#SIJAJEE

  Рет қаралды 543,097

JCP CHURCH

JCP CHURCH

2 жыл бұрын

#TolawakTasisa_Abdii si godhadhe
#FenanBefikadu&BonneyWakjira-Maqaasaa Waamtee
#TekesteGetunet_Halelujah
#MegersaBekele_Gooftaakoo Waaqa jiraataa
#PaulosTegegn_Haleluyya

Пікірлер: 393
@medanashebir5388
@medanashebir5388 2 жыл бұрын
ኦሮሚኛ ቋንቋ በቻልኩ ብዬ እንድመኝ ነው የምታደርጉኝ! ውድድ ነው ያደረኳችሁ! ዛሬ ሁለተኛ ሳምንቴ ይሄን መዝሙር በየቀኑ መስማት ከጀመርኩኝ love you guys.
@tesfukiyya1046
@tesfukiyya1046 2 жыл бұрын
kalal nw tsel timarale
@selinakefe1740
@selinakefe1740 Жыл бұрын
Ene erasu😊
@oleraimana866
@oleraimana866 2 жыл бұрын
Wow! Hafuuruma kanaan ittii fufaa. Waaqayyo ammallee ayyaana isaa isiniif haa baay'isu.
@vincentmureithi1747
@vincentmureithi1747 Жыл бұрын
I am from Nairobi, Kenya there is a deep meaning in this song I don't speak Ethiopian but what I have realized about lifting songs about God no matter what language you speak to praise God you won't need to be told even your spiritual soul feels it Hail Christ.
@caaltuutube5609
@caaltuutube5609 Жыл бұрын
Good good ❣️
@hannahduba9258
@hannahduba9258 Жыл бұрын
Ameeen
@farfatuachu
@farfatuachu Жыл бұрын
God bless you bro
@bikilaterfassa893
@bikilaterfassa893 Жыл бұрын
Namati tolaa jabbadha
@EgereTolera
@EgereTolera Жыл бұрын
It is amazing song, praising Our JESUS LORD. WOW WOW WOW WOW WOW.............. HALELUYYAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAA
@wondimufilimon5583
@wondimufilimon5583 2 жыл бұрын
I can't speak Oromiffa, but can't stop listening this worshiping! Be blessed!
@EgereTolera
@EgereTolera Жыл бұрын
THANKS BRO. JUST YOU HAVE TO TRY TO SPEAK WITH OROMO PEOPLE
@copybelina8910
@copybelina8910 2 жыл бұрын
Kaayyoon nuti lafa kana irratti uumamneef jaalallee keenya isa ta'ee Kristoosin jajachaa waaqeffachaa olaantummaa isaaf kennaa jiraachuufi... baay'een isin jaalladha my family/Heaven Voice choir Ayyaannii hunduma keenyaaf haa baay'atu!
@wedawendimu5831
@wedawendimu5831 Жыл бұрын
oromegna alichilm gn endet ende wededikut geta lezelalem yimelekal አሜን
@user-xl4jk8uo1d
@user-xl4jk8uo1d 8 ай бұрын
Abdii si godhadhee hin leeyyaane!! Ragaadhaan hojiikee mul’iste. Waaqako baraa hamma baraa jajami❤❤❤
@AliHraibe-bf3nz
@AliHraibe-bf3nz 3 ай бұрын
❤❤❤
@CharinatLidyyaa
@CharinatLidyyaa 15 күн бұрын
Ammen ammen ammen ammen ammen
@kebenualemu1385
@kebenualemu1385 10 ай бұрын
waaqayyo baraaf jireenya keessan ha eebbisu baay'een isin jaalladha. gooftaa keenya yesus kristosiin bara baraan ulfina isaa himaa hafaa
@abdimolla528
@abdimolla528 2 жыл бұрын
Ufekaa siyaa kumatamaa dhagefataan hin qufamuu waqayyoo bara jirenyaa keessani afuraa Qulqulluu isin yaa qubsuu
@user-cl3tg8nz6z
@user-cl3tg8nz6z 4 ай бұрын
Haleluyaaaaaaaa ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen eleleleleleleleleee ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ ebifamaa Waaqayyoo isiin haa ebisuu ayyaanni Waaqayyoo isiraa haa ta'u calaa ❤❤❤❤
@eyeluethiopia9783
@eyeluethiopia9783 Жыл бұрын
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen ebbifamaa dachaa dachaa 😍😍😍😍❤️❤️🤲🤲🤲🙏🙏
@dhugaatokkicha5584
@dhugaatokkicha5584 2 жыл бұрын
🎶Abdii si godhannee hin yeellane ❤️ Heaven voice
@Aster140
@Aster140 Жыл бұрын
Ameen Ameeen Ameeen uuuuuuuuuufii yesus ebifama ililiiiiiii ililiiiiiii ililiiiiiii Goftaa kenyaa galanii ketii 💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@aklilubesha7697
@aklilubesha7697 2 жыл бұрын
Aboo Waaqayyo inni jiraataan jireenya keessan haa eebbisu karaa hundumaan. Darbaan isin jaalladhe sagalee walsimataa❤️🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾
@user-ln8mn5qm2z
@user-ln8mn5qm2z 9 ай бұрын
Dhugaa fi Hafuuraan waaqessuun akkas. Nuuf jiraadhaa!
@DreamerTube-uz4ct
@DreamerTube-uz4ct Жыл бұрын
EEBBIFAAMA waaqayyoo isin haa eebbisuu
@caaltuutube5609
@caaltuutube5609 Жыл бұрын
Uffu dhageffatamee hin quufamu amen amen amen amen dhugaadha ragaadhan hojii isaa mullise 🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳🥳
@obsedheresa2713
@obsedheresa2713 2 жыл бұрын
ebbifami dachaa ijoolee waqaayyo barii keessan haa ebbifamu 🙏🙏🙏🙏🙏❤️♥️❤️❤️
@birehaneguta8411
@birehaneguta8411 Жыл бұрын
Wow Ara geta eyesus abizito yebarikachu betam megarim manfas yelebet mazimur nw kokewu bayegabegn Amen beyelewu
@asterialamu4905
@asterialamu4905 2 жыл бұрын
Waqayon isin ha ebisu ebifama baye namati tola olimani waqayo kenya yesusi kirstos baye namati tola yero huda argatanusi dhabanusi ini gaftadha bara hama barabarati Ameeen
@zebeneyirga221
@zebeneyirga221 Жыл бұрын
Baayee ebifaamma waaqayyoo siwajini haatuu eebbiifaam
@tolinekebede964
@tolinekebede964 2 жыл бұрын
God bless you all dhageefadhee qufuu hin dandenyee bayee ittin ebbifamera
@geletaatomsa1165
@geletaatomsa1165 2 жыл бұрын
dhugaadha addatti hedduu jalladheeraan dhugaadha egaa ergaan ilaalee kasee bayyee jireenya koo jijireen dhuggaa dubbachuuf amoo koo hedduu itti boneeraan
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593 Жыл бұрын
Uuuuuuufffee ebbifama ebbifama ebbifama maqa yesusin
@ebisaasfaw
@ebisaasfaw Жыл бұрын
From day one I heard this song, it became my daily meal. Can't stop listening. You guys are rejoicing in the Spirit of God and also connecting all of us. Thank you!
@techinformation6220
@techinformation6220 Жыл бұрын
Waaqeffannaa yoomiyyuu hin quufamne! Eebbifamaa!!
@gadisabekele3688
@gadisabekele3688 Жыл бұрын
Gartuu kanaan baayee Waaqayyo isin haa eebbisu jechuun jaaladha,dhugaadha guddaan boqodhe yeroon faarfannaa keessan kana dhaggeeffadhe, buufadhees mana kootti irra deddeebi'een dhaggeefataa jira; jabaadhaa harka walqabadhaatii isa kanaan duraa caalaa hojii waaqayyoo hojjedhaa, isa jalqabdan kana addaan hin kutinaa, Kristoos inni gatii nama hundumaa of harkaa qabu deeb'ee ni dhufa isa ilaalaa jabaadhaa.Gaaddisaan jedhama Asoosaa irraa!
@sagniasefabake6463
@sagniasefabake6463 Жыл бұрын
Waaqayyoo Bara keessan haaebbisu farfannaa kanaan Gaddafi bayyee irraanfadhe Gammachuu hedduu gonfadheera.
@gadaayemane7100
@gadaayemane7100 2 жыл бұрын
uuuuuuuffeeeeeeee akka malee ittin eebbifameera, eebbifamaa maatii waaqayyoo
@shibirugudisa8812
@shibirugudisa8812 Жыл бұрын
Eebbifamaa obbolaa koo Eebba Waaqarraan inni isin eebbise ol ol haa jedhu amma iyyuu🎶🎶🎶🎶
@siifanbeenyaa9867
@siifanbeenyaa9867 Жыл бұрын
Dhuga bayyen itti ebifame ebifama waqaayyoo ayyana isaa isinifi haa bayyisu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@ruthalamu3362
@ruthalamu3362 Жыл бұрын
Wwwww waaqayyoo hafuraa Qulqulluu Qulqulluu isini haa guttu
@marrylome9804
@marrylome9804 Жыл бұрын
Woww dhagaffadheni qufuu dhadhabe waqqayyo siin haa ebbisuu! Eleleleleleleleleleleele lelelele
@yeserashtadese7185
@yeserashtadese7185 Жыл бұрын
Ebbifamaa ayyaani Waaqayyoo isiiniif haa baay'atu!
@abditubeofficialchannel3072
@abditubeofficialchannel3072 2 жыл бұрын
Oooow ajaayiba dhugaadhumatti ammayyuu jabaadha kan kana caalu hojjedhaa
@ifabalay
@ifabalay 2 жыл бұрын
Ameen Waaqayyoo Waqaa irra isin haa Eebisuu
@tarikunefo2479
@tarikunefo2479 Жыл бұрын
Dhaggeeffadheen qufuu dadhabe..., bara Keessan Waaqayyo haa eebbisu!
@bekiigaddisa238
@bekiigaddisa238 Жыл бұрын
Woow Woow Woow god bless you ever one so much amazing waqqayoo baraa kesaan haa ebbisuu kaa maloooooooooo hallelujah
@lomimamo9563
@lomimamo9563 2 жыл бұрын
Ammen ammen uffe sin ha ebbisuu ka dabale goftan macaaa 🙏🙏🙏🙏
@waqayyooadbiikooisaadhugaa1462
@waqayyooadbiikooisaadhugaa1462 11 ай бұрын
AMMMMMMMEEEEENNNNN UUUUUUUUUUUUUFFFFFFFFFFFEEEEEEEEE HALALUUYAA EEEEEEEEEEE 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 WAQAYYOO ISINI HA EBBISUU EBBIFAMAA EBBIFAMAA IJOOLEEE KAKKUU ❤❤❤❤❤❤❤
@wondimugobena3275
@wondimugobena3275 Жыл бұрын
Bless you my brothers and sisters. Waaqayyo Abba garriin isin haa eebisu
@bontumitiku9101
@bontumitiku9101 Жыл бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisuuuu!!!!!!
@DerartuAsfawOlana
@DerartuAsfawOlana 2 жыл бұрын
ebbifamoo koo ayyaanni kristoos isiif bayyatera bayyee namatti toltu dhugaa
@mulukengetachew-l8u
@mulukengetachew-l8u 21 күн бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu ittiin eebbifamneerra dhugaa
@monalizaodu5583
@monalizaodu5583 6 ай бұрын
Waw wakeyoo sibera jeeraa
@gannatibirruuman9584
@gannatibirruuman9584 2 жыл бұрын
AMEEEN AMEEEN AMEEEN eebbifamii maqaa yesuus nama nazirtin
@FantayeeAsefaa-dq9wf
@FantayeeAsefaa-dq9wf 17 күн бұрын
Yokumma keessaan haa cimssiu Waqayyoo Eebifamaa ❤❤
@martajobir2106
@martajobir2106 Жыл бұрын
Moggati isaa dhise gamachuf arragalfii iddoo bira hin barbaduu ,Maqa issa wamte lubbunkoo dhebushe batti yesuskoon hawwi kan bira hin qabdu saa dhiste biraa hin barbadu ................... ❤ barii kessan hundu mana waqayyo kessa issinif haa ta'uu!!!
@gemechiszerihun5534
@gemechiszerihun5534 Жыл бұрын
Waaqayyo ayyaana isaa isiniif haa baay'isu. Eebbifamtaniittu. Waaqeffannaa keessa namaa seenuudha.
@1walal
@1walal 2 жыл бұрын
Ayyaanni waaqayyoo isiniif ha baayyatu uuufffffg
@derejedufera9320
@derejedufera9320 2 жыл бұрын
Eebbifama baayyeen ittin eebfame
@bekumaetefa992
@bekumaetefa992 2 жыл бұрын
Waaqayyo inni isin jaallattanii duukaa buutan; Inni isin isa weeddiftan kun baayyee isin haa eebbisu!!!
@BURKAROBI
@BURKAROBI 2 жыл бұрын
Waaqayyo bara keessan haa Eebbisu!
@user-ud6jb3sh9z
@user-ud6jb3sh9z 8 ай бұрын
wow tirgumun salakewm endet ende wededkut geta tsegawn yabizalachu tebareku
@chaliihaile2056
@chaliihaile2056 Жыл бұрын
Wow heddu baredda waqayyo isiin haa ebbisuu❤️❤️
@Kingdomagenda
@Kingdomagenda 2 жыл бұрын
dhaggeeffadhee quufuun dadhabe, baayyen itti eebbifame, eebbifamaa! jabaadhaa itti fufaa!
@bisingediba7385
@bisingediba7385 2 жыл бұрын
Waaqayyoo Bara keessan haa eebisu. Faarfaana hin qufamne. Ituuma fufaa kan issiin dhaabsiisu hin jiraatiin. Jaabaadhaa.
@lamessaalemayehu289
@lamessaalemayehu289 2 жыл бұрын
Elilililililil ..........waaqayyo ammayyuu ha jajamu Abo. Eebifama obolaako
@almejesus900
@almejesus900 2 жыл бұрын
Uuuuuuffffff Ameeen Ameeeen eebbifama dachaa akkam namatti Tolaa
@zarihuntolera950
@zarihuntolera950 Жыл бұрын
Gooftaan isin haa ebbisuu. Hafaa jiraadha
@dawitjosephetana9750
@dawitjosephetana9750 2 жыл бұрын
Jabaadha ebifaama amas bifaa haaradhan dafaa koota
@sheneshene1014
@sheneshene1014 2 жыл бұрын
AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN EBIIFAMAA EBIIFAMAA EBIIFAMAA EBIIFAMAA EBIIFAMAA EBIIFAMAA EBIIFAMAA EBIIFAMAA EBIIFAMAA EBIIFAMAA DACHAA DACHAA SABAA WAQAYOO HUDII KEESAN ❤♥
@maru-ly2lu
@maru-ly2lu 2 жыл бұрын
Ebbifamaa ijjoollee ebbaati isin
@maartiketbekele4369
@maartiketbekele4369 11 ай бұрын
Ameen Ameen ebifamaa ❤❤❤
@lemanedereje8708
@lemanedereje8708 Жыл бұрын
Waaqeffannaa aja'ibaa dha Eebbifamaa 🙌
@amanuelnemomsa7065
@amanuelnemomsa7065 Жыл бұрын
Waqaayyoo isiin haa eebbisuu
@setesete8014
@setesete8014 Жыл бұрын
Gooftan isin haa ebisu bari keesan mana isa keesat haa ta'u amazing
@birkeangesa6760
@birkeangesa6760 Жыл бұрын
Amen waqayyoo sifii habayatuu
@eyobabdisa1454
@eyobabdisa1454 2 жыл бұрын
Who ignore you after this ,boom.golden buuzle
@mintefantaye1269
@mintefantaye1269 2 жыл бұрын
What a graceful worship our God is The God of all languages. May God bless you all. ቀጥሉበት ጌታ ተስፋ ለምታደርገዉ ለምትሻዉም ነፍስ መልካም ነዉ።
@gemechutsega7505
@gemechutsega7505 Ай бұрын
IJOOLLEE DIBATAA
@ethiopianculture9663
@ethiopianculture9663 Жыл бұрын
ጌታ ኢየሱስ አብዝቶ ይባርካችሁ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BekanWakuma
@BekanWakuma Жыл бұрын
Dhalootaa Wangeelan bahee hin dhabanne isiin hAa godhuu Gooftan ammalle sichiis. No comment!! gooftaan gooftadha
@kilaseifu6178
@kilaseifu6178 Жыл бұрын
Eebbifama maqa Yesuusin!
@girmaatashoomeeyaadataa4338
@girmaatashoomeeyaadataa4338 2 жыл бұрын
waqqayyoo isin haa ebisuu
@hiwotabanazer9482
@hiwotabanazer9482 2 жыл бұрын
Amen amen amen ilililillllllll 🙏🙏👏👏👏
@abrahambalcha7992
@abrahambalcha7992 2 жыл бұрын
Guddadhaa! hamma dhumaatti kan faarfatan ta'aa!, ijoolleen eebbaa akkas bareeddee mi'oofti, nadhii dammaa akkasiin waaqayyoon garaa irraa waaqaffachuun attam nama gammachiisa.
@danielwakjira6589
@danielwakjira6589 2 жыл бұрын
Waaqayyoof galanni haa ta'uu!
@chaltukumsa5401
@chaltukumsa5401 Жыл бұрын
Barii Jirenyaa keessaan haa Eebbifamuu
@tokkichaobsa9534
@tokkichaobsa9534 2 жыл бұрын
Wow bayyee Bayyee waqefana namati toluu ebbiifaama ebbiifaama darbaa jiraadha
@bontuumeta4391
@bontuumeta4391 2 жыл бұрын
Eebbifamaa 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@chalatolossa4995
@chalatolossa4995 Жыл бұрын
Ulfaadhaa bifuumaa kanaan itti fufaa Ulfaadhaa ebifamaa.
@MulataTesfa-cw2nc
@MulataTesfa-cw2nc 3 ай бұрын
❤❤Waaqayyo bara keessan haa eebbisu
@georgedirirsa2896
@georgedirirsa2896 2 жыл бұрын
Dhugaaf Haafuraan kan jedhamuu kana kunoo,
@ababotube11
@ababotube11 2 жыл бұрын
Can't stop listening this worship song 🙌 God bless U blessed sisters&brothers....😍😍
@bontuumeta4391
@bontuumeta4391 2 жыл бұрын
Can’t stop listening this worship song 💓💓💓🙌 Ameen Ameen eebbifamaa ❤️❤️❤️❤️❤️
@dachasabafikadu8617
@dachasabafikadu8617 2 жыл бұрын
Ayyaanni isiniif haa baay'atu. #Fayyeeraa Admaasuu
@merdokeyosgebeyehu7773
@merdokeyosgebeyehu7773 Жыл бұрын
🙏Eebifamaa💝💯
@ayuwgga455
@ayuwgga455 Жыл бұрын
Ellllllllllle Hallelujah amen amen
@enviomartinezhermanos8255
@enviomartinezhermanos8255 Жыл бұрын
Cant stop listening to this heavenly worship may God bless you all and give you more grace.. eebifama
@amudil291
@amudil291 Жыл бұрын
10:23
@jcpchurchet
@jcpchurchet 2 жыл бұрын
Isin eebba keenya dha.
@KetemaNekemte
@KetemaNekemte Ай бұрын
Amazing worship God bless you.
@user-rj4nh8vz3y
@user-rj4nh8vz3y Жыл бұрын
Ammeen ammeen ammeen ebbiifamaa ebbiifamaa dachaa 🙏 ♥ ❤ 👌
@selamawitmesfin9456
@selamawitmesfin9456 Жыл бұрын
😍😍😍 tebarku
@naniyosemite9070
@naniyosemite9070 Жыл бұрын
Eebbifamaa ammas ogummaa ittiin waaqayyoon tajaajiltan isiniif ha baayyisu ♥️♥️♥️🙏🏽🙏🏽
@desalegnburkabortie1001
@desalegnburkabortie1001 Жыл бұрын
What amazing worship? All of you are blessed
@tadduzelke7019
@tadduzelke7019 2 жыл бұрын
Wow waqayyo isin haa ebbisuu ebbifamaa
@tarikugemeda3556
@tarikugemeda3556 2 жыл бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu! Badhoo...
@muletatuli6866
@muletatuli6866 2 жыл бұрын
Faarsaa baay'ee laphee namaa cabsuu, dhaggeeffadhee quufuu hin dandeenye!! Eebbifamaa!
@misgemanmisgeman
@misgemanmisgeman 2 күн бұрын
Ameen ebifama
#Yesuus #Live Worship #HeavenVoiceTeam #JCP Church
31:12
JCP CHURCH
Рет қаралды 646 М.
No empty
00:35
Mamasoboliha
Рет қаралды 3 МЛН
Looks realistic #tiktok
00:22
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 106 МЛН
JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024
11:47
Tamagn Muluneh Official
Рет қаралды 300 М.
SAFUU JAALALAKEE |  #HeavenVoiceTeam | LIVE WORSHIP | JCP CHURCH
28:19
Solomon Adugna-QAALIIDHA! (Official Music Video) @solaadugnatube7391
7:23
GALMA KOO : GURMUU FAARES AMBOO
7:07
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 653 М.
MIRKANEEFFADHEERA.|| LIDIYA DERESSE New 2024
5:46
Lidiya Deresse Official
Рет қаралды 1 МЛН
MARANATA | BURAYU PREP FELOWSHIP 2021
6:36
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 411 М.
Munisa Rizayeva - Aka makasi (Official Music Video)
6:18
Munisa Rizayeva
Рет қаралды 11 МЛН
Serik Ibragimov ft IL'HAN - Жарығым (official video) 2024
3:08
Serik Ibragimov
Рет қаралды 49 М.
Taxi
3:06
Sadraddin - Topic
Рет қаралды 94 М.