Jiruu fi Jireenya Jaamboo Jootee

  Рет қаралды 283,004

OMN

OMN

Күн бұрын

Пікірлер: 248
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 3 жыл бұрын
Hayyuun lubbuu ummataatii eeguu dhalootaaf beekumsaaan biyyeefis kurreejilbaatii karaan dursii barnootaa haqa ummataatii Dr ijaafi gurraattis freejohar Muhammad
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 3 жыл бұрын
Gzx Usmaan kolfee barnootaa haqa ummataatii harkii hojii dhalootaaf waraanaa beekumsaaan biyyeefis goota deemsi hojiidha karaan garaadha biruma nafa keessa beekaniin guuza guyyaan hojiif Subahannallah beekumsaaan eeguu welcome omn
@NoorAl-fw4uu
@NoorAl-fw4uu 4 жыл бұрын
Nama ofi osso jiruu dinqiisifachuu hoyyaa gotta keena sii jallaan ❤️❤️❤️gubanni hacee naaf bahuu didde😭😭❤️
@t.gdamse419
@t.gdamse419 4 жыл бұрын
Bayy'ee sii jalaana nuuf jiradhuu
@dkkhn5296
@dkkhn5296 4 жыл бұрын
Mashii
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 3 жыл бұрын
Seenaaf yaada sammuu keessi imimmaanii gaafa ummata ofii dugdii abbaaf garaan marii eegnee diina onneen marii nageenyaa qaamaa ummataatii sirna hargansuu dhalootaaf harkiifi harmiis diina did rakkoodha gurris waraana dubbii freejohar Muhammad
@Ayantu9446
@Ayantu9446 9 жыл бұрын
kabajamaa fi jaalatamaa artistii keenya Jaamboo Jootee kabajaa fi dinqisiifannaa guddaan siif qaba.dubbiinkee kun imimmaan na buusise.falli jiru gara Ayyoota, abbaa qabeenyaafi uummata guutuu harkadha.wanna keenya irratti abbaa tahuu qabna ija jabaannee.artistonni keenya hunduu ijaa fi gurra keenyadha.nuuf jabaadhaa seenaa kana jijjiiruus qaban.
@sameeramuhamned1927
@sameeramuhamned1927 7 жыл бұрын
wawwwwoo jaamboo jootee hedduu galatoomi siin jaalana jabbadhu umuiiri si haa dheeresuu rabbiin nufi jiradhu lammii koo hadhura oromoo nuufi jiraadha bakka jirtaaniti hundii keessan
@nbertgatasewgatasew5903
@nbertgatasewgatasew5903 7 жыл бұрын
ጃቦዬ ምችት ይበልክ ፍቅር ያሸንፋል ምርት የኦሮሞ ልጅ እውነት ነው ኦሮሞ ፍቅር ነው ፍቅር ያሸንፋል አንድነትን የምደግፍ አንተ ትክክል የኦሮሞ ልጅ ነክ ኦሮሚያ የሁሉ እናት ሰብሳቢ ነች እናት ደሞ ሁሌ ፍቅር ነች አንበታተን ዘረኛ እና ዘረኛይጥፋ ከመሃላችን በጣም ደስ የሚልሙዚቃ ነው ይህሙዚቃ ሁሌ ነው ማዳምጠው ሙዚቃክን
@kurikenent2322
@kurikenent2322 4 жыл бұрын
Umurii sii dherasuu oromoo koo💞💞💞💞💞💞💞👍👍👍👍👍👍
@sabiraasabboontuu8885
@sabiraasabboontuu8885 8 жыл бұрын
HEDDUU GALATOOMI NUUF JIRAADHU JAAMBOO SANYII OROMOO. JABAADH u qophiidhaan eegganna dafii nubiraan gahi .keep it up
@jiituoromiyaa8583
@jiituoromiyaa8583 8 жыл бұрын
Woooww Woooooww Wooowwww sabboona saaba nuf jiraadhu hamtuun sii hin argin horii bulli dagagi mul'aadhu bakka yaade gahi qomoo ofii 💔 💓 💓 💔 💕
@welyajamal667
@welyajamal667 7 жыл бұрын
jaamoo i love you so much Thanks you very very good
@alemugudeta2083
@alemugudeta2083 6 жыл бұрын
obboleessa keenna nuuf jiraadhu, hojin kee ati uummata biraa geesse hundi bayyee natti tola, hooji kee fundurattis, kana caala akka hojjettu fi ummata birattis fudhatama guddaa akka argatan abdii guddan qaba, nuuf jiraadhu!!!!
@arsitube5282
@arsitube5282 6 жыл бұрын
Jaabboo jootee Anaadhufu. Goota oromoo hedduun sijaalanna jaabaadhu
@badhaatuukadir6771
@badhaatuukadir6771 4 жыл бұрын
Jambo keenya nuf jiradhu 💪💪👍👍❤❤❤
@nardosabdu4638
@nardosabdu4638 4 жыл бұрын
Ambbaassaa ummurii nuf dherraadhuuuuuuuuu yaa rabbii bukkee nuf dhaa badhuu
@shawitbelete8149
@shawitbelete8149 8 жыл бұрын
jabo jote betam yemiwdew ena yemadenkew tilik sew Le ene Ohhh mechem yemayiresagn gize ye zare 7 amete gedema uuuuuuuuuuu...ebdi yehone gize neber yasalefnew sendaffa Bake bemitbal ketema be tezegajew Bazar layi ufffffffff mechem ayidegemem so liyuuuu yehone tizita tilobignal beteleyi imiman jalal kuno naran ya'a😭 yamilew song abo ayital new tizitaw so ye sidet gizeyen cherishe Egziyabiher fekdo le hagere sibeka be hone konsert layi degim endemingenagni I hope Egziyabiher edime ena tenan yabzalin Amen
@kassahungurmessa7585
@kassahungurmessa7585 9 жыл бұрын
Dhaamsi ke bishaataa fi barsiisaadha Jiraadhu. Kessumattu inni dhumaa rakkoo keenya calaqqisiisa hunduu hahubatu jedha
@rozabusse2020
@rozabusse2020 9 жыл бұрын
jabadhuu rabbiin si hagarigaru saabaa oromo 👌👍👍❤❤❤
@hey1232
@hey1232 8 жыл бұрын
My favorite singer Jaamboo you are the best.
@genettefera3194
@genettefera3194 4 жыл бұрын
Jamba juta is great Artist 👍🎧
@HanayKonjooAsdf
@HanayKonjooAsdf 8 жыл бұрын
Rabiin sef agudisu jamboo jotee ilmoke walin tura mht whlin miss you jamboo jotee
@bontuwallagadhihaamendi9798
@bontuwallagadhihaamendi9798 8 жыл бұрын
lubbukee haa buluu nuu jiradhuu lencakoo umurii bardaa namaa boruu jaalala baredaa jiratee umaatasaa tajjajiluuf sigodhuu
@aljeaajeal5035
@aljeaajeal5035 8 жыл бұрын
saanyii goottaa ammallee jiraadhuu jechuuu keettiifi yaadallooo kee heduuu nama gamaadaa ammalee jiraadhuu saanyii gottaa yoomiiyuu jaalatamaafi kabajamaadha ummaataa oromoo biraati bakka guddaa qabdaa keessatu sirbaaa keessaa kana goba kormaa jedhuuu iraati akkuma attii ibsiiteeti ammalee jaabaadhuuu
@zaytounaarya466
@zaytounaarya466 7 жыл бұрын
jiradhu umri haragessa rabbin sif haa laatu aliya bruit irray
@mabrthilyly612
@mabrthilyly612 9 жыл бұрын
uuuuuuuuffff jabbbbboo bee maqaan kun sitti tiqataa lencaa haa jennuu meee kottaaaaaaa hamtun si hin argiin gaariin si hin darbiin qommoo koo abboo baguuma oromoo tattee
@HanayKonjooAsdf
@HanayKonjooAsdf 8 жыл бұрын
sabona oromo artiset jaamboo jootee jabadhu Rabin sagrigaruu love you
@Maraialwaked_
@Maraialwaked_ 8 жыл бұрын
jamboo koo dhamanee dinaa soraa dhugaa jettee. nyatuun numaa harkaa nyatee haraa quftee dhalaa oromoo irraattiiiiiiiii888 atii jaabadhu Saudi irraa.
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 3 жыл бұрын
Hayyuungzx Shamsiyaa dhiifama dhiigaa yaannis waraanaa qabeenyaa tayuu arguu beekii eegi imala kurreejilbaatii hindeemunii mallaszenawii harkii diina onneen marii eegnee karaan sirna hargansuu bulchiinsa lafaatiin har'as beekika mandisaalafa beekaniin guuza fedhiin lubbuu ummataatii dubbii freejohar Muhammad freehamzaa dhugaa karaan garaadha hayyoota kurreejilbaatiiB/j Biraanuu juulaa eegi.
@bahrainbah2933
@bahrainbah2933 8 жыл бұрын
jaamboo koo bayetin sejaldha gobaa koormaa gobaa koorema sela mali godhani .....
@linalina4491
@linalina4491 8 жыл бұрын
JJ .umuri dheeradhu.ati ilma muldhatati.ammas nuf jabadhu!
@hunihanii8369
@hunihanii8369 8 жыл бұрын
heddu namatti tola yaannikee jajjabee Ilma oroo nuuf jiraadhu umurii dheeraa J.J
@abushroba9668
@abushroba9668 7 жыл бұрын
jabboo sanyi lenca lencuma jabadhu ijji dinna siin argin
@beekamamiin1213
@beekamamiin1213 8 жыл бұрын
wwwwwwwwwwwwwwww jambo jotee jabadhuu heduu sijalana nutii ilman oromo
@DugoEshetu
@DugoEshetu 7 ай бұрын
Biyyi lafaa sobduudha karaa waqayyoo deeebi,uu sii wayya
@genetdamise1532
@genetdamise1532 4 жыл бұрын
Umurii nuuf Dheraadhu Waaqayyoo ijja Dinaa irraa Sii yaa Eguu❤❤❤
@tigist422
@tigist422 8 жыл бұрын
Mejemeriya jabon betam ladenekek lakeberek ewdalew betam gobez aseteway akenkang endihum tenagari nek Rezim edeme yesetek.lelaw ehen inerviw sesema eyalekesku new beka andade eyehone yalew neger betam yazanal min madereg endaleben alawekem lelaw kerto Ethiopiya west yalu fm redio tabiywoch ethiopiya west 1 bihereseb becha yal yemesel be amaring muziqa becha jorowachenen siyadenekuru new miwelut tadiya endet new yelelaw biher kunkuwa ena bahel miyadegew ye biherbihereseb ekulenet teregagetuwal bemibalebet ager lelaw sponser lalekew jabo betam aznalew ewnet new ye amaringa artist bitamem besponser new mitakemew bimot lelam lelam becha uuuuuuff
@nanobsahundumaa5072
@nanobsahundumaa5072 8 жыл бұрын
jabaadhu Namati Tola Sabona oromo jiraadhu 👌👌🎶
@AsdAsd-rv8dg
@AsdAsd-rv8dg 7 жыл бұрын
jaboo kenaa nufii jiradhuu
@janetsy7857
@janetsy7857 5 жыл бұрын
J.J saboonaa oromooo nuuf jiradhu
@yeshawalijneng9324
@yeshawalijneng9324 7 жыл бұрын
Bagga.dhaalatee.jabo.i.Lovu.you
@badhaasaalovelove5381
@badhaasaalovelove5381 4 жыл бұрын
wowowowowowowowowowowo wowowowowowowowowowo wowowowowowowowowowo wowowowowowowowowowo jaboo qabdaa segalee garii kan guraa namattiti too abboo jiradhuu umurii dherdhuu
@gannatkaabbabaagannatkaabb9356
@gannatkaabbabaagannatkaabb9356 7 жыл бұрын
jabboo jabbadhuu ilmaa shawaa sirbaa dhagefachuun amanitani hin dangesuu oma mitti giddiraa guddaa jalaa daribbun waan jiruu dha
@helinyejambojj4785
@helinyejambojj4785 7 жыл бұрын
Yena kuru gegna fekr eko nek wedd miss u kiya ko more sengalda my love!!!!!!!
@lenchoweri4533
@lenchoweri4533 6 жыл бұрын
Atii leencaa, leencaa qabsoo OROMOOTI nuuf jiraadhuu JAAMBOO
@zemereawoke1944
@zemereawoke1944 Жыл бұрын
sponsera hin godhan tanan ummannii omisha saanii fayadamu hin qabu qabsofnnee hala ammaa jiru jijjiruu hin qabna.
@galoogaloo5421
@galoogaloo5421 7 жыл бұрын
Jabadha jajaboo koo nuu jiradha
@haataatuubantii6970
@haataatuubantii6970 7 жыл бұрын
Jamboo hojiin kee martinuu hawwataadha! Muuxannoonkees hedduu nama barsiisa. Guddaa galatoomi!!!!!!!!!!!
@sarrayehurutlijsarra7757
@sarrayehurutlijsarra7757 7 жыл бұрын
Weyi weyi betam new mewodaw yane konjoo janbo jota
@yaadankaraodaacaffoo4599
@yaadankaraodaacaffoo4599 5 жыл бұрын
Jaamboo jotee kabajjaa guddaan siif qaba
@obseewushuu7218
@obseewushuu7218 4 жыл бұрын
Gotaa kenyaa nuuf jiradhuu 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@senilovegseea1161
@senilovegseea1161 8 жыл бұрын
wowww jambo keenya muca Ganda koti jabaadhu
@chaltutamrat3251
@chaltutamrat3251 4 жыл бұрын
Nuf jiradhuu Lencaa keenyaa 💪💪💪💪
@memekonjoo6925
@memekonjoo6925 7 жыл бұрын
wayyoo jaanbiyyeee/jaanboo baa'ee baa'eeeee saa nuuf galatoomi guddaasaa sabakoo umurii nuuf jeedharu ilmikees inshaAllah goota akkakee akka nuuf ta'u abdii guddaa qabna. kan biraammoo bakka inphosera/waayee inposerarratti dubbatteef jechan qabu dubbachuuf gabaabumatti rakkoo uummata keenyarra jiruudha waan yeroo baa'ef sababasaas barbaadaa tureedha/dhabee dha garuu anis akkumakee deebin dhabe ture yaada kanaaf. waa hundaafuu keessakoo dubbachuudhaf ossoo dacheen tun dabtara/waragaa taatee mukkeewwan qalama ta'anii barreesseen danda'u. jaanboo jaalatamaaf😍 kabajamaa keenya jiruukee keessatti gammachuun jiraadhu
@mohammed1mohammed126
@mohammed1mohammed126 6 жыл бұрын
Ojjoo
@almaztolcha8924
@almaztolcha8924 8 жыл бұрын
Ati nama Guddaa dha JJ!!! Rabbi fayyaa siifkennee nuuf sihaajiraachisu.
@motoutounji8595
@motoutounji8595 8 жыл бұрын
Almaz Tolcha g
@AliAli-ht7kj
@AliAli-ht7kj 8 жыл бұрын
mohamad toutounji 😆😢😉
@faaxumaakabdatuurabbi3931
@faaxumaakabdatuurabbi3931 9 жыл бұрын
jabadhuu sanyii lencaa rabbii sihaa gargaru
@fetsomnaghdadi6530
@fetsomnaghdadi6530 8 жыл бұрын
hi selame naw good music every day
@aliyyikabbuu2160
@aliyyikabbuu2160 7 жыл бұрын
Fetsom Naghdadi .
@arsitube5282
@arsitube5282 6 жыл бұрын
Jabaadha bareeda jirtan galatoomaa
@ayyantualamuukuweticite2689
@ayyantualamuukuweticite2689 7 жыл бұрын
Jabadhuu sabonaa koo💟💟💟💟🌹🌺🌺🌺🌺💖💖💖☔💟🌹🌹
@sinaanurjiisabaa4677
@sinaanurjiisabaa4677 7 жыл бұрын
Wowwwwww Jaamboo kenyaa Shanyii koo Wan ofiii ❤❤
@አንተያልከውይሁንጌታ-ቸ7ኘ
@አንተያልከውይሁንጌታ-ቸ7ኘ 4 жыл бұрын
ja my hero jalala dhugaa dha atii
@tilahunrabuma
@tilahunrabuma 7 жыл бұрын
Hasaa'aa kee keessatti Kan lapheekoo na xuqetu jira.Kaamapaanii ykn waarshaan biraan tokko ykn Waarshaaleen oromiyaa keessa jiran hundi sponsara nu hin godhan. Faabrikaan torban keessa ja'a oromiyaa keessa jiru. Garbuun oromiyaatti kan fayyadaman...bishaan oromiyaatti kan fayyaadaman... deebisanii kan gurguran illee harki 80 oromiyaa kessatti kan guraguramu...kan sponsara tahan garuu...artii amaaraatti malee...walisaa oromoo tokko godhanii hin beekan. Gaafa bilissummaan dhufe ofiif jetteetu artii oromoo sponsara gooti.. Artistoonni oromoo hamma bilissumaan dhuftutti obsa..
@SatiMah-jy4zl
@SatiMah-jy4zl 8 жыл бұрын
Jamboo Jotee Jechaan Saaba Oromoo Keessaa Tokkoo Kanafuu Faayyaan Jiradhuu Bakka Jirtuti
@tajiidalil7739
@tajiidalil7739 8 жыл бұрын
bayee garidhaa jabadhuu jambo jotee
@abdallaadam5662
@abdallaadam5662 8 жыл бұрын
jaboo jotee Baga jirate yaa sabaa koo saudi arbiya iraa
@tigistlove7274
@tigistlove7274 8 жыл бұрын
wawuuu welisa kenya kabajama kenya bayye sii jaalana nufi jiradha
@wowbareedadhakaakkkhahabii9964
@wowbareedadhakaakkkhahabii9964 9 жыл бұрын
uuuuuuuuu uuuuuufffffffff na boochiste uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu dhugaa jetee hamtuun sin argin sanyii leenca jabboo keenaa umrii dheeraaa nuuf turii kan akka keetii bay'atee nuufaa dhalatuu qomoo koo jiraadhuu
@sifangedefa2308
@sifangedefa2308 7 жыл бұрын
jabadhu gota kenya.bayye.namat tolta bayye sijalana
@samirasohar5778
@samirasohar5778 8 жыл бұрын
we love u J.J keep it up!
@AngelRivera-xe3dz
@AngelRivera-xe3dz 7 жыл бұрын
ahar
@mirgojaba7843
@mirgojaba7843 9 жыл бұрын
Qopheesittota OMN Weelisa Jaalatama Jambo Jote Nuu Qopheessu keessaniin Gudda Isa Galatooma !
@saeedalshahrani9347
@saeedalshahrani9347 9 жыл бұрын
I love you jambo jolted from Saud arabia
@zamzamg893
@zamzamg893 8 жыл бұрын
Mirgo Jaba
@seenaadhugaaentertainment1257
@seenaadhugaaentertainment1257 6 жыл бұрын
Wawooo jaboo kenyaa senaa bareduu dhaa kaan barnotaas Namaa kenuu ya aniii keee
@irkhaaturahmaanalimasweeta4399
@irkhaaturahmaanalimasweeta4399 9 жыл бұрын
Jaboo kenyaa dhugaa jete Anu sibaa kee fi kani biraas hin dhageefadhu hin jalaadhus Amantani kiyyalee naa dhorgaa Garuu KESSATU SI'II / #JABOOFI #HACCALLUU SIRRITTI ISIINI JALAADHA OROMO TA'U FI GOOTUMAA KESSANIF JECHA
@asrasr5912
@asrasr5912 9 жыл бұрын
yaa kijibduu kaa sirba hin dhagefanne wellisistoota ta'uu isaani akkamin beeyte duuba akkamitti comment kenna jirta hoo nutti ilmaan oromoo yomillee addaan hin banuu Namni hunduu Amanti nii qaba garuu ati waa'ee maltuu sirban walitti sii fijisisee Aslan ati majnuuna waa'ee amanti baradhuu dura sii hafa Ok! Baay'ee namatti toltan Wellistoni teenya haluma kanan itti fufa Hanaan Hasen Qatar irra
@zabiidaahussen7529
@zabiidaahussen7529 8 жыл бұрын
Atti sobdudha dhabbi oduu
@zamzamzamzam46
@zamzamzamzam46 7 жыл бұрын
Zabiidaa Hussen
@murtesa.sportler
@murtesa.sportler 7 жыл бұрын
are you stupid? ka sirba isaa hin jaalanne akkamitti as dhufteee comment kennita ?
@encounter9856
@encounter9856 7 жыл бұрын
oromo loves you jambo .
@nimoonaoromiagootashawaaro2182
@nimoonaoromiagootashawaaro2182 9 жыл бұрын
woooooww baay ee nama gammachisa. kajamtoota fi jaalataamtoo keenya jaanbo fi hacaaluu baay ee siini jaaladha. yaani kee sabonaa keenya baromsa gudda qaba galatomi hammlee abdi keecya siini.god bless you. saud irraa
@ranirani7651
@ranirani7651 9 жыл бұрын
nama gamachiisaa galatomi
@nimoonaoromiagootashawaaro2182
@nimoonaoromiagootashawaaro2182 9 жыл бұрын
+Rani Rani gaalatomii
@Daratudharatu
@Daratudharatu 8 жыл бұрын
gadise
@nimoonaoromiagootashawaaro2182
@nimoonaoromiagootashawaaro2182 8 жыл бұрын
Daratu dharatu 66297145 galatomi
@obsifurmataobsifurmata3597
@obsifurmataobsifurmata3597 8 жыл бұрын
wwooow nuuf jiradhuu janbo kenyaa ilmoo oromo qalli
@diboraaedisu5460
@diboraaedisu5460 4 жыл бұрын
Hamatun siin aragin jiradhu
@munakamal2849
@munakamal2849 4 жыл бұрын
nuuf jiraadhu jaamboo goota keenya
@abdihinborofne443
@abdihinborofne443 8 жыл бұрын
wellisaa keenyaa Jambo Nuf jiradhuu hedduu si jalanaa
@kaffarnicell2948
@kaffarnicell2948 5 жыл бұрын
Jajjabadhuu saboonaa oromoo J.J
@memtiwowgaaridhajajabadhas2622
@memtiwowgaaridhajajabadhas2622 8 жыл бұрын
wowow janbo jiradhu sabbonaa oromoo
@fhjjvjk1456
@fhjjvjk1456 4 жыл бұрын
Wawwwwww janboo nufu jiraadhuu
@alhamdulillaahalaakulihali4808
@alhamdulillaahalaakulihali4808 6 жыл бұрын
Yaa obboleesaa koo yoo islaama tattee sirba dhissii Quraan Qarraii wan buu,aa sii Qabu Qarshin ati sirban Argatuu kunisi harramaa siti taati Worraa kaffarree wojjiin Baddaa irraa Debi,ii Garraa Quraanfi salaattaa
@MohaMedAshRaf-rb5jp
@MohaMedAshRaf-rb5jp 9 жыл бұрын
jabadhuu dhugaa kee jette
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 3 жыл бұрын
Waraannis shoora guddaadha eegumsaafi beekumsiis obbo Baacaa Dabalee galatoomii Habibaa hambaaseenaa hayyoota eeggadhu dhalootaaf beekumsaaan biyyeefis goota arguu gaafa ummata ofii dugdii fedhiin ilmaaniif tokkummaa lubbuu ummataatii Dr ijaafi gurraattis freejohar Muhammad
@nuraasabontuuarssiimashaal5281
@nuraasabontuuarssiimashaal5281 8 жыл бұрын
nuf jiraadhuu💓💓👍👍👍🎺🎸🎵🎶🎻🎷🎤
@yaaallaahyaarabbii4142
@yaaallaahyaarabbii4142 7 жыл бұрын
Jabadhu sanyii lenacaa
@fawziafawzia9616
@fawziafawzia9616 4 жыл бұрын
Jamboo kenyaa nuf jiradhu sanyii koo sii jalanaa
@aynalemdadidadi1560
@aynalemdadidadi1560 8 жыл бұрын
wawwww baye sin jaledha ulefadhu
@sabontuuarsii2878
@sabontuuarsii2878 7 жыл бұрын
nufii jiradhuu sabona oromoo horiii bulii jaboo kenyaaaaaa
@sabontuuarsii2878
@sabontuuarsii2878 7 жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@Amiinibraahim
@Amiinibraahim 9 жыл бұрын
kabajamajamboo jote umrii ke nufhadheresu rabiin
@amiinaagaraadoo8838
@amiinaagaraadoo8838 8 жыл бұрын
sabonaa kenna jabadhuu itti fufii
@tolechnigat528
@tolechnigat528 6 жыл бұрын
Jabadhuu.Sanyii.Gottaa
@caaltuuahmed1772
@caaltuuahmed1772 8 жыл бұрын
nuuf jiraadhuu sanyii goota jamboo jutee
@sarrayehurutlijsarra7757
@sarrayehurutlijsarra7757 7 жыл бұрын
Baye baye sif jaladha siriba kati hunda jabadhu sanyni ko
@gracetiu531
@gracetiu531 4 жыл бұрын
Wow 💞💞💞
@kerayub2681
@kerayub2681 4 жыл бұрын
Welcome Jambo jote.
@dastaahmed7888
@dastaahmed7888 5 жыл бұрын
Bayee.si.jalanaa.i.love
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 3 жыл бұрын
Harki dhaloota hojiidha karaan dugdaaf garaadha wal eeguu wal beekaa!!!garuu ethioforrum nyaataan waliin deemuuf hinarginee kurreejilbaatii karaan qotee bulaa bulchiinsa ummataatii sirna hargansuu kurreejilbaatii sanyii facaasuree
@masishewa2045
@masishewa2045 4 жыл бұрын
Sanyi ofi yadano goba korma fi sirba baredu kamise wagga sadi na walin ture biyya orma kessati samu ko bashanasisa ture bayye namati tola bara 2004 hanga 2007 dhipha sammu ko mali jedhen hima
@dastaahmed7888
@dastaahmed7888 5 жыл бұрын
Jaamboo.bayee.yanikee.namati.tolaa.yomiyuu.kanumani.iti.fufi
@shoshoa5793
@shoshoa5793 8 жыл бұрын
Bayyee gariidhaa Galatomii bayyee tokko sin jaalanaa
@hindiamohammd406
@hindiamohammd406 8 жыл бұрын
thank.you.joteakuma.maqaan.kee ibisuti.jatesadha
@rozabusse2020
@rozabusse2020 9 жыл бұрын
jabadhuu rabbiin si hagari👍👍👍❤❤❤❤
@ranirani7651
@ranirani7651 9 жыл бұрын
bekama janboo jote nuf jiradhu uuuuuuuuphwaaaa
@sanyiwaqo7340
@sanyiwaqo7340 8 жыл бұрын
bayye sagalee umaa rabbi siif kenee jiraa itti fayadammi
@halimahmhamd1505
@halimahmhamd1505 8 жыл бұрын
Halima Muhammad
@muhaammadhuseen1450
@muhaammadhuseen1450 8 жыл бұрын
Jechon kessan baye nama gamachisaa rabin umrii isin hareysu
小蚂蚁会选到什么呢!#火影忍者 #佐助 #家庭
00:47
火影忍者一家
Рет қаралды 113 МЛН
龟兔赛跑:好可爱的小乌龟#short #angel #clown
01:00
Super Beauty team
Рет қаралды 24 МЛН
Когда отец одевает ребёнка @JaySharon
00:16
История одного вокалиста
Рет қаралды 14 МЛН
Это было очень близко...
00:10
Аришнев
Рет қаралды 3,6 МЛН
Yeroo Jaalalaa fi muxannoo jiruu
37:36
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 90 М.
NII FAYYISA WAAQAYYO DHUKKUBA OGEESSI YAALAA DADHABE HUNDUMAA!
19:31
NAGEE SHOW | FAARFATAA GUUTUU SHIFERRAW WAJJIN. | MO'AA TV
35:41
小蚂蚁会选到什么呢!#火影忍者 #佐助 #家庭
00:47
火影忍者一家
Рет қаралды 113 МЛН