Laffatiin keenya Bilaash tahee😭 Damma fi dhadhaa nuti ergineef Summi qaba jattee didde

  Рет қаралды 28,786

Yasu Birra

Yasu Birra

Күн бұрын

Пікірлер: 384
@LoloLolo-lp6xq
@LoloLolo-lp6xq 16 күн бұрын
Bagaa didee kabajaa hadhaa ijollessa osoo qabatee waan hundaa duraa ishiin maritaa turee summayya❤
@EayshaEthiopia
@EayshaEthiopia 16 күн бұрын
😂😂😂😂😭😭😭😭😭💔💔💔💔
@ArebeSahibo-wg1pq
@ArebeSahibo-wg1pq 6 күн бұрын
Dhugaa keeti mataa jisuu didee😢😢
@Momokoko-d5b
@Momokoko-d5b 15 күн бұрын
Bagaa didee waan Isiin iti gotaan betii sumayaa my king ❤❤
@xajjeetube4778
@xajjeetube4778 16 күн бұрын
Bagaa didee sumuyyaa gobazi hamalee isheele eguu didee akkaa waan harawaa fudhuu of godhaa abbaa ijoolee 2 seyidoon sirrii mittii garuu boruu gabuu isaa hafaa hin qabuu
@queenzuzu710
@queenzuzu710 15 күн бұрын
Dhugaa ishee baga didee wellaah sumaya nama gaariidha dharaa isiini xaaxuu jirtani hin beeytuu mucaattii miskiina
@ayuuwaalagaa
@ayuuwaalagaa 16 күн бұрын
ishoo Baagaa didee Sumaayani isheeni Haadhaa ijoolee isaatii inni moo shaamaraa waajini shaalala olaa miitii Baagaa didee Sumaayani ❤❤❤❤❤❤❤
@makiama9561
@makiama9561 16 күн бұрын
😂😂😂🥰
@user-umukewesar
@user-umukewesar 16 күн бұрын
ሱመያዋ የእኔ አመለ መልካም ሸጋየዋ ደርባባዋ እህቴ ምንም ነገር ሰኢድ ቢልክልሺም ይዞልሺም ቢመጣ እንዳትቀምሺ ተጠንቀቂ ከእነ ልጆችሺ ማማየ ረበና ይጠብቅሺ ከክፊ ነገር ሀቢበቲ ገልቢ ሰኢድ ወላሂ الله المستعان ربي يهدك ولله
@Hayaati-j3y
@Hayaati-j3y 16 күн бұрын
Bagaa didee inii dammaa fii dhadhaani goyoomisufi turee walahii dubaritini zabanaa Ammaa gaminaa nutii dachii hodhinaa idaa nu bekitani
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 16 күн бұрын
Saido hin salafatu yoo achii tate meesha itti erguu dhama Amshir summaya yomu qaalii namati ❤❤❤❤❤❤❤
@HhdJjd-fy6sq
@HhdJjd-fy6sq 15 күн бұрын
Yes summii itti gotaan yoo ergitaan mallitu bekaa bagaa dideee
@orgyb9088
@orgyb9088 15 күн бұрын
Jireenyaa ishee balleessitanii nyaatan sossobduu silaa saidon balleessa gudda qaba
@MisragamadaMisragamada
@MisragamadaMisragamada 16 күн бұрын
Wollaahi osoo anayyuu tahee hin fudhu baga didde
@digodiriba6013
@digodiriba6013 16 күн бұрын
baga didee haadha ijoolleesa biyyaa orma kessati gate achii isi Sana jedela figaa holaa inni
@HhdJjd-fy6sq
@HhdJjd-fy6sq 15 күн бұрын
Bagaa didee Sumiyya ❤❤❤❤❤❤❤
@AmeenaQatar
@AmeenaQatar 16 күн бұрын
Baga didee gobazzidhaa❤❤❤❤ sumayyaan❤❤❤❤❤ isin garaaa isii gubaa hin jirtaniii
@FatimaFatima-pi6km
@FatimaFatima-pi6km 16 күн бұрын
Bagaa itiii herumteee Ayuuu. Nafxanyanii ulfinaa between Osoo Oromo tatee haganaa garaa wolitiii jabatanii
@AmeenaQatar
@AmeenaQatar 15 күн бұрын
@@FatimaFatima-pi6km dhisii ukti tiya oso isii marisisee deme fudhe namati hin dhagayamu bakka sumaya bu'ii lalii oso jarsi kee akkas sigodhe gammachu qabada?kkkkk
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa 15 күн бұрын
S A S ❤❤❤ walif isin ha dhiisuu Shariiyan dhiraf hayamiite hanga afurii dhira isilamaa Rako hin qabu walahi danta ishetii 😂❤🎉
@kadijjaanasirnasir5236
@kadijjaanasirnasir5236 16 күн бұрын
𝐛𝐚𝐠𝐚 𝐝𝐢𝐝𝐞 𝐞𝐲𝐚𝐦𝐚 𝐢𝐬𝐢 𝐦𝐚𝐥𝐞 𝐢𝐫𝐚𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐞 𝐐𝐚𝐥𝐛𝐢 𝐢𝐬𝐢 𝐂𝐚𝐛𝐬𝐞𝐞😢😢😢😢😢😢😢𝐀𝐛𝐬𝐡𝐢𝐫 𝐒𝐮𝐦𝐲𝐚𝐚😢😢😢😢😢
@SumeeArsii
@SumeeArsii 15 күн бұрын
Mucatii jarasaa irraa fudhatee mafii tolaa yadifii bagaa didee sumaya Sweet 🎉❤❤
@SofiaAli-z6x
@SofiaAli-z6x 15 күн бұрын
Yasuu.qomceen.duruu Nuufii.hin.tatuu.jaarii.Sumiidha.SayidooRabiin.isaa.HaaGargaruu❤❤
@robdaaa516
@robdaaa516 16 күн бұрын
Maalii issin nyataa gurgurati jarsaa isiin isiin bagaa
@robdaaa516
@robdaaa516 16 күн бұрын
Bagaa didee itii bagaa waalihi sumayan dubarti jabdudhaa
@TsehaylemmakeeGincii
@TsehaylemmakeeGincii 16 күн бұрын
Bagaa didee kan booda sumayaa arguu hin qabu duriyee isaa ayuu jedhee afaan banu wajin yaa jiraatu😊
@kwkw2880
@kwkw2880 15 күн бұрын
Bagaa diddee sumee too qaalii namaa❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@suleimanalihassan
@suleimanalihassan 15 күн бұрын
baga diidde sumaya qali namati ❤❤❤❤❤😂
@kamilakamila8923
@kamilakamila8923 12 күн бұрын
Baga didee badasii kanan goyomsukeessanii hintalla keenya sume yene jegna
@hawwiiAbadir
@hawwiiAbadir 16 күн бұрын
Bagaa didee waalahi gobazii❤❤❤❤
@MisbahuZenu
@MisbahuZenu 14 күн бұрын
Siluma maaliif fuudhafi heeruma you tobe irraatti feetani?
@TigistFikadu-w3d
@TigistFikadu-w3d 14 күн бұрын
Bagaa didee damma fi dhadhan siin ergitanif midhama issi debisafi jarsi ishe oddo kabaja qabatefi waan hundaa dursa ishin mar'iata ture balage siin mulunu Sumayaan nama garidha
@RahatiiAmadin
@RahatiiAmadin 16 күн бұрын
isaahii.sumeeyaa.mangistiiidhsa.bar.tolchitee.bagaa.didee.isiin.kanan.sobamtii.gobazz.sumeee.i❤❤❤❤❤
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 16 күн бұрын
Baga dide jarsi nama adabaqa saidon balagedha sheyxana
@AmeenaAmeena-y4y
@AmeenaAmeena-y4y 15 күн бұрын
Kijibdotaa bagaa didee isinuu nagadee summii fakataanii halkani fii guyalee wahee sumii hasawaa oltaani 😢😢😢😢
@AsdArr-yx4sj
@AsdArr-yx4sj 15 күн бұрын
Dhugamake ette
@iftuuOromoo-b2c
@iftuuOromoo-b2c 15 күн бұрын
Bagaa jete sumayaa🥰🥰🥰❤❤❤
@Susuuoro
@Susuuoro 15 күн бұрын
Sumaya my king 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@Susuuoro
@Susuuoro 15 күн бұрын
Wlh sumayan giftidha amal qabetidha ❤❤❤❤❤❤🎉
@Warqee-ei3yk
@Warqee-ei3yk 16 күн бұрын
Baga diddee silaa isiin gowwaa seetaniii faayidaadhaan bituuf kaatanii??? Haadha ilmaansaa ayii😢😢😢😢
@hgyy3857
@hgyy3857 15 күн бұрын
iyaasuu summayaa kana barbade jirisi ishe kar ijoolee isa aka de,buhu barbade male damafi dhadha mala iti goti isin damaf dhadhadha sosobduu bagaa dide😊😊
@BilaalAbdaBilaalAbda
@BilaalAbdaBilaalAbda 15 күн бұрын
Sirii jirtii sumeyaan❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wadishlo
@Hayyuuamanur
@Hayyuuamanur 14 күн бұрын
Issiin afuuruu😢😢😢😢😢😮
@dametube4173
@dametube4173 16 күн бұрын
Namnii Commenti kana dubbistuu Rabbii Nagaattii Si ha Eeguu
@biiftuustudio3007
@biiftuustudio3007 15 күн бұрын
Baga sinitti deebifte waan nyaataatiin goyyomsuuf turtanii saniifuu dhadhaa Shanoo way ajaa iba keessan hhh
@zerahajo4591
@zerahajo4591 15 күн бұрын
Rabii.haa.lafusuu🥰🥰🥰
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 16 күн бұрын
Keessan maa ittii himinee ree oduu jalataa atisii
@hiree0721
@hiree0721 15 күн бұрын
Gobaz ❤😮 yene wud sumeyaa
@hiree0721
@hiree0721 15 күн бұрын
Hahaha. Mali nan rakadhe nan Bela,e sinin jete ware bicha😂
@TamimaTamima-hm3qt
@TamimaTamima-hm3qt 16 күн бұрын
Baga didee ❤❤❤❤❤sumay amshirii
@obsinantube961
@obsinantube961 15 күн бұрын
Ummata Qashti.matii.nafi tayya🤣🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 15 күн бұрын
Bagaa didee Bagaa didee Bagaa didee 😮😮😮😮😮
@hanantube2144
@hanantube2144 15 күн бұрын
Silaa Akamiti yaadan Daymaan Arsitani mashlhaaaaaa uuuuff walhii Anii oso Akaa yaad kiyaati jarsii kiyaa harkaan dhalaa biraa tuquu mitii Akaa jia an laluu hin fedhuu uuuuuuffff yarbii kiyaa Akaa jarsii kiyaa dhalaa biraa nartii hin lalanee du,aii naa godhaa yaa waar komanti
@AberaDarartu
@AberaDarartu 15 күн бұрын
I shoo bagaa dide gobaazidha kabaajini kessan isheedha kanaa
@dahmaziz3401
@dahmaziz3401 16 күн бұрын
Bagaa didee😢❤❤
@Ayuutube-r6n
@Ayuutube-r6n 16 күн бұрын
😢dhisii yooma fidu Iyasu ko anis jalladhee mittii jalallaa na marachee💔💔💔💔
@TemrlAbdulhakim
@TemrlAbdulhakim 16 күн бұрын
Saree hadhaa ketii bor Akka ham bosee dhaqxee bor bosee galtaa Akka ham dhaqu maratee mitii Dubiin dhira bar utu bekte kadhate hin erumtu kadhatameet herumta malee gafa ati galu bosus rabii nha agarsisuu diqala fudha bosee fute bosee jedh oromon si yo Malu taee hadhaa ilman satu ISAF caltii ati gab ganam ofiti hin cufinii Kan sif maluu babadadh lam hin jiruu Kan dubartii tokumaa qashitko jarsa namra malif jalali si qaba miti utu an iti gargle hin boluu Duka bouu miti habibtii dafi if duba debi of yadha gaban lam jiruu
@LelaKhasim
@LelaKhasim 16 күн бұрын
ATI dirri adunya iradhumate 😢sare
@Kiyaye-u3t
@Kiyaye-u3t 16 күн бұрын
Sariiii
@sofiaguye
@sofiaguye 15 күн бұрын
Bagaa dide wollaahi summaya kabbajjamtu hintallaa
@Bonituuilluuulove
@Bonituuilluuulove 16 күн бұрын
Baaggaa didee ishoo
@jallatusabaa4817
@jallatusabaa4817 16 күн бұрын
Dhadhaaf daamii isaa qalbii ishee cabdee fayyisaa moo fudhuun dur jirtii garuu kabajjan hadhaa ilmaan saa eyyamsisee hin fudhuu ree dhirrii arsii kun aslaan hadhaa manaa sanii kabajjuu hin bekkanii jazbadhaan kanaa malitti bekkuu manaa hadhaa manaa namnii hinfudhaaf fudhuu malee😏😏😏😏
@RahimaTemam-c1l
@RahimaTemam-c1l 16 күн бұрын
ishoo baga furachuu didee iyarafachu xaxuu ofuma kesanii dhugaa
@fatmahali8708
@fatmahali8708 16 күн бұрын
Bagaa didee❤❤❤
@FHh-i6j
@FHh-i6j 15 күн бұрын
Nyaataan garaatiin araarsaa hadha manaa😢😢😢😢😢
@Nasiribabitiislmii
@Nasiribabitiislmii 15 күн бұрын
Wswrwb baga isni gote sumayani jabadhu👍👍👍
@JimmaAgarro
@JimmaAgarro 15 күн бұрын
Silamaf akas godha dhaqedhifama in gafatu 😢😢
@ZainabbHasan
@ZainabbHasan 16 күн бұрын
ISini hirihotatu rakoabaa kesatiyuu bubariki bekaa pirakidha jedhe goose malee jarilaman wolqubaa qabuu atisrakoqada sumayaan❤ dhugajetee sila dhadhafi daman sosobu barbadanii daimasetanimo?? Dhguasii Rabiin habasuu inshaa allah☝️☝️☝️
@Ummukhalid-fm4xd
@Ummukhalid-fm4xd 15 күн бұрын
Baga diddee love sumaya
@AberaDarartu
@AberaDarartu 15 күн бұрын
Baraa kanaa hatii ilmoo kabaaja hin qabduu dhugaa dubaara ijaa qalaa kabaajama jirtii
@lallistuugalatabunee40
@lallistuugalatabunee40 15 күн бұрын
Summayyan ogettii dubartidha bg didee wly2
@Dami-z5x
@Dami-z5x 15 күн бұрын
Baga didee sumiyaa ❤❤❤
@مومنهابراهيم-ف7س
@مومنهابراهيم-ف7س 15 күн бұрын
Sumeya ❤❤❤❤❤❤❤❤amishir 🎉🎉🎉🎉🎉
@sofiyaabusosiya2737
@sofiyaabusosiya2737 15 күн бұрын
Dhugaa jetee sumayani💯💯💯💯💯💯
@Susuuoro
@Susuuoro 15 күн бұрын
Baga dide wlh😢arga kesan
@htff4516
@htff4516 16 күн бұрын
Atii us faraduu
@HasanatIsmael
@HasanatIsmael 15 күн бұрын
Bagaa didee silaa wan isin it gotanii beyitiii
@sofiyaajamalii1611
@sofiyaajamalii1611 15 күн бұрын
Bagaa dide❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AaSs-u7q
@AaSs-u7q 16 күн бұрын
Ashirii saidoo kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@Tamima-gi8uw
@Tamima-gi8uw 16 күн бұрын
Garii jabetii abbo masanuu basaa moree haa fudhuu
@Saadatube1
@Saadatube1 16 күн бұрын
Filmi kessan nuraa xumuraa amma!
@Sariisarii7070
@Sariisarii7070 15 күн бұрын
Durayyuu Habashaa irraa galataa hin eginaa jarrii ulfinaa hin jallaatu gaddii galoo🦵
@nanatijamalii9706
@nanatijamalii9706 15 күн бұрын
Sumeyaa sirii jitii jaduu namatii
@foziyajimma-gx5yz
@foziyajimma-gx5yz 15 күн бұрын
Bagaadidee.
@samiraorooromo
@samiraorooromo 15 күн бұрын
ofcourse dhuga jetee sumayan kunii malaxan hanga tan walin lafa dhitu diman isa hin gudifatuu😏😏😏🥺
@najatnaja1401
@najatnaja1401 15 күн бұрын
baga didde Sumee❤❤❤❤❤❤❤
@SimranJamal-n2b
@SimranJamal-n2b 15 күн бұрын
Dubaaho sihaa shaku qabdii😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@RaniKhan-g1s
@RaniKhan-g1s 16 күн бұрын
Goshii bagaa didee otoon sumayaa tahee isaa walin hin jiradhuu
@saliyaabadiiga
@saliyaabadiiga 16 күн бұрын
dhuga ishetikaa baga diidee hintalon fayaa hin qabduu maratetii ofiifuu
@HonorMobile-v8x
@HonorMobile-v8x 16 күн бұрын
bagaa didee dhugaa sheeti maal betii masanof miti ofif iyyuu hiyaadu ayuuu sanaafuu akkamitii dandetee nyaatii
@marieemariee1196
@marieemariee1196 16 күн бұрын
Sumayani. Bagaa. Didee
@RaniKhan-g1s
@RaniKhan-g1s 16 күн бұрын
Dhugaa ishee jetee otoo ansi tahee inumaan shakaa
@Hawi1234-s9p
@Hawi1234-s9p 16 күн бұрын
Atillee imadhalta Jazaan kun sihaagahu
@hdye5757
@hdye5757 15 күн бұрын
Bagaa didee jalala adhaa ijlsaa dhisee kabraa braa demee mali barbacha dhaqee udanu tokumaa nanoftee debtaa achtii inaftu kana bekii
@obsejimmatube1240
@obsejimmatube1240 15 күн бұрын
Bagaa didee isinii damanii goyofamiti silaa ish
@SumeeArsii
@SumeeArsii 15 күн бұрын
Sumayani gobazidhaa wly ❤❤😂😂
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw 15 күн бұрын
Wl wr wb Alhamdullilah
@najatnaja1401
@najatnaja1401 15 күн бұрын
Sa, idoo👎👎👎 Ayyaantuu👎👎👎👎 Sumayyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉😢
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 16 күн бұрын
Baga dide summaya gobazii diraqamani esa jira sabiskaribi hin godhina
@سميرهس-د8ز
@سميرهس-د8ز 15 күн бұрын
Yo 1 futan 1 ajessa jedha sheriyan 😢😢 biyoo nyadha
@NaNa-cm6hc
@NaNa-cm6hc 15 күн бұрын
Bagaa didee sumayaan miskinas😢😢😢
@RitaaArfghjj
@RitaaArfghjj 11 күн бұрын
Sumayyaan king❤❤❤❤❤
@ShfiyaaJamal
@ShfiyaaJamal 16 күн бұрын
Deeeemaafii dhaadhaa dhaan goomsuu deemtuuu saalaaa kaanaanii biiituuu deemtuuu saaalaa in qaaafaataanuuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@bezab2563
@bezab2563 15 күн бұрын
Goshii bagaa didee sumayaa gobazi👍👍👍👍💪💪💪🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@SiifuuBabbittii
@SiifuuBabbittii 15 күн бұрын
Dhugaa ishetii
@EtoBhh-f8z
@EtoBhh-f8z 15 күн бұрын
Worii kometii kuni afianii keesaa qaba wani hin benee kessa gaalinaa jsbaa maraa
@HadhaaHamzaa-w8g
@HadhaaHamzaa-w8g 16 күн бұрын
Wani sahidoni dalage isiii bichaa mitti kuni fudhaa fakatu maratuu fakataa a'uzubilaa malii olomahi hundaa isaraa dubata rabbini isaa haa qajelchuu
@HamziyaHassan-e7e
@HamziyaHassan-e7e 15 күн бұрын
Bagga diddee gobazii 💪
@JituJundii
@JituJundii 16 күн бұрын
Baga diidee
@musaabahmad81
@musaabahmad81 16 күн бұрын
Itti dhiise fuudhu qaba dhalaa tamtu eyyeen jedha silaa itti dhiise haa fuudhu
@Makkiqashitioro
@Makkiqashitioro 16 күн бұрын
Baga didee kabajja hadhaa mana isaa egu didee akka fedhe tahaa inni
Ayuun cidhaa kiyyaaf mallaqni bahuu qaba jatte📌😭
9:11
Yasu Birra
Рет қаралды 11 М.
兔子姐姐最终逃走了吗?#小丑#兔子警官#家庭
00:58
小蚂蚁和小宇宙
Рет қаралды 10 МЛН
Это было очень близко...
00:10
Аришнев
Рет қаралды 6 МЛН
Friends make memories together part 2  | Trà Đặng #short #bestfriend #bff #tiktok
00:18
Sigma baby, you've conquered soap! 😲😮‍💨 LeoNata family #shorts
00:37
😭Ufff Bahar ijollen oromo garraa keyysaa dhumtte mee Lalaaa ufffff
16:42
Saidoo isaa baduuf demuu qabnee 🤣  bole Airport  jirra
13:26
Yasu Birra
Рет қаралды 46 М.
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 10, 2017
24:29
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 12 М.
Uffata Baasnaan Amanuun Dadhabe
22:31
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 6 М.
Ayuun Garaa koo na Raaste , Garu Rakkina qabdii
14:13
Yasu Birra
Рет қаралды 20 М.
Quais itens o vidro consegue cortar?!😱 #shorts #challenge
0:55
Gabrielmiranda_ofc
Рет қаралды 17 МЛН
We install the auxiliary340.8K ... air suspension on Renault Master X70
0:37
Best Mechanics Around the World
Рет қаралды 12 МЛН
Слишком Милое Видео ❤️
0:20
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 6 МЛН
ЗНАЛИ? ТОЛЬКО ОАЭ 🤫
0:13
Сам себе сушист
Рет қаралды 1,3 МЛН
Quais itens o vidro consegue cortar?!😱 #shorts #challenge
0:55
Gabrielmiranda_ofc
Рет қаралды 17 МЛН