Akkaa hin Gaalee nyaatuuf baarbadii jaarii baakumaa jiruutii raabiin isaa bira haa jiratuu❤❤❤❤❤biyaa taamitii galaa gaaluu hin qabuu
@Amila-qc1cb4 ай бұрын
Ajjeesisuuf moo Haa jiraatuf hachalu hundeesatu dhabne guma isas dhabne akka nuti homa gochuu hin dandeenya nuu argite amma feeteyyu ajesurra wan duubatti jera deebisu hin jiru erga hachalu nurra usaa maal gala achumati nuuf Haa jiraatu😢❤
@megarsaabdurazak84834 ай бұрын
As Wr Wb yaa obbaleesso biyya nagenyaa hin qabne keessatti ha galu jechuun sanga qalmayaaf qophawe jechudha.Faraduun warra nama ajjeese barbaree ija kuulate nama faana boohu tolchuttu ha galu jedha.
❤❤ Beekumsii Eegumsaan M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi medicine ilkaan Eegumsaa kadiir Martuu as wrwrwb Oromia congratulation
@makiyahaji29234 ай бұрын
Kabajamaafii jaalatamaa Artist kadiir martuu bakkuma jirtuuttii Rabbiin fayyaafii umrii dheertuu siif haakenu ❤ dhugaadha atii nama sabaafii dhugaaf qabsaawu malee nama qabeenyaaf qabsaawuumittii❤ Kanaaf haanga biyyiikeenya kana caalattii jijjiiramni dhufuttii hiingaliin biyyaa keenyaati kama nama ajjeessuu hiinbeekani du'uumalee kanaaf akka yaada koottii galuu hiinqabduu sanyii ufii kadiir martuu.. Galatoomi Abdu.
@urjiioromia58334 ай бұрын
Yaada keettin deeggara ani obboleessa koo
@Haleema-bw2gd4 ай бұрын
Akkaa hin galee yaa Rabbii sobbaanii galichaanii Ajesuu hedanii😢😢😢😢
@IbrahimAliyi-t8d4 ай бұрын
Yaa kadiir Koo Ani rabbiin si qabee hin galin gama kootiin kanuma siif dhaama
@MohamedAden-sy4oc4 ай бұрын
❤❤❤❤ No Galuun qabu gootni keenya bakkuma jirutti nagaya nuuf Haa tahu umrii nuuf ha dheeratu
@bilisumaahajjjelan79634 ай бұрын
Gotta Lence. Kadiir ❤❤❤❤❤❤❤❤ Dhugaa.keetii 💯💯👍✅✅
@BiftuAmansisa4 ай бұрын
Sinis dabalachuf kan gotota kenya nyatee nyachuf gallu miti itti yadin hin gallin lenca kenya jabako bakkuma jirtuti naga nufi tadhu sabonako ❤❤❤❤❤❤❤ I love 💓💓💓💓💓💓💓💓 wari ha galan jedhan isasi dabalachuf
@urjiioromia58334 ай бұрын
Kadir haa galuu jechuun wanuma hin taane beeki abdu kiyya atis dhugaa jattee wlhi , kadir dhugaa osoo arkuu tasuma hin caallisuu beeki sana boode maaltu dhufu danda'a tilmaamuun nama hin rakkisuu wlhi
@abduljabargalatoo3 ай бұрын
Abbo yoo rabbin sodataan dinaaf hin keninaa pp Nama nyachuu barte kadir hin nyaatin