Dhuga rabbi heddun gamade kafee kenya ani nama amantii muslima hordofu garu namni an akka kiyyatti ittin bonu fi dinaa oromottis cabse ja'e dhadadhun kessa atti anaf nama tokko dhuga rabbi heddun gade ture garu onne tiyyaran akka male gamade amma yeron hasaha ke dhagahu abdiin qaba rabbi fi sabnii atti irra dhalates akka dhifama sif godhu atti sabaa kanaf nama tokko qofaa mitti dhuga nama million bakka butaa nuf jiradhu amale onnera akka nama tokkotti dhifama sif godhe rabbilen dhifama sif ha godhu umrii dhertun sif hawa akkasumas si cinas jira yomile obbollessa kenya si jalaana ❤
@abufathiya17032 ай бұрын
Jazba kuni Nama maali sakaarami nama Rasula Rabbi arrabsaa ture akkasumaanille tuffi inniqabu dhiifamalle ummata Muslima hingaafanne nama Rasula kiyya tuqe Oromomummaa isa anastu gubbaan qaare hayye !!!
@qerropowertube21292 ай бұрын
@abufathiya1703 bar rabbinu nama ballesse dhifama gafatef araramadha namni dhugan onnera dhifama jenan nu ilma nama kana mitti rabbinu dhifama ni godhaf tanafu wani nura eggamu rabbi ha qajelchu jene ararama isaf kadhachutu nura eggama rabbi kara sirritti isaa ha debisu jenne rabbi kadhachufi irra waya akkasuma nati fakkata dhifama yon dogongore
@amber-ik6nb2 ай бұрын
Welcome brow 😘 what a wonderful interview with full of despelind gust and journalist 🤔 also greace full interesting articles with Beutyful axsent/ voice 🙏
@wacaalewalloo52242 ай бұрын
Welcome bro
@bessubiru82272 ай бұрын
Oh my Lord so happy to see you son
@Jiruumultimedia2 ай бұрын
Welcome
@kifleayana72732 ай бұрын
Baga Waaqayyoo si gargaaree , Kefiyalehu. Jaabaadhuu, Waaqayyoo si waliin jiraa.Eebbifamaa !!
@yisaktarekegn82812 ай бұрын
Kefe baayyee baayyee namatti tola nama baayyeedhaaf ergaa guddaa dabarsitettaa 😍😍😍