Jabadhuu lubbu annilee kiyaa rifensii gababadha mee sin horodaa akka naaf dheratuu hawii gudan qaba dhugaa rabbi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@RamadanKab18 сағат бұрын
Maashaa Allah dabalee sii haa margu Oromtittii❤😍 Biyyatti ofii fi daa'ima tiyyallee ni fayyadama.amma garuu maadamiin tiyya baddu. Waan takkaahuu akka fayyadamtu siif hin mijatu.garuu ni yaala insha Allah
@Xayuuoro2 ай бұрын
Jabadhuu lubbu🎉🎉🎉kotaa mati naf ta'a mee ijole kenyaa❤
@Kaayyoof2017Ай бұрын
Tole lubbeekoo atis koottu 😊😊
@fekiretarikuАй бұрын
Kotu
@رحيمةرحيمه-ي4مКүн бұрын
WOWO MASHAA ALLAH ❤❤❤❤❤KOOS GABAABADHA MEE NIMOKKORA❤❤❤❤❤
ماشاء الله تبارك الله ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhu qashiti 😘😘🥰🥰😍😍talban afaan arabatin بذور الكتان jedhamaa ❤bazwra alakataan jedhama bazar alakataan habibti ok 😘😘🥰😍❤❤❤hedun si jaladhaa tamam🥰♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Waantin in fayyadamne in jiruu garuu muren ture oma guddachu dide anilee talbaan kun ille jiraa manan jiruu garuu waan you tube kanarati hojaatamu hunda inuman fayyadama baay'ee na jibisise amma dhageefachunu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@FaantuuAbabbaАй бұрын
Jabadhu nan yalaa anis yoo naa bitan madamitoo yoo ishii naa jetee
@Tariq-br1xmАй бұрын
Ati garuu galaatomi ❤❤❤
@jamilahasan-hg6yl2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤jabadhu lubbuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DamituuDessooАй бұрын
Jabadhuu lubbuu too mee asumsnii mamilaa kee naa godhuu ❤❤❤❤
@TizitaaworkineehАй бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤ talba fi qurfudin wolitii dafaa moo akkaamii mee lubbuu naaf deebisii
@Marati-z2n29 күн бұрын
Wawawawa 🎉🎉 bayyee bayyee garidha gudaa galatomi sanyi ko mati nafi tayi sanyi🙏
@MagartoDestaАй бұрын
Namati tolaa dhugaa jabadhu lubbu
@TadaluTashome-g9v2 ай бұрын
Jabbadhu jabduu teenyaa anilee akkasuma amma margaa jiraa riffeensii bayyeedha