Maalifin Heerumaa !

  Рет қаралды 20,785

Suad Muktar Official

Suad Muktar Official

Күн бұрын

Пікірлер: 252
@AbduramanMuhammad-bw6jx
@AbduramanMuhammad-bw6jx 6 ай бұрын
Suad muktar ati mee akkamin sii godha keessa kiyya dubbata nama akka keti kana gahadha nama akka keti kana rabbin dandeyti qabu anaf haa kanu wallahi nii dandaha nama akka keti kanaf arsa kafalun ana gammachisa ani nama akka keti kanaf obsef ana gammachisa
@foziummahayuu3399
@foziummahayuu3399 3 жыл бұрын
Allamdulullyi Abba mana kiyyaa bayyee Nama gari dha 👌🌹 Allamdulullyi Allamdulullyi yaa rabbi ♥️♥️🌹
@sbrnmedia4525
@sbrnmedia4525 2 жыл бұрын
Maatii Naaf ta'uun sitti tolaa dhiifama wajjiin Ummu Hayyuu?
@ummafalmata113
@ummafalmata113 Жыл бұрын
@@sbrnmedia4525 q
@DiineeAbdalkariim
@DiineeAbdalkariim 6 ай бұрын
Maashaallah jabaadhu sester tiyya qaalii waan gudda nuuf gumaachutti jirtaa umriì tee rabbi nuuf haa dheereeysu
@SumayyaSumayya-f4p
@SumayyaSumayya-f4p 4 ай бұрын
Mashaa Alhaa Rabbiin umrii kesan nuu haa dheresuu dhugaa dubachuf Gorsaa baredaa heduu fayydaa nuf qabuu nuf kenaa jirtan❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Beekumsii million dollar fund in new generation of listening dhibeen waraana qabeenyaa Kan arguu keessatti jiraadhuu galaa jechama Addee Caaltuu Saanii Haadha siinqee congratulation deemsis
@tamiimaabiiftuu5706
@tamiimaabiiftuu5706 3 жыл бұрын
Dr teenya ati dhugamaan utubduu qalbii namaati hedduu galatoomi nuuf jiraadhu si jaaladha lubbuu💝❣❣❣
@hgffyghggfc-vr3sy
@hgffyghggfc-vr3sy 6 ай бұрын
Oromtittii Akka keetii qabaachuuf hedduu Siin boona hoyyuu keenya hedduu sidinqisiifadha maasha Allah 🥰 umrii nuuf dheeradhu
@ShmsdinHabibe
@ShmsdinHabibe 5 ай бұрын
Su, ad baayyee si jaallannaa ani gama kiyaan akka haadhaa ykn akka obboleetiitti si jaaalladhaa garuu keennaa rabbi isinii ke nee gama mallaqaatiin Rakkataa gargaaraa jirtanii
@SaadiyaaMuhammadMuhammad
@SaadiyaaMuhammadMuhammad 10 ай бұрын
Maaaaaashaaallllllllllllaaaah barumsa gaarii sirraa argadhe beektuu teenya galatoooom ❤❤❤❤
@sbrnmedia4525
@sbrnmedia4525 2 жыл бұрын
Baruumsaf gorsi kee baay'ee mi'aawaa Galatoomii akkanumatti itti nuuf sufi jabaadhu Rabbi fayyaa siif haa kennu, 😍👍
@JamilaAmeen
@JamilaAmeen 4 ай бұрын
MaashaAllah 👍 jabaduu kenyaa umuriidhera sif ha kenuu qalii namaa galatomii 🙏❤️❤️❤️ gorsaa garii DHA
@mahammadyusuf3988
@mahammadyusuf3988 11 ай бұрын
Masha Allah gorsa bareeda akkaan nama fayyadu galatoomi Dr
@badhatubadhatu1637
@badhatubadhatu1637 3 жыл бұрын
Akkan itti si jaaladhu silaa beeytee suadii too🥺♥️
@AlfuHashim-
@AlfuHashim- 9 ай бұрын
❤❤nuuf Jabaadhu Rabbiin Sii Jabeesu Gorsaa Aja'ibaati
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Eegumsaafi Beekumsii Beekumsii ijji yaada dhaqqabne ijaarsa gurriis bultiinis fedhiin lubbuu Saud Muktar thanks together to Good bless you/all/of us
@anesyuotube9998
@anesyuotube9998 2 жыл бұрын
Masha Allah masha Allah masha Allah gorsaa baredadha Rabbiin sira hajalatu
@fatimagannaislama339
@fatimagannaislama339 3 жыл бұрын
Bayee galatoom waa heduu nu barasifatan jzk👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼
@hasenomar4732
@hasenomar4732 3 жыл бұрын
Wooow leader tiyyaa guddaa nuuf galatoomi sanyii ofii hedduu beekumsa sirraa argacha jira jabaadhu
@hawwiihawwii2995
@hawwiihawwii2995 3 жыл бұрын
Mashaa Allah Tabaarakallaah rabbiin sirraa haajaalatu nulle wara gorsa kheetirraa fayadamuu rabbiin nuhaa taasiisuu jzk suad tenya 🙏🙏🙏💕
@BadhaneFaye
@BadhaneFaye 11 ай бұрын
Barnoota gaarii nuuf dabarsite.jabadhu waan bayyee nuuf barsiite
@shukariimohmad
@shukariimohmad Жыл бұрын
Dhugaa ketii akasii walhii gifitii too galtomii qalii tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@siifusiifu4506
@siifusiifu4506 3 жыл бұрын
Thanks Dr Suad
@fawziahikmeh1286
@fawziahikmeh1286 2 жыл бұрын
Galatoomii habiibiti gorsii kee bay,ee gaarii dhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞💞💯
@Envy_1230
@Envy_1230 3 жыл бұрын
Thank you Suad muktar I learn a lot thing to proud my life continue to teach as jzk
@sbrnmedia4525
@sbrnmedia4525 2 жыл бұрын
Maatii Naaf ta'uun sitti tolaa dhiifama wajjiin sumayyee
@orooyoutube306
@orooyoutube306 3 жыл бұрын
Suad kabajamatuu tenyaa dhugaa ketii Wan bayee nuf gumachitee gudaa galtomii sin jenee 🌷 Garuu dhifama wajii Yeroo wan tokoo nuf gumachituu Adraa Lee salamata yoo jetee bayee nama tolaa dhifama wajii 🥰🙏
@mahammdtahir868
@mahammdtahir868 2 жыл бұрын
Mashaalla Allah mashaalla Allah mashaalla
@fenannasir2851
@fenannasir2851 3 жыл бұрын
Masha Allah Qo'adhee sirritti baradhee maatii tiyya gaammaachiisuun barbaada garuu yeroon qo'achuuf deemu na jibbissisti qo'aannaan . maali malli kiyya
@aah1572
@aah1572 3 жыл бұрын
mashala tabarakala oboletikenya hedu si galatofana baranonike hedu nama hawata umuri nuf dheradhu jzk
@mayibubaarsii2608
@mayibubaarsii2608 3 жыл бұрын
Dhugaa Yaada bareedadha masha'allaa hayyatti tennaa nuf jiradhuu sii jalanna ❤️
@tmaniacell7446
@tmaniacell7446 3 жыл бұрын
Galatoomii guddaa yeeroo keenitee nuttii dadhabaa jirtaa Eebbifamii💓
@maryamtube9962
@maryamtube9962 3 жыл бұрын
Mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla Rabbi amasii dabalee sii haa kenuu bekkumsaa
@sbrnmedia4525
@sbrnmedia4525 2 жыл бұрын
Orimiya maatii Naaf ta'uun sitti tolaa dhiifama wajjiin
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Yaarabbii Alhamdulillah Barakaa nuuf qabeenyaa gumaadha university office ijaarsa dubarttoonnii garaa/Obbolummaa answer
@zeeyinabazeyinabbintii5520
@zeeyinabazeyinabbintii5520 3 жыл бұрын
Mashaa Allah mashaa Allah uktii tenyaa jaltaamtuu fi kabajamtuu bareeduu yadaa berduu qashtii teena sudiyee rabbii yaada murdaa kee siif haa gutuu bektuu amasii siif haa dabaluu ijaraa hafii kulee tiyyaa ❤️❤️❤️❤️❤️🌹
@lovelysarah6929
@lovelysarah6929 3 жыл бұрын
Mashaala rabbin umurii saa ersuuu qalii namaa
@MuhammedSiraj-p4k
@MuhammedSiraj-p4k Жыл бұрын
Maashaallh bareduukoo ❤❤❤❤
@ateeqateeqz7422
@ateeqateeqz7422 3 жыл бұрын
Masha alha rabbin siira haa jaltuu jzk 🥰🥰🥰
@faatube315
@faatube315 3 жыл бұрын
Baga nagayaan dhufte giftii teenya hayyuu Oromtittii qaali maasha Allah 🥰 Ammallee beekkumsa siif ha dabalu ♥️
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Yoo beeknee lubbuu fi yaadarraa waraana Eegumsaa dhoksaa Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed
@hawwimakura9541
@hawwimakura9541 3 жыл бұрын
Mashaa Allaah suad teenya gorsii kee haalan sammuu keenya jijiraa jiraa galatoomi qaalli teenya sabboontu oromoo tahun kee daraani naa gammaachiissa 💞💞
@fahadmuhamme5457
@fahadmuhamme5457 3 жыл бұрын
Dhugaa keti sanyii ufii jabadhuu rabbiin siraa haa jalattuu inshaa alaah
@taajtahataha5630
@taajtahataha5630 3 жыл бұрын
Mashaa Allah baarakallaahu fiiki
@abdiicarcar1512
@abdiicarcar1512 3 жыл бұрын
Dhugaa Keeti Sabboontittii Oromoo ❤️💚❤️.
@fenatiwazir8300
@fenatiwazir8300 3 жыл бұрын
Dr galatomii wan ofii 😍😍
@aliyyiibrahem4632
@aliyyiibrahem4632 3 жыл бұрын
Waan bayyee siirraa baraa jirra warra irraa fyyadamu nuhaa godhu
@sukartube
@sukartube 3 жыл бұрын
Jajjabadhu sister maaahallah
@dhugaafijiraadhaa6640
@dhugaafijiraadhaa6640 3 жыл бұрын
Mashallah mashallah mashallah suad tenya umurii dharridhu
@fatiyaomer2465
@fatiyaomer2465 3 жыл бұрын
Thanks I appreciate you, rabbiin beekumsa sir ha dabalu.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Jechama Oromia UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Hawaasni isinumaa
@abdussamadjamaal6798
@abdussamadjamaal6798 3 жыл бұрын
Ati yaroo tokko tokko NA keessaa dubbattaam galatoomi Baayyee ulfaadhu 💞
@ibadurahman8338
@ibadurahman8338 3 жыл бұрын
As wr wb wel come sabboontu tenyaa Qaalii Mashaallah Dhugaa keetii 💕💕💕💪💪
@sbrnmedia4525
@sbrnmedia4525 2 жыл бұрын
Waleykum assalamu warahmatullah wabarakatuh Maatii Naaf ta'uun sitti tolaa dhiifama wajjiin ibaadu_Rahmaan??
@zulalaabdulkadir6211
@zulalaabdulkadir6211 3 жыл бұрын
Meshallah rabbi sihagargaru
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Mandisaa Khalifa Maashaa'Allah Saudia Arabia aswrwb Saud Muktar thank you very well but I think it's important to see if hifannoo
@sofiyaatakitiisaguree44
@sofiyaatakitiisaguree44 3 жыл бұрын
Saud tiyaa wly waan heduu siraa baradhee nuuf jiradhuu garuu gaaf takkas tatuu ijjaan sii arguu fedhaa🥰❤
@mohammedusman8196
@mohammedusman8196 3 жыл бұрын
Baayyee galatoomi .namaf dhimmaamu keetif
@roballediriba2071
@roballediriba2071 3 жыл бұрын
Amazing idea
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Jkl Nashidaa Muslim brotherhood aswrwb Amiir Show barachuun rakkoodha jechama mallaszenawii
@Faysa-wo8jz
@Faysa-wo8jz Жыл бұрын
Jabiduuu tenyaa ❤❤❤
@bonishastudio
@bonishastudio 3 жыл бұрын
Baga ngy dhufte jabadhu dhuga kettii
@rozaarozaaoromoo2309
@rozaarozaaoromoo2309 3 жыл бұрын
Mashaa alhaa suada jabadhu ani yeroo hundaa si hordofaa galtomii
@kadirkartuutube2985
@kadirkartuutube2985 3 жыл бұрын
Ati yeroo hasaha kee egaltu salamaata osso gafate bareda ati intala muslimati ejeennoo jirenyaa iraati qabdu kana ammanti kee iraatis osso qabate bareda
@riyaanaaanaa5405
@riyaanaaanaa5405 2 жыл бұрын
Heduu Galatoomii umaa ❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Dirqama Dhoksaa hayyuun fuudhii. Yaannis waraanaa hojii sawsaw Yaarabbii ilmaaniin Beekumsii Eegumsaa Eegumsaa amiiin gzxjaalannee amiin sawsawsaw yaarabbii Alhamdulillah lubbuu internationalism
@samrijamal1211
@samrijamal1211 3 жыл бұрын
MashaAllh Galatomii
@ddetydgyui9985
@ddetydgyui9985 3 жыл бұрын
Ullfaa.jabadhuu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Bismillah/Alhamdulillah he/sheeyixxaannii mana diigaa Utubaadha mootummaan qabeenyaa Hello DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Dubbisi zinnaash Tayyachow dugdaa Dhibee Addee Caaltuu Saanii garaa injifannoo Saud Muktar
@zamzam-ze9lb
@zamzam-ze9lb 3 жыл бұрын
_Maashaallaa allahaa Maashaallaa allahaa tabaraakaallaahuu raabbiii isni Irraa jalaatuu raabbiii urmii keessaanii nuuf haa dheereessuu Baraakaallaahuu fiikum jaazakuullaahuu keereraa jzk mamii gallaatomaa jabaadhaa baay'ee gallaatomaa_ ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻
@rahamatamama6525
@rahamatamama6525 3 жыл бұрын
ماشاء الله جزاك الله خيرا
@aaavvv1606
@aaavvv1606 3 жыл бұрын
As wr wb akamai nagayaa jirtaa Leader suad jabadhuu Lencaa too Qalii figari namaa wolahii atii nafii kenaa rabiratii ❤❤💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔wolahii rabifii jedhaa si jalaadhaa onee too onee tiyaa kesa qaxaa jabadhuu intii fifiii Eshii
@MuhammedSiraj-p4k
@MuhammedSiraj-p4k Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 ufi nufii jiraadhuu
@maryamaman2581
@maryamaman2581 3 жыл бұрын
Addee su'ad teen heduu galtomii anii hiriyaa garii jaldhetii bultiii garii jirachuf jecha wagaa shan nutii fudhatee dhugaa rabbii jechota atii nu gorsituu kan hunda akka wan nar dubtetii biltiii wasasadha waal jaltanif waal fudhuu qofamitii maalif bultii jara jedhe itii yaadun dirqama keen aniis bakka akka naf gahuu abdii qaba inshalh yeroo gababduu qoftu nuf haaf
@ashash9382
@ashash9382 3 жыл бұрын
Ani yuu Waga 4 fixee Waga 1tuu Nuhafe Rabinii Achini Nuhaghuu
@tujihirpo1693
@tujihirpo1693 3 жыл бұрын
Wel come leader you great
@mellaqwa1142
@mellaqwa1142 3 жыл бұрын
Anaa dhufuu obboleti teenya qali
@mammeshowof
@mammeshowof 3 жыл бұрын
Oboleyan tiyya kotaa maatii ko naf tahaa Oromoo tiyya Subscarbe naf godha pales Simboo Tube kzbin.info/door/aVgu6s8IrLYg06AwneLwxQ
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Siif tolee jechama Self esteem Said bultiinis waraana Eegumsaa goototaa aswrwb Alhamdulillah yaadii anaaf lubbugzx ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Self defense control esteem Saud Self esteem Eegumsaa deemsis mariidha
@giftibintnuraba6745
@giftibintnuraba6745 3 жыл бұрын
Dhugaadha jiruu dubatee Galatomii jabaaduu tennaa ❤️
@mariyetobe2318
@mariyetobe2318 3 жыл бұрын
Jazaachalaahu kheyran
@caaltuuorotube4636
@caaltuuorotube4636 Жыл бұрын
As wr wb anii gutuu dhagefadhee ❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Gurruma Qalbiinis muslims Uffataa jabaadhukaa Abbaa/haadhatii waraana Eegumsaa hin arginee Eegumsaa Eegumsaa lubbuu dhiigaa blood circulation
@meruuadmii7862
@meruuadmii7862 2 жыл бұрын
Galtoomii habibitii qallii yerroo kee gubdee horrssaa nufii kenuu kettiffii
@kiyyootube6315
@kiyyootube6315 3 жыл бұрын
Masha allah jacha bareda
@userfatuubitishenuruu5948
@userfatuubitishenuruu5948 3 жыл бұрын
nuujiradhuu yaa oboletii kenyaa wanii danuu baaranee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Dhiifamaa Dugdaafi garaa/Obbolummaa deemsis aswrwb Ustaz Amiin Ibroo Ibroo Dubai Emirates international Nageenyaa sawsaw gzxArrabn keessummaadha ImaanaaOIB aswrwb Fedhiin lubbuu heerumni /fuudhii international waraana libsuu
@mammeshowof
@mammeshowof 3 жыл бұрын
Maashal'ah tabakallah Rabbiin sirraa haa jalatu inshallh galatomii hayatii tiyya ❤️ Allhamadullh Allhamadullh Allhamadullh karaa hundanu Milakayee jira Allhamadullh bultii garii qabaa
@abdunasirebro4862
@abdunasirebro4862 3 жыл бұрын
Baayyee galatoomi Aaddee teenya
@faizahassan3730
@faizahassan3730 3 жыл бұрын
Baga ngy dhuftee giftii duree tenyaa 😍💌
@Taba-ht5zp
@Taba-ht5zp 2 ай бұрын
Galatoomi sanyi ofii ❤❤❤❤
@AanaAana-qx1ze
@AanaAana-qx1ze Жыл бұрын
Mashllaa tabrakaa
@musabanwar660
@musabanwar660 3 жыл бұрын
Mashaa allah welcome suad💞💖
@sbrnmedia4525
@sbrnmedia4525 2 жыл бұрын
Musab maatii Naaf ta'uun sitti tolaa dhiifama wajjiin?
@beyenedorso2746
@beyenedorso2746 3 жыл бұрын
Hayyen good idea
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Seeraafi Heeraanis ni dhorkuu keessatti yaannis waraanaa humni barnootaa irkoodha garuu Ulfaatadha anaafis fedhiin ilmoo namaa gurruma Dubbisi
@mellaqwa1142
@mellaqwa1142 3 жыл бұрын
♥️♥️♥️♥️mashaa allaah heduu namati tolaa ammale siti haa toluu
@abuuabdallahmuhammad4564
@abuuabdallahmuhammad4564 3 жыл бұрын
ماشاء الله تبارك الرحمن
@ahmee-abduu
@ahmee-abduu 3 жыл бұрын
fb kee kan sirrii video description jala nuuf kaa'i mee?
@ayoubkedir
@ayoubkedir 3 жыл бұрын
Thanks
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Ijaarsa Hawaasaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa GzxFa'izaa Iliyaas internationalism aswrwb johar Muhammad Xiinxaltootapro Sammuunitins Addee Xayyibaa Hasan Eegumsaa ijaarsa ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee bultiinis waraana Biyyaaf isin jaalaltuu Uumaa Onneen dhalootaaf dhiifama.!!!aswrwb kufee yoomuu Nageenyaa dhibeenis waraana qabeenyaa fuudhii Ustaz
@rahimaatube3468
@rahimaatube3468 3 жыл бұрын
walhii waa hedduu siraa barchaa jiraa Galtomii hedduu
@NaimaaAminoo
@NaimaaAminoo 5 ай бұрын
Jireenya yeroo yoo ta'ee ho suad obsaan yoo dabarsine
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Namni waan barsiisuufDirqamaa gaafa xiiqii Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see aswrwb Namni yaadee cuftinuu keesi imimmaanii yaada arginee mootummaan biologist biruma haajaa Rabbumatu baasa jechama Acaaluu Sammuunitins wal'ansaa
@rosagizal5550
@rosagizal5550 16 күн бұрын
Dhugaakeetii luubbuu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Beekumsii hundee Eegumsaa Eegumsaa kanaaf Tokkummaa hojiinis nafaa kaatuu dubbii and defense waraana lafaa lafee aswrwb Alhamdulillah yaadii argii ilmaaniin Beekumsii Eegumsaa johar and defense minister of state Education Beekumsii DrAbiyyii Ahmed Dubbisi
Naamusa
30:55
Suad Muktar Official
Рет қаралды 13 М.
人是不能做到吗?#火影忍者 #家人  #佐助
00:20
火影忍者一家
Рет қаралды 20 МЛН
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 148 МЛН
#upwork irratti akkaataa hojii apply godhan|how to apply job on upwork
11:51
Icciitii Qusannaa hundi keessan beekuu qabdan .
23:31
Suad Muktar Official
Рет қаралды 22 М.
Osoo  waggaa 30 hin guunne maal gochuu qabda !
18:52
Suad Muktar Official
Рет қаралды 31 М.
IRAN 2024🇮🇷 Tehran City Walking Tour
10:35
Walking street marco
Рет қаралды 689
If jijjiiruu ni feetaa ??
21:05
Suad Muktar Official
Рет қаралды 20 М.
Xiyyeeffannaa Barbaada
21:02
Suad Muktar Official
Рет қаралды 17 М.