Hello everyone, If you are blessed with the content we are uploading on this channel, 1. Please consider subscribing and sharing with your loved ones. kzbin.info/door/9GXHFcXtPOfFSFZgHsg2Aw... 2. Please consider checking out our merch store, any purchase you make will help us create more blessing content you love oromogospelsong.com/collections/all
@ebiseeseta3022 жыл бұрын
Uffee Waaqayyo si haa ebbisu bareedduu Koo baayyee natti tolera🙏🙏🙏🙏👍👍
@achalubeyene76332 жыл бұрын
Ayyuu, waaqayyo dachaa dachaa si haa eebbisu sagalee ajaa’ibaa siif kennuu isaatiin waaqayyoofis nan galateefadha. Mata dureen ati filttee farfattees immoo yaada ergaa gad fagoo waan of keessaa qabuuf baayi’isee nama haaromsa , itti gammanneera kanaaf .Ebbifami ..Ayyaani goofta kana caala dacha dacha siif haa dabalamu, Qoraattii fi baalan waranteen baranaa si hin argatiin. Kana booddee faarfannoota kan dafi dafiin hojjataman otuu hin ta'iin , cimsitee yeroo itti fudhattee hojjachuun kana caala addugnaa kan raasan wallin akka ati dhuftuabdiin qaba . Laphee kee irraa qofa dhaggeeffachuun , kadhachuun waaqa qofa irraa dhaga;uun akka faarfattun si gorsa. Waan hundumaa irratti ulfina gooftaaa duuwwaa mul’isi malee kan biraa dhimma hin qabaatiin. May the almighty God of Jesus Christ bless you abundantly? from your elder bother
Qabsoo/xiiqii/ siin qabee sin moone danda'ee humna na caalee jaalallikee na mo'ee jetti Ayyuun..dhugaa jeette..sounds like she's born to worship! pretty shouting and voicing ..keep worship!
@waktolalamesa94752 жыл бұрын
ameeeeeeeeeeeeeen!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!Waaqayyo si haa eebbisu!!!!! jireenyatti hafii jiraadhu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@amanuelhayilu74362 жыл бұрын
Best
@bonadebela68703 жыл бұрын
AYYUU eebbifami.
@fayerashuneofficialyoutube5311 Жыл бұрын
Ayiye! Raelly I am very blessed by this song! Not only this, all of ur songs are blessing my soul. I hear all the days! When I am a lone or......
@yohanishailu24973 жыл бұрын
eebbifami!
@devadebala43753 жыл бұрын
Ayee waqayyo gooftan si ha Eebbisu. Baay'ee baareda dha. Jabaadhu ammaayyu ayyaana kana caaluu sif has baay'atu!!!!
@abdiwaq.youtubechannel60382 жыл бұрын
Dibataarati dibannii sif adabalamuu
@natolbekele66873 жыл бұрын
eebbifami
@chimdesaregasa71283 жыл бұрын
wqy bara kee hundaa eebbaan haa guutu. eebbifammi ammaayyu.