Ani protestantiidha, garuu bakka maqaan yesuus ulfinaan faarfatamu bira danda'ee hin darbu. Baayyee namatti tola. Iyyesuus ati ija jabinaan faarfatte si haa eebbisu❤
@burkagraphics10 ай бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu Faarfannaa dinqiidha Hafuurri Qulqulluun inni si keessa jiru si wajjin haa ta'u hamma dhumaatti
@mulukentsehay380810 ай бұрын
ተባረኪልኝ የኔ ውድ እህት ጌታ በበዙ ባርኮ ከዚህ በላይ እንድታገለግይ ይርዳሽ
@YohanesEticha10 ай бұрын
Zemenay. goftan iyesus gudda si haa Ebbisu.kennasa sif haa bayyisu.