Maanguddoon waggaa 180 argaman Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansaboo.

  Рет қаралды 32,823

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Arsii Lixaatti Maanguddoon waggaa 180 argaman.
Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansabootti Maanguddoon waggaa 180 jiraatan argaman.
Abbaadaaluu Jaarsoo jedhaman Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansaboo keessa jiraatu bara Miniliki farada leenjiisaa akka turan ilmaansaaniitu dubbate.
Manguddoon kun bara sirna Mootii Hayilessillaasee keessa rifeensi isaanii arrii qaba jedhu ilmaan isaanii hojiin Rabbii raajiidha akkuma jedhamu abbaan Daaluu umurii kanatti ijisaanii ni arga.
Ilkaan maanguddoo Abbaa Daaluu har’allee ilkaansaanii nagaadha;akaayii qurxumsee nyaata.
Gurrisaanis ni dhaga’a. Ijisaanis ni arga.Maanguddoon kun abbaa ijoollee 65 wayita ta’an manguddoon kun ilmaan, ilmaan, ilmaan isaaniif Abaabilee kan argan yoo ta’u walumatti ilmaan 500 horataniiru.
Kanammoo ijoolleen isaanii dhugaa ba’u. Obbo Teffuu Abbaadaaluu ammoo ijoollee Abbaadaaluu godhatan keessaa shanaffaarratti dhalatu. Umurii 80 ol ta'uu himatu.
Faallaa abbaa isaanii ilkaan 10 qofa qabu; Abbaadaaluun bara Minilik bulchaa turetti fardaa leenjisaa akka turanii fi yeroo ammaa hiriyootas ta'e obboloonni waliin dhalatan lubbuun kan hin jirre ta'uu odeeffanne. Qiddist Taammiruu gabaase.
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: / obnoromiyaa
Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/...
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Teeleegraamii:t.me/OBN_Voice...
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa

Пікірлер: 87
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 Жыл бұрын
የእግዚአብሔር ሥራ ድንቅ ነው እኚህ አባት የሀገር ቅርስ ናቸው በመንግሥት እንክብካቤ ሊደረግላቸው ይገባል ልክ እንደ ውጭ ሀገር !!
@amiinahusen6758
@amiinahusen6758 Жыл бұрын
Arsiii bìiyaa lonii fi garabuu nafii jiradhuu
@BarreessaaDukkallee
@BarreessaaDukkallee 3 ай бұрын
Yaada Kuni yaada ijodhaa
@almuzaseta6722
@almuzaseta6722 Жыл бұрын
Mee waa'ee seenaa calii caalaqoo sana nuu gafadhaa
@Miidiyaa_Qaraaniyoo
@Miidiyaa_Qaraaniyoo Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Waaqni ammallee nuuf yaa tursu
@tarikeamsluu770
@tarikeamsluu770 Жыл бұрын
Umurii abbaa kiyyaa naaf godheeii❤
@biftu16jimma
@biftu16jimma Жыл бұрын
Midiyaan ijaan qofa ilaale dhisuun isaanif bu'aa hinqabu yoo xiqqaate huccuu bittani deemu qabdu ture kaameeraa qofa fudhani deemun namaa guddaf womaa miti ummata waa hinbeekne kana maaluma goona😅😅😅
@tediadugna99581
@tediadugna99581 Жыл бұрын
Milaan yaaduun jedhaam yaaduum kkkk yaadnii kee siirridhaa jiraadhuu
@biftu16jimma
@biftu16jimma Жыл бұрын
​@@tediadugna99581aamiin.atillee jiraadhu 😊
@FiloWardi
@FiloWardi Жыл бұрын
Dhugaam kee jette👍 ummani keenya yomi of argaa lataaa😢
@fatumabintislam9064
@fatumabintislam9064 Жыл бұрын
Mashaallaah mashaallaah mashaallaah tabaarakalaah rabbiin ijaa hamtuu ammaasi isiin irraa qabee fayyaafi umuurii dheerttuu rabbiin isiin haa dabaaluu umuurii haraageessa isiin haa godhuu ijaa ummataa irraa hafaa ummaan mashaallaah jedhaafi maatii isaaniittifi isaaniilee ijii namaafi afaan nama gaarii mitti mashaallaah jedhaafi rabbiin ammaasi dabaalle maatiifi umuurii isaan haa keenuu ishaallaah 🤲🤲🤲☝️☝️☝️
@KaliGuta
@KaliGuta Жыл бұрын
Gaariidha.kan kanaatti dhiyaatan naqamtee keessa jiru qoradhaa.
@Demenamorke2146
@Demenamorke2146 Жыл бұрын
እግዚአብሔር ይመስገን ዳጉ አባቴ❤❤❤❤❤ስለ ጎበኝችሁ እድሜ ይስጥችሁ❤️❤️❤️🌷🌷🌷🌷🌷
@ashaas617
@ashaas617 Жыл бұрын
Mashaallah Mashaallah rabbii amalee umrrii haa dheressuu ❤❤❤❤❤❤
@HassanAbdalla-fm7dl
@HassanAbdalla-fm7dl Жыл бұрын
Aja'ibaa
@user-fo2qf6zc6j
@user-fo2qf6zc6j Жыл бұрын
Yaa rabbi ummaa tiyyaaf abbaa kiyya umrii akkana naaf kennif
@bontuuambo3424
@bontuuambo3424 Жыл бұрын
Akkaa oromotti wancaa fudhatuu qabu😅💋💋💋💋🙏🏿🙏🏿
@citayoucita5744
@citayoucita5744 Жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣
@oromtitiwbo5078
@oromtitiwbo5078 Жыл бұрын
Masha'Allah my Oromo may Allah/Waaqa bless you with a long life father🙏🏽🥰🥰🥰🥰
@buleebaree6618
@buleebaree6618 4 ай бұрын
Masha allha
@semkumbi2214
@semkumbi2214 Жыл бұрын
Wow Bagaa rabii umrii dheraa isini kenee
@abdiyea
@abdiyea Жыл бұрын
Naannoo keennatti namni umriin ofii meeqa akka ta'e hin beeku.
@worqaatube5385
@worqaatube5385 Жыл бұрын
Nansabo biyya koo seenaa hedduu qabdi❤❤❤❤❤❤❤allihamdulillaah
@zamzamamanzamzamaman1980
@zamzamamanzamzamaman1980 Жыл бұрын
Yaa alhaa abbaa Kenyaa hundaa umarii nuuf dhersii
@user-yy2fs2tf2l
@user-yy2fs2tf2l Жыл бұрын
Masha allah masha allah oromiya tuni naadiruma bar 😊😊😁😁😁😍
@abdirahmanfarah3715
@abdirahmanfarah3715 8 ай бұрын
Mashallaa❤❤❤❤
@asiaasia8815
@asiaasia8815 Жыл бұрын
Mashaa Allaah 😢
@nunulaamaa2285
@nunulaamaa2285 Жыл бұрын
Wowwow 💕💕💕
@samuelgonfa972
@samuelgonfa972 Жыл бұрын
Umurii gaarii dha...🎉ammallee yaa jiraatani....
@tadlechalamayhu6970
@tadlechalamayhu6970 Жыл бұрын
Wwww Baye dasa nama jedha dhuga waqayo ajayiba
@sabontuoromo1667
@sabontuoromo1667 Жыл бұрын
Maashaallaa maashaallaa Manguddoo biyyaa koo
@jamelahaji7752
@jamelahaji7752 Жыл бұрын
Anani nasaboo wontota diqisisoo bayee qabdi namaa ilalutu hin jire malee
@finekash561
@finekash561 Жыл бұрын
Wa'ee gaafa minllik gaafadhame
@gadisemamo4909
@gadisemamo4909 Жыл бұрын
Namaa kanaa calisanii dhisuu ossoo hin tanee mee halaa yeroo dargii fi wa'ee umataa oromoo asofsisi
@oldurukumuru8188
@oldurukumuru8188 Жыл бұрын
Jazibitti godina Arsii keessa aanaan nansaboo eessa jira.qafoo wayii
@UMMUAJAB
@UMMUAJAB Жыл бұрын
😂
@hawabashir7852
@hawabashir7852 Жыл бұрын
MaashAllaallh ❤❤❤❤❤🌳🌳🌳🌳👍👍☝️🙏
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Жыл бұрын
Ajaa'ibaa rabbiitti kun Garuu wan ummaata kanarraa baruufi irraa muldhaatu kessaa baay'ee ta'a dhibbaa 500 gayaan maalee kessaatti homaa fayidaa hin qabani sabaabin baay'ee oso hin tanee muraasumaa seeran guddisaan barsiisuutu gaariidha Dhaloota baayaate oso tanee dhaloota baraate biyyaafi maatiis fayyada Nasaboo biyyaa bunaati garuu kanumaa kessaa ilmaan 65 qabu kessaa manguddoon kabaja kun mana ciita kessaa jiraata safuu baayiina ilmaan fayiddaa hin qabneefi hawaasa nanoo saniitif safuu dhugaa nama qanfachisaa Yowaana bakkumaa ciisuu siree sirnaa hin qabu Kun dhaloota baraate oso tanee dhaloota baayate qofa wan dachii guutuuf Ilmaan kudhan qabachurraa Ilmaan 1 ykn 2 fayyida qabdu argaatan barsiifachuu woyyaa
@lansem1780
@lansem1780 Жыл бұрын
❤❤❤
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 6 ай бұрын
Namnii karoorabafatuu dadhabee karooratufatamaa namniidarbee fudhataa balfakeesaa miizaanajiireenyaa kaleedhaba maqaanbaduumanaa mataanbaduuwayaa jatee oromoonii
@universalidentity214
@universalidentity214 Жыл бұрын
Unbelievable ! Amazing !
@seenaamuccaatawahido8513
@seenaamuccaatawahido8513 Жыл бұрын
Amas yaa jirataan🤗🤗🤗🤗
@nimonatube6486
@nimonatube6486 Жыл бұрын
Woow ammayyuu haa jiraatan
@hdks432
@hdks432 Жыл бұрын
Wow mashaa Allaaha 😊
@RediyeHamid
@RediyeHamid Жыл бұрын
Mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah ❤❤❤
@fafafff4275
@fafafff4275 Жыл бұрын
Yff
@weynitube9140
@weynitube9140 Жыл бұрын
​@@fafafff4275 mati naf taii
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Жыл бұрын
Wwwwooo🥰🥰
@UMMUAJAB
@UMMUAJAB Жыл бұрын
QABENYI OROMO CIMAN JAARSICHA KANA AMMA.OSO HIN DUUNE SEENALE GAGGARI IRRA GAAFFADHA
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt Жыл бұрын
Mashalllmashall mashalll mashalll mashalll Mashallhaa
@aminah8740
@aminah8740 Жыл бұрын
Mash allh masha allaha mash allh
@Abdihusn97
@Abdihusn97 Жыл бұрын
Subhanallaah
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum Жыл бұрын
Maalif adduynaa irratti oduun kuni hin dabarree ? Technology wajjiin beekuu in danda,amaa❤❤❤
@obsee-yh4xo
@obsee-yh4xo Жыл бұрын
Bayee namatii tolaa
@kibitutakele3442
@kibitutakele3442 Жыл бұрын
Dinqii waaqa
@siifan.diroo9515
@siifan.diroo9515 Жыл бұрын
😮😮😮😮😮😮😮wagari ojetee raa
@samiraadam7045
@samiraadam7045 Жыл бұрын
Mashaa alha
@ayshahayshah4490
@ayshahayshah4490 Жыл бұрын
Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah
@kabe2858
@kabe2858 Жыл бұрын
Aja'iba ❤
@ameenathegirl2668
@ameenathegirl2668 Жыл бұрын
Maqa waqayyoo yaa ebifamuuu kanii kana hundaa argasiise
@sabontuoromo1667
@sabontuoromo1667 Жыл бұрын
Maatii kanaaf kennaa wohi kennuu qabdan.
@rafimajama4279
@rafimajama4279 Жыл бұрын
Yaa mashaa allah ❤❤❤❤❤❤❤
@fahamisicha62
@fahamisicha62 Жыл бұрын
Mashaalah dinqiisiisu
@jamelahaji7752
@jamelahaji7752 Жыл бұрын
Wwwooow mashaallah ❤❤❤
@hayatah7696
@hayatah7696 Жыл бұрын
Mashahalaa Rabbii ummurii isani fi matii isaanii hadheresuu garuu isinii matii gudaa akkanati harkaa quulaa dhaxuuni mo kammeraa duubbati keenitaanif nama guddaa kana irraa gabbii busuuni dirqqamaa keesaani turee yaa safuu matii goolaa keesaa nama 500 gadii guritani qalicha irraa gabbii tokoo busuu dhadhabidani 🤭🤭😂😂😂
@selamademsung5995
@selamademsung5995 Жыл бұрын
Wow❤❤
@ahmedbadaso1250
@ahmedbadaso1250 Жыл бұрын
Galata rabbii
@absiol3588
@absiol3588 Жыл бұрын
Kun sobaa gudaa dhaa. Biyaa laffaa kanaa irraa wagaa 115 darbee namnii jiratee takka iyuu hinjiruu. Mallo hindubatinaa dubii sobaa specially TV irraat. Manguudon kun wagaa dhibaa tahuu.
@LTCJob-rh5x
@LTCJob-rh5x 6 күн бұрын
Malo kota nabiras akakile hoga 190 qaba dodola gada danaba
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 Жыл бұрын
Wowww
@DAa-co6nm
@DAa-co6nm Жыл бұрын
Ajaibaa
@alilibah1
@alilibah1 Жыл бұрын
Ragaa tokko malee akkanumma Wagga 180 jataani saa way bara mee hospital khami dhalaate
@kibitutakele3442
@kibitutakele3442 Жыл бұрын
Waan tokkoo ile hin goneef maal waa qabatii yoo deemtan dhala boqqoollo
@FiloWardi
@FiloWardi Жыл бұрын
Wawuu wani ajaibati kun ajaibaa waqayyo wanii godhef beekadha😢🙌🙌👏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 🙋‍♀️please namni kun gargaramu qabuuu👍👍
@ililiishow
@ililiishow Жыл бұрын
Subahanallaah❤❤
@BarreessaaDukkallee
@BarreessaaDukkallee 3 ай бұрын
5:35
@barke478
@barke478 Жыл бұрын
😍😍😍😍😍
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ameralmukhaini9104
@ameralmukhaini9104 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@baredduoromo6533
@baredduoromo6533 Жыл бұрын
Hangam guddata oolu namni zabana ammaa waggaa 120 ol hinjiraatu kun soba wly
@جميلهادم-ظ2ع
@جميلهادم-ظ2ع Жыл бұрын
🎉
@hawwaadiksiis3157
@hawwaadiksiis3157 Жыл бұрын
Booda imoo warraan achitti ergitan hin figinaa isinii hin amasittani oromoo bayee jechuu guraa isini hadoche😢
@user-pl7xj9km1p
@user-pl7xj9km1p 4 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😢😢😍😍🥰😝
@user-pi6yy6gu6m
@user-pi6yy6gu6m 12 күн бұрын
❤❤❤❤
@misiraawal126
@misiraawal126 Жыл бұрын
Mashaa alha
@user-uh2nm7xg7k
@user-uh2nm7xg7k Жыл бұрын
❤❤❤
@faxumatube5843
@faxumatube5843 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤
Taatee Ajaa'ibaa namoota 4 galaafate
8:38
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 119 М.
Mooraa Waajjira Pireezidaantii TPLF kan ture.
10:39
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 138 М.
小丑和白天使的比试。#天使 #小丑 #超人不会飞
00:51
超人不会飞
Рет қаралды 43 МЛН
An Unknown Ending💪
00:49
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 40 МЛН
Manguddoo umrii dheeraa
30:24
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 276 М.
Culee Makonnin waliin gaafii fi Deebii taasiseera. Culeen Eenyuu?
14:08
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 45 М.
Waraana Masrii - Somaaliyaatti
8:10
OMN
Рет қаралды 94 М.
Bulchiinsa G/W/Lixaatti Ayyaanni Bara Haaraa Baranaa waanuma Dinqiifi Ajaa'ibaati.
58:29
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 11 М.
Yaadannoo Hacaaluu Hundeessaa
6:08
ADARAA SEERAA
Рет қаралды 280 М.
小丑和白天使的比试。#天使 #小丑 #超人不会飞
00:51
超人不会飞
Рет қаралды 43 МЛН