#HeavenVoiceTeam

  Рет қаралды 261,687

JCP CHURCH

JCP CHURCH

Жыл бұрын

#PaulosTegegn_Hafuurrikee
#PaulosTegegn_Inni cabsee karaa baby
#MegersaBekele_Ganama Obboroo
#AdisuWedajo&DinkeMelka_Jaalallikee
#HenokJorji_Dhugaadha Natti tola
#YadesaShiri_kan Yesuus Jaalalli adda
#DesalegnTesfaye_Adoo si Yaame

Пікірлер: 298
@mulumenedo3987
@mulumenedo3987 Жыл бұрын
በኢየሱስ ስም ምን አይነት አምልኮ ነው ቋንቋውን አላውቀም ግን መንፈስ ቅዱስ በሚገርም ሙላት ሞልቶኝ ደስ እያለኝ እመለኩ ነው ወዳጆቼ ብርክ በሉልኝ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🥰
@ebisagenjo9781
@ebisagenjo9781 Жыл бұрын
thankyou yanewud yatalalayaye quwanqua binorim manfasachin andina andi yesus kiristos bicha nawu
@yohannisalemayehu6089
@yohannisalemayehu6089 Жыл бұрын
God bless you.
@ustazgazedinjalkabeofficia8278
@ustazgazedinjalkabeofficia8278 Жыл бұрын
Wallah baayyeema namatti toltu rabbi isin haa eebbisu Barak allah Garuu shamarran ituu surree dhiistanii qamisii dheeraa uffattanii faarfattanii caalaa bareeddu🙄
@starcell7372
@starcell7372 Жыл бұрын
dhugadhaa ebifaamii atis ebifaamii 👗
@faysahussein9956
@faysahussein9956 4 күн бұрын
I love this and so as my child
@hanni9845
@hanni9845 5 ай бұрын
Uuufffffeeeeyiii dhaggeeffadheen quufuu dadhabee dhugaa waaqayyoo Barrii keessaniifi jireenyi keessan haa eebbifamu maatii waaqayyoo Ayyaanichi dachaa isiniif haa baayyatuu kanuma caalattii 📖📖📖✅💯💝
@obsefikiru7253
@obsefikiru7253 Жыл бұрын
Dhugaadha waa'ee keessaniif Waaqayyo haa galatoomu! uf waanin jedhu hin qabu eebbifamaa! Baayyee namatti tola.
@Rapha-prayer
@Rapha-prayer Жыл бұрын
Maali issino jiru naa dhorkitaani! Goftaan issiin haa ebbisu! Jaabadha! Dhaabadha! Goftaaf jiraadha!
@almazhilu979
@almazhilu979 Жыл бұрын
Ameen ameen ameen waqayoo waqaa irraa akkaa badhadhumaa isatii isinaa ebisuu heddun ittii ebifamee dhugaa bayyee isinii jaladhaa obbolotaa koo❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@lelise21
@lelise21 Жыл бұрын
Hafuraa Qulqulluu karaa kesaan bayyee nu jajabesee! Ulfinaa isaa hafudhatuu
@waqayyooadbiikooisaadhugaa1462
@waqayyooadbiikooisaadhugaa1462 11 ай бұрын
Anmmmeenn Ammmeeennn😭😭😭😭😭😭😭😭 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 waqayyoo isani ha ebbisuu ebbifamaa
@dinkadinka3151
@dinkadinka3151 Жыл бұрын
Ameen ameen ameen ameen ebbifama dachadhaan ayyanni waaqayyo dachadhaan siinf haa baay'atuu dadabalee 🥰🥰🙏🙏
@mohammadnizam9822
@mohammadnizam9822 Жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen ebifamaa obbolowaan waqayyoo sabisuu
@hanchalubiru7881
@hanchalubiru7881 Жыл бұрын
Isiniin ilaallee jajjabaanna bara waaqeffannaan hafuuraa badee hunduu fooniin ta'e kana keessatti. Eebbaaf ta'aa!
@jiituuoromoo860
@jiituuoromoo860 Жыл бұрын
Uuuuufeeeeeeeee 🙏🙏🙏
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 11 ай бұрын
Amen amen my God blessing you jcp Church 🥰🥰🥰
@GraceHeals
@GraceHeals Жыл бұрын
Eebbifamaa, Waaqayyo guddisee isin haa eebbisu.
@derartudebeloo9791
@derartudebeloo9791 Жыл бұрын
Waaqayyoo abban waaqa irraa baraafi jireenyaa keessaan Haa eebbisuu gooftaan koo ♥️ baay'ee baay'ee lubbuu nama boqochisaa
@meseretufgae6256
@meseretufgae6256 Жыл бұрын
Hamma dhumaatti Ayyaanni Waaqayyoo isin haadhaabu😍❤
@seleshimengesha1700
@seleshimengesha1700 Жыл бұрын
Waqqaayyoon dachaan issin ha ebbisuu Ebbiiffamaa
@Leta-ce1ko
@Leta-ce1ko 10 ай бұрын
Gooftaan Koo kaattaan Koo isiin haa ebbissuu ijjollee waqaayyoo
@drarto2057
@drarto2057 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuf ebbiffama maqaa itaasustin ayyani goftaa kanaa calla isiinf ha baayi'atuu faarfana nama ebbidu nama jabbessudha
@biyaku6032
@biyaku6032 Жыл бұрын
Gooftaan bara keessaan haa eebbisuu! Baay'ee namatti toltuu, nuuf bula, tokkummaan kadhannaan jaalallii keessaan dhalootaaf fakkeenyaa haa ta'u.......
@boniishaneewallagga2547
@boniishaneewallagga2547 Жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen eebifaama dachaa dachaa 🥰🥰🥰🥰
@ayuwgga455
@ayuwgga455 Жыл бұрын
Hallelujah amen Afurikee najajjabessa 🙌🙌 Wa'ee keessanif waqayyo ha'ulfaatu
@hapeibren
@hapeibren Жыл бұрын
Waaqayooni baay'isse dacha dachaan isan haa baldhisu......hafura dibatatti addatti isan irraa jirra baldhadha,dagaaga,mo'a goftan isan haa Eebisu ❤❤❤❤
@EthioSuccess.
@EthioSuccess. 9 ай бұрын
I cant Speak Afan Oromo but I cant stop listening to this JCP Worshippers group daily....May God bless you all time
@jiituuoromoo860
@jiituuoromoo860 Жыл бұрын
Ebbifamaa 🙏👏🙏🙇🙇🙇
@Kingdomagenda
@Kingdomagenda Жыл бұрын
dhaggeeffadhee quufuun dadhabe, barri keessan haa eebbifamu!
@amanuelchali6584
@amanuelchali6584 Жыл бұрын
jaalallikee burqee yaa'ee hindhumu...gooftaankoo isin haa eebbisu
@lilimathewos6323
@lilimathewos6323 9 ай бұрын
Waaqqayyo daddabalee isin ha'eebbisu.
@AliceAtukunda
@AliceAtukunda 6 ай бұрын
Wow. Hallelujah
@misganayadesa
@misganayadesa Жыл бұрын
Baga nagaan dhuftan eebbifamaa
@gelanachibsa327
@gelanachibsa327 Жыл бұрын
Gooftaan ulfina isaa haa fudhatu. Ijoolle eebbifamaa.
@AberaBesha-lk3bu
@AberaBesha-lk3bu Жыл бұрын
Afuura kana keessaa homtuu isin hin baasiin eebbifamtanittuu dabalaa eebbifamaa baris dhumaa jirtii jabaadhaa hammasittuu hojii biraan asba'aa I love you all prease the Lord
@KenaYoseph
@KenaYoseph Жыл бұрын
Hafuuraan geggeeffamanii waaqeffachuu jechuun akkasi. Eebbifamaa
@abbaabilisummaaofficialtube
@abbaabilisummaaofficialtube 9 күн бұрын
Waaqayyo baraa fi jireenya keessan haa eebbisu!
@jesusismylife6591
@jesusismylife6591 Жыл бұрын
እግዚአብሔር ለዘላለም ይባረክ 👐👐👐በዘመናት መካከል ህዝብ ያላጣ ንጉሥ ስሙ ክብር ይብዛለት ይብዛ ይጨመርላችሁ ። ለምልሙ በደሙ ተሸፈኑ መንፈሱ ሁለንተናችሁን እስከ ክርስቶስ መገለጥ ይጠብቃችሁ
@user-pp3le9tp9q
@user-pp3le9tp9q 8 ай бұрын
Ameeeeeeeee Ameeeeeeeee Ameeeeeeeee Ameeeeeeeee haleluyyaa eleleleleleleelelleleelleleleleleleleleleleleel eleleleleleleelelleleelleleleleleleleleleleleel eleleleleleleelelleleelleleleleleleleleleleleel ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161
@biyyakeenyayaddugooftaadar5161 Жыл бұрын
Kan calla ayyani goofta macca itti isin haa dabalamu ebifama ebifama ijoollee kaku ameen amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖☝☝☝☝☝☝🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💘💘💘
@Grandas7358
@Grandas7358 6 ай бұрын
"...inni cabsee karaa banuu Na dura deemaa aha...haa..ha Na dura deema!"❤❤❤❤❤❤
@debelaseboka1068
@debelaseboka1068 10 ай бұрын
dhugumaa waaqqaayyoo gaargarsi kee naaf guudaadha maqaan kee haa gaalateefamuu ameeni ka,aa
@soolankebede3482
@soolankebede3482 Жыл бұрын
Wow baayyee Ebbiffama waaqni ammayyu Ayaanasa Suurasa kana itti isinifi haa dabalu Ebbiffama nuu jiraadha🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤
@soolankebede3482
@soolankebede3482 Жыл бұрын
Ameen Ebbiffama🙏🙏🙏❤❤❤
@tfggtfgf6140
@tfggtfgf6140 Жыл бұрын
Ameeenii Ameeenii Ebifamaa waqaayoo waqaraa Ayynaa isaa isiniratii hadabaluu oboolotaa koo Ebifamaa dachaa dachaa🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💖📖📖🇱🇧🇱🇧
@dagagamagarsa
@dagagamagarsa Жыл бұрын
team kana baay'een jaaladhe...eebbifamaa
@abdiidosa3722
@abdiidosa3722 Жыл бұрын
Araarrii kee , Jaalallii kee burqee ya'ee hindhumuu keessaa kottii! wow amazing worship.
@rusasiraemmanuel4771
@rusasiraemmanuel4771 Жыл бұрын
God bless you nukuri ndabakunda am in Rwanda
@dadhittiidrinttallaawallag5671
@dadhittiidrinttallaawallag5671 Жыл бұрын
Dama chalaa miadhayaaa waqqaayyoon farrsuun🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@desistuutsagaye154
@desistuutsagaye154 Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen wowow wowowow Uuuuuuuuuffeeeeee haleluyaa ulfadhu waqaa koo ameeeeeeeeeeeen ❤️❤️❤️❤️❤️📖📖📖📖📖❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa dachaa dachaa saba kakuu
@user-rc3oy2su4f
@user-rc3oy2su4f 9 ай бұрын
Ameen ameen ameen ebbifamaa dachaa ayyana waaqayyo ufadhaa
@chemedabirhanu4189
@chemedabirhanu4189 Жыл бұрын
Waaqayyo haa ebbifamu, faarsaa kanaan baay'ee ebbifame. Waaqayyo bara keessan haa ebbisu !
@urjiiitalaabadiyya1947
@urjiiitalaabadiyya1947 Жыл бұрын
Uuuufffeee ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa ❤❤🤲🤲🙏🙏
@BekanWakuma
@BekanWakuma Жыл бұрын
Waaqayyo isin haa ebbisuu, lubbun koo itti ebbifamteetti akkasuma ebbifama!!!!
@lemanedereje8708
@lemanedereje8708 Жыл бұрын
Eebbifamaa
@user-sq8fx3ez7l
@user-sq8fx3ez7l 4 ай бұрын
Uuuuuuffffff Ameeen yesuusekoo afuurri kee na jajjabeessa yeroo gaddaattis yeroo gammachuuttis,Ameeen abbaakoo bagan kan kee ta'e madda nagaa koo!!!!Baraaf jireenya keessan haa Eebbisu jabaadhaa.
@almaztessera331
@almaztessera331 Жыл бұрын
Amen Amen Amen Thank you Lord 🙏🙏🤲🤲
@gosaalemu5755
@gosaalemu5755 Жыл бұрын
Baayee Baayee itti eebbifamne eebbifamaa
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Ameeeeeeeeeen ameeeeeeen ebbifamaa 🥰👏
@tarikugemeda3556
@tarikugemeda3556 Жыл бұрын
Waaqayyoo gama hundaan isin haa Eebbisu, b.b.itti eebbifamaa jirra!.
@bikochannel7736
@bikochannel7736 Жыл бұрын
"There is no one else for me None but Jesus Crucified to set me free Now I live to bring Him praise" woooow bless you my parents
@BirhaneTola
@BirhaneTola 10 ай бұрын
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@oliifidaa15
@oliifidaa15 Жыл бұрын
Eebbifamaa ijoollee waaqayyoo isin dawwachaa jirra
@user-rd9iq6rv9p
@user-rd9iq6rv9p Жыл бұрын
Maqaa yesuusiin eebbifamaa ani ergaan isin ordoofuu qabe baay'ee Hafuura isinii irraa jiruutti boqodhew😮❤❤❤🎉🎉😢😢😢
@eliastadesse4230
@eliastadesse4230 Жыл бұрын
what a song what a voice what a music! all the glory belongs to God! be blessed forever! baroonni keessan siniif ha eebbifamu !
@damaksaadimasu3292
@damaksaadimasu3292 Жыл бұрын
As I listen to this worship, I think of how sweet and precious the old songs are. Obboloota eebbifama.
@ZemeneSenbeto
@ZemeneSenbeto 7 ай бұрын
I heard this song more than Ten times ..wow May God bless you...Let us fight depression and stress with his spirit !!!!!!!!!
@debisataressa6453
@debisataressa6453 Жыл бұрын
"Waaqayyo Gooftaan, Jabina kooti" Waaqayyo isin haa Eebbisu.
@yohannisalemayehu6089
@yohannisalemayehu6089 Жыл бұрын
God bless you really, thank you.
@kingcell4953
@kingcell4953 Жыл бұрын
farfanaa poulef mage wan harsetanif bye ntitolee ebfamaa jabdaa ❤❤
@user-pz2wk6it9i
@user-pz2wk6it9i 6 ай бұрын
WOW tebareku ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ameeen ameen ameeen ameen ameeen ameen ameeen ameen ameeen ameen ameeen haleluyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@addisbalchwo8152
@addisbalchwo8152 10 ай бұрын
Ameenn❤️🙏
@misganuwayessa1093
@misganuwayessa1093 Жыл бұрын
anaa dhufu
@yohanisyadeta4890
@yohanisyadeta4890 Жыл бұрын
Dhugaa dubbaachuuf baay'ee ajaa'ibaa. Isin silaa iyuu Eebbifamtaniitu ammas waaqayyoo bara keessaani fi waan kan keessaan ta'e hundaa haa ebbiisu .
@dadhittiidrinttallaawallag5671
@dadhittiidrinttallaawallag5671 Жыл бұрын
Uuffeekaa Ameeeen Aameeen Eebbiifama obbollotaa koo bayyeen isaniti gamadaa yerron farfana keessaan dhagefadhu bayyeen itti ebbiifama otton siin walliin farfanee bayyeen jaladhaa yoo fedhaa waqqaayyoo tahee🙏🙏🙏🙏🙏🙏😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️
@BijigduBirabasa
@BijigduBirabasa Ай бұрын
Baayyee na boqochiseera waaqayyoo sin ha eebbisu,ayyaana isaan eegama
@wario3010
@wario3010 2 ай бұрын
Waaqeeffannaa hafuuraa True real Worship 🙏🥰
@raajiigaammachuu5118
@raajiigaammachuu5118 11 ай бұрын
Haleluyya hafuurrikee na jajjabeessa 😢❤❤
@kingcell4953
@kingcell4953 Жыл бұрын
barkesanif tajajieli kesan hebifamu rhobotinn taa❤❤
@user-dz6hu6ww7w
@user-dz6hu6ww7w 6 ай бұрын
Wow baay'eema namati toltu waaqayyoo dachaa isiin haa eebbiisuu jabaadha
@user-wi1tc1yi4s
@user-wi1tc1yi4s 11 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤
@user-mq5bj2uw9j
@user-mq5bj2uw9j 4 ай бұрын
Afaaa jiradhaa baraa hamaaf baraa ulfaata kana keessa waqayyoo amayyuu boobahaa isaa jalaa dhoksee isin haa kayatuu ufee baayee namaa boqochisaaa ameeeeeeeen ameeen !!!?
@bashafayissa8204
@bashafayissa8204 10 ай бұрын
The Spirit of Salvation; thank you all.
@Nafii7024
@Nafii7024 2 ай бұрын
Mal anoo nan qabana'ee dhuga rabii umrii dheradha jiradha uuufffff ❤❤
@gutamagefel6548
@gutamagefel6548 Жыл бұрын
amazing worship well continue God bless u
@obsechala2548
@obsechala2548 Жыл бұрын
Uuuuuuffffffeeeee
@Leta-ce1ko
@Leta-ce1ko 10 ай бұрын
Goftaan ayyanaa Isaa isin irraatti haa hambissu farsaa humnaa of keessa qabuu ittinan ebbifamee dhuga hoolichaa mudaa hin qabnee
@fanos5486
@fanos5486 Жыл бұрын
Ameeeen ebiffaamaa
@user-gv2hl4yp7u
@user-gv2hl4yp7u 3 ай бұрын
Eebbifama❤❤❤❤❤
@lensahunde3315
@lensahunde3315 Жыл бұрын
,eebbiifaama
@abdinegesa8738
@abdinegesa8738 Жыл бұрын
Ameen!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@user-dw7tw8pu7z
@user-dw7tw8pu7z 4 ай бұрын
WOW ADDUMAA WAAQAYYOO BARA TAJAAJILAA KEESSAN HA EEBBISUU EBBIOFAMAA
@bekikotola5261
@bekikotola5261 Жыл бұрын
Waaqii isiin Eebbiisuu Eebbiifama
@gadisadaba7627
@gadisadaba7627 Жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisu
@tarikunefo2479
@tarikunefo2479 Жыл бұрын
Barri keessan haa eebbifamu, faarfachaa hafaa!
@tanantaye6561
@tanantaye6561 Жыл бұрын
God bless you guys 🙏🙏
@lenchosoressaoromia9158
@lenchosoressaoromia9158 Жыл бұрын
waaqayoo isin haa eebbisuu guddaa!!!!
@mimitug7427
@mimitug7427 10 ай бұрын
Ameeeen ebbiifam dachaa dachaa
@markentube1813
@markentube1813 Жыл бұрын
Waaqayyoon isiin ha Eebbissuu ❤️❤️❤️❤️
@isayasa9026
@isayasa9026 Жыл бұрын
Haa galatoomu inni jajjabeessaa keenya! obboloota jaallatamoodha isin waa'ee keessaniifis guddaan waaqayyoon galateeffadha!
@derejedufera9320
@derejedufera9320 Жыл бұрын
Waaqayyoo Guddaa Isin Haa Eebbisu
@user-nw1zn1jq7f
@user-nw1zn1jq7f 6 ай бұрын
wow!! amezing worship God bless you jcp church and also Heaven voice team,,,,,,,,,,,,,,,
@HopeOfLife.
@HopeOfLife. 2 ай бұрын
God Bless You All! Ulfinni Waaqayyoof haata'u! Ayyaanni kun itti isiniif haa dabalamu!
AMANUEL SARBEESSAA | NEW LIVE WORSHIP | JCP CHURCH
37:07
JCP CHURCH
Рет қаралды 1,3 МЛН
#MichuuDhugaa #HeavenVoiceTeam #LiveWorship #2024
30:40
JCP CHURCH
Рет қаралды 61 М.
Зачем он туда залез?
00:25
Vlad Samokatchik
Рет қаралды 3,2 МЛН
HAPPY BIRTHDAY @mozabrick 🎉 #cat #funny
00:36
SOFIADELMONSTRO
Рет қаралды 17 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma #comedy
00:26
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 12 МЛН
Yesuus Koo || Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Gullallee || G. Toosiftootaa ft Amaanu'eel Ittaanaa
42:02
Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Gullallee
Рет қаралды 90 М.
JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024
11:47
Tamagn Muluneh Official
Рет қаралды 255 М.
Heaven Voice Chior Live worship best
24:02
Dare Tube - ደሬ ቱበ
Рет қаралды 8 М.
#SIJAJEE #LiveWorship  #HeavenVoiceTeam #JCP CHURCH
24:02
JCP CHURCH
Рет қаралды 542 М.
NIFTALEM TAFFASE | NEW LIVE WORSHIP | JCP BAND |
44:19
JCP CHURCH
Рет қаралды 128 М.
Gospel singer Abrham Tarre "hafuuri kee na jajjabeessa"NG Tv world wide
20:22
New Generation Tv Apostle Dejene Tashome
Рет қаралды 230 М.
SITU JIRAAN JIRAA! SINGER AMANUEL SARBESSA||NEW WORSHIP||HAND OF GOD@prophetmintesinotbefikaduoffic
34:19
SAFUU JAALALAKEE |  #HeavenVoiceTeam | LIVE WORSHIP | JCP CHURCH
28:19
JIREENYI KIYYA || NEW WORSHI|| FAAR.AMANUEL  SARBESSAA|WAAQEFFANNAA |@prophetmintesinotbefikaduoffic
29:26
Әбдіжаппар Әлқожа - Ұмыт деме
3:58
Әбдіжаппар Әлқожа
Рет қаралды 780 М.
Iliyas Kabdyray ft. Amre - Армандадым
2:41
Amre Official
Рет қаралды 1,5 МЛН
Munisa Rizayeva - Aka makasi (Official Music Video)
6:18
Munisa Rizayeva
Рет қаралды 8 МЛН