Hir-koo - Kutaa 47ffaa

  Рет қаралды 366,821

Etv Afaan Oromoo

Etv Afaan Oromoo

Күн бұрын

Hir-koo - Kutaa 47ffaa

Пікірлер: 1 100
@SADORATUBE
@SADORATUBE 7 ай бұрын
Dirama kana irraatti akka koo hirkoon haalaan nuu bohaarsaa jira warri jetan agarsiisaa mee👍👍👍👍👍👍
@Gazi896
@Gazi896 7 ай бұрын
Saba koo taatanii afaanuma oromootin nuf hojjachuun keessanuu nuf gahaadha silaa saba biraa taatanii hinaaffaan nu fixxaniittu baguma keenya taatan ❤me warri jaallattan
@AdisuGerma-eq5wu
@AdisuGerma-eq5wu 7 ай бұрын
Harree wayii maal rakkate wayyee sabaa birraa
@Gazi896
@Gazi896 7 ай бұрын
@@AdisuGerma-eq5wu gurbattii saree gurraatti akkuma titisaa bakka mara lixuu dhiisii dubbii namaa addaan baafadhu dura xiraaxibbo
@AlamayoBadasa-pn1yp
@AlamayoBadasa-pn1yp 7 ай бұрын
Jirtuu mee warri Akka Koo diraaman hirkoo araada dhaggeefachuu isinitti ta'e❤❤❤roobsaa Kaa Mee like keessan
@NafirJ
@NafirJ 7 ай бұрын
Hirkoo jechuun nama yeron mataan na dhukkube qoricha naa tahudha. "Uffanni ergisaa nama irraa beeksisaa" namni akka koo itti tole 👍👌
@MarkosWondimu-q7n
@MarkosWondimu-q7n 7 ай бұрын
Ibuprofen moo daycilo
@NafirJ
@NafirJ 7 ай бұрын
@@MarkosWondimu-q7n laki paracetamoliidha 😂😂😂
@kiyagetu6226
@kiyagetu6226 7 ай бұрын
Enyudhaa akka koo gafa dirama hirkoo ilalu dhiphina kan iranfatuu like 😂😂😂😂 love you hirkoo♥️🙏🙏
@GrHd-k9u
@GrHd-k9u 7 ай бұрын
anilee akkumaa kee
@Burtelove1
@Burtelove1 7 ай бұрын
Kkk anilee akumaketii 😅😅😅
@KedirKedir-fi7no
@KedirKedir-fi7no 7 ай бұрын
Anis
@BaqqaluuGaddisaa
@BaqqaluuGaddisaa 7 ай бұрын
Gudiin tahee haraa😅😅😅hirkon walalee😅😅😅😅😅
@ansarmohammad237
@ansarmohammad237 7 ай бұрын
Jetee dhugaa
@ademedao3820
@ademedao3820 7 ай бұрын
Baay'een isin dinqisiifadha, baay'een isinis jaadha Hir-Koo koo,Gamtaa koo,Inistuu koo,Tiyyaa koo wow....jabaadhaa aartii Oromootiif ashaaraa kaa'aa jirtu.
@techsador
@techsador 7 ай бұрын
Dirama kana kan akka koo haawidhaan eguu mee na eda'udhaan agarsiisaa🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹
@kimiyafuad8866
@kimiyafuad8866 7 ай бұрын
siif godheen jira
@UrgeeKoo
@UrgeeKoo 7 ай бұрын
Wawuu
@Sheda-ig6lf
@Sheda-ig6lf 7 ай бұрын
❤❤❤
@Sheda-ig6lf
@Sheda-ig6lf 7 ай бұрын
😘😘😘😘😘😘❤️
@Henokargeta
@Henokargeta 7 ай бұрын
ITS A GREAT & MOST MESSAGEFULL DIRAMA,SO TO CONTINEOU A FUTURE FOR A BETTER WORK. THANK U , THANK U, ILOVE YOU ALL MEMBERS OF HIRKO DIRAMA.
@AbdiiBeker
@AbdiiBeker 7 ай бұрын
Namnii jaraa kanaa jalattan laik naf godhaa
@Huze748
@Huze748 7 ай бұрын
Dhuga dubbachuf dirama hirko gafan lalu kolfan garaan na dhukkuba na caala namni jalatu jira nati hin fakkatu like 😂😂😂😂 love you hirko and family hirko❤🙏🙏🙏
@DawwiteeChammir
@DawwiteeChammir 7 ай бұрын
Ana dura ilaalee hara Like naf godha
@eyasudemise7
@eyasudemise7 7 ай бұрын
Style Hirkoo har'a kan jaallattan Akka koo like tuqaa❤
@FafiiHabeshiwet
@FafiiHabeshiwet 7 ай бұрын
😂😂❤
@akkasumakoo5275
@akkasumakoo5275 7 ай бұрын
Namin yaada asi gaditti barreeffamu dubbisuu hoo jiraatee Haala diramata itti qopheessa jirtaa wal makadha Diramma kan mata dure isaa yoo hirkoo ta'e addan cituu hin qabu mata dure tokko ittii fufu qaba bakka dhabatee irra Yoo dirama gababaa ta'e ammoo bakkuma fedhe haa jalaqabuu mata dure gargara qabachuu qaba wal nuu harka rukkta Jira Hirkoo fi gamata bayyee tokko isin jaladha Tiyyan guyya inaafa jalaqabde sani dirama bayyee bareedadha Itti fufa jechuun barbada
@Musaaalii
@Musaaalii 7 ай бұрын
Yaada gaaridha oso dhagahiin Amma walittii laaqa jiru😢
@ninaabdisa
@ninaabdisa 7 ай бұрын
Bagumaa ijjoollee biyyaa kooti taatani dhugaa waqaa issiinin bonaa siin jalaadha❤❤❤❤❤
@AbdallaaDawud
@AbdallaaDawud 7 ай бұрын
Diramaa kanaf jechaa karaa Sa. Atii 3 nama ofuu badoo biyyaa arabaa kesaa demee Idoo shabakan jirutii dhiyadhee dawachaa jiraa Sanu jiruu biyyaa ormaa isin ho
@hgg813
@hgg813 Күн бұрын
Hojin keessani yoomu hikaa ergaa.gudaa ofi keessa qaba jabadha I love❤❤❤❤😂😂😂
@kennadubaro2910
@kennadubaro2910 7 ай бұрын
Waan laman shawadamee hardha hintala jalqabaa Tiyaan see hirkoos nama birran sehee safuu hardhaa hirkoon wayyaa qayaratee😅😅😅😅😅😅😅😅😅 like godhaaf yaa oromoo ijolee qaxalee kanna ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Gazi896
@Gazi896 7 ай бұрын
😂😂
@hamzaxahaofficial9136
@hamzaxahaofficial9136 7 ай бұрын
Diraamaa Khana Akka Kootti Namni Sadarkaa Ethiopia 1ffaaa Laatuuf meerrre 🙏
@KetoranTeka
@KetoranTeka 7 ай бұрын
Maloo Ani dirama kiyyoof hirkoo kana akkati jalaadhe ilalu wan bira ilale hin beku akkasti uuuf yoom dilbani ga'an jedha dhugaa nuf jiradhaa jabadhaa❤❤❤❤❤
@AwolTaha-i8p
@AwolTaha-i8p 10 күн бұрын
Heddu nu bonsite qaali filmi bira dhifne jirra dhugaa suusi na ta e❤❤❤❤😂 4:56
@dejenetadesse3497
@dejenetadesse3497 7 ай бұрын
Eenyuudha akkakoo kan Library bahee bakka wifin jiru deemee hirkoo buusuudhaaf scann naaf godhiin ijoollee rakkisu ?? yoo jiraattan like natti roobsaa
@Michuu_dhugaa
@Michuu_dhugaa 7 ай бұрын
Kunooti Kaa
@Shawaye-f4l
@Shawaye-f4l 19 күн бұрын
Waw waw bayee namatii toluu dugaa rabii 🫶🫶🫶🫶🫶🫶🥰👄🥰👄🥰👄🤙🤙🤙🤙
@FuadKedir-bj2li
@FuadKedir-bj2li 7 ай бұрын
Mee dhugumaattii namnii akkaa kiyyatii comdiyanotaa Kenya kan jaltaan ❤like 👍 ittii robbssa anii guyyaan dilbataa hangaa gahutii baby,een egaa turee
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx 7 ай бұрын
Hirkoo Qalii kena Wagga kuma nuf jiradhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰 Namni aka ko hirkoo jalatan Like 👍 godha me ❤❤
@dararatutube3309
@dararatutube3309 7 ай бұрын
Wayyoo gara koo bayyee namaa fataa namaa godhaa diramaan hirko akka xummuramu hin fenu ittiumaa nuufufaa 😂🥰🥰🥰
@TamamTamana
@TamamTamana 7 ай бұрын
Hirkoo dhugaa utuu afaanoota biyyaa addaaddaa baraattee afaanoota hundaan utuu hojeette iddoo guddaa geessaa jedheen Aamanaa yammmuuun jedhuu qaldiinkee hunduu baayyee namaatti tolaa an ati afaan Oromootiin akkaasitti hojeechuukeef ❤Artiin Afaan Oromoo Akkaa iddoo guddaan geessu naan amaanaa jabaabaadhuu ❤ jabaa keenyaa !!!!!!!!
@lenjisahmed
@lenjisahmed 7 ай бұрын
hirkoo dhugumaa balcha safuu;ani jeedala diimtuudha kaniin biyya kanaa hin baanef.like godhi
@MohammedAhmedin-xl3vd
@MohammedAhmedin-xl3vd 7 ай бұрын
Namaste tolta jabadhu anillen baha bifturrahi
@TujubeAlEMAyEHU-er1hh
@TujubeAlEMAyEHU-er1hh 7 ай бұрын
Namumti akkakokolfee itti bu'aaruu jirale diraama hirkoti😂😂
@hawwiifufaa2680
@hawwiifufaa2680 7 ай бұрын
Umurii nufii dheeraadha dhugaa ❤❤❤❤❤❤
@alemayehujenbare4502
@alemayehujenbare4502 7 ай бұрын
Namni Hirkoon akka koo bohaarsu comment kana like godhaa.
@tchaltojordan
@tchaltojordan 7 ай бұрын
Jabadhaa matii hirkoo garuu Osoo tartibaan hojatanii bayyee baredaa turee kan hojachaa jirtaa baredaa mitii jechuu ko mitii hakaa diramaa Hiree San Osoo ta'ee jedheni malee ✅✅✅👍👍
@tayetuasefa8191
@tayetuasefa8191 7 ай бұрын
Ana qofatu horidafamo Jo 😂😢
@hammaranaaf3057
@hammaranaaf3057 7 ай бұрын
Akkanumati itti fufa dhugaa baayee nu gammachise ❤
@Looko347
@Looko347 7 ай бұрын
Namni hama koo hirkoo jalatu like toshii❤❤❤
@AmanaTolera
@AmanaTolera 7 ай бұрын
Hirkoo dubbiin kitaaba kee qolaan fagatee ademe itti xumurri ameerikaa Akka gahuuf. Natii toltu nu jiraadha.
@HuBj-t3q
@HuBj-t3q 7 ай бұрын
Ani du'een guyyaa sanbata egaa dirama kana laluuf
@WalooTube-w
@WalooTube-w 7 ай бұрын
Kolfuma tiyyaa kanan dheebodhaam akka bushaanii 😢💔
@Ebisa-nv6uz
@Ebisa-nv6uz 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@oromiyaaoromoo
@oromiyaaoromoo 7 ай бұрын
Hirkoo ati dhugatti nama ajaa'ibaati sambata guddaa Haga dhufuuf eeyna diraamaa kee jabaadhaa hadaraa addaan nurraa kutinaa
@beletaShibiru
@beletaShibiru 7 ай бұрын
I am so gladed with your all act. My appriciation is so bounderless. Keep up dears. Wow!!!!!!🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@AberuLataa
@AberuLataa 7 ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@gemechisalemayehu3430
@gemechisalemayehu3430 7 ай бұрын
dhugaa dubbachuuf hirkoon suusii cimaa nutti tahee jira he is the first and foremost person who entertains me really really
@meseretabera1967
@meseretabera1967 3 күн бұрын
Ani Gamtan jaladhaa mee namani gamtaa jalatu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AradoDuguma
@AradoDuguma 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ baay'ee namatti toltu hanga Torban naanna'ee dhufutti hawwii guddaadhaan isin eegna nuuf jiraadhaa!!!
@caaltuuesheetuu5763
@caaltuuesheetuu5763 7 ай бұрын
Galatooma dhugumatti😂😂😂😂hirkoof instractarn gahee guddaa taphattaniirttu jiraadha malee Gamtaa👏👏👏👏👏👏
@AsheeAG
@AsheeAG 7 ай бұрын
hirkoo ati mee qaxaleemaam ,inistuniis akkasumadha hundii keessanu dhuga
@NaimaIssa-w5l
@NaimaIssa-w5l 7 ай бұрын
Dirama hirkoo kana gafan are ara San na dagachisee naa bashnsisaa jabadha irkoo ed gamtaa❤❤❤❤❤❤❤
@Simboo-t9r
@Simboo-t9r 7 ай бұрын
Kolfaan mucuqii biyaa gotaan sabaa jalatamaa ❤❤❤❤❤
@ObseeGammachuu
@ObseeGammachuu 7 ай бұрын
Diramaa Aja'baa tti dhugaa Jabaadha qaxalee waan 🥰🥰🥰🥰🥰 Hirkoo hojii kee moo 🤣🤣🤣🤣🥰
@urjimohamed3424
@urjimohamed3424 7 ай бұрын
Gizene dirqama afaan oroma gize lala takka kofale hin beku dhuga Kani hirko male
@leenii694
@leenii694 7 ай бұрын
Nuf jiraadhaa madda gammachuu keenyaati isin waaqaa gaditti❤
@Muzishanorotub
@Muzishanorotub 7 ай бұрын
WOW hirko bay'ee namati tolta dhugaa sinjallanna haluma kannani itti fufii
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx 7 ай бұрын
Jabadha Qaliwan Kenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AwolTaha-i8p
@AwolTaha-i8p 10 күн бұрын
Heddu nu bonsite qaali filmi bira dhifne jirra dhugaa suusi na ta e
@ArarsaTesfaye430
@ArarsaTesfaye430 7 ай бұрын
Diramaan hirkoo akka ergaa isatti amayyuu serán hin dawwatamnee . filmiin indi'a kan satti 3 (sadii) ol ta'uu Tokko dawwatottaa Milliyonaa 100 ol ta'antuu dawwata . Diramaan hirkoo kan daqiqaa 35 hin calee milliyonni yoo dawwatee malii? hirkoo kenyaa halaan ha dawwanuu!!!!!
@MamoBekeleDenu
@MamoBekeleDenu 7 ай бұрын
Wow hirkoo halaa gaariin hojjeete dhugaa nice 👍
@KenaLemi-i7j
@KenaLemi-i7j 7 ай бұрын
Jajjabadha baay, ee nuu boharsitanituu
@AbdelaShigo
@AbdelaShigo 7 ай бұрын
Ambaasaaddarichi Maal Jedhe? Qabxiilee Shan…👇🏽 1. Ummanni Itiyoophiyaa dhabama nageenyaatiin garmalee dararamaa jiraachuufii nagahaaf tasgabbii akka dheebote. Qaala’iinsi jireenyaammoo daranuu ummaticha dararaa akka jiru. 2. Waraanni biyyattii keessatti gama hundaan gaggeeffamaa jiru injifannoo qaama kamiitinuu goolabamuu akka hin dandeenye. Mootummaanis kana hubatee humnaan waan hunda of jalatti deebisuuf yaalii godhu akka dhaabee gara marii adeemu. 3. Qaamoleen hidhatanii Mootummaa falmaa jiran karaa nagahaatiin rakkoo isaanii furuuf akka hojjatan. Keessattuu Waraanni Bili. Oromoo ejjannoo amma dura nagahaaf argamsiise ammas cimsee akka itti fufu. Humni Faannoo jedhee of waamus marii nagahaa akka hin dhiibne. Wayyaaneenis humnaan fedhii ofii dhugoomfachuif tattaafachuurraa akka of qusattu. 4. Dirree siyaasaa dhiphisuun, hoggantoota siyaasaa hidhuunifii humnaan biyyattii of jalatti deebisuuf dhama’uun bu’aa kan hin qabne akka taheefii kanaaf furmaata hatattamaa akka barbaachisu. Ajjeechaan, Saamichiifii Reebichi seeran ala raawwatamu akka goolabbii argatu. 5. Rakkoon Nageenyaaf tasgabbii Itiyoophiyaa yoo haala amma jiruun dabalaa deeme boru rakkoo hamaa gaanfa Afrikaatis tahee Afrikaa guutuurratti dhiibbaa qabaatu akka tahe. Walumaagalatti, rakkoo qabatamaan biyyattii keessatti mul’atu amananii, dirree siyaasaa mariif banaa godhanii, qaamota hundaa hirmaachisanii tarkaanfii nagahaaf tasgabbii waaraa dhugoomsuu dandahu akka fudhatan gorsa isaanii kennan. Mootummaan Bilxiginnaa kana akkamiin natti himtan jedhee ibsa mormii baase. Kan inni barbaade ~ Wow Mangistiin Bilxiginnaa Akka Ajaa’ibaatti biyyattii nagahaaf tasgabbiin bulchaa jira akka jedhaniin ture. Dubbiin akka Ummata Godina guutudhaa ummata walitti guuranii Konkolaattaatti fe’anii, ofiimmoo humna waraanaa hammana hin jedhamneen of marsanii, Isteediyeemii guuchisanii harka dhoofsisan san way taatiiree?""Boojite onnee too sii galate hordaan. garaatu na raafama si agarraan ijaan tajaajila keetii qophooyte too lubbuun....... ...waranaa iji tee kan nama laganne dagu naan darbatte onnee too na seene jeeyni ana ifiin ja'e dandahee dhoorkatu Gamna boja'amuutu hiree arkata jiraatu. ..Funyaan kee habaleedha, Qara qarsaa feene dhaa godhe addaan dhoose garaa koo na seene dur goota beekkamaa hordaan galuun ture moote na kufifte laaffadhe ifbare ..caaltuu bareeddotaa heddu arke looko takka booji'anne onneefii yaada koo rasaasa ilkeen tee yoo seeyxee mullifte humaa ayaan naa hafne onnee na haracaafte fedhiin tiyya hallamte hobbaafadhe khudha aloolli bareedaa na gahe arra booda harka siif kennee mee na abudadhu si tajaajilaan taha fudhuu kee na godhu " Eeshiyaa tiyyaaf ❣️
@LetaShibiru
@LetaShibiru 7 ай бұрын
qaaliiwwan keenya waaqayyo isin haa eebbísu ...❤❤❤
@safia1290
@safia1290 7 ай бұрын
Diraama hanga Har'adhaa hojaataman keesan kani akka Har'adhaa naa kofalichise hin jiru 😂😂😂😂 wyoooo hirkoo sa'atti lama hidhate hiroon 👌👌👌👌👌👍👍👍👍👍👍👍❣️❣️❣️❣️❣️❣️
@hgg813
@hgg813 7 ай бұрын
Nuf jiraaadha qaliiwan kooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@merciful1731
@merciful1731 7 ай бұрын
Wowo hedduu takkaa namaa tollaaa dhugaa jabadhuuu 🥰🥰🥰🥰🥰
@DagneLemma-td1ou
@DagneLemma-td1ou 7 ай бұрын
Jabaadha qaaliiwwaan keenya hojiin keessan daran nama boonsaa 👍👍👍 Garuu anan kan naa yaadeessu yoo jiraate👉Drama(Episode) keessan kun yoo dhabdan wanta ilaalu hin qabnu Dibbirti saba keenya mara fixun isheetti!! kanaaf adaara keessan akka adda hin kune! yoo episode kun xumurame illee wanta adda qabaatin akka nuuf dhuftan abdii guddaa qaba isinirraa❤❤❤❤
@GemechisDebeliAbdisa-ek8eq
@GemechisDebeliAbdisa-ek8eq 7 ай бұрын
Nama Biyyalaa Dhufe Iccitii Hin Dhoksan Jedhe Hirkoon😂😂😂😂😂
@Thyajml
@Thyajml 7 ай бұрын
Diraamaa ykn komadii kana irratti wantin jechuu barbaadu kan lakkoofsaan deemaa jiru ykn itti fufaan kan deemaa jiru waan ta'eef bakka torbee darbe itti dhaabbate irraa jalqabuu qaba ❤
@Abdulazizhusenoficcol
@Abdulazizhusenoficcol 7 ай бұрын
Enyuu akkaa koo diramaa hirkoo akkaa ijolee hatii Gabaa dhaqxe egataa kopaa ta.ee adhaan kolfan du.eeka😂😂😂😂
@Waliyyi-m3l
@Waliyyi-m3l 7 ай бұрын
Dhugumaa namaa dandeetta adda qabu sirraa tola waan hundaa biraatu dandeettii
@SosoBasit
@SosoBasit 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤dafaa nuu fidaa susii naa qabtee
@HamidMamee
@HamidMamee 7 ай бұрын
Dhugaa irkoo ati nama addaati nuuf jiraadhu bro ijji hamaan sin argin Jabaadhaa hedduu nubuhaarsituu
@lovemy6167
@lovemy6167 7 ай бұрын
Nuuf jiradhaa qaxaleewan Kenyaa 🥰🥰
@faqoahmed2471
@faqoahmed2471 7 ай бұрын
Hirkoo and Tiyaa welcome ❤❤❤❤❤ Hirkishi
@1234dddd
@1234dddd 7 ай бұрын
Galatoomma baay'ee baay'ee isiin jaalanaa Haayyoota keenyaa 🙏🙏🙏🙏
@dessialiy7600
@dessialiy7600 7 ай бұрын
Baga Nagayan Dhuftan Halkan Kiyya Barechitan Dhugaa ❤️❤️❤️
@galanigalani8849
@galanigalani8849 7 ай бұрын
Nuuf jiradhaa dhugaa baay'ee Namatii toltuu ❤❤❤❤❤
@AyanaFekadu-md8sf
@AyanaFekadu-md8sf 7 ай бұрын
Maalodha please wantichii imimman na busiseem❤❤❤❤❤
@AbdullaSiraj-vg9nw
@AbdullaSiraj-vg9nw 7 ай бұрын
Diraama hirkoo baayyeen jaalladha Kun garuu adda barnoota gudda of keessa qaba❤
@MelkamuTamiru-vn3tt
@MelkamuTamiru-vn3tt 7 ай бұрын
Maal kuni ijo 👉durbi na gaddi, now man,what a generation, crazy bro 😢Safuudha abboo🤔
@awwolnagash
@awwolnagash 7 ай бұрын
Tiyya dagate jira yaadachisi male kkkkkkkk 😂😂😂❤❤❤❤❤
@zeritu8501
@zeritu8501 7 ай бұрын
Inistirakterinnfa akkuma qalddiiti wan ama dhalonii ta'aa jiruu has'uu dhugaa waqaa ebbifamaa
@obsiihindarara3214
@obsiihindarara3214 7 ай бұрын
Foon harmee koo duruu dirama kana nan ilallaa akka Allan koolfee hin bekku 😂😂😂😂😅
@ETAA267
@ETAA267 7 ай бұрын
Maaloo Maaloo anoo inuman du'ee,Wayyoo haadha koo,Isa dhugaa Hirkoo kan hojii keetii nyaadhukaa.
@AbdelaShigo
@AbdelaShigo 7 ай бұрын
Hirkoo bohaarsa sammuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Oromia-
@Oromia- 7 ай бұрын
yero hirkoo ilaalu akka kotti dhiphina irraanfatee kan gammachuun guutamu nijiraa laata🥰♥️♥️🦋🙏
@Ayubomer-i9l
@Ayubomer-i9l 7 ай бұрын
urmii koo gutuu naa kofalchiftaa ati hirkoo
@destagurmu9065
@destagurmu9065 7 ай бұрын
Taayfodituu qabee jedhee instiraakteriin❤❤
@iftuuhaadii7236
@iftuuhaadii7236 7 ай бұрын
Yaa rabbi ani jeeddalla dimtuudhaa kanin biyya kana hin baneef jeedhe hirkon ee😂😂❤🙏 misikinaa jeedhe shek amiin ibro 😂😂
@MariyamaMariyama-eg8cj
@MariyamaMariyama-eg8cj 7 ай бұрын
walahii hoji ke nyadhuu hiko kolfa na ajesata dhuga namati toluu itilee kee 😁😁😁💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
@AbuAsmaHamza-p7k
@AbuAsmaHamza-p7k 7 ай бұрын
Dhugaa qaboon Arra faranjoomuuf deemaam
@DanyaDanya-e1f
@DanyaDanya-e1f 7 ай бұрын
Taayifoodi qabee manaqorichaati geesi😂😂😂😂😂😂wayyoogaraako
@efeefeyisayoutubeoffical4242
@efeefeyisayoutubeoffical4242 7 ай бұрын
❤ nuuuf jiradha Garamiwaan oromoo ❤❤❤❤❤❤
@Jawarabrahim
@Jawarabrahim 7 ай бұрын
Hrkoon bayyee nama buhaarsa ❤❤❤❤nuf jiraadhu
@sabaafkadir5785
@sabaafkadir5785 7 ай бұрын
You No Hirko. I am very Like comedian Hirko. Uuuf takka Akkasi kolfe beku 😂😂😂😂❤
@AbdiOromiya-n8j
@AbdiOromiya-n8j 7 ай бұрын
Me Enyuu Namni Akkaa koo diramaa hirkoo jalatuu 🎉❤
@mitikuterfasa
@mitikuterfasa 7 ай бұрын
❤❤❤ irkoo....❤❤❤ When ever $ were ever i love you.and appreciate
@IbraahimKadiir-hg1dv
@IbraahimKadiir-hg1dv 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HundeeHundee
@HundeeHundee 7 ай бұрын
Maaloo ❤❤❤❤❤kkkk dhumnee
@SatraSatra-l6h
@SatraSatra-l6h 8 күн бұрын
hirkoo wake nyadhuu hirkoo Kolfanin dueen oltee
@Adisuabo-mz2hb
@Adisuabo-mz2hb 7 ай бұрын
Maloo hirkon kolfan nu fixxee ❤
@abasaman7284
@abasaman7284 7 ай бұрын
Dhugumaa baalchaa saafoo hirkoo maal kun 😂😂😂😂😂❤❤❤❤
@abdiijirenyaa2386
@abdiijirenyaa2386 7 ай бұрын
Hir_koo 🫡bayyee sirraa gamaddaa jiraa 🫵 kolfaan dhumnee jiraa malee🤣🤣
Hir-koo - kutaa 50ffaa
30:06
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 349 М.
ВЛОГ ДИАНА В ТУРЦИИ
1:31:22
Lady Diana VLOG
Рет қаралды 1,2 МЛН
UFC 287 : Перейра VS Адесанья 2
6:02
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 486 М.
Yeroo Jaalalaa
25:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 110 М.
Hir-koo Kutaa 8ffaa
26:04
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 199 М.
Hirkoo marsaa 2ffaa kutaa 11ffaa
27:16
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 302 М.
EGEREE COMEDY: DOCTORS
22:25
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 443 М.
HIR-KOO KUTAA 33FFAA
32:54
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 331 М.
Hir-koo Kutaa 16ffaa
27:36
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 520 М.