Caltuu ati hin dhagahii jarasummaa jedhaan seerumitti sif haa fixuu hin shawadamiini adaraa Hajii achii bahee tanan sii ajeessa kanaafuu hin dhagahii😢❤❤❤
@AmiraAp-n6n9 сағат бұрын
Kotu Sabiscirayibe naa godhii lubbuu
@maramesolomon626811 сағат бұрын
Caltuu hin goyomiin seeran fixaadhu hajiin lubbun Sii Baasa jarsumaan Bahee tananaa wan seerii qabe serii siif HAA fixuu waggaa 4sitti xapaxee JIRA esaa turaan yeroos torbee tokko Inni hidhaame esaa bahaan
@MmMm-up8yt10 сағат бұрын
Caltuu hajiin namaa dubii gurbaa kanaa dhagahuu mitii hin shawadamiin😢😢😢❤❤🎉
@AmiraAp-n6n9 сағат бұрын
Kotu Sabiscirayibe naa godhii
@LenseArarsa11 сағат бұрын
Namatti of hin amaniin caaltuu namni baddeetti 😢😢😢😢❤❤❤❤
@AmiraAp-n6n9 сағат бұрын
Kotu Sabiscirayibe naa godhii 🎉🎉🎉
@LenseArarsa9 сағат бұрын
@AmiraAp-n6n tole
@boseapplicant941710 сағат бұрын
hin dhagahiiniif Namnii Sobee Sii shawadaa Waaliin dimiin Qorichaa Waaliin Sii nyachisuu danda,aa hin Basiin Jabaadhuu Caaltuu
@samirattube391310 сағат бұрын
Yaa caaltuu hanga ilmookeefi meeshaakee hunda fudhattuu dubbii nama tokko hin dhagahin gaafa inni simiidhe eessa turan atuu argite nama sii dhaabbatuufi nama hajjiif dhaabbatu garaa jabaadhu kana booda kan inni woggaa meeqa sinyaate ni gaha abadan Jaarsummaa hin eeyyamin
@New-vc7ts10 сағат бұрын
Caltu hin shawadamiin hajjin nama hin dhagahu habibtii dura ilmon ke harka ke ha sentu
@disoosyabi936511 сағат бұрын
Hin dhagayiin hangaa da'imaa kee harkaa gahatutii
@fatumamohammad906411 сағат бұрын
Seerri haa xumuruu of eegi Caaltuu rakkoo biraa irratti of kuffista gurbaan gowwaan sun hidhaa baanaan lubbuu kee si baasa . Hajjiin mataa ulfaata waan hojjatu kamiifuu dantaa hin qabu.of eegi garaa laaftee hiiksistee daa'ima keetis hin argattu kana beeki😢
@Caltuu.Kaliil9 сағат бұрын
❤❤C❤❤c❤❤C❤❤❤❤❤Mashaa Allaha 😘 😘 😘 😘 😘 😘 😘Masha Allah baga jiratee qalii
@Hawwiiadam181410 сағат бұрын
Caaltuu jabduu koo Araara waan jedhamuu hin dhageefatiin dhimma kee serrii qabeera waan taheef seeran fixadhuu manguddumma waan jedhamu hajiif hin tahuu hajjii boru imimmaan sii boochisa mucaa kees meeshaa kees hin argattuu manguddoo tuni homaa isa hin godhanii kanaaf serrii haa xumuruu yoo mucaa fi meeesha kee feete dhaamsa kiyya hajii nii beekta Amala isaa boru yemen kessaa jiraachuuf sii rakkisaa hajjiin hidhaa kana irraa boru yoo manguddoon isa baafte manguddoo tana inuma hin dhageefatuu boru rakkoo guddaa kessaa sheenuuf deemta kanaaf garaa hin laafiin jabadhu seeraan fixadhuu hin dhageefatiin tasuma
@FaaxeeTashite2 сағат бұрын
Caaltuu hin shawadamni maaf nyataa wojiin Caaltuu boda hin gaabita Abdii siraa dhabata jiraa Ishii hin jedhiin
@alialiali24504 сағат бұрын
Jabadhuu caltuu gobazii hin dhagahin serumaa hordofii
@ummuabdallahkajeelatuujann588410 сағат бұрын
Wan harkaa seera senee seeruman haa xumuruu malee jarsumaa hin qebalinii obboleeti tiyya wallahii kuni walalan sii hin dhisuu nama ufirrati hin amaninii bodaa simatuu midhama
@ArgashArgash-k7c10 сағат бұрын
Dhugaa jetee 😢😢😢
@NaemaOromo278 сағат бұрын
Hin dhagayin caltuu waan akkana musibaadhaa hajjiin
@obseeobsee10 сағат бұрын
Jarssuummaa Tole hin jedhiin karaa seeraa xumurii waan hundaa dursaa ilmoo kee seeraan fuudhu sana booda seerii akka goodhe haa goodhu Hajiin nama Gurbaa kana Tole jeedhu mitii
@rehima54686 сағат бұрын
as wr wb jirtu caltuu ko duraa sihi hordofatu ani akuma keetii daa'imaa qabature garuu hadha a tiyaa bira garuu garraani dhalaa naa dadhabee 😭😭daa'imma sunii akka midhanee seeraan gaafdhuu❤❤
Dhugaa jette yaa caaltu namichi sitti qalada Jira kan ar'dha Isa muldhise Kun gaafa hajiin sitti taphaate SI bochisuu San maalif dhufe SI bira hin dhabatiin hamma hajiin hidhamnan odusaa odeessa baktii jedhiin