Sagantaa Qaanqee Show: Tadele Gemechu waliin kutaa 1ffaa Oromiyaa Irraa

  Рет қаралды 107,560

Qaanqee Show

Qaanqee Show

Күн бұрын

Пікірлер: 389
@amanmohammed7093
@amanmohammed7093 10 ай бұрын
Dhugaa Rabbii Taaddeen Nama dhugaati ❤❤ lameen keessanuu hedduu takka sabboontoota keenya kan akka keessanii Rabbiin nuuf haa baayyisu urmii dheeradha ammoo ummata keenyaa hojjadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉❤❤❤
@Wankooshow
@Wankooshow 10 ай бұрын
Artiisti finfineeti dhalatee afaan oromootiin welisuu isa jalqaba Tadalaa gammachuu hedduu si jaalanna🎉❤
@yabobayo5787
@yabobayo5787 10 ай бұрын
Tedros Mosisa
@مومنهابراهيم-ف7س
@مومنهابراهيم-ف7س 10 ай бұрын
Oromokiya Rabin isnifanna hajiratu inshaallaa isinha eguu inshaallaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 tade haftamu Rabin umridheerraa isnihakkennuu inshaallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤maashaallaa oromokiya tokkummaa
@marimagudato5952
@marimagudato5952 10 ай бұрын
Mashallh Mashallh nuu jirradha I really appreciate both of you guys ❤❤❤❤❤oromo's heroes ❤❤❤
@husseinhaji9800
@husseinhaji9800 10 ай бұрын
Habtaamu lamuu hedduu si dinqisiifadha. Jabaadhu. Waan gaarii irra jirta dalagaa kee keessaa kan natti tolu Waan gaarii yoo argite jajjabeessuu keetii. Haalla ummata keenya keessatti baratamaa dhufe kan hanqina qofa irratti quba qaban San jijjiiruuf tattaafataa jirta. Waan gaarii mootumni dalagdu arguun jajjabeessuu keetiin hedduu gammadde. Atumtuu mootii keenya naaf jiraadhu obbeessa Koo. Gaafa tokko studio kee dhufee si dindisiifannaa siif qabu siif ibsachuun Koo hin oolu. Hussein Haji from Arsi in. Medical school
@Muslimone416
@Muslimone416 10 ай бұрын
Raayyaa Abbaa Maccaa nuf fiddi!
@tamirunegera1289
@tamirunegera1289 9 ай бұрын
Taaddalaan Artistii addaati. Nama naamusaa fi beekumsa jabaa qabudha. Nama kabajas saalfii likkii ummata isaa beekudha. Baay'ee nama boonsa. Proud !
@gosashibe021
@gosashibe021 10 ай бұрын
Baayyee isiniin boonna Jajjabaawwan keenya💪💪💪😍😍😍 Nuuf bulaa!
@selamademsung5995
@selamademsung5995 10 ай бұрын
ታዴ ❤❤ እየሱስ ይውድሀል ጥሩ ድምፅ አለክ ዘመር ለእየሱስ ❤
@shunkiyabdulaa4971
@shunkiyabdulaa4971 10 ай бұрын
Dhugaa ketii tadee kiyaa❤❤❤ umaan kee si jalata ❤❤❤❤
@MehadiiTube
@MehadiiTube 10 ай бұрын
Sagantaa bareedaa fi ajaa'ibaa kanaa nuuf qopheessuu kettiif galtoomii Hubatamuu❤😂
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 10 ай бұрын
habtee galatomii ilmaa oromo ❤️ ittii fufee artistii tadalee waanta nuf dhiiyyeesiitef galatomii siin jalanaa ❤️❤waaqayoo siinaa eguu ❤️😭🙏ameen 🙏❤️
@hallowiyatube575
@hallowiyatube575 10 ай бұрын
Abbaa gingilchaa bagaa dhufteen Tadee Gafaa Walloo Dhuftee Sifnaa Jirchuu koo Nayadachiftee Anu Madrakii Jirachuu Koo Nan gamadaa Dhugaa Lachuu Kessaanu Sin Jaladhaa Galatomaa ❤❤❤❤
@JordanJordan-o6h
@JordanJordan-o6h 10 ай бұрын
Taddee,bagaa,jirattee,❤
@KasahunMegersa-rw8vp
@KasahunMegersa-rw8vp 10 ай бұрын
well come Tadde and Habtish. baga nagan dhuftan nooruu nooruu!!!!!
@Rogfur
@Rogfur 10 ай бұрын
Hojii bareeda jalqabde Abbaa Qaanqee keenya jabaadhuu itti fufi. Jajjabaadhu si waliin jirra.
@boonsaaobarre7107
@boonsaaobarre7107 10 ай бұрын
Jabaadhu habtee ❤❤ namoota akkanaa kana dhiheessii dubbisi midia kanas guddisi qaalii keenna❤❤
@bontushow1878
@bontushow1878 10 ай бұрын
Baayee namati tola haalli gaaffiif deebii ❤jabaadha orokoo🎉
@menjarew
@menjarew 10 ай бұрын
አሁንገና የአፋን ኦሮሞ ሁነኛ የቶክሾ ሚድያ ተገኘ ሃብትሽ ምርጥ ሰው ቃቄ ሾ ይመችህ❤
@mulukenkebede_mk
@mulukenkebede_mk 9 ай бұрын
Taddee Fakkii Aartii Oromoo!!! Riqicha dhaloota Alii Birraa fi Hacaaluu gidduu ture aartii ceesise...harras Hacuu boodas nama aartii oromoo itti cichee guddisaa jiru. Long life Taddee sagalee Kilolee!
@GloLeaders
@GloLeaders 10 ай бұрын
I'm so proud of you guys Ilmaan Aayaa fii kan abaakoo We love you
@RobaGabi
@RobaGabi 3 ай бұрын
Taadde wlh baayye sii jaalana nuufi ummata keetifii dhabbate .wollahi baayye sii jaaladha
@AmarikYa
@AmarikYa 8 ай бұрын
በጣም ኢናማሣግናል ታዳላ ጋማቹ ስለአቃረበቹልን ታድይ በላቤቴ የኦሮሞኝ ዘፈኝ ነው አግሣኝ❤🎉❤🎉❤🎉❤😢❤🎉❤🎉🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
@NebsoIndris
@NebsoIndris 2 ай бұрын
Taddee kenyaa nuf jiraadhu❤❤❤
@gadaa-
@gadaa- 10 ай бұрын
Wow weellistoota keenya hedduu akka nuu fidduu Abdii sirraa qabna
@derejegirma314
@derejegirma314 9 ай бұрын
Amazing nama guddaa,barsiisaa,artiistii anaaf nama Taddeedha.Artiist jechuun nama waa hundaa irraa Sabni isaa irraa barattuudha.umurii dheera jiraadhuu maatiikee wajjin.atti nama addaati dhugaa
@firaolbirhanu-j3m
@firaolbirhanu-j3m 10 ай бұрын
hamma danda'ameen qophii kana kara politics irraa entertainment butuuf yaalaa. Habtee, I recommend you learning more from Seifu on ebs,
@مومنهابراهيم-ف7س
@مومنهابراهيم-ف7س 10 ай бұрын
Amishir tade hadhaa nama ofi kabaju garii ishe nis sikabajuni garidhaa maashaallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@HasenJohn
@HasenJohn 10 ай бұрын
Habtee koo Qaalii namaa Akkasittan sibeeka ❤❤❤❤ Hedduu sijaallanna Madaa saba ofii Fageenya irraa Aaduu mannaa bira ta'anii Anaan jechuunii wayya
@HikaWalda-mi8kf
@HikaWalda-mi8kf 10 ай бұрын
Haftaamuunis ulfaadhuu kabajaamii
@amind434
@amind434 10 ай бұрын
Gingilchaa abba goofaree. Dhiifama gaffii qorannaa saan osoo hin fixiin irraa dabarsitee. Xiqoo dafte daftee gaffii biraa dhiheessitaa. Habtee abbaa goofareeeeeee.
@freedom7157
@freedom7157 10 ай бұрын
sagantaa bay'ee baredaadh nuuf jiradhuu habtamuu lamu sii wajjin jiraa
@megehuss
@megehuss 10 ай бұрын
Tade, I really like ur quality, proud to have you. Long life to you & ur family
@zeyitumud5629
@zeyitumud5629 10 ай бұрын
Taddee koo heduu isii jaladhaa bara 1997 balamii yaa shamarii gotaa irraa maaliif dhesani namaa gamutuu malee ❤❤isii irraa isii baradhee an Yeroo sani jabilee tisaa tadee koo heduu isii jaladhaa ❤
@TolchaAlemu-p3y
@TolchaAlemu-p3y 10 ай бұрын
Bojaa koo ammallee jabaadhu. Habtee atis baay'ee gaariidha jabaadhu.
@Newprogress-t5o
@Newprogress-t5o 4 ай бұрын
Artistoota keenya Qalii nuuf jiraadha.
@AmarikYa
@AmarikYa 8 ай бұрын
ታዴ ውድ ሰው ረጅም ኢድሜ ስጥ👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@abdulliitube8887
@abdulliitube8887 7 ай бұрын
Maqaan habtaamuu kana gara Sooressaa Lammuu tti Akka nuuf jijjirtun fedha .❤❤❤baayyeen sijaaladha jenral keenya
@bulchatadesse
@bulchatadesse 5 ай бұрын
Tadele goota❤
@derejegirma1080
@derejegirma1080 10 ай бұрын
Habtish , Baga Nagaan. Gara Magaalaa Guddoo Oromiyaa Finfinnee dhufte!
@nahoommoti8154
@nahoommoti8154 10 ай бұрын
Tadee, I appreciate you as well for your kindness and hardworking ✌🏽
@Riyadkedir-v2s
@Riyadkedir-v2s 10 ай бұрын
Galaatomii habtamuu baga gara biyya keeti baga dhuftee jecha qophiin ati artist tadde wojjin goote bayye wan namatti tolu haaluma kanaan itti fuufi heddun sii jalaanna❤
@NegasaTolesaNT
@NegasaTolesaNT 10 ай бұрын
Tadele Gammachuu weellisaa bilchaataa dha. Nama miiraan haleelamu miti. Salute man!
@Abdiabdata-g7p
@Abdiabdata-g7p 10 ай бұрын
Tadde baguma Kenya tate jiradhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@derejegirma1080
@derejegirma1080 10 ай бұрын
heye heye, Tadee ilma Gammachuu Kan sirboota babbaareeda nuuf gumachuu, Baga, nagaan dhufte!
@USMEETube
@USMEETube 10 ай бұрын
Akka Ustaaz Raayyaa Abbaamacca Nuuf fiddu Abdii Guddaa Sirraa Qabna❤
@YohaChala
@YohaChala 10 ай бұрын
Gammadaa show jedhee kan waan irraa hin bareedne kan gororaa oolurra, nama irraa bareedu akkakee asitti eegaluunsaa hedduu nama gammachiisa. Art. Taaddee, hamman siin jedhuu olitti ati bilchaataadhaafii nama sirriitti galeefidha. Ati Tedy Afroo Oromooti kan of kabajee jiraatu. Lapheenkoo hedduu sikabaja.
@TeshomeDabessa
@TeshomeDabessa 4 ай бұрын
The wonderful singer of Oromoo & Oromiyaa
@Gute-DB
@Gute-DB 10 ай бұрын
hojii bareedaadha, jabaadhaa!
@DestaLij
@DestaLij 10 ай бұрын
Tade fi habtish goottan keenya jabaadhaa Qaanqee show midiya uummataa
@ayanashumi913
@ayanashumi913 10 ай бұрын
Habtish you madernize oromo discussion. Your way of discussion is exciting.
@misomsabiri2209
@misomsabiri2209 10 ай бұрын
Taaddee fi Habtee! Isin jaalanna! Bara hojii gaarii isiniif haa ta'u!!
@odaoro
@odaoro 10 ай бұрын
Adeeroo Yaadataa Juydan keessummaa godhii nuuf dhiyeessi mee
@jaalallootv529
@jaalallootv529 10 ай бұрын
Taaddee sabboonaa dhugaatii ulfaadhu Taaddee keenya Baay’ee si dinqisiifadhaa jabaadhu
@ayansaaqabaxaa
@ayansaaqabaxaa 8 ай бұрын
jabadhuu habtee sii waalin jiraa
@birhanuayele7488
@birhanuayele7488 10 ай бұрын
Hbtee kesuuma ketii bgngdhni dhuftee
@ChalaBona-rm9qr
@ChalaBona-rm9qr 10 ай бұрын
Didi hin baatin waan baadhu siin jedhan ammallee Taaddee❤❤❤❤
@oromia583
@oromia583 10 ай бұрын
Tadale koo umrii dheeradhuu ❤
@hshshshshshsh4959
@hshshshshshsh4959 10 ай бұрын
Wwwoow jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 10 ай бұрын
woww Baga Nagaan dhufatan 🎉🎉🎉
@dagnetadesse5180
@dagnetadesse5180 10 ай бұрын
Baga Nagaan dhufte Haabtee. Taaddee qabattee dhufuu keetif guddaa galatoomi.Taadden Nama guddaadha.
@lalistubiyyaa
@lalistubiyyaa 10 ай бұрын
General Habtee Fi Taaddee qophii bareedaa gootan...ulfaadhaa❤
@user01011
@user01011 10 ай бұрын
Amazing jabadhu hapte egaa wanti kenya kun gudda hinturu waqumti si ha gargaru amuma kanamo maqa sinnitti baasu egalti gadhen
@GutemaTufa
@GutemaTufa 10 ай бұрын
Jabaadhu Habtamuu lamuu keenya
@endeshawbulti2949
@endeshawbulti2949 10 ай бұрын
Baga jirattanii ❤❤❤❤❤
@user-Sol-Godelyas
@user-Sol-Godelyas 6 ай бұрын
Tady You are our hero keep going bro ❤❤
@gadaashow8140
@gadaashow8140 10 ай бұрын
Tade is the best one❤❤❤❤love you bro
@hamidmohamed2267
@hamidmohamed2267 10 ай бұрын
Dhuga kana hasauf heddun galatoma jabadhaa Tadekoo jabadhu
@Lami4950
@Lami4950 8 ай бұрын
Taadee jabaa nama
@dincameta3047
@dincameta3047 10 ай бұрын
Welcome habtee eryaa ijolummaa Keeghaa bogaaa nuu fidee geeltomee ...
@nigussademe6414
@nigussademe6414 8 ай бұрын
Ayii Bojaa akka maqaasaa....! ani sirba baayyee hin dhaggeeffadhu garuu jechoonnii fi keeroon ati itti ibsituu fi sabboonummaakeef baayyee sijaallanna qaxalee nama guddaa....!
@Mansuryusu
@Mansuryusu 10 ай бұрын
I'm proud boy of Oromo Hararghe I love you Tadale Gammachu because he is so self proud boy and confident for Salale Oromo in capital city oromiya Finfine while most Oromo in "Addis Ababa " are not self proud specially Salale of Oromo They were under identity Crisis but Tadale Gammachu is a unique that's why I❤❤❤❤❤❤ too much respect 🙏🏼 bro
@MengistuGudissa-cb9hp
@MengistuGudissa-cb9hp 10 ай бұрын
You are really wrong about your refection about the Selale Oromo don't Forget Tadesse Birru,Abbichu( the patriot) and do not forget the qerro struggle against woyane such divisive comment is not good for Oromo stop that yes as you rightly singled out Tadele Gemmechu is so great.
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 10 ай бұрын
Why do you speak such a nonsense speach are really oromo I don't think so Hacalu, Taddesse Biŕru, and so many other are from salale. If you don't know these you are not oromo Oromo is oromo not different
@AdunyaaShow
@AdunyaaShow 9 ай бұрын
Taaddee jechuun Artist Oromoo qofa Osoo hin taane Artist Africa keessaa isa tokko
@naolabdiisa4021
@naolabdiisa4021 10 ай бұрын
Taddee leencaa koo bagaa oromoo tatee haadho koo. Fakkii oromummaa nuuf jiraadhu. ❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 10 ай бұрын
Wle come Tadale Leencaa Oromoo ❤️💚❤️
@Milkiihabtamu28
@Milkiihabtamu28 10 ай бұрын
Taddee galatoomi nuuf jiraadhu si jalanaa❤mucaa finfinne
@AbdiiHabtamu-xb3kz
@AbdiiHabtamu-xb3kz 10 ай бұрын
Taaddee keenyaa baga nagaan dhuftaan habteefaa
@dabafayissashiferaw641
@dabafayissashiferaw641 10 ай бұрын
Welcome, Habtamu! It's wonderful to have you here. Please remember to speak concisely and allow ample time for your guest to share their thoughts. Tade, keep the momentum❤ 💪
@greatoromiya1541
@greatoromiya1541 10 ай бұрын
Taaddee nama cimaa hedduu si jaalanna❤
@babmam1899
@babmam1899 10 ай бұрын
ዋው ሀብቴ እጅፈኖ ጀቾን አከና ገሩ ኡመት ኦሮሞ ያደ ገራ ገራ አደ ፈጋቴ ወልት አከዴብስቱ አብዲ ቀባ ረቢኒስ ሲገርጋራ
@ahmedbadaso1250
@ahmedbadaso1250 10 ай бұрын
Jabaadhu habtish haga seifu on ebs deemu qaba tnks taddee
@اتزز-ف8ش
@اتزز-ف8ش 10 ай бұрын
Nanoo hiin jedhuu biyaa oromiyaa wooow tadee
@sabaliddi5542
@sabaliddi5542 10 ай бұрын
TADEE ANOO MINDAA SIKAFALERAA NAMUSAA QABDUU NADIQQAA TIREE JABAA GUDHAA❤❤❤❤
@milkesabulti
@milkesabulti 10 ай бұрын
love you studio
@TujjarSuufiyan
@TujjarSuufiyan 10 ай бұрын
Taaddalee keenya nuu jiraadhu. An Tujjaar Sufiyaani. Hbtish galatoomaa.
@JS7_footballfantasy
@JS7_footballfantasy 10 ай бұрын
Tadde nama jabaa nuuf buli nuuf jiraadhu❤❤❤
@segniwandimu5189
@segniwandimu5189 10 ай бұрын
chiirsi isheen jettu kun afaan oromoo hinqabduu laata abtish, jabaadhu jabaa keenya.
@ekramahmed3892
@ekramahmed3892 10 ай бұрын
Media umata lalla olu hifane❤❤❤
@tameosmantameosman1631
@tameosmantameosman1631 10 ай бұрын
Dhugumatti nama akkaan jaaladhuufi dinqisiifadhu nuuf fidde galatoomi❤
@IRReTube
@IRReTube 10 ай бұрын
Nuuf jabaadhu habtaamuu keenya si faana jirraa
@ayanadan1282
@ayanadan1282 10 ай бұрын
Wow waayye yaadata
@mogesregassa9460
@mogesregassa9460 10 ай бұрын
Welcome Qanqee 👏👏👏
@AmarikYa
@AmarikYa 8 ай бұрын
😊MASHALLH MASHALLH NUU JIRRADHA ❤🎉🎉❤🎉❤❤❤🎉❤🎉❤
@michaelkutane236
@michaelkutane236 10 ай бұрын
Baayyee nama gammachiisa. Jabaadhaa karaa maraanuu.
@BerhanuDesisa
@BerhanuDesisa 10 ай бұрын
Baayyee namatti tola habtish jabaadhaa nuuf jiraadhaa
@kumagetachew2953
@kumagetachew2953 10 ай бұрын
Anii namaa akaasiii ta'uu isaa hin beekuu yaadatan namaa jajjaabbeessaamuu qabaa habtee
@J-CREATIVEE
@J-CREATIVEE 8 ай бұрын
Taaddalaan nama of kabaju keep it bro.
@MR_IZZUU
@MR_IZZUU 10 ай бұрын
Wow jabaadhu garu video irratti color editing otoo dabalame gaariidha ❤
@haqilabduraman5796
@haqilabduraman5796 10 ай бұрын
Jalqaba anatu silaale haftamu nagingilchi jaba oromo
@YohanisChala-h6o
@YohanisChala-h6o 10 ай бұрын
Please Yaadaata keesuumma godhii fidii saba wajjin wal barsiisimee 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Players vs Pitch 🤯
00:26
LE FOOT EN VIDÉO
Рет қаралды 139 МЛН
One day.. 🙌
00:33
Celine Dept
Рет қаралды 49 МЛН
Увеличили моцареллу для @Lorenzo.bagnati
00:48
Кушать Хочу
Рет қаралды 8 МЛН
If people acted like cats 🙀😹 LeoNata family #shorts
00:22
LeoNata Family
Рет қаралды 28 МЛН
Sagantaa Eebba Istuudiyoo Haaraa TV Hamiltan Guutuu isaa.
1:57:54
Hamiltan TV قناة هملتن
Рет қаралды 6 М.
ABSHAALOO - School Life - kutaa 46ffaa
24:34
Libsuu Media
Рет қаралды 91 М.
ሰበር ዜና አረብ ሕዳር 20/2017/መረጃዎች
20:31
Anis nan Sirba || Diraamaa Hirkoo || Bara haaraa 2017
38:34
Oroo Movies
Рет қаралды 125 М.
Halal Show [ Munshid Abdurahmaan husseen & Mun.  Najjaash]
54:49
Suheyb Sheikh Amiin Ibroo
Рет қаралды 28 М.
DHIIGIKOO BAAYYEE DHANGALA'E Gammadaa Show Abebeech Ajjamaa 2024
58:35
Players vs Pitch 🤯
00:26
LE FOOT EN VIDÉO
Рет қаралды 139 МЛН