kutaa 1ffaa Farfanna barafaana deemu

  Рет қаралды 62,701

Galo show

Galo show

Күн бұрын

Пікірлер: 159
@gaalanidxb2180
@gaalanidxb2180 2 жыл бұрын
Uuuufffeeee Eebbiffami waqaayyoo siraatii haa hiraafaa hubannaafi oggumaa bekkumsaa kanaa caluu sif haa keenu waqaayyoo qaxaalee wahii guddadhuu🛐🤲🤲🙏🏽
@ObisinetT
@ObisinetT 2 ай бұрын
Salamonii mucaa kakuu Waaqayyoo sii yaa ebisu ebifami farifanani kee heduu nati tolaa nufi gudadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gelanalemiofficial2850
@gelanalemiofficial2850 3 жыл бұрын
Haaleluuyyaa,Maqaan Waaqayyoo Waa'ee keetiif bara baraan haa eebbifamu.Qaxalee koo,galaa dhalootaa, kuufamatu sitti kenname,eebbifami.Ulfinni Isaa Si marsee jira, Sooliyyee.Galoo koo dhugumatti Mucaa Waaqayyo Ijoollummaan Adda baafate kana fiddee, waan Hafuurri Qulqulluun nu barsiiseef eebbifami dhugaa.Nuuf jiraadhaa
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 3 жыл бұрын
Ebbifaamii ebbifaamaa koo Amayyuu Ayaanii Gooftaa kanumaa calaa siif haa baay'atuu mucaa kakkuu darabii demii maqaa yeuusiin muladhuu Adunyaa kanaaf furumataa ta'ii haadhoo koo 🙏🙏🙏💜💜💜💜💘💘💘💘
@rabrahaambarii9872
@rabrahaambarii9872 3 жыл бұрын
Gooftaankoo baraafi jireenya Kee haa eebbisu nama waaqayoo ayyannisaa siifi Abaayyatu.baayyeen sijaslladha!baayyeen sikabajas.
@maasiitube3782
@maasiitube3782 3 жыл бұрын
DHUGAA warii farfattaan Sool irraa waan bayyee barattuu mucaan kuun Yeroo farfaatuu kulpiitii Iraatii Afuuraa waqayyoo kesaa galee farfataa garuu warii kaan yeroo farfaatuu meqaa laka.aa olaa Umataa Ta.ee dhagafuu
@maasiitube3782
@maasiitube3782 3 жыл бұрын
Namnii waqayyoon Dibamee Akkaa Sool kanattii Adaa basee dubbataa
@diboramucaiyesuswallaggaa7630
@diboramucaiyesuswallaggaa7630 3 жыл бұрын
Uuuuuffff sol waaqayyoo ayyanna .fii oggummafii hubbaanna salamoonif laatee sifhaa dabbaaluu ammayyuu Ebbifamiii 😍😍😭😭😭😭😭 Galoo atis eebifamii jabbadhuu
@taraamisganaa4523
@taraamisganaa4523 2 жыл бұрын
Ayyaani goftaa sifi haa dabalamuu amaayuu
@astertesfaye303
@astertesfaye303 2 жыл бұрын
Waqayoo Ayyaana sif keene kanaa sirraa fudhatuu jabaadhuu warraa akkakee kana waqayyoo nuf kenne keessaa kana kadhaatakoti yadaadhuu tookkkoo sidhaa jabadhuu warraa mataa si dhahuuf immaluu waqayoo hin dhisuu isini waarraa gorsuu fi jabesitanins ebbifaamaa
@Burtukanintalaashawa
@Burtukanintalaashawa Жыл бұрын
Uuuuff qaxalee koo sol muca ebifamtu ebifamii maqa yesusin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@goodnews8612
@goodnews8612 3 жыл бұрын
Wooooww Ebbifamii galo show sol farfataa bayyee jaladhudhaa kanumaa callaa ebbifamaa ❤️❤️❤️❤️
@sarasaaa9023
@sarasaaa9023 2 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@geexeejifaaraa7269
@geexeejifaaraa7269 3 жыл бұрын
Ebbifamii ebbifamii ebbifamii mucaa kakuu dhugaa Jettee Waaqayyoo gooftaan nuuf haa araramuu dhugaa Jettee
@asteermitiku3299
@asteermitiku3299 Жыл бұрын
Wow Amen ebbiffaammaa dachaa ammallee kan caalaa goftaan hubbannaa siif haa kenuu
@Waqayyooabdiikootii
@Waqayyooabdiikootii 10 ай бұрын
Sol waqayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu qaxallee mucaa kakuu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tamirunegusie6690
@tamirunegusie6690 3 жыл бұрын
Salamon erga waqayoo sira kae guddadha anati kan mulachaa jiru tokko jira ins mali yoo jette hhhhhh jechudhan fulla ke hin hurgufin me attis irraa debi illali kan amma fi kan duri geta yibarki
@ABARSHIHEHR
@ABARSHIHEHR 3 ай бұрын
Sol muca kaakuu ❤❤❤❤❤❤🤛
@abdiinjiraii767
@abdiinjiraii767 2 жыл бұрын
Ebifamaa ebifamaa ijolee kakuu maqaa iyeesuusin ebifamaa
@biqiltuutub4762
@biqiltuutub4762 3 жыл бұрын
Wow sole fi galo bagaa nagaan dhuftani
@birituworkina8408
@birituworkina8408 3 жыл бұрын
Waqayyoo hayaanaaf ubansaa siif haa bayisuu ebifamii mucaa kakuu
@adanulema7060
@adanulema7060 3 жыл бұрын
Waqayo barafi jirenyaa ke hundumaa dachaa dachaa godhee sii haa ebbisuu ebifamii ebifaamii Kana calaati waqayo ayanaa isaa dachaa dachaa dhaan siif dabaluu farfataa bay'ee jaladhudhaa farfataa salmón alamuu❤❤❤💯💯💯📖📖📖📖✅✅✅✅
@maartaafirdiisaa6410
@maartaafirdiisaa6410 3 жыл бұрын
Dhugaakee jete nama waaqayyo ayyaanni isaa siif haa dabalamu sin jaalladha.💚💚💚💚💚📖📖📖📖📖🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
@seshasesha4179
@seshasesha4179 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuufffffeee amaayuu gumaan waaqayoo waaqaa jiiraata sifaa daabalamuu daachaa ebiifaamaa maaqayesuusiin ebiifaamaa maaqayesuusiin daachaa ebiifaamaa 🙏🙏🙏🙏💯💯💯👍👍👍👍
@addis6256
@addis6256 2 жыл бұрын
Waqayoo baraa baraani ayaani isaa dachaadachaa siratii Yaa rabisuuu
@warqiicaalaa9411
@warqiicaalaa9411 3 жыл бұрын
Dhugaamayuu ogummaan Solomoon si keessaas guute jira nama waaqayyo eebbifamii eebbifama isiin lachuu!
@gallanigallani6065
@gallanigallani6065 3 жыл бұрын
Amee uuuuufff qeteleekoo.nufujiradhuu.farafataadhugaa
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Gallani maatii nafii ta'ii
@waamaagenerationtube3502
@waamaagenerationtube3502 3 жыл бұрын
Bilchaataa ilmaa Waaqni inni akkasitti sammuu banamaa siif kennee si uummate, ammayyuu dhalootaaf karaa si godhachuu isaa itti haa fufu. Eebbifami ammayyuu dachaan!
@metikumela1262
@metikumela1262 3 жыл бұрын
Wwwwwww waqayyoon baraaf jirenya kessaan aebbisuu farfata salamoon bayyeen jaladhaa jabadhuu sool👍👍👍👍👍🥰🥰🥰🥰🥰🤲🤲🙏
@frehiwotjesus3737
@frehiwotjesus3737 2 жыл бұрын
Waaqayyoo Saa Eebbisuu Bara Baraan Qaxalee Koo
@natnaeladugna483
@natnaeladugna483 2 жыл бұрын
Ayyaana kana waaqayyoo dachaa dachaayyuu sirratti haadabalu
@marnataayesus1298
@marnataayesus1298 3 жыл бұрын
Waqayoo hubanaf ogumaa qabduu irrati sifaa dabaluu ebbifamii nama kakuu goftan siyaa gargaruu
@diborayadesaa3976
@diborayadesaa3976 3 жыл бұрын
Solii koo waaqayyoo baay'ee si ha ebbiisuu nuuf jiraadhuu
@martaamuucaaiyeusu5694
@martaamuucaaiyeusu5694 3 жыл бұрын
Wowowo Ebifamii Ebifamii Mucaa Kakuu qaxaaleekoo🙏🙏🥰🥰🥰
@martadabaredabare4356
@martadabaredabare4356 Жыл бұрын
Dhugaa jetee salo koo nuf jiradhuu ❣️❣️❣️
@martadabaredabare4356
@martadabaredabare4356 Жыл бұрын
Qaxalee kenyaa ebbifamii ❣️❣️
@user-247ci2sc1e
@user-247ci2sc1e Жыл бұрын
Waqayoo saa ebbisuu qaxalee koo ❤❤❤
@martamarta5623
@martamarta5623 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuffffffffffffeeee ebbifami dacha akka nama damma nyatee natii tolee dhugaa sole
@nahomfikaduofficial7911
@nahomfikaduofficial7911 3 жыл бұрын
Dhugaakoodha Muca kanarraa deebi akkanaa hineegne mucaan kun nama guddaadha.xinnoo fakkaate
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 2 жыл бұрын
Baayyee,baayyee,hajibadha,hubanan,kana,caalu,siif,haadabalamu,muca,w/yyoo,guudadhu,baayye,siijaaladha,👏👏🤭🤭🤭❤️❤️❤️🎙️🎤🎧🎹🎺🎻🎸🎚️🪕📖📖📚📚📙💌🙏🙏
@galgalochemeda4985
@galgalochemeda4985 3 жыл бұрын
Jabaadhu ammallee ayyaanni waaqayyoo siifaa baay'atu
@asharafsadeek232
@asharafsadeek232 3 жыл бұрын
Amaayumaa tou Lapee Namaa Hatee Soloomoni Mucaa Kakku
@aminastars7436
@aminastars7436 2 жыл бұрын
matii naf taa🙏🙏🙏🙏
@obseedinqii2315
@obseedinqii2315 3 жыл бұрын
Wowww baay,ee namatii tolaa faraafanaan isaa eebbifaami
@xiiqii286
@xiiqii286 3 жыл бұрын
kzbin.info/door/2C_74wWEe2LN7tkgjuBkqQ
@beckykef6646
@beckykef6646 2 жыл бұрын
Waw baayee sena namatti toludha
@boniiamboo8414
@boniiamboo8414 3 жыл бұрын
Wowoowowoowooo Solomoon ogummaa kee Waaqa itti sifa dabaluu qacalee koo dhugaa kedha
@Fwarqeeshobaa
@Fwarqeeshobaa 7 ай бұрын
barii kee ha aa ebifamuu qaxalee mucaa kakuu❤❤❤❤
@saaraaxaafaa4779
@saaraaxaafaa4779 2 жыл бұрын
Wawwoo ebifami ebiifaami dachaa dachaan mucaa kakuu ❤❤❤
@askalnigir8462
@askalnigir8462 3 жыл бұрын
Waqayoo sii'a ebissu jabadhu Ameenn
@SaraSara-me7uk
@SaraSara-me7uk 3 жыл бұрын
F solomon jechaa namni guddan dubbatu dubacha jirta guddadhu ayyanni waqayyoo sif haa dabalamu
@adanatujuba446
@adanatujuba446 3 жыл бұрын
Namatti tola jabaadha qaxalee ijoollee waaqaa!
@shuaaalq7253
@shuaaalq7253 3 жыл бұрын
Waqayo.sia.ebisuu.obolesaa.koo.bayen.sijaladhaa.ayani.aba.kenyaa.sif.habayatuu.amen.amen.amen.amen.amen.
@QwertyQwerty-kp6uy
@QwertyQwerty-kp6uy 3 жыл бұрын
Ammmmmmmmen Ammmmmmmen waqayyoni dacha dacha si ya Ebifaamii
@habtamuayele7882
@habtamuayele7882 3 жыл бұрын
Faarfannaan bara faana deemuu hin qabu yaa dhaloota bara kanaa!! " Mee adda baafanna dhaabadhaa" jedhe faarfataan!!
@dibooramucaayesuusi4237
@dibooramucaayesuusi4237 3 жыл бұрын
Waaqayyoo siy ebisuuu
@iluukoiluuko9943
@iluukoiluuko9943 3 жыл бұрын
Ebbifami dhugaa mucaa dibataa bara kan hundumti wal makaadha
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 3 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamii mucaa kakuu
@toleralencho1237
@toleralencho1237 2 жыл бұрын
Jirtàa màaf baddee
@uhghgvggghh4548
@uhghgvggghh4548 3 жыл бұрын
Wowowowowowo ebbifama bayyen sin jalana
@sossisossi3788
@sossisossi3788 3 жыл бұрын
Amen Amen Ebbifmii waaqayyoo Ebbifmia 🙏🙏🙏🙏💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘🎤🎤🎤🎤🎤🎧🎧🎧🎧🎧🎵🎵📖📚📙📒
@EbaGuta-uj7gx
@EbaGuta-uj7gx Жыл бұрын
Waqaayyoo sii haa ebbisu
@baleeadunya8927
@baleeadunya8927 3 жыл бұрын
Waaqayyoo sihaa ebisuu
@tshlove1374
@tshlove1374 3 жыл бұрын
Ebifamaaa bayye sin jalanyaa jabadhaa waqayyo sin ebisuu 💛💛💛💛💛
@xiiqii286
@xiiqii286 3 жыл бұрын
kzbin.info/door/2C_74wWEe2LN7tkgjuBkqQ
@getachewamenu1252
@getachewamenu1252 Жыл бұрын
ebiifaamii solomon
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 3 жыл бұрын
Wowowowow baay'ee namatii tolaa ebbifaamaa dachaa dhaan 🙏🙏🙏🙏🙏💜💜💘💘💘💘💘💘💘
@xiiqii286
@xiiqii286 3 жыл бұрын
kzbin.info/door/2C_74wWEe2LN7tkgjuBkqQ
@muludebela5305
@muludebela5305 3 жыл бұрын
Saalamoon karaa gaarii iraa jiraa nuuf jiraadhuu ❤️ ❤️ ❤️
@hhhj8232
@hhhj8232 3 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamii mucaa kaakuu 🙏🙏🙏🙏
@fekertenugusee9315
@fekertenugusee9315 3 жыл бұрын
Mama. Waqaayyoo.akkami..jirta..bayee.e.ebbifami.🙏🙏🙏🙏🙏👬👬👬🙏👬🙏🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌
@Lookoomedia1
@Lookoomedia1 2 жыл бұрын
NATTi tolerraa galoo
@caletatashoma6286
@caletatashoma6286 3 жыл бұрын
Ufffffffffeeeeeee Ebifamii dachadhanii namati tolta 💞💞💞💞💞💞💞📖📖📖💞✅✅✅✅✅✅✅✅✅
@anafsi-i2k
@anafsi-i2k Жыл бұрын
Eebbaaf ta'ii sol❤❤❤
@gnetekebede9893
@gnetekebede9893 2 жыл бұрын
💓💘♥️💜💖👍👍💪💪💪
@mooneettolera2454
@mooneettolera2454 3 жыл бұрын
Waaqayyoo si ebisuuu
@gemexlewex1652
@gemexlewex1652 3 жыл бұрын
Eebbifama eebbifama dacha dacha
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Gemex maatii nafii ta'ii
@obsefekede577
@obsefekede577 3 жыл бұрын
Jabadhu
@Omati-b9x
@Omati-b9x Ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉
@abdiimame382
@abdiimame382 3 жыл бұрын
Waqayyo sii ebbisuu
@astertube807
@astertube807 3 жыл бұрын
Ebifamaa ebifamaa wan bayee siniraa baraneee
@meseret6778
@meseret6778 2 жыл бұрын
Amen ebbifamii darbii demmii
@yadibabo7945
@yadibabo7945 2 жыл бұрын
Ebifami Ebifami
@hawii1034
@hawii1034 3 жыл бұрын
Ebbifami daacha dacha uuuuffffuuuufffeeeyy
@husseinalamine76
@husseinalamine76 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeen🙏🙏🙏👏👏👏👏👏Ameeeeeeeeeeen💗💗💗💞💞💞💞💞🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖
@yubifetti3992
@yubifetti3992 2 жыл бұрын
❤️🥰🙏🙏
@fedesanemomsa2574
@fedesanemomsa2574 3 жыл бұрын
Galookoo lamaan kesssan iyyu qimaamidhaa nuf jiraadhaa
@alemigutemaa6570
@alemigutemaa6570 2 жыл бұрын
Eebbifamaa dachaa dachaa
@Yantwo2
@Yantwo2 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@beetiiadduyaafk2669
@beetiiadduyaafk2669 3 жыл бұрын
Jabaa Koo nuuf jiraadhu
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Beetii maatii nafii ta'ii
@aseefaasee7265
@aseefaasee7265 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@seenaataddasaa6390
@seenaataddasaa6390 3 жыл бұрын
Eebbifamii Qaxalee mucaa
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Seena maatii nafii ta'ii
@masiitadessa6018
@masiitadessa6018 3 жыл бұрын
Wow awesome ameeeameeem ameeeem ebbfaam 📚📚📖📚 and 🙏✝️
@xiiqii286
@xiiqii286 3 жыл бұрын
kzbin.info/door/2C_74wWEe2LN7tkgjuBkqQ ida'amna
@MatekaAhmad55
@MatekaAhmad55 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@metogmilki2473
@metogmilki2473 2 жыл бұрын
Nuu jiraadhuu sii jaalanna mucaa kaku
@asharafsadeek232
@asharafsadeek232 3 жыл бұрын
Ebbifamii Mucaa Kakkuu 🙏🙏🙏
@chaltuawake2828
@chaltuawake2828 2 жыл бұрын
Dhugaa kee jete muca kaku jiradhuu
@hirqheetasafayeetasafayee4181
@hirqheetasafayeetasafayee4181 3 жыл бұрын
Ebifamaa
@mimmimangash6445
@mimmimangash6445 3 жыл бұрын
Ebbiiiiiifaaamiiiiii muca kaakuuu
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Mimmi maatii nafii ta'ii qoomoo koo
@mottusoressa7344
@mottusoressa7344 3 жыл бұрын
Ebbigaami qaxaleko
@obsewollega6416
@obsewollega6416 3 жыл бұрын
Ameeeeen ebbiffamii waqayyoo siyaa ebbissuu
@terikeyesusno3491
@terikeyesusno3491 3 жыл бұрын
Uuffffaa Eebbifami Eebbifami 😍😍😍😍💘💘💘❤❤❤
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Terike maatii nafii ta'ii
@yaddanooharmeetube9781
@yaddanooharmeetube9781 3 жыл бұрын
Gooftaan saa ebisuu dafa fidaa kubtaa 2ffaa saa
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Seena maatii nafii ta'ii
@mitikeamosa5277
@mitikeamosa5277 3 жыл бұрын
How on earth you say waaqayoo yaalee yaalee dhdhabee Waaqayoo hinyaaluu hindhdabuus
@Dibabe-d5v
@Dibabe-d5v 2 жыл бұрын
Ebifamii
@rabbonitube9540
@rabbonitube9540 3 жыл бұрын
Sagaleen Hindagamu
@jireenyaaxilahuunqajeelaa4246
@jireenyaaxilahuunqajeelaa4246 3 жыл бұрын
Akkas Aabbee Kana Dhugaan Jirtu Qaxalee Abbaake
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Jireenya maatii nafii ta'ii sanyii koo
@sarad1049
@sarad1049 3 жыл бұрын
Ebifama
@AbdiiGoofta
@AbdiiGoofta 3 жыл бұрын
Sara maatii nafii tahii
@remedanabdulahi4274
@remedanabdulahi4274 2 жыл бұрын
Haleluya
@dammeedato5692
@dammeedato5692 3 жыл бұрын
Jiradhuu malloo 💓💓💗💗
1884-ዘማሪ ሰለሞን-ጋላታኬ-galatakee-singer selemon
17:41
Prophet Eyu Chufa
Рет қаралды 408 М.
UFC 310 : Рахмонов VS Мачадо Гэрри
05:00
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 1,2 МЛН
Sittan siqa |amazing live worship by Singer lidiya Derese|
14:47
Apostle Geda Sera የመንፈስ ቅዱስ ጥምቀት ቤ/ክ
Рет қаралды 6 М.
Salamoon Alamuu @galoshow5398 "Nu hin komatiina "
30:47
Galo show
Рет қаралды 81 М.
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Qaanqee Show
Рет қаралды 165 М.
TARREE ULFINAA || FAR SOLOMOON ALAMUU @ifafayinatvofficial1906
24:31
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 56 М.
NAANNAWWAAKOO  | SOLOMON ALEMU  |  2017 New Afaan Oromo Live Worship
18:52
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 128 М.
UFC 310 : Рахмонов VS Мачадо Гэрри
05:00
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 1,2 МЛН