Yeroo Jaalalaa

  Рет қаралды 189,834

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 391
@BADHESHOW1
@BADHESHOW1 Ай бұрын
Namni akka kotii Video kana lalee fixee like 👍 godhaa 😢😢
@AmuseSani
@AmuseSani 21 күн бұрын
Ao 0:58 ❤ta
@HasanatA-nh5xn
@HasanatA-nh5xn Ай бұрын
Uuuufffii dhirii hundii tokoo motikaa tokoo nuu kadee nu bochisaa tokomoo akkanati onnee qulquludhaan jalataa yaa rabii dhiraa Akana nuu kennii😢😢❤❤
@FatimaKhatun-y2m
@FatimaKhatun-y2m Ай бұрын
Eye wolh ani jarsi Kiya wogga sadi nabochisa Jira inni garu jirenya dhunfa qaba😢
@Sifan-sq9eo
@Sifan-sq9eo Ай бұрын
Rabbi siniif Haa lafisuu hundumtuu in darba abshir
@HasanatA-nh5xn
@HasanatA-nh5xn Ай бұрын
@Sifan-sq9eo rabii bekaa dhugaa Abaa mucaa kot na kadee
@fakr22
@fakr22 Ай бұрын
Ameen jenee jiraa kunii kanii duruu tanaa lataa kanii amaa jaalalaa bekaa lataa 😮
@Sifan-sq9eo
@Sifan-sq9eo Ай бұрын
@@HasanatA-nh5xn omaa mitti obsii hunduu yeroo qaba
@AbdiOromiya-n8j
@AbdiOromiya-n8j Ай бұрын
Me Namni Akkaa koo qopii kanaa jalatan Lik godhaa Ani yeroo 5 olif iraa debiyee ilalee bayye das na jedhee
@adamYussuf
@adamYussuf Ай бұрын
Dachasi keenyaa obsi dhirti qalliidhaa anii obbolleessii kee tan sabrinaa caltuu siif qabaa keessaan naaf koti ❤❤❤
@oroodegartuwbo
@oroodegartuwbo 25 күн бұрын
Dhiirti qaalidha shamaran rakisharee😡😡🤔🤔
@Afuuftumedia642
@Afuuftumedia642 21 күн бұрын
😂😂😂😂​@@oroodegartuwbo
@Karime37
@Karime37 29 күн бұрын
Ishiishee akkamitti nama onneerraa isii jaalatu arkattee feeling jaalalaa hin qabuuf jetti way way way rabbiif dachaas isii jaalachiise saniif galata galchuu qabdi wly 😭😭😭😭😭boru isiitu boo'a dubbiin rabbii faraqaadha ❤❤
@kadirabdirashid
@kadirabdirashid 8 күн бұрын
Abo bar osoo hin tuqiinu cinaa ciifnaannu akkumaa namaa isii godheeti bar dachaas itaala xuxoo tana miyaa bar abo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MilkiyasEdosa
@MilkiyasEdosa 29 күн бұрын
Namni akka kiyyati gurba kana jallatani like godha
@Fateadam-m4i
@Fateadam-m4i Ай бұрын
rabbinsiif haa lafisuu inshaalaah onne kee gammachuun haa milkeesuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@RamadanKab
@RamadanKab Ай бұрын
Rabbiin ta isii caala jaalattu, #isiinis si jaalattu siif haa kennu abshiir😢❤ Yoo tee hin taane onnee kee keessa Rabbiin haa baasu🤲 Nama jaalattu dhaabu mitii ,adda fagaachuunuu hanga nama miidhu abbamaa fi Rabbitu beeka😍
@NagelleBoranamedia
@NagelleBoranamedia Ай бұрын
Wallai sebrinaan dhugumatti intala Ajaa, ibaati ka muca kana bira dhufte akkanatti gammachiifte masha Allaah Galatomi Sebriina
@maahimedia8144
@maahimedia8144 Ай бұрын
Rabbiin waliif isin haa qoodu Sabrina gurbaa kanatti yoo hin heerumne boodden tee sheenadha.
@Yasmen-fv7ux
@Yasmen-fv7ux Ай бұрын
Uuuuuuuu jalalali fedhaa mallee namaa marachiti😂😂😂😂😂😂
@sudimustefatube7486
@sudimustefatube7486 Ай бұрын
I learn from this video the power of love Please part 3
@AmiraAp-n6n
@AmiraAp-n6n Ай бұрын
Asumaan kotaa maatii na ta'aa ummaata Qashtii ❤❤❤❤🎉🎉
@DffFgg-i1u
@DffFgg-i1u 29 күн бұрын
❤❤❤❤
@mubarekmohammed-v4w
@mubarekmohammed-v4w 25 күн бұрын
nageenyii koo bakkaa jirtuuti sii haa gahuu jechaa akkamii anaaf hoo bellaama naaf qabdee garuu jaalalen koo biyyaa kana jiraachuu batuus wa'ee jaalala koo ossoo waliin hasoofne mal jettaa
@BunnaAmano
@BunnaAmano 16 күн бұрын
Wlh inuma nati tole video kana mulu lale ❤❤❤❤❤❤
@BonaaHilwaaBonaafiiHilwaa
@BonaaHilwaaBonaafiiHilwaa 5 күн бұрын
Dhugaa yoo namaa jalatuu hin qabatin osoo jalatee baredaa jalalii kunii bayee ulfataa😢😢😢😢
@tunteeti-g8v
@tunteeti-g8v Ай бұрын
Ilmaa oromo kanaa argachuun isituu namaa carraa qabuu akmiitiii diduu dandeessiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@suleymangemmechu
@suleymangemmechu Ай бұрын
Wollahi baayyee na Aja'ibe dhageeffadhee quufu dadhabee maal godhan jaalalti fala gooftaati onnee irraa jaalatus yoo rabbii jedhe qofa taati Obsa jaalalaa sif haa kennuu broo
@RamadanKab
@RamadanKab Ай бұрын
Ani miira Obbolummaa malee,miira jaalalaa hin qabuuf jettee sila😢 Wly si cubbisa micaan kuni qalbii nu hin cabsin Anis dubartiidha.Nama jaalalaaf bakka qabuudha.Nama bultii qabu Alhamdulillah. Obboleessi kuni Obboleessuma wajjiin dhaladhe fakkaata.Akkaataan isaa garaa na balleesse dhugaa❤😢 Knf, akka Rabbiin walii isin qoodun hawwa😢 #Rabbiin obsa siif haa kennu Brother abshiir yoo hin taanes.😢Jaalaltis yoo keessa namaatii hin dhufin jireenya keessatti dhiibaadha karaa diinii fi duniyaa rrattis🙏
@MunaDulee
@MunaDulee Ай бұрын
O b n ani hedduu isiin galatefadha muccatti taan argisisuu kessanif bagumaa muccatii tananaa Argisistaa mashallaah ta'a hirree qoddaa rabbiiti garuu yoo du'ellee senna isaa galmaan getaani jirtuu galatoma❤❤❤❤❤
@adenatafera2202
@adenatafera2202 14 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤ baay'ee namati tolaa dhugaa
@Ahemadin3505
@Ahemadin3505 29 күн бұрын
Shamaraan keenya yeroo namni isiin jaalate❤ itti bontan 😢 maloo mucaa kana samuu isaa Tasgabeesi 😢😢😢😢
@AmuriSiraj
@AmuriSiraj 10 күн бұрын
❤❤❤❤ masha Allah
@BirhaneAyale
@BirhaneAyale Ай бұрын
Uuuuuuuufffffff namaa aja'ibaati kun raabbii garaa sif haa laafissuu❤❤❤❤❤❤❤
@MahamedAhmed-j1j
@MahamedAhmed-j1j Ай бұрын
Ayii jalala waan nama hin gone qabu😢😢😢😢❤❤
@KadeKader-n5j
@KadeKader-n5j Ай бұрын
Annii dhiruima haraargee bayyee nati tolluu jalallaa bekkuu ❤❤❤❤❤
@abdelatufa-i6p
@abdelatufa-i6p Ай бұрын
Sabriyyee rabbummaa jedhii itti heeruummii bayyee garaa nama nyaataa
@SafiyaAhmed-sx6eg
@SafiyaAhmed-sx6eg 28 күн бұрын
Rabbii wolifii isinii haa dhisuu❤❤❤❤
@Dasiimahamad-d1l
@Dasiimahamad-d1l 21 күн бұрын
Maasha allah nuuf jiraadhu biyya tiyya
@busyline8628
@busyline8628 Ай бұрын
Wayii miskinaa koo bayyee garaa naa nyatee dhugaa waqaa😢😢😢
@rorisatube-y8d
@rorisatube-y8d 29 күн бұрын
Dubartiin yoom jaalala dhugaa bekti Yoom tanaan dhiiroon kenyaa dubaaraf jaalali hin barbaachisu
@jemalumer7333
@jemalumer7333 27 күн бұрын
Hundaafu mucaa kunnii nama dandeeti adda qabu rabbiin Obsaa isaaf haa kennuu dubraati Jaalala dhugaa beektuu isaaf haa kennuu.
@ramziibirat
@ramziibirat 28 күн бұрын
Wly bagaa rabbin wal garsiise wly walif Haa qodu
@AbdulqadirFayyisoo
@AbdulqadirFayyisoo Ай бұрын
Dhugaa rabbii bayyee garaa Nama nyataa sabriinanis bultii egaltee yoo ta'ee isanis bultii kee hikii jechuun waan ulfatuuf garuu hin egallee yoo ta'ee jalalaa akkasitii qostii tanaan shenaa jalaa hin batuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Ana hedduu nattii dhagayamaa
@FfcgRdf
@FfcgRdf Ай бұрын
Hundaafu mucaa kunnii nama dandeeti adaa qabu rabbiin Obsaa isaa haa kennuu dubraati Jaalala dhugaa beektuu isaa haa kennuu
@Wisdom_Academy1
@Wisdom_Academy1 Ай бұрын
Did he get her?
@MuradMohammad-q4i
@MuradMohammad-q4i Ай бұрын
Namnii Yeroo 2ffa haa Debbi'an jettan like godha
@YaqiinMuhammed
@YaqiinMuhammed 22 күн бұрын
WOW ❤❤❤❤❤😅😅😅😅😅😅😅😅😊😊😊😊😊😊😊😊😊🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@muraadhuseen5760
@muraadhuseen5760 28 күн бұрын
Dhiirri hundii dhiiruma gurbaa kana hadaraa jabeessii sabirinaa
@Hasuu-l4k
@Hasuu-l4k 23 күн бұрын
Dhugaa baayee namatti tolaa Namonni baayeen sababaa mallaqaa dhabudhaan baddafi gammojji keessatti ugguraman jiruu😢
@OmarFaisau
@OmarFaisau 16 күн бұрын
Mucan kun one qulquludhaan hangana baga barbade Argachuu qaba❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BAHARIMohamed-x9i
@BAHARIMohamed-x9i Ай бұрын
Congratulations 🎉🎉
@gutumohamed
@gutumohamed Ай бұрын
Wwww Amazing voice ❤❤❤❤❤
@mohamedyaro292
@mohamedyaro292 Ай бұрын
Wow I really enjoyed the show wallahi they make my day
@SadiyaaJeeylan
@SadiyaaJeeylan 21 күн бұрын
Anis affeera akkana akk naaf gootaan abdiin qaba Serna ajibaa woyii qabadhee isinii dhufuuf❤
@MartaGirma-j9d
@MartaGirma-j9d Ай бұрын
Jalaalaa sirrii kan muddaa hin qabnee❤❤❤OMG
@HananNasir-mv5fn
@HananNasir-mv5fn Ай бұрын
Wayi jaalalakana wonttisin nama hingoone hinjiru❤️‍🔥💔🥹
@DebelaSenbeto
@DebelaSenbeto Ай бұрын
Namni Akka itti gamade lake ❤❤
@FatiAlshikh-hl6oi
@FatiAlshikh-hl6oi Ай бұрын
Ashiri 🎉🎉🎉❤❤❤
@GutoMohammedMusaa
@GutoMohammedMusaa 24 күн бұрын
Rabbii siihaa miilikeessu daachas❤❤❤
@fatumabeshir1396
@fatumabeshir1396 Ай бұрын
Ayyiiiiiiii garaa nama nyaata Rabbii sii haa milkeessuu obboolleessa koo
@MuradMohammad-q4i
@MuradMohammad-q4i Ай бұрын
Yeroo jaalala 1ffaa kana erga ta'e 2ffa itti nuf haa debbi'an bakka itti dhabdan irra kaftanii
@TokuDiku-mx8pk
@TokuDiku-mx8pk Ай бұрын
namararta garu an nakolfisisa turtem😀🤭kenna adda qabda dhuga yero itti aanu sirba sinirra eegna
@HabroTube
@HabroTube Ай бұрын
Kiyya kun jirta Galamsoo mitti
@abdulkeyumadem567
@abdulkeyumadem567 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤ JAALALA AKKANAA NUUF HAAKENNU
@YosefTaso
@YosefTaso 25 күн бұрын
Rabii kenkee agodhukaa qalii ko ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@IskeeAbraashaa
@IskeeAbraashaa 29 күн бұрын
M. Allaah. M. Allaah. M. Allaah. Garuu namni qulquluun akkana ni takkata.
@FfcgRdf
@FfcgRdf Ай бұрын
Uuuuuffff mucaan baay'ee garaa nama nyaata😢 maal godhuu biraa dhufteere kaa Jaalatuu hin fennee🤔itti yaada jetteeyu Osoo qalbii isaa gammaachiftee maal qaba😢 Jaalaltii tunnii Akkumaa Electric iddoo argiteeti nama argitee irraa nama qabdii Ajaa'iba!!
@BirqisaKemal
@BirqisaKemal 5 күн бұрын
wow 😢❤❤❤
@ApanTime-sw8ie
@ApanTime-sw8ie Ай бұрын
Garuu Yoon ati onee qulquludhaa jaalatee sitii bonti shamarii malif garu?
@QananisaJabiira
@QananisaJabiira 25 күн бұрын
❤❤❤❤❤ wow2
@HabibarobaleHabibarobale
@HabibarobaleHabibarobale 25 күн бұрын
Ee kijibbee guraban matan esheen lucaa dugdaa gayya jedhaa yaa dhiroo ammo sobbaa kesan😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@MohammedAdemRare
@MohammedAdemRare 29 күн бұрын
🎉🎉🎉way jaalala tana. 😢😢😢😢😢
@cushlandoro8520
@cushlandoro8520 Ай бұрын
Please next part 2.
@HoHh-ci8hv
@HoHh-ci8hv Ай бұрын
Uuuuuuuufffffiii rabii n wolifi ha qoduu😢😢😢😢
@MagarsaMuhammad
@MagarsaMuhammad 16 күн бұрын
❤❤❤❤ jalaala dhugaa
@aliymohammed6299
@aliymohammed6299 Ай бұрын
aboo dachaas maqaa abbaa keetii jijjiiruun sitti muufadhulee jaalala ati sabriinaaf qabdu yeroon dhagahe baayeen gammade sabriinaan qilee haaseentu dubra walloo ka akkaan bareeddu sifuusifna abshir qaalii
@Migotmotuma
@Migotmotuma Ай бұрын
Waqaayyoo kankee Agodhukaa❤❤❤
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h Ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@LenjoSuldan
@LenjoSuldan 29 күн бұрын
Mashaaallah ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@EdetingOromo-j6b
@EdetingOromo-j6b Ай бұрын
Edaa warra shawaatii gurbaan kun😁😁😊
@Yaahalima-xh8sx
@Yaahalima-xh8sx Ай бұрын
micaa kunii ❤❤❤❤haccaluu galataa😭😭😭😭
@DursituJemalDursituJemal
@DursituJemalDursituJemal Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@martaguyo-u7b
@martaguyo-u7b Ай бұрын
Wlhy rabbin sin dhisuu sabarina😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@MureexorokingMurata
@MureexorokingMurata Ай бұрын
Wly jalala kana rabbiti ❤❤❤❤
@alemso9971
@alemso9971 Ай бұрын
Kutaa 2ffa osoo eganuu maloo😢😢😢😂😂😂
@SifaanK5844
@SifaanK5844 Ай бұрын
Uuufff❤❤❤❤😢
@The_black_sand
@The_black_sand Ай бұрын
😂😂😂😂😂 badawa tiyaan tun 😂😂😂😂
@adamYussuf
@adamYussuf Ай бұрын
Dubattiin ilmaa dhiratti akkamiitti bontti kumtu irraa qalliidhaa dhiraa mo dhaladhaa yoo mucaa kana diduu ta.ee urmii kee keessaa hin milkoftuu
@SamiraMohamed-e6p
@SamiraMohamed-e6p Ай бұрын
Wayii jalalaa tanaa wanti issini namaa gone jirtuu
@JamalUmar-v7w
@JamalUmar-v7w 23 күн бұрын
Dadamaa bartee essaa sii hayyamtii siila sharmunii daddamtuun tun nama isii jalatuu arkaanan bontii sanuu
@makiamakia-hz5nx
@makiamakia-hz5nx Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@yeshidejene7632
@yeshidejene7632 Ай бұрын
wawoo jechotaa akkaa nadhii damaa miyyoftuu qabdaa abboo sitii Haa toluu
@alemso9971
@alemso9971 Ай бұрын
Na haa dhufuu bagaa nagaan dhuftan
@Mama-ng5qb
@Mama-ng5qb Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉 rabbin gara si lafisuu
@ToofiqRashaad-i6d
@ToofiqRashaad-i6d 29 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@sidha2808
@sidha2808 Ай бұрын
Wlhii😢😢😢 Nan nahee
@ebsamekuri7873
@ebsamekuri7873 Ай бұрын
Aboo kiyyaan kennaa artii ajayibaa qaba of irrattii hojjadhuu dubartiin garuu siraa hin deemtu!
@FamiiAmaad-r2r
@FamiiAmaad-r2r 20 күн бұрын
Tan isii caaltu siif Haa kennu dhiirti qaaliidha hin keratin isii
@A13Gbe
@A13Gbe Ай бұрын
Woyyi jaalala tana 😢😢😢😢
@Mammeshaw1
@Mammeshaw1 23 күн бұрын
Ayiii miskina 😢
@SaadTcomeee-x1g
@SaadTcomeee-x1g 28 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤ Wayyii❤❤❤❤❤ saah
@Hayubaarbi-ye6fn
@Hayubaarbi-ye6fn Ай бұрын
Era namnii kun midhamee wly uuuffff miskina kooo😢❤
@danielkaffaala2224
@danielkaffaala2224 21 күн бұрын
Sagaleen ishee kan isaa biraati hanuma hindaqqoo wayiiti
@AbdikadirMisho
@AbdikadirMisho Ай бұрын
Part 2
@DjgDv
@DjgDv 24 күн бұрын
𝐰𝐨𝐰𝐨𝐰𝐨𝐰𝐨𝐰🎉🎉♥️💚❤️💯
@AbdulkaliqHamid
@AbdulkaliqHamid 27 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🎉
@muaazkamaal-q2j
@muaazkamaal-q2j 27 күн бұрын
Siin jaalladhallee hin jettuu.
@AbdishaaBaale
@AbdishaaBaale 22 күн бұрын
Isni waranii laltan maal jetuu sin mee?
@amenufuli7620
@amenufuli7620 Ай бұрын
Gurbaan akka mallee garaa naa nyaatee😊😊
Jiruu Kuulanii,  Diraamaa Mirga namoomaa
22:05
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 60 М.
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
BeatboxJCOP
Рет қаралды 18 МЛН
My scorpion was taken away from me 😢
00:55
TyphoonFast 5
Рет қаралды 2,7 МЛН
Keol Negesa - AMMA - New Ethiopian Oromo Music 2025 (Official Music Video)
6:15
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 169 М.
Harargee Liixaa tii Mi'eessootti Kontirobaandii Qr. Mil.150
4:03
Qajeelcha Poolisii Godina Booranaa
Рет қаралды 1,9 М.
Yeroo Jaalalaa
29:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 68 М.
Yakkii koo Dachaa Sabriina Jamaal
4:38
Direwood
Рет қаралды 2,8 МЛН
Sheikh Amin Ibro - Waan 4 khana yoo qabaate Milkooftee
56:45
Sheikh Amin Ibro
Рет қаралды 276 М.
ABSHAALOO - School Life - kutaa 46ffaa
24:34
Libsuu Media
Рет қаралды 201 М.
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 10, 2017
24:29
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 44 М.
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
BeatboxJCOP
Рет қаралды 18 МЛН