu tun namittin ammale itti haa debissani affani issirra haa cuqalani hadha fi ittalale Isha allh ummata uffi dhabba😢
@Makkiqashitioro
@Makkiqashitioro 28 күн бұрын
kanafu hadha lali intalla fudhi jedhaa oromo yoo mamaku hati badu ilmo balleessiti taa akka hadha sabontuu jartii galagalan badee ati hadha sabontu wori hasawaa ishee jibitan like naa godha plase 😢😢 abdi abshir😢
@MmMm-up8yt
@MmMm-up8yt 29 күн бұрын
Abdii Atii mal godhuuf sabontuu manaa ketitii galchitee sabontuun manaa dhabdee mo hatii sabontuu balagedhaa😢😢😢😢😢
@TaslimaM-c9f
@TaslimaM-c9f 29 күн бұрын
Abdi Hin galchine ufi achi buli jedhe erge jetti haati ajaiba ka mana dhiirati ergan
@MuneeraMuneera-tm6nh
@MuneeraMuneera-tm6nh 29 күн бұрын
yaa hadha sabotuu raabbii sii ume sodhadhu akkaana qalbi nama cabsuu gaarii mitii ani heduu sii jallaadhaa heduu kaabajaa waani taheene siraatii arguu fedhuu waan tahane hojatini raabbii jedhe dhisii an kaanumaa jedha qalbi nama cabsuu gaarii jiruun duniyaa kuni gababadhuu isiinu arda ashi demna tahe boruu ashi demna tahe benuu waan hojatini please😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@AeshaHagi
@AeshaHagi 29 күн бұрын
Aboo qabrii sii haa nyattu hadha sabbonttu inshallah
@makkiaagmayaa
@makkiaagmayaa 29 күн бұрын
Manaa Sanii Jijiradhuu ,Abdiii😢😢😢Wly Namitiin Budaa ,Rabbiin Shiraa Sittii Haa Xaxuu Subanllaah😢😢
@WerkneshBeda
@WerkneshBeda 29 күн бұрын
Wayoo wayoo dubii maa barabadii hati sobtuu tunii malif akana garuu
@Someya-hp6pf
@Someya-hp6pf 29 күн бұрын
Sabbontuu ❤❤❤❤Abdii ❤❤❤
@FssgFssgs
@FssgFssgs 28 күн бұрын
Wly osoo na tatee wanii kunii dhuguuma osoo tatee Abdii Ana taheee wanumaa hadhaa sabontuu jadhaan kaana Afaan sii walitii cabsaa dhugaa na tahiin Abdii pp😊
@KariimaaShasefuu
@KariimaaShasefuu 28 күн бұрын
Subhaan Allaah 😢😢 mal umani akana argaa kesani umata yamani kana
@iluutube6835
@iluutube6835 27 күн бұрын
haadha sabboontu cubbuu intala ketti hin fidin sabboontun dayima bor gara fulduraatti waan guddaatu ishii ega
@gddg5806
@gddg5806 26 күн бұрын
badaa hadhaa saabontuu atti balaa hini quftuu aauuzzbillaahi minaa sheyxaani raajjim maali ati hati nama waani garii yaadi innaa lillaahi waa innaa illeeyhi raajj'unni subahnaa allh osso duriyeeni ulfesee maaltu siirraa fudhaa yokaaa itti gurgurii yokaa ilmo teee adabani maana keee jiraachistu aauuzzubillaahi minaa sheyxaani raajim
@amanemamamanemam9542
@amanemamamanemam9542 28 күн бұрын
Wly hati sabotuu rako cimaa qabdii jirenyaa nama balesuu demtii subanallaa
@FoziyaTube-x1h
@FoziyaTube-x1h 29 күн бұрын
Maati naa tahaa❤rabbin waan isin yaaddan rabbi isinii haa tahu❤😢❤
@sabontuoromo6711
@sabontuoromo6711 28 күн бұрын
uuuuuuuffffff nadhoon dhugumani abaramatudhaa 😭😭😭😭yaa Abdii nadheni irraa fagadhu ofii in salpisinii
@dubaidubai8660
@dubaidubai8660 29 күн бұрын
yoo dubbiin kun dhugaadha ta'e yaa sabboontu ati nama ol deemuu dubbii oliif gadi hin oofiin ati ganaa nama ol deemuu rabbii sii haa qajeelsu
@Hamdiyaorotu
@Hamdiyaorotu 28 күн бұрын
Subahana Allh hadhaa sabontuu rabii sodadhu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@dubaidubai8660
@dubaidubai8660 29 күн бұрын
Astogfurullaah yaa rabbii nu sattari maali dubbii xaxuun namni guddaas fayyuuma ofiin dubbii qottee ofumaaf kissii itti banataa yaa rabbii ati ilaalii maaloo rabbiin sodaadhu haadha saboontuu sila maaliif ergite ammamoo maaliif dubbii irratti barbaadda ???? rabbii sii haa qajeelsu in shaa allaah 😢😢😢😢
@HawwiiTub
@HawwiiTub 29 күн бұрын
Miskin Abdii😢😢😢😢Dhisii hadha sabontuu rabbii sii dhisuu abdii gadisee basii wal gadisee balaa siti fidaa jiraa mana istii akana gotaa
@JamilaKediro
@JamilaKediro 29 күн бұрын
Namiti dulati tanaa ufiraa dhogii Abdii
@YazRoom
@YazRoom 27 күн бұрын
Abdii garaa Lafuumaa keetii kannaa siiti fiidee😢😢😢😢
@ArgashArgash-k7c
@ArgashArgash-k7c 29 күн бұрын
Maalif shiraa waali irraati yaduu abdiin maalii isiin godhee mee Abdii mana jijiradhuu jarrii kun marataniruu gadises of irraa basii 😢😢😢😢
@ShemsiyaHajjii
@ShemsiyaHajjii 29 күн бұрын
Ani kaa jedhu hati ilmoo wani Garii barsifti jenani hati tuni mucati tana cubu barsifiti
@AaishaaSiraaj
@AaishaaSiraaj 29 күн бұрын
Subana allah ati rakko qabda maalif achii bulchiita ajabba ufii feette mii😂😂😂😂
@Semirayoutube-d1o
@Semirayoutube-d1o 29 күн бұрын
Uuufff abdi bayee garaa naa nyaate galii biyaa sani kesaa❤❤❤❤abdi
@MaryamOsm
@MaryamOsm 9 күн бұрын
Dubaartii biyya sanii maraatee
@SaratouHusentou
@SaratouHusentou 26 күн бұрын
hadhaa sanbontu atti malif manaa namaa demte ofumaa dubii hin soqin osoo waan fedhan si godhaniti namni sif dubatu hin jiruu
@JamilaAliyi-d9y
@JamilaAliyi-d9y 28 күн бұрын
Haadha sanbootuu ani dura nama gaarii si se,ee amma rabbi afaan kee haa ukkamsu saree
@abdusalammahamad2529
@abdusalammahamad2529 3 күн бұрын
Husubilaa hadhafii ilmoni kijibdanii
@Dinagdee
@Dinagdee 29 күн бұрын
Naraa fuudha jeechudha moo waan isaa akkam ofii, Abdii irraa goraa abboo jartii tuni baranaa malumaa ta'aa jirtii laata, Saboontuu tuni immo dhirra moo kan haadha biraa batee manaa dhirra bultuu, gaafi tokko balbalaa isaa jalaati waa dubidee abboo Waaqayyoo fayyaa siif haa kennuu ilmaa dhirraa irraa goraa gooshi
@Abdelkaderbakar
@Abdelkaderbakar 28 күн бұрын
Rabiin obsaa imaa siif kenee wlh osoo anii tatee ijaa balesaa
@MesraMohammed
@MesraMohammed 28 күн бұрын
Adde8ii😊
@nayiitube626
@nayiitube626 28 күн бұрын
Hadhaa Sabbontu madhaa dalagan akkan Wly dogogoraa gudaa dalagadee Safuu Rabbin sodadhuu wan akkan abdirati in dalagin 😢😢😢😢😢
@SamiraObse
@SamiraObse 15 күн бұрын
Subballah 😢😢😢
@BakaniBakani-n6h
@BakaniBakani-n6h 28 күн бұрын
Rabii arsraa sinifaa godhuu mal dubbii ittii debiftuu ofii manaa namaa dhuftee dhugaa siniraa hin bareduu
@GadiseMamo
@GadiseMamo 27 күн бұрын
Abdin bayyee namaa garidhaa😢❤❤❤
@MasaratKuma
@MasaratKuma 28 күн бұрын
Hatii saaboontuu siirii in goonee Sabontuu Atiilee siirii miitii 💔💔😭😭
@FayzaA-x2w
@FayzaA-x2w 21 күн бұрын
Rabbii isin haa dhisu Abdi misikinaa akkana gotaa 😂😂😂
@romatube963
@romatube963 28 күн бұрын
Subhanallaa yaa rabbii nu satarii miskini Itti tabatii Italia gana hiree egatii waatatuu hin betuu hamatuu namartii hin dallaganii 🤔🤔🥔🥔
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 29 күн бұрын
Subahan allhaa kunii malii namitin 🤔🤔🤔
@FdfJfdc
@FdfJfdc 21 күн бұрын
yaa abdii atti numaa gowadhaa wlyii
@BontuuTube-t1n
@BontuuTube-t1n 29 күн бұрын
Dhugaa Dubachuuf Haattii Sabbontuu Karara Ka atetii Rabin Si Haa Qajelchuu 😢😢😢😢😢
@GadiseMamo
@GadiseMamo 27 күн бұрын
Kkkkkk yaa hojii keessaan eeee abdin miskinaa 😂😂😂😂bayyen kolfee Dhugaa waqayyooo
@rehima5468
@rehima5468 29 күн бұрын
as wr wb jirtu rabbii sodadhuu 😭😭😭😭
@Abdelkaderbakar
@Abdelkaderbakar 28 күн бұрын
Abboo dultii rabiin baala sitii haa busuu
@Adamum1
@Adamum1 29 күн бұрын
Magan abdii jartin binese tuni Rabin ruhi ishi ha basuu😢😢😢
@GhjLkx
@GhjLkx 17 күн бұрын
Dulatii Faraduu Rabii Siyadara uu😮😮😮😮😮
@KarimaObsituwahunda
@KarimaObsituwahunda 29 күн бұрын
Manaa jijiradhuu Abdii
@BadryaAbdullah
@BadryaAbdullah 29 күн бұрын
😅😅
@zeynabaaoro2676
@zeynabaaoro2676 28 күн бұрын
Haadha sabontu dhugaa rabbii of kabaje Dangaa da Rte jirtaa
@Gd-iv8ef
@Gd-iv8ef 28 күн бұрын
shamaa atii manaa issatii malii gotaa baraagee tishii
@ZainaZaina-i6i
@ZainaZaina-i6i 27 күн бұрын
Lebbidotaa hadha fi ittalani
@ashaaoromo7883
@ashaaoromo7883 28 күн бұрын
Rabbiin namiiti sare tana qolu inshaalh
@SafiyaaFayisaa
@SafiyaaFayisaa 29 күн бұрын
Abdii garaa lafumaa kee heduu sii midhaa jiraa wolahii 😢😢😢😢😢😢😢
@BLArsenal-b9e
@BLArsenal-b9e 29 күн бұрын
Wly hadhaa sabontu tana dura nama garii wayii sehe😢
@EbrahimHassen-i9q
@EbrahimHassen-i9q 29 күн бұрын
Abdii Gadisee sanifi hadhaa sabotuu fi sabotuu ufiraa fagesii gadisenii firaa fakatee sii nyatii😢😢😢😢😢😢
@خديجةيوسفانور
@خديجةيوسفانور 24 күн бұрын
Hadhumafi dhaledhaan marataan walahi 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂jari fayaa hin qabani mal abdiraa barbadan 😳😳🙄🙄😡😡😡😡😡
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 28 күн бұрын
Saboontuu baalage wahi Dhamaatuu🧐😳😳😳haadhafi ilmoo baalagee wahii
@Saad-c6d5v
@Saad-c6d5v 29 күн бұрын
Lakoi watii akanakunii sihin basuu malif shiraa akanaa iratii xaxuun malif sibarbachisee😮😮😮😮😮
@fatiyaaarsii4765
@fatiyaaarsii4765 29 күн бұрын
Miskiin abdii amshiir❤❤❤
@jamilamuhammad6300
@jamilamuhammad6300 29 күн бұрын
Namitii.martee Mana.isatitii.ergitee Marata..italafii.hatisii.takama Auzubllayii..🤔🤔🤔..,Abdii❤❤.
@Ormosara
@Ormosara 29 күн бұрын
Mucati dububara mana dhirati ergite hafudhu hedi moo ufi barabade hati sabotu
@Kd123Kd-dh7tk
@Kd123Kd-dh7tk 29 күн бұрын
Subahaanala maal jechuu guyyamaan wal zarafuun maalii😢😢😢
@AeshaHagi
@AeshaHagi 29 күн бұрын
Mati naa taii sistiyye
@sanyiijawwarii6752
@sanyiijawwarii6752 29 күн бұрын
A😢😢😢Abshiir obollsaa koo 😢😢😢😢😢😢
@ObsinaanMilkiidha-j9x
@ObsinaanMilkiidha-j9x 28 күн бұрын
Abdii saboontu fudhii gadisee dhisii❤❤🎉
@Gishehussen
@Gishehussen 14 күн бұрын
Namatii kunii fayyaa qabdii lattaa??nama gorsuu hin qabdu??
@رقيهالرو
@رقيهالرو 28 күн бұрын
Abdii dubbii dubaartii keessaa bahii gadisee fi miyottii ufirraa basii umaani kuni balaa guddaa sitti fidaa jiraanii ofi dhaqabii 😢😢😢
አፍላ ፍቅር 93 - School life /ስኩል ላይፍ/
47:33
Liyu cinema
Рет қаралды 193 М.
Andro, ELMAN, TONI, MONA - Зари (Official Music Video)
2:50
RAAVA MUSIC
Рет қаралды 2 МЛН
Непосредственно Каха: сумка
0:53
К-Media
Рет қаралды 12 МЛН
Xanuun Halis ah oo laga qaado hilibka xoolaha || Dr Bashiir Cali Biixi
16:55
Masjid Xaaji Cali Biixi Gaalkacyo
Рет қаралды 8 М.
"IMIMMAAN...."  Gaggeessaa Art. Isaaq Zeenuu Team Forx fi Hiriyoota isaa
1:15:57
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 131 М.
Diraamaa Jarti badu Haadha gurbaa  akka hojjettu godhatee
38:18
Marru show
Рет қаралды 175 М.
Jaalala Waggaa 11 Bishaan Taate😭😭😭
18:38
Oromia 24
Рет қаралды 55 М.
Andro, ELMAN, TONI, MONA - Зари (Official Music Video)
2:50
RAAVA MUSIC
Рет қаралды 2 МЛН