MO'AA TV: "Nagee SHOW" Faarfataa Daawwit Boruu wajjin.

  Рет қаралды 9,254

MO'AA TV

MO'AA TV

7 жыл бұрын

Пікірлер: 59
@Darartudg
@Darartudg 4 жыл бұрын
Ebbifama Wari fi Dawit. Maqaan waaqa ha ulfatuu
@temamjaldo4672
@temamjaldo4672 5 жыл бұрын
Ijoollee Waaqayyoo gooftaan isin haa eebbisu
@selambekelebayu3318
@selambekelebayu3318 5 жыл бұрын
በእውነት።ዛሬ በጣም። ነው ደስያለኝ። በክርስቶስ ፍቅር። በጣም የምወዳቸው የጌታዬ ልጆች። ስላገኝው ጌታ በሰላም ከስደት። እንደ ምመልሰኝ አምናለው እንሁም የሁለታቹን አግልግሎት በአካል መጢቸ እድካፈል እግዚአብሔር ይረዳኝ። ከክርስቶስ እየሱስ ዘመናቹን። ይባርክ
@shopshopt6701
@shopshopt6701 3 жыл бұрын
❤💚❤💚❤💚❤💔😘😘😍👍👍👍
@addisgammadaaanafkiristoos1742
@addisgammadaaanafkiristoos1742 5 жыл бұрын
Sanyiii gootaa Eebbifamaaa far.Dawiit &Far.wariyooo
@maeenmansoor2090
@maeenmansoor2090 6 жыл бұрын
gatiini keessani harkaa waaqayyo jiraa jabadhaa ijolee kakuu
@meseretabdiadisfitratnegn3278
@meseretabdiadisfitratnegn3278 6 жыл бұрын
wuw waqayoo Sina ebbisuu..far waariiyoo fi far daawiit bay'ee nati toltani ebbifamaa! sini jaladhaa bay'ee❤❤💗💗💗
@riphaqaataddasaa5925
@riphaqaataddasaa5925 7 жыл бұрын
Wow gooftaan isiina ebbisuu baay'ee namaati toltu jabaadha
@reebokreebokfacebookcom5655
@reebokreebokfacebookcom5655 7 жыл бұрын
babbaareeddoo ilmaa gooftaa kooo ebbifaamaaaaa.tebaraku....😍
@ghgg1061
@ghgg1061 7 жыл бұрын
Nagaa Waqqayyoo isinf haa bayyatuu ijolle Gofita barii kessan hundu haa ebbisuu.Jalqaa garru nagaa waqqayyo hin gafane itii anisite moo isin silumaa akaa nama wellin dubbacha ture fakkata galitan dabale moo bayyeen isin jallaa jabadha jabadha goftan isin wajiin haa ta'uu
@Gul-bj8zs
@Gul-bj8zs 5 жыл бұрын
Uuuufffee eebbifamaa ijolee dibaataa
@chaltud4543
@chaltud4543 2 жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen eebbifama dachaa!!!!!!
@kumeradamessa2015
@kumeradamessa2015 6 жыл бұрын
Waaqayyo guddaa isin haa eebbisun eebbifamaa! Faarfataa Daawit Boruu yeroo tokko (2015) Shaashamannee tti nu tajaajilee ture baay’ee namatti tolan. Eebbifami Daawit barri tajaajilaa keeti kan eebbifami haa ta’uu. Atis galatoomi Faarfataa Waariyoon faarfattootaa danuu nuuf dhiyeessu keetif. Gaafa tokko akka Faarfataa Yaadasaa Shirrii nuuf dhiyeessitu shakkii hin qabun. Mo’aa ammayyuu warri mo’aa!!!
@adamugadisa5037
@adamugadisa5037 5 жыл бұрын
eebbifamaa yaadasaa shirii aaffeerii
@tigistintalaashawaa3444
@tigistintalaashawaa3444 5 жыл бұрын
waaqayyoo baraf jirenyaa keessan haa ebbisuu bayyee das nama jedhaa ❤❤👏
@kindatawil9517
@kindatawil9517 7 жыл бұрын
Ameeee eebbifamaa dachaa isaa ayyaa goofta keenya siinif haa dabaluu
@terfeh2685
@terfeh2685 6 жыл бұрын
uuuffeeeee galani goftaaf haa ta'u kan goftaa ta'u caala maaltu nama gammachisa dhugaadha baga gale waan kenyaa keessa isan nama tane eebbifama ijollee waqayyoo
@nourkh1880
@nourkh1880 5 жыл бұрын
Ebbiffam ijoollee waaqayoo
@shantame..abdiinkoojiratad8754
@shantame..abdiinkoojiratad8754 5 жыл бұрын
Waaqayyoo Hubbaanaf ogumaa Kanaa Caalu siniif haa bayyisuùuuuuu Sabaa Gooftaaaaa
@alogetachewag2291
@alogetachewag2291 7 жыл бұрын
Aboo Eebbifamaa ijoollee gooftaa
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 3 жыл бұрын
waaqayyo guddaa isin ha Eebbisu gorsaaf ubachiisa tajaajiltoota hundaaf geggeessitoota waldaaf kennitan baayye baayye namati tola waaqayyo isin ha Eebbisu
@saralamii5119
@saralamii5119 7 жыл бұрын
Ebbifamaa dawwit fii wariyoo
@mastawatkebede4411
@mastawatkebede4411 5 жыл бұрын
Lamaan keessanuu kessa kotii ebbifama!!! 👍💝💖🇪🇹❤️
@masigirma9134
@masigirma9134 6 жыл бұрын
Waqayyoo isin ha ebbisu ebbifama matiwan abbaa koti dachaan ebbifama..
@chaltumucaakakuuu2642
@chaltumucaakakuuu2642 6 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen God bless you 😍😍😍😍😍😍😍😍
@genetshume1937
@genetshume1937 7 жыл бұрын
Ebbifama baye namati toltu, waqqaayo waqqa ira isin haa ebbisu
@samerasamera6045
@samerasamera6045 6 жыл бұрын
Ebbifaamaa ijollee waqayyoo.
@abdiimame382
@abdiimame382 3 жыл бұрын
Ebbiamaa
@kumesori2057
@kumesori2057 6 жыл бұрын
wooooowww Ebbifamaa
@seenaa.tasammawogeri8054
@seenaa.tasammawogeri8054 7 жыл бұрын
amen ebifam dachan qomookoo jiradha
@abdifeyissa1415
@abdifeyissa1415 7 жыл бұрын
Afaan oromoo isiin hasooftan akka dammaa mi'ooftii eebbifamaa, Anii durii qooqaa Booranaa dhaga'uu baay'ee naa dararaa ture amma garuu rakkoo tokko malee dhaga'aa!! Baay'ee waaq. Isiin haa eebbisuu jabaadha.
@amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
@amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696 7 жыл бұрын
Ab-Jonny Feyissa WAAQAYYOOGOFTAANI sinaaebisuu, ebifaamadaacha daachagoftaanisinaa, ebisuubaayenamattitolutuu Jaabadhawaaqayyoosinaajaabesu,gariggaarsiwaaqayyoo,waaqaisiraael AYAANIGOOFTAAKEENYAIYAASUUSI,sinniraahata'ujaalaalitokuumani,kaanacaalaattisifaanahaata'uijooleekaakuu Yksijooleekaayoonamamulidhataa,olootaawaaqayyoo,WAAQAYYOOSINAAEBISUU Ilimaaniwaaqayyooxinaaguudaosoohinjeene,waaqayyoonamamulidhaatasinaatasisuu Baayegaalatoomawaariyerookeessaani,waaqayyoofilaataninuusiamootu,nubaarisfitaanigooftaanisinaaebisuu AKKAMITTIHAAKADEEMANI,HAKKAMITTIWAAQAYYOONIHAKKAEGAANI,KAARAISAAKAAMIIRAHAAKKABU'ANIBAAYENAMAABARRISISAA YEROODUBAATANILEEWAANITAANAMAGAACHISUUDHA,DAAMILEEMI'ASAANAMANUUFISIISAAMI,YEROOSAAGALEEWAAQAYYOODUUBATANINAMATTIMI'AWAANAMAYUUHINNUFISIISUU,JAABADHASAAGALEEWAAQYYOO,LAAFISUUFIHINDAADHABINAAKAANACAALATTIGOOFTAANISINAAGAARIGGARUU,NAMNIWAAQAYYOOFIHOOJAATEEHINEBIFAAMA,YAAWAAQAYYOOWAARASAAGALEEKEENUUBARRISISAANEBISIIHUUNDAASAN,NUUSIWAARASAAGALEEKEEDHAGA'ESINUUEBISI,DHAGA'UBICHAAOSOOHINTAANESIDHAGEENYENIJIRAACHUNUUGAARIGGARIIMAQAAILIMAAKEEGOOFTAAIYAASUUSIKIRSITOOSIJEEDHITTI,YAAKATOKKOMALEESIFIOJAACHUNUUGARIGGARII YAAKAFICHUBUUKEENYANUUMARII,DINOOTAAHUUNIHEESAANIDHAYII,IJAAHUUNIHAAGOOTUU,ULLIFAADHU KAABAJAAMI AMEEN I EBIFAAMAYAAILLIMANIWAAQAYYOO, BAAYENISIJAALAADHAGAALATOOMA💞💞💞💞💞🕯🕯🕯🕯🕯📖📖📖📖📖📖🕎🕎🕎🕎📚📚📚📚🌷🌷🌷🌷💗💗💗💗⚘⚘⚘⚘💕💕💕💕👈👈👈💖💖💖👏👏👏👏👄👄👄👌👌👌👌💚💚💚💚🖒🖒🖒🖒💙💙💙💙🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌳🌳🌳🌳🌲🌲🌲🌲💗💗💗💗💗
@caaltuubadhadhashalto801
@caaltuubadhadhashalto801 7 жыл бұрын
Eebbifamaa babaareeduwwaan ijjoollee waaqayyoo
@kennaagezewu8061
@kennaagezewu8061 7 жыл бұрын
Goftaan Dachaansina Ebbisuu Ebbifamaa Bayye goftaan sinaa Ebbisuu
@zawditumucakukuukukuuti3462
@zawditumucakukuukukuuti3462 6 жыл бұрын
Ameeen Ammee ebifamaa
@jiraiyesusb9923
@jiraiyesusb9923 6 жыл бұрын
abbo baguma baga galte waan kiyya kessa haleluya ebifamaa
@caaleedhaabaa577
@caaleedhaabaa577 7 жыл бұрын
Wow ebbifaaamaaa obolotako
@ChaltuMiesa
@ChaltuMiesa 4 ай бұрын
❤❤❤
@jiranerayesusin6456
@jiranerayesusin6456 7 жыл бұрын
waaqayyo dacha dachaan sin yaa eebbisuu farfaatotaa Kenya farfaata Dawwit boruu fi farfaata warriyoo waqoo eebbifama bayee sin jalanna goftan ddibataa sa sinif haddabalu
@alifatima131
@alifatima131 6 жыл бұрын
waqayyoo isinna ebbissuu!
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 3 жыл бұрын
Waaqayyo gudda isin ha Eebbisu
@almaamucca7953
@almaamucca7953 7 жыл бұрын
Ameen ebbiffama
@caaltuuoliqaa129
@caaltuuoliqaa129 6 жыл бұрын
Ameen Ameeeeeeen ebifamii
@ahoudsalem5227
@ahoudsalem5227 7 жыл бұрын
farfataa magarsaa nufii dhiyesaa
@zadiwtumucaaifaa6725
@zadiwtumucaaifaa6725 7 жыл бұрын
Ameeennn ebifamaa
@birhanealemahu4569
@birhanealemahu4569 7 жыл бұрын
uuuuufffffeee Gooftaan isiin haa Eebbiisuu Dachaa.... Ijollee waqaa
@jijibayisa7249
@jijibayisa7249 7 жыл бұрын
Farfata tamami faari nuuf dhiyessa
@user-ob7su8hr1g
@user-ob7su8hr1g 7 жыл бұрын
WAAQAYYOO isiin yaa ebbisuu
@naanaa6148
@naanaa6148 7 жыл бұрын
galane bona jabadhu muca kaku abaan ko waqa irra si dha ebbisuu
@kasu9543
@kasu9543 Жыл бұрын
Afaan keessaan Walittii galeen kaa Warraa oromoo Gujii
@naanaa6148
@naanaa6148 7 жыл бұрын
ebifama ijjole waqqyo jabadha bayen sin jalana ameen
@nardiyegetanardiyegeta2148
@nardiyegetanardiyegeta2148 6 жыл бұрын
Amen
@simbohailebule1058
@simbohailebule1058 7 жыл бұрын
Gooftaan isiin haa eebbisu bayyee isiin jaalana w&D ebbifama!
@asnakukuma1171
@asnakukuma1171 7 жыл бұрын
Eebbifamaa*Addisuu wayimaa nuuf dheessa please
@anibaayeeinjaaladhaagoftaa7099
@anibaayeeinjaaladhaagoftaa7099 7 жыл бұрын
ebbifamaa dachadhani
@alemayehualambo1294
@alemayehualambo1294 7 жыл бұрын
Faarfataa, Magarsa Baqala nuf dhihesu dandessu??
@kennaagezewu8061
@kennaagezewu8061 7 жыл бұрын
Seenaa kessan kananDuraa Sagantaa Redio irraattiidhaga'ee bayyee waqayyoon carraa akkanansinga'ee Galannisaa guddadhaa
@ahoudsalem5227
@ahoudsalem5227 7 жыл бұрын
Ebbiffammaa waqayoo abbani ko dachani ishin ya ebisuu maloo farfataa margaa nufii dhisaa
КАК ДУМАЕТЕ КТО ВЫЙГРАЕТ😂
00:29
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 11 МЛН
Wal Dorgommii Faarfannaa...! - Sanbata Mo'aa
36:34
MO'AA TV
Рет қаралды 644