No video

HIR-KOO KUTAA 36FFAA

  Рет қаралды 290,802

Etv Afaan Oromoo

Etv Afaan Oromoo

Күн бұрын

HIR-KOO KUTAA 36FFAA

Пікірлер: 605
@One-Tanemo
@One-Tanemo 6 ай бұрын
Mee Worri diramaan kun torbanitti yero 2 nuf haata'u jettan' Like dhaan beeksisaa🙏🧑‍💻👍🎙🎙❤😮😊
@user-hl9wq6rk4s
@user-hl9wq6rk4s 6 ай бұрын
Otoo ta'eellee bareedaadha.garuu walii galteen media kana wajjin mallatteessan tarii torbeetti 1qofa ta'uu danda'a
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 6 ай бұрын
👍👍
@King.HSK150
@King.HSK150 6 ай бұрын
👍👍👍😍❤️
@tokkummatub898
@tokkummatub898 6 ай бұрын
3nuf haa tahuu❤❤
@user-ew7em8pg5e
@user-ew7em8pg5e 6 ай бұрын
👍👍👍
@kifleayana7273
@kifleayana7273 6 ай бұрын
Waa’ee iccitii ofii ofumaan qabachuu hedduu bu’aaraa barannee. Nama akka Gamtaa irraa Waaqni nuun haa eegu🙏🏾 Galatoomaa !❤❤❤❤
@batteo9045
@batteo9045 6 ай бұрын
HIR-KOO show should win 🏆 award! couldn't stop laughing ❤❤❤🙏🙏🙏
@user-my1oi9uk9v
@user-my1oi9uk9v 6 ай бұрын
Galatoomaa ❤️❤️❤️ Garuu Torbeetii 2 osoo tehee gariidhaa ❤❤❤
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 6 ай бұрын
👍👍👍
@nugusekasu1384
@nugusekasu1384 6 ай бұрын
Hirkoooooooo bayyeen jalaadha hanga kutaa 1000 osoo itti fufee Nati tola❤❤❤❤❤
@gerahunmelese9947
@gerahunmelese9947 6 ай бұрын
ለመላው የኦርቶዶክስ እና የሙስሊም እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለአብይ እና የረመዳን ፃም በሰላም አድርጋችሁ!!
@zekrauae4915
@zekrauae4915 6 ай бұрын
Kkkkkklkk
@user-xd1we5lq1x
@user-xd1we5lq1x 6 ай бұрын
thankyou galatoomi
@Gadiseetube
@Gadiseetube 6 ай бұрын
AMEN AMEN AMEN bagaa walumanuu nun gahe 😍❤
@dessialiy7600
@dessialiy7600 6 ай бұрын
Namni Akka Koo Dirama kana jaalatu Jira Nuf jiradha hundii Kessan ❤️❤️
@Gazi896
@Gazi896 6 ай бұрын
Hir-Koo means the king 👑of love❤
@BftVgu
@BftVgu 5 ай бұрын
Hiroo
@user-vg5jp8lf2o
@user-vg5jp8lf2o 5 ай бұрын
Torbanitti si'a sadii mitii tokko waraabuun jabaadha
@AnwarAbdii-dg2js
@AnwarAbdii-dg2js 6 ай бұрын
Diraamaa afaan oromo keessaa kan akkaa dirama hirkoo funny na godhee hin jiru😂😂😂😂 boqonnaa sammuu Kootii naaf taheera galatoomaa hundumti keessanuu❤❤😂
@user-si7dh5wv5j
@user-si7dh5wv5j 5 ай бұрын
Anafillee akkasumaa😅😅😅❤❤
@Oupsi-fi1kn
@Oupsi-fi1kn 6 ай бұрын
Bakka hikon jiruu baay'ee manati tola dhugaa ❤❤❤❤❤❤
@firehwetkitaba9189
@firehwetkitaba9189 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@WolooTube
@WolooTube 6 ай бұрын
Tiyyaarraa jaalalli na qabe hirko koo naaf dhiisi 😢 ❤😅
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 6 ай бұрын
😂😂😂
@KeriyaMitiku-pm2ig
@KeriyaMitiku-pm2ig 6 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂
@user-th7dp1xr8o
@user-th7dp1xr8o 6 ай бұрын
😂😂😂
@aberuteressa9024
@aberuteressa9024 6 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😢😢😊
@user-td8ey3jx9t
@user-td8ey3jx9t 5 ай бұрын
NO kani hirkoti tiyyan 😢😁😁 imaketi ati 😁🤗
@wakjiraofficial21
@wakjiraofficial21 6 ай бұрын
Uummanni kiristiyaanaa keessumaa hordoftoonni ortoodoksi tawaahidoo fi uummanni musliimaa Baga sooma qabaa nagaan geessan sooma nagaa nuuf haa godhu!
@user-gk2tc1gs2l
@user-gk2tc1gs2l 6 ай бұрын
Oromoo Koo namatti toltu bagaa nuu dhalattan.hirkoo❤❤😂😂
@Looko347
@Looko347 5 ай бұрын
Leecotaa koo akka isiin jalaadhu❤❤❤❤namni akka koo dirama ijolee kan jalatan like godha
@MirkenaMosisa
@MirkenaMosisa 5 ай бұрын
Hirkoo king of Africa🎉🎉❤
@caaltuuesheetuu5763
@caaltuuesheetuu5763 5 ай бұрын
Yaa hirkoo jiraadhu tiyya Atis urmii dheeradhuuf 😘😘 Yaa Gamtaa hojumtii hin dhumuu maaluma jenna😁😁😁😁
@masaratmana
@masaratmana 6 ай бұрын
Wowo dhugaa baay'ee sin bonee jabadhaa qaxalee waan kenyaa❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@asbdefai
@asbdefai 6 ай бұрын
❤❤❤❤ nuu jiradha ijole kenya❤❤❤walga biya gota ❤
@user-ly1lz2vb1l
@user-ly1lz2vb1l 6 ай бұрын
❤❤❤❤ Naaf bilbilaa woliin hojjeena anis dirama ni hojjedha
@One-Tanemo
@One-Tanemo 6 ай бұрын
Dhugaa dubachuf diramaan akka har'aa na gofalchiise hin jiru''😂😂🎉🎉🎉
@feyisaguteta1
@feyisaguteta1 5 ай бұрын
😂😂😂
@AbushBirhsnu
@AbushBirhsnu 3 ай бұрын
Hirkon bu,abarsa dhala namatti, nuuf jiradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AnaaJamaal
@AnaaJamaal 5 ай бұрын
Dadammaqsaa hir, koo ❤❤❤❤❤end Dadammaqsaa gamtaa ❤❤❤❤end ❤❤❤❤Einisterecter❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂🙏🙏👍👍👍👍💖💖💖💖✨️✨️✨️✨️🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤️❤️💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❣️❣️❣️❣️❣️💔💔💔💝💝💟💟💟❤❤💕💕💕💞💞🩷🩷💯💯💯💯💯💯💯💬💬💬💬💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪jajjabee koo qaqqaali jajjabaadha OK ❤❤❤❤❤
@mullata8150
@mullata8150 5 ай бұрын
Hirkoo iccittii jireenya namaa barsiisaa 🙏👌
@godawajjiitube
@godawajjiitube 6 ай бұрын
Hojii bareedaadha jabaadhu
@RobaChimdesa
@RobaChimdesa 5 ай бұрын
wow You have a natural gift for making people laugh.
@Nimotube12
@Nimotube12 4 ай бұрын
hirkoo comedy REALY I Love IT Keep it up Guys
@ChaltuKebede
@ChaltuKebede 5 ай бұрын
Jabadhuu bayyee namatii tolaa Dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bilisaalemayehu4156
@bilisaalemayehu4156 6 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf diraamaa jiranirraa ammayyaa'aafi muudii qaba
@metiolfirisa945
@metiolfirisa945 6 ай бұрын
Diraamaa qoosaa fakkaatee ergaa guddaa of keessaa qabu. Nuuf jiraadhaa isin jaallanna❤❤❤
@user-hv4qb9gf7h
@user-hv4qb9gf7h 5 ай бұрын
Wooooow Hirko is one of the best oromo Hero
@user-qj9lf5jf6o
@user-qj9lf5jf6o 6 ай бұрын
Galatomma ijjoollee tenyaa nara fagatan malee dhufee isiin wajjiin oola❤
@KaamilHuseen521
@KaamilHuseen521 6 ай бұрын
Dhuga bayye na boharsitan bakka keeka sanatti jabaadhaa
@user-xd1we5lq1x
@user-xd1we5lq1x 6 ай бұрын
❤❤❤
@tarikudeketa4622
@tarikudeketa4622 6 ай бұрын
Partii itii anu ilaaluf akaa ani dhipataru oso naaf hubatani torbaniti si,aa 3 naaf gotuu❤❤❤❤
@DejeneFikadu-wb4rd
@DejeneFikadu-wb4rd 6 ай бұрын
Jabaadhaa baayee hojii keessan jaallanneerra.
@user-wf3hg6xv9c
@user-wf3hg6xv9c 5 ай бұрын
We give oromo drama to Hirko and his team
@muste511
@muste511 6 ай бұрын
First ilaalu ko baaye na gammachise ❤❤❤❤
@MiesoBuli
@MiesoBuli 29 күн бұрын
Guyyaa guyyanisi yoo ta,ee nuttii tola isiin susii nuttii tatanittuu nuuf jjiraadhaa jennaa
@damebest3282
@damebest3282 6 ай бұрын
Ajaiba dhuga❤❤
@dhugaamooadhas4852
@dhugaamooadhas4852 6 ай бұрын
Bayee namatii toltuu garuu osoo torbanitii 2 gotanaa ❤❤❤❤
@user-yv8en8rq2m
@user-yv8en8rq2m 6 ай бұрын
Bayee namatii tolaa dhugaa jabadhaa❤❤❤❤
@hanatu
@hanatu 5 ай бұрын
Warii akakoo vidoo diramaa kanaa jalatani laki xuqaa achumani matii na taa ❤❤❤❤❤❤❤❤😂🎉
@user-ie3fr5gu2z
@user-ie3fr5gu2z 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤😂😂😂😂Bayee Namati toltuu dhugaa jabadhaa
@temesgenegash80
@temesgenegash80 5 ай бұрын
hirkoon namumaa kennaa Artiitif dhalatteedha jabaadhu.!!! kkk...🤣🤣🤣😂
@user-hl9wq6rk4s
@user-hl9wq6rk4s 6 ай бұрын
Wayyoo hojiii gamtaa kan fudhate nan laadhe jedhe kkkkkkkkk wayyooo😂😂😂
@SimbooGl2016
@SimbooGl2016 6 ай бұрын
❤bayyee namatti tola jabaadha hadaraa itti fufaa.
@mohammedaminnagash3715
@mohammedaminnagash3715 6 ай бұрын
Ayii Hirko Guyaa Wolii sirikaa makatee😂😂
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 6 ай бұрын
Woww hirkoo drama baga nagan dhuftan❤❤
@user-xp9tp7hr4d
@user-xp9tp7hr4d 5 ай бұрын
Hirkoon akkam oduu jaallataa! Harkaafi miillaan odeessakaa! Garuu, Waaqoon akkas miti
@Kichuuentertainment
@Kichuuentertainment 5 ай бұрын
Hojii dhugumatti hawwatamaafi barsiisaadha waxxi jeneration jabaadhaa
@user-nf6lj5np1h
@user-nf6lj5np1h 5 ай бұрын
Karaa Amboo Fi wallisoo guyyaa lamaaf cufaa qeerroon Achi jirtan
@AlamayoBadasa-pn1yp
@AlamayoBadasa-pn1yp 5 ай бұрын
Ayi hirkoo utuu diraaman hirkoo kuun torbanitti hin jiru ta'e maaltu na bohaarsan jedhaam Ani?❤❤❤❤
@user-xi3ur4ov9p
@user-xi3ur4ov9p 6 ай бұрын
Torbeeti lamaa nuf haa ta'uu🎉
@ChimdiFiromsa-eo3jb
@ChimdiFiromsa-eo3jb 6 ай бұрын
Jabaadha garuu oromiyaa addan hin hiriina
@onlyjesus7594
@onlyjesus7594 6 ай бұрын
Jabbaadha Baayee %100 gaariidha
@LatiAlemuBekana
@LatiAlemuBekana 6 ай бұрын
Bga dhalattee tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤
@singeramanuelkidane
@singeramanuelkidane 6 ай бұрын
Jaalalla fi jilbeffannaa isaa kaniif gaaruu hin jilbeeffannuu
@user-rg4jq1jt6h
@user-rg4jq1jt6h 6 ай бұрын
Jabaadha baayee bareeda,umuriin durbaa hin dubbaatamu🎉
@kiyyawakjira8139
@kiyyawakjira8139 6 ай бұрын
Dhimmi kekichaa baay,ee na aarse😂😂
@user-cz4kv5cd9m
@user-cz4kv5cd9m 6 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤
@NasruAbdurazaq
@NasruAbdurazaq 6 ай бұрын
Hirkoo nice ❤❤❤❤❤❤❤🎉
@TujubeAlEMAyEHU-er1hh
@TujubeAlEMAyEHU-er1hh 6 ай бұрын
Galaatoma wan bayyee irraa barataama abbaa seeran ilaaleef bayyee nama kolfisisas😂❤❤
@muletaduguma1000
@muletaduguma1000 6 ай бұрын
I love you❤❤🎉🎉😊
@nanechoshibe837
@nanechoshibe837 6 ай бұрын
What a generation!😂😂
@ibsamorkakitila6837
@ibsamorkakitila6837 6 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf waaqon Taatoo Addaati
@user-or8em2ee9r
@user-or8em2ee9r 5 ай бұрын
🎉wow you have a natural gift for making people laugh❤❤❤❤❤❤
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 6 ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan drama hir-koo❤❤❤❤❤
@Yone-ci1sh
@Yone-ci1sh 6 ай бұрын
Gamataa, Instructor fi Hirkoo ♥️ ❤️
@user-gb5md8in1b
@user-gb5md8in1b 5 ай бұрын
ergaa isaatti bayyee gammadee jira!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@user-vz9ud8wg9g
@user-vz9ud8wg9g 6 ай бұрын
❤❤wow dansa namatti tola🎉
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 6 ай бұрын
Wwwww Malo torbetii lama nufi godhas🎉🎉🎉
@mariabose9103
@mariabose9103 5 ай бұрын
What jeenreeshin what ganretion jeejum mala jejudha community 🎉😅
@burtuqandawana
@burtuqandawana 5 ай бұрын
Hirkodhuma nama taee kkkkkk😂😂 murii durbaa hin dubbatamu insitarktar😅
@user-vz9ud8wg9g
@user-vz9ud8wg9g 6 ай бұрын
❤❤wow dansa namatti tola
@godanahuka9527
@godanahuka9527 5 ай бұрын
Iddoo Artiin Irra caalaa boodatti hafeen qabattan waan taheef jabaadha itti fufa sanyii koo.
@AbushBirhsnu
@AbushBirhsnu 3 ай бұрын
Ayyi gamta wa,eeketu na dhibaa kkkkkkkk
@Hannaa-pb4xy
@Hannaa-pb4xy 5 ай бұрын
Ayii waqoo kkkk sinuu hin dhalatanii jedhee tiyaa kee meree
@biyaakooloromiyaa5771
@biyaakooloromiyaa5771 5 ай бұрын
Bayee namati toltuu jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@user-rx9pd1vc7p
@user-rx9pd1vc7p 5 ай бұрын
Ammaa utuu kaballaa sitti cufte hoo haa innis jira Hayi Instructor.
@kumaad2904
@kumaad2904 5 ай бұрын
Nufi jiradhaa qaxalee wan kenyaa torbbee ttii 2 Nufi haa ta,uu❤❤❤❤❤❤❤
@sarahawas3852
@sarahawas3852 5 ай бұрын
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@TiyyaHirkoo
@TiyyaHirkoo 6 ай бұрын
Wow
@tarikusisay7172
@tarikusisay7172 6 ай бұрын
dhugaa bagum keenya taatan
@user-br4zp6dj9i
@user-br4zp6dj9i 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤ hirkoo bayye bayye si jalladha
@andualemshigutebokke6449
@andualemshigutebokke6449 6 ай бұрын
Happy birthday day to 🎉
@Kalidhusenabamecha
@Kalidhusenabamecha Ай бұрын
Hirkoo long live my bro
@user-bb5te3tn2j
@user-bb5te3tn2j 6 ай бұрын
Best our generation
@sabaafkadir5785
@sabaafkadir5785 5 ай бұрын
Heddu barnota gudda of kessa Qaba Akkasuma bàye nama bashannaansiusa ❤❤❤🎉🎉
@Farhan_Dawid_Ahmed
@Farhan_Dawid_Ahmed 6 ай бұрын
I'm Frist commentator
@Rahma-ub9uq
@Rahma-ub9uq Ай бұрын
wooooo hirkaa akkatanii si jalladhuu dhugaa
@kooabdinjiramegersa1131
@kooabdinjiramegersa1131 6 ай бұрын
Wayiiinisinii❤❤❤❤❤
@FayoBesher
@FayoBesher 3 ай бұрын
Hirkoo umrii dhertuu nuf jiraadhu dhugaa
@wassaniwassani2380
@wassaniwassani2380 5 ай бұрын
Wowww dhugaa bayee namatii tolaa jabadhaa ❤❤❤
@fubbd844
@fubbd844 6 ай бұрын
Wiiy gaamtaa 😂😂😂😂😮😅😅😢😢😢😂😂😂😂 tuuuuu kkkkkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣
@gelanemegeresa-nb8xc
@gelanemegeresa-nb8xc 5 ай бұрын
😂😂😂😂
@user-we5wk2xe8s
@user-we5wk2xe8s 6 ай бұрын
wow 👍👍
@user-zk6bq6ze5i
@user-zk6bq6ze5i 5 ай бұрын
❤❤❤❤❤JABADHUU
@SamuhelJabesa
@SamuhelJabesa 5 ай бұрын
Dhugaa baay'ee namatti tola itti fufaa.........😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@lemo430
@lemo430 5 ай бұрын
Waanuma Addaatiim inni alaanaammoo😂😂❤😊
@user-th7dp1xr8o
@user-th7dp1xr8o 6 ай бұрын
Hirko is the best ❤😂
@user-my1oi9uk9v
@user-my1oi9uk9v 6 ай бұрын
❤❤
@SamsungPhonetastic-bv6cq
@SamsungPhonetastic-bv6cq 5 ай бұрын
Diramaa kanaa akkaa jalaadhu otuu guyyaan ta'ee dhugaa❤❤❤❤❤
Mudannoo lakkuuwwanii
13:47
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 2,9 М.
Hir-koo - kutaa 50ffaa
30:06
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 305 М.
Throwing Swords From My Blue Cybertruck
00:32
Mini Katana
Рет қаралды 11 МЛН
PEDRO PEDRO INSIDEOUT
00:10
MOOMOO STUDIO [무무 스튜디오]
Рет қаралды 25 МЛН
Секрет фокусника! #shorts
00:15
Роман Magic
Рет қаралды 64 МЛН
Now it’s my turn ! 😂🥹 @danilisboom  #tiktok #elsarca
00:20
Elsa Arca
Рет қаралды 12 МЛН
ኮንሰርት በመውሊድ ዋዜማ ጉድ 😱
11:49
Abu Salah tube
Рет қаралды 1,5 М.
DIBAABEE HIRKOO KUTAA 1FFAA
14:24
Olifan Dufera
Рет қаралды 6 М.
Biyya Alaa - Short Oromo Comedy by Tamene Muleta
8:38
Tamme Tube
Рет қаралды 514
EGEREE COMEDY: MATAA GADI QABACHUU
11:37
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 286 М.
Hir-koo Kutaa 16ffaa
27:36
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 468 М.
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 3,1 МЛН
🛎️ኤፍሬም ሀይሚን መታት ብሩክ መጥፎ ልጅ ነው😭😳
24:20
Biruk Tube ብሩክ ቱዩብ
Рет қаралды 173 М.
Hir-koo  - Kutaa 47ffaa
30:28
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 328 М.
Throwing Swords From My Blue Cybertruck
00:32
Mini Katana
Рет қаралды 11 МЛН