Uuufff hiriyaan bara kana osoo ati beekin akka bofa nama idda😢😢😢Abshiir rabbiin walitti isin ha deebisuu 😢😢ta.us bro ko waan ati beeku qabdduu tokko jaalallii kadhaa hin barbaachisu abshiir hireen qooda rabbiti kan siif hire sin hanqqisu homa miti ati garaa qulqquun ishee jaalattee dhabddemii isheen garuu jiruu ishee guutuu nama ishii jaalatu hin arggattu si.iif rakko miti rabbin kan siif taatu sif ha baasuu😢😢❤️❤️
😢😢😢😢waaqayyo Kan garaa keetii siif haa kennu dhugaa maaluma hiriyaan bara kanaa gantuun 😢😢
@DereseMetafera17 күн бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭b baayee nama gadisisa homa miti jabbadhu kan rabbi sii ka,e nii jirti
@Giiftii2 ай бұрын
Hiriyyaan Gadheen duuban nama ciniinti akka saree ! Abshiir kan waaqni sif qoode hin dhabin ati !
@furat26422 ай бұрын
Obbolessa koo dhugaan sitti hima intalli kun siif hin taatu osoo ammaratti hin dhaabbanne kun bor gaafa maatii horattanis ijjoollee kee illee bittinsitee dhiira biraa bira dhaquun ishee shakkii hin qabu. Waanti ta'uu hunduu garruummaafi garuu gaarruummaan isaa yeroof nutti hin mullattuf malee. Atimmoo miidhamaa sababa taateef na Amanii nama ati yaadduu caalaatti Rabbii si badhaasa. Dabaan ishee fi hiriyaan kee sirraatti rawwaataniif immoo jaallalli isaanii turtiis hin qabu dhugaas miti. Ati hin dhaabbatiin deemsa itti fufi fuuldurri kee IFAA dha jabaadhu
Hirriyan bara kana bofa marga keessati obbollee yoo jetuu gara nama rastaa waqqayyoo gatii kafalaaf guyyatokko😢😢😢😢😢😢😢
@wayifanjs2 ай бұрын
Iffff😢😢😢😢akamiti gara kooo nanyate dhugaa waqayo hiriya gantuuu sobduu waqayo duruma namara haqabu hiriya isara ishedhuma tufadhu dubarti take taka jazbaaa balage 😢😢iccc gati ishe hin argatin tun Namnii biras osoo dubisiii isan kanan dhiste sokiti gantuuuu tanan obsii atii bro kooo😢😢
@TokummaBoruАй бұрын
Hiriya soba manna diina dhugaa wayya ka ja,amuf kanafi namni jalala nama gidu sene balleysu isafille hin milkahu abdan obboleysa keenya garu ati jaba namati abshir jabaadhu nama dhugaa akka keeti Rabbiin sif ha kennu❤❤❤❤❤❤❤
@anto-17132 ай бұрын
Bofti,bofaa,calu,hiryaa, gatudhaa😢😢😢
@OfinbontuuShawa2 ай бұрын
Jaalalaa keessaatii qamanii sadafan keessaa galuu qabuu turee isaa kanafi atii mattaa kee dogogoraa guddaa rawatee wan xiqqo jeetee wan guddaa dhabdee wal dhabdee xiqoo kan ofumaa kee xumurachuu osoo qabduu qamaa sadaf galachuu qabduu turtee garuu waqayoo kan laphee kee kan garaa kee sif haa kenuu isanif moo hojii san isan haa kenuu jabadhu bro😢
@HanaSisy-h6o2 ай бұрын
😢😢😢 jabaadhu bro jajjaabadhu ati dhiisi isaanattu itti miidhama inni qabeenya eshii lalee jaallatte qabeenyichimoo yeroodhan darba dhumaa isaani waaqni si haa gargaarsisu,waanuma fedhe utuu ta,es qaama sadaaffa kan ati galchu qabdu yeroo hiika ofii keef walaalte ta,u qaba ture,kan darbe darbeera garuu ati amma waan hunduuman isaan caalte argaamutu sirra jiraata,bifa keelle sirreefadhu jireenya mataa kee jalqaabi
😢ishif wayyoo biyyaa Arabaa waani demitef ini sun birr dhaaf ishee jaalatee. 😢ayii Dubarti takka taka samuu shi furidhaa omaa miti ati jaalalaa dhugaan iti sixee ishetu rakkata bodaa Nama kana argachu fedhaa 09..... ples
Abashir Qeerro koo wanii hundiiyuu garumaf fatanan baayyaatu nama hin ajesi malee jabiinaa keessatuu jalatanii dhabuun off debise nama jalachisa jirenya kee barechaa jabesas kan ishe caltuu argata kan ofii yada oso hin tane kan rabii namaf iretuu caalaa jabadhu 💔💔💪💪💪💪💪🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@obseobse5632 ай бұрын
Shamarraan biyyaa araba kan kaayyoo biyyaa baateef beektee birrii ishee qabattee dhiirrii biyyaa jaalalaa isheetii jedhee midia irrattii😭👈😂 Shamarraan biyyaa araba kan waan biyyaa baateef hin beeknee kan kaayyoo hin qabnee immoo birrii ishee ergiitee gaafa harkaa duwwaattii haftuu midia irrattii😭👈isumaa hin salfattuu akka nama waan gaarii godheettii narraa baradhaa jettii!! 😂😂😂 Jaalalumtii isin boochiisuu hin jiruu nuttii hin wacinaa😅😅
@kiyakabada71732 ай бұрын
Uuuuffff waqayyo kan sii boqochistu siifa kennu ❤❤❤❤
@MawradiiTaHamzaaАй бұрын
Uuuuuuffff 😭😭 Abshiirii Rabii jiraa inshallah atii Hiren qoda rabiiti Obolesa kiya hiriyan dhuga hin jirtuu wly 🥹 biirii jalate sunu isi miti 😭🥹🤲☝️ hiriya gantu❌🔥🖤 Uuuff