Na Ilaali Maloo,F/taa Biqilaa Mitikkuu,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tewahidoo haaraa ,2022

  Рет қаралды 504,877

DAGNU STUDIO

DAGNU STUDIO

2 жыл бұрын

‪@dagnustudio3457‬ Subscribe gochuu hin dagatinaa.
walaloo fi Yeedaloo
F/taa Biqilaa Mitikkuu
Camera&Editing
Dagnu Bayisa
0919423314
Design
Dagnu Studio
0969426212
Waraabbii Sagalee
Yareed Studio
Dagnu Films Production
0919423314/0969426212

Пікірлер: 474
@user-jg6bm4eq9x
@user-jg6bm4eq9x 4 ай бұрын
ሙሉ ትርጉሙን በማርያም በቃ ትርጉሙን ሙሉ ሳላውቀው ቀን ሙሉ ምሰማው መዝሙር ሆነብኝ❤❤❤ ቃለ ህይወት ያሰማልን ወንድሜ
@dagnustudio3457
@dagnustudio3457 2 жыл бұрын
Maatii waaqayyoo obboleessaa keenyaa kana jajjabeessuu faarfannaa kanarraa gatii dadhabbii isaa akka argatuu taasisaa
@ruhamatube9305
@ruhamatube9305 2 жыл бұрын
ishi deg
@haadhakoomariyam5683
@haadhakoomariyam5683 2 жыл бұрын
Garuu dura Maa jalaa gadi lakiste
@AbebechGadisa
@AbebechGadisa Ай бұрын
Amnee amnee amnee waqaayo sagale jireenya sii haa dhageesisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dnfaasilabarraa4329
@dnfaasilabarraa4329 Жыл бұрын
Ebbifamii Na ilaali maaloo Anoo nama hin qabuu of biraatiin dhabee namaa ol na qabuu Beekumsii fi humni koo sihidha Abdiin koo Na bira hin darbiinii na fayyisi Uumaa koo Beelayee dheebodhee yoon bules agabuu Mar'imaan koo maree yemmuu ittiin gaggabuu Nama si waammatee sihi kan qaqqabuu Maaloo na gargaarii anoo nama hin qabuu Jaamaadha naan jedhee hundumtuu na gatee Anis naman dhabee namnis natti haammatee Boolla dukkanaatti gadi na darbatuu Si qofaadha gooftaa kan na fayyifatuu Si barbaachuun dhufee mana kootii ka'ee Si arguun barbaadee mukaattan ol bahee Na dura goraanii na dhoksu fuula kee Anoo nama hin qabuu Nama of biraa dhabee yoon dhabes fayyinaa Fayyuu osoon barbaaduu ciisee bishaan cinaa Dhukkubsadhee ciisee waggoota hedduu kanaa Fayyi gali jettee deemi gara manaa
@hiwottube3395
@hiwottube3395 2 жыл бұрын
Faruu ergamootaa isin haa dhageesisuu Eebbifamaa
@user-co4hp9xd3q
@user-co4hp9xd3q 3 ай бұрын
Amen Amen Amen farfanaa ergamota sii yaa dhagechisuu ebifamii waqayyoo goftan kanaa calaa icitti isaa sif yaa ibsuu jabaa tawayidoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
@tenagnegonfa
@tenagnegonfa 18 күн бұрын
waqayyoo Sagalee.jireenya.siin.dhageesisuu ebiifamaa obbolesaa koo ❤❤❤😢😢
@derartusegni4580
@derartusegni4580 2 жыл бұрын
Amen*3*sagalee jireenya ,farafanna ergamoota SI yaa dhagesisu,dhaltu mootummaa isaa si yaa tasisu,umuri tajajilummaf Kee SI yaa dheressu!!!!! Ellllllllll elllllellllel elllelllle Galaanni waqayyodhaf!!!!NA ILALLI MALOO ANO NAMA HIN QABUU!!!!
@user-np2oh8dw8k
@user-np2oh8dw8k 7 ай бұрын
)
@SallyAwar
@SallyAwar 2 ай бұрын
Amen Amen Amen 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ sagele jireenyaa si haa dhageesisuu ebbifamii kode Kenya ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-hg3dm8ph5m
@user-hg3dm8ph5m 3 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen sagalee bara bara sii haa dhageesisuu dhaltuu mootummaa isaa sii yaa tasisuu❤❤❤❤❤❤
@zernashprano3184
@zernashprano3184 2 жыл бұрын
Uuuuuuuffffff 🤲🤲🤲😭 Waqayoo goftaan faarfaannaa ergaamootaa isini haa dhagechissuuu baraa umurii tajajilaa keessaani isini haa dhereesuu mana isaa quluquummaa keessatii hudumaa keessaani haa qusatuu fiiriiwwaani Tawahidoo koo eebiffamaa ⛪⛪❤❤❤❤❤❤❤✅✅🌹💯💯🙏🙏🙏🙏 🤲🤲🤲🤲🤲😭🙏🙏🙏🙏🙏
@astarebacha278
@astarebacha278 4 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen waqaayoo sagalee jireenyaa sii haa dhagessuu❤❤❤❤❤❤
@ElfineshAlfa
@ElfineshAlfa 2 ай бұрын
Ameen ❤❤❤❤ farfana keessaa kun kan nama tuqu dha ittin gamada ebifami ❤❤❤❤ ano nama hin qabu si male waqqayyo
@salamgeetu983
@salamgeetu983 3 күн бұрын
Waaqayo sagale jirenyaa sii yaa dhagesisuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@xhayiiyedaraalijiii4196
@xhayiiyedaraalijiii4196 8 ай бұрын
Ameen ameen ameen Ameen waqaayoonii sagalee jirenyaa sihadhegesisuu
@obseetube892
@obseetube892 2 жыл бұрын
Uuufffffiii faruu laphee nama cabsuu Dhugaa dhugumatti Obboleessa kenyaa waqayyoo goftaan Farfaanaa Ergamotaa sii haa dhagesisuu jabadhuu Waqayyoo goftaan mana issatii keessatti sii haa qusatuu
@oromosabakoo6849
@oromosabakoo6849 8 ай бұрын
Ameen waqayyon sagalee ergamtootaa sa dhagessisuu!!
@user-hl9hd9wy9f
@user-hl9hd9wy9f 9 ай бұрын
Na Ilaali Maloo!!! waaqayyoo hundaa keenya haa ebbaa isaan dawwatu. faaruu laphee nama seenuudha jabaadhu.
@berqegabisa275
@berqegabisa275 4 ай бұрын
Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤❤eleeeeeeeee ❤eleeeeeeeee ❤eleeeeeeeee ❤waqayyoo sagale jirenya si haa dhagechisu ebifami ❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@laliseyadasa3107
@laliseyadasa3107 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏⛪⛪⛪ waaqayyoon sagalee jireenyaa dabalee dabalee siif haa keenuu
@user-bi2hp8el5q
@user-bi2hp8el5q 6 ай бұрын
ebifamii waqayyoo sagalee jirenyaa sidhagesisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Zinash-iw3kb
@Zinash-iw3kb 4 ай бұрын
❤❤❤ Sagaale Jireenya Waqayyo Sii Haa Dhagechisu ❤❤❤❤❤
@user-pk8xm3zx8z
@user-pk8xm3zx8z 11 ай бұрын
Waaqayoo sagalee jirenyaa si yaa dhagesisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤
@user-fw6km1iw6u
@user-fw6km1iw6u Жыл бұрын
i cannot to stop listenning this mezmur thank you ,,,,,our brother
@anileyabate8372
@anileyabate8372 4 ай бұрын
Me Too ❤❤❤❤
@yeetewahidolijjinenyi333
@yeetewahidolijjinenyi333 2 жыл бұрын
Uuuuuufffii farafanaa laphee nama senuu dhugumati obboleessa kenyaa waqayyo farafnna ergamoota nuu haa dhagechisuu ebbiffami 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🇪🇹🇪🇹🇪🇹⛪⛪⛪⛪⛪💯💯💯💯💯💯
@iftuhurisa9948
@iftuhurisa9948 2 жыл бұрын
Waaqayoo sagaalee jireenyaa sihaa dhaageesisuu man Isaa keesaatii sihaa qusaatuu baara taajajilaa kee sifii haa Eebbisuu
@buzineshaddise1104
@buzineshaddise1104 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen Sagalee jirenyaa nu dhagesisuu 👏👏🙏
@fdggdxgg7350
@fdggdxgg7350 Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen
@bikilanegesa7864
@bikilanegesa7864 2 ай бұрын
Ani pheenxeedha, ta'us faarfannaan kun hedduu na eebiseera! Waaqayyo sagaalee isaa isa hin quufamneen si haa eebbisu. Foonitti afuurattis guddadbu!
@user-rr1io2gn9u
@user-rr1io2gn9u 3 ай бұрын
Amen waqayoo yeroo hundaa nu tikissaa!
@ya336
@ya336 2 жыл бұрын
አሜን፫ ዝማሬ መላዕክትን ያሰማህ ወንድሜ በጣም ደስ የሚል ጥዑም ዝማሬ ነው nuuf jabadhu👏💙✝️⛪️😍🥰
@masiimariyamii983
@masiimariyamii983 Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen
@wincell8697
@wincell8697 Жыл бұрын
​@@masiimariyamii983😅person 😅😅😊😅😊😅
@abbichuuzamachaa4602
@abbichuuzamachaa4602 10 ай бұрын
Qlp1 4:40
@meron3635
@meron3635 Жыл бұрын
ዝማሬ መላእክት ያሰማልን ወንድማችን!👏👏👏
@meseret8268
@meseret8268 Жыл бұрын
ትርጉሙን ሳላቅ በጣም የወደድኩት መዝሙር 💞✝️💞
@dnfaasilabarraa4329
@dnfaasilabarraa4329 Жыл бұрын
እዩኝ እባካችሁ የሚያነሳኝየለኝም እውቀቴምብርታቴም አንተ ነህ ተስፋዬአትለፈኝ ፈጣሪዬን ፈውሰኝተርቦና ተጠምቼ ብቆይም አግብኡየኔ ማርልማን ማሬ ከሱ ጋር ስጋግት።የሚጠራህ እና የሚደርስህ ሰውእባክህ እርዳኝ ማንም የለኝምእውር ብሎ ጠራኝ እና ሁሉም ጥለውኝሄዱ አንድ ሰው አጣሁ እና አንድ ሰውአቅፎኝ በጨለማ ጉድጓድ ውስጥጣለኝ አቤቱ አንተ ብቻ ታድነኛለህ።ልፈልግህ መጣሁ ከቤቴ ተነስቼአንተን ለማየት ዛፍ ላይ ወጣሁከእኔ ይርቃሉ ፊትህንም ከእኔ ይሰውሩኛል።ማንም የለኝምሌላ ሰው ባጣም ድነትለመፈወስ ፈልጌ በውሃው አጠገብተኝቼ ለብዙ አመታት ታምሜ ነበርፈውስ እና ወደ ቤት ሂድ
@user-dy5cm3wr6t
@user-dy5cm3wr6t 7 ай бұрын
Sagaalee jirenya siha dhagasisuu waqaayyon goftaan jabadhu obboleessaa koo
@tigistqal311
@tigistqal311 Жыл бұрын
Ameeeen ameeeen ameeeen ebifama obolesa Kenya waqayo sagale jenya Isa si ha dhagechisu bara tajajila ke si ha dheresuu ebifama
@tawayidoamantakoobarabaran5076
@tawayidoamantakoobarabaran5076 2 жыл бұрын
Waqayyoo Farfanna ergamtoota sii haa dhageesisuu jabadhuu
@user-zy4gu9en9l
@user-zy4gu9en9l 17 күн бұрын
Sagalee jireynaa siadhagesisuu Bikoo jabadhuu
@mekdesbussha2766
@mekdesbussha2766 Жыл бұрын
Uuufffii farru ergaamoota saa dhagesisuu😍😍😍🤲🤲😭😭😭
@abrahamgudeta216
@abrahamgudeta216 Жыл бұрын
Sagalee jireenya si haa dhageesisu umurii tajaajilumaake sif haa dheeresu
@Kiya-eg5fj
@Kiya-eg5fj 2 ай бұрын
Jiradhuu obbolesaa koo motumaa sati si haa yadatu❤
@Sarasalfewu4769
@Sarasalfewu4769 Жыл бұрын
Betam des ylal fetari ybarkh
@user-km7tv3vj9t
@user-km7tv3vj9t 11 ай бұрын
Ameen faaruu jireenyaa si haa dhageessisu😢😢😢😢
@user-ju1pw6vw2g
@user-ju1pw6vw2g 6 ай бұрын
Sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu ebifamii waqayoon manaa isaa kesaa sii haa jirachusuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@alembogale1649
@alembogale1649 2 жыл бұрын
Amen amen amen sagale ergamtotta sii haa dhagesisu obnollesa kenya
@baionashorman3614
@baionashorman3614 Жыл бұрын
Sagalee jiireenya si Yaa dhageessuu obboleessaa keenyaa
@user-yx1pi3fc1g
@user-yx1pi3fc1g 6 ай бұрын
Amen 🤲 amen 🤲 amen 🤲 amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 sgalee jirnya sidhagesuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hawitube12
@hawitube12 2 жыл бұрын
Waqayyoo goftaan sagalee jirenyaa siin yaa dhagesisuu ijollee tawahidoo Waqayyoo goftaan bara tajajilaa kessan yaa ebisuu 🤲amen Amen
@danielasfaw6393
@danielasfaw6393 Жыл бұрын
Ameen ameen ameen
@user-dp3po1zy4q
@user-dp3po1zy4q 5 ай бұрын
❤❤❤ummuri dherra siffalatu jabbadhu ammen ammen ammeni
@ogummaaharkaa6642
@ogummaaharkaa6642 Жыл бұрын
😭😭waqayyoo goofta farfannaa ergamoota kan lafee jabessuu kan dinnaa kenyaa dabiloosiin barbadeessuu sif haa dhagesisuu kodee kenyaa
@asdasdc2671
@asdasdc2671 9 ай бұрын
wow bexam des yilal zimara melayikt yasemaln
@Gabo662
@Gabo662 5 ай бұрын
Waqayyoo sagalee jirenyaa sihaa dhagechisuu😢😢😢
@elsabetyesuye9354
@elsabetyesuye9354 Жыл бұрын
Zimare Melaikt Yasemalin Wendime Betam Des Yemil Zimare New Bebetu Yatsinah
@samsunghayani1033
@samsunghayani1033 Жыл бұрын
Ameen ameen ameen sagaalee jirenyaa sii yaa dhagesiisuu
@nafkot6968
@nafkot6968 Жыл бұрын
Amen3 sagalee jireenyaa siyaa dhagechisu obbolessa keenya
@derejedejene637
@derejedejene637 8 ай бұрын
Waqayyo sagalle jirenyaa siya dhagesissu❤❤
@hanadtg7352
@hanadtg7352 Жыл бұрын
Zemare malekt yasamalen wendime ye agelgelot zemenehen yibarkew✝️✝️💗💗💗✝️✝️✝️✝️
@mimilgse9939
@mimilgse9939 5 ай бұрын
ዝማሬ መላእክትን ያስማልን 😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤
@Rooz-lz8xr
@Rooz-lz8xr Жыл бұрын
Waqayoo faaruu ergaamota sihaa dhagechisu mana isa kessaati sihaa qussatu ameen
@TadeleMelese-re8jd
@TadeleMelese-re8jd 6 ай бұрын
Amen sagale jirenya siyadhagesisu
@autotig6712
@autotig6712 Жыл бұрын
Waaqayyoo sagalee jirenyaa isin yaa dhagesisuu
@FannosKatama-fl1ki
@FannosKatama-fl1ki 10 ай бұрын
Farfanna ergamoota siin haa dhagessisu Ebbifama
@user-dp3po1zy4q
@user-dp3po1zy4q 6 ай бұрын
Waqqayyo saggale jirrenya si'adhegeisu ❤❤❤❤❤❤
@tigesthajj5372
@tigesthajj5372 2 жыл бұрын
AMEN 🙏 AMEN 🙏 AMEN 🙏 EBIFAMI SAGALE JIRENYAA SA DHAGECHISU BARA TAJAAJILAA KEETI HAA DHERESUU EBIFAMI WAAQAYYOO GOOFTAAN KEENYAA SA EBISUU 💖 ❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💙💙💙🤲🤲🤲
@yididyatube-8646
@yididyatube-8646 Жыл бұрын
Sagale jireenya si haa dhageessisu
@waqayooabdikoti-et5hi
@waqayooabdikoti-et5hi 8 ай бұрын
AMEEN AMEEN AMEEN waqayyoo goftaan Sagalee jireenyaa isin haa dhagesisuu Ebbifaamaa ❤❤
@letayhaile9192
@letayhaile9192 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen Waqayoo goftan Sagallee jirenyaa sii haa dhagesisu 🙏⛪✅💕💕💕
@caaltuutube4360
@caaltuutube4360 2 жыл бұрын
Ammmeeennn Ammmeeennn Ammmeeennn ebbiffaamma faarfannaa ergamootaa isinii yaa dhagecisuu waaqayyoo gooftaan
@user-mp7wh6bc8d
@user-mp7wh6bc8d 7 ай бұрын
Zemharee malkitii ❤❤❤❤Ameen Ameen Ameen 🥰 🙏
@moaatube7943
@moaatube7943 2 жыл бұрын
Faaruu ergamootaa si haa dhageessisu dagnu studio jabaadhaa eebbifamaas
@ayantutasisa7116
@ayantutasisa7116 Жыл бұрын
elelelelelelelelelele dhuguma dhugaatti waqayyoo farsaa ergamotaa kan mira kakasu, kan lubbuu gammaachisu, kan dina keenya gubee bobeessu waqayyoo si haa dhageessissu ebbifami👏👏👏👏👏
@yasmeena5067
@yasmeena5067 Жыл бұрын
Waqqayyon sagalee jireenyaa sii haa dhageesisuu
@woyinshetachalu1186
@woyinshetachalu1186 Жыл бұрын
ዚማሬ መላዕክት የሰማልን የአገልግሎት ዘመንህን እግዚአቢሔር ይባርከው🙏🙏🙏 እልልልልልልልልል👏👏👏💖❤❤❤
@geniigenii7059
@geniigenii7059 Жыл бұрын
ameen ameeen ameeen faarfaanna ergaammota sii haa dhagachisuu ebbifamii🙏🙏🙏
@meseretmeseret5545
@meseretmeseret5545 Жыл бұрын
Waqqayyoo sagalee jireenyaa sii haa dhagesisu obbolesa keenya mana isaa keessaatti sii haa qusatu dhaaltuu motumaa saa sii haa tasisu ✝️⛪️
@Meeronwlg
@Meeronwlg 3 ай бұрын
Maalo yaa goofta nu yaadadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@O_F_R
@O_F_R Жыл бұрын
Amen 3waqayo faru ergamota sia dagesisuu ebifamii🙏🙏🙏👍
@haimanothailezgy1511
@haimanothailezgy1511 3 ай бұрын
gobez❤❤❤ zmare melaekt yasemaln
@user-pg7yl7cq1k
@user-pg7yl7cq1k 8 ай бұрын
በጣም ደስ የሚል መዝሙር ነው በርቱ ፈጣሪ ልፋታችሁን ይቁጠርላችሁ ግጥሙን ከመዝሙሩ ቪዲዮ ስር በፅሁፍ ቢደረግ ግጥሙን ለማዳመጥና አብሮ ለመዘመር ይረዳል
@SsSs-cu5zs
@SsSs-cu5zs 4 ай бұрын
sagalee jirenyaa sii yaa dhagesisuu
@derejedejene637
@derejedejene637 8 ай бұрын
ዝማሬ መለእክት የሰማል
@user-cg8mu8ew4q
@user-cg8mu8ew4q Жыл бұрын
እግዚአብሔር አምላክ ዘመንህን ይባርክ ቤቱ ያፅናህ ዝማሬ መላዕክትን ያሰማልን
@LoveLife-dc3zq
@LoveLife-dc3zq Жыл бұрын
Nuf ebifami
@bestmoments533
@bestmoments533 Жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen 🤲🤲🤲🤲🤲❤️❤️
@user-qu9mi2ni3u
@user-qu9mi2ni3u Жыл бұрын
Sagalee jireenya sii haa dhaggesisuu!
@awashmediumclinic
@awashmediumclinic Жыл бұрын
Ameen faruu ergamoota sii haa dhageessisu
@mersiimooytesfaye9573
@mersiimooytesfaye9573 8 ай бұрын
Maaloo na ilaalii maloo na dhukkuba uumakoo namaarii ameeeeeeeeeeen!!!??
@user-ly4ss4uj2t
@user-ly4ss4uj2t 2 жыл бұрын
Elllllllellllllelllllllelllllllelllll 👏👏👏👏👏👏👏🎤🎤🎤🎤🎤🎤farfannaa Ergamootaa isiin haa dhagesisu obbooleewan keenyaa Dhugumaa dhugumati ebiifamaa ✝️✝️✝️⛪️⛪️⛪️⛪️Amen Amen Amen ✝️✝️⛪️⛪️⛪️⛪️
@user-tq2db4jb2n
@user-tq2db4jb2n 11 ай бұрын
Ammme ammme naafii jiiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@marsi-moiioromoo2647
@marsi-moiioromoo2647 Жыл бұрын
sagalee jirenyaa bara baraa si haa dhagessisu
@tejiyeenatewliji7010
@tejiyeenatewliji7010 2 жыл бұрын
Farfannaa ergammitotaa kan Mira kakasu kaan lafee jajabeessu kaan lubbuu gammachisu kan diina keenya dabiiloos guggubee barbaadesu kaan waqayyoon gammachisu sifii yaa dhagesisuu ebbifami
@Abetube27
@Abetube27 2 жыл бұрын
Farfannaa ergamootaa sii haa dhagesisuu ebbifamii
@galfataseenaa3519
@galfataseenaa3519 2 жыл бұрын
Waaqayyo sagalee jireenyaa si haa dhageessisu! Dagnu studion dhamaatiin ati gochaa jirtus salphaa miti nuuf jabaadhu!!!
@miretudiriba3120
@miretudiriba3120 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Waaqayyo faaruu Ergamootaa si haa dhageessisu.
@amanuelgabayo6201
@amanuelgabayo6201 2 жыл бұрын
Na jabadhuu qashtiko
@aselefechtizazuu6683
@aselefechtizazuu6683 2 жыл бұрын
Sagalee jireenya isaa dhageesisuu
@mesi16-91
@mesi16-91 Жыл бұрын
ማድመጥ ማቆም አልቻልኩም እግዚአብሔር የአገልግሎት ዘመንህን ይጨምርልህ 😍😇🙏
@bizuneshqatar146
@bizuneshqatar146 8 ай бұрын
እልልልልልልእልልልልልልእልልልልልልልልልልል፫ እልልልልልል ዝማሬመላእክትን ያሰማልን ፀጋውን ያብዛልልንንንን❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@genetethio7334
@genetethio7334 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waqaayyoo fanfaann Ergamotaa si haa dhagesiuu Ebbifamaa
@user-bs1rf7bh1t
@user-bs1rf7bh1t Жыл бұрын
Elllelllelllleeee faaruu akkana bayee sirra barbaanna
@dnfaasilabarraa4329
@dnfaasilabarraa4329 Жыл бұрын
Faarruu ergamotaa sii haa dhagesisuu. Dagaagii ilma tawaahidoo
@weynisheet
@weynisheet 7 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii kodee tawwayido ❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@laliseyadasa3107
@laliseyadasa3107 Жыл бұрын
Faruu ergamootaa dhagahii ❤️🙏🙏
@user-rh8uw9ty9b
@user-rh8uw9ty9b 4 ай бұрын
Amin Amin Amin waqayyoo sagalee jireenyaa sii haa dhagessuuu ❤❤❤❤💔🩷🩷🩷🩷
@YafoMan
@YafoMan Жыл бұрын
ዝማሬ መለክት የሰማል 😍🙏😍🙏😍😍🤲🤲👂👂👂
Gugee koo,F/taa D/n Ayyanaa Fiqaaduu,farfaanna Afaan Oromoo ,2021
6:41
I CAN’T BELIEVE I LOST 😱
00:46
Topper Guild
Рет қаралды 67 МЛН
The child was abused by the clown#Short #Officer Rabbit #angel
00:55
兔子警官
Рет қаралды 18 МЛН
Sigma Girl Past #funny #sigma #viral
00:20
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 27 МЛН
Oolmaa Kee Gaafasii,F/taa Moosisaa Mirreessaa,Dirree Galataa Media
9:51
Живые куклы и злая племянница! Часть 3! #shorts
0:35
NEW VAMPIRE EPISODE INCOMING 😈
0:27
Alan Chikin Chow
Рет қаралды 4,3 МЛН
Время летит быстро 😱
0:19
НЕБО - СПОРТ И РАЗВЛЕЧЕНИЯ
Рет қаралды 1,9 МЛН
Щенок Нашёл Маму 🥹❤️
0:31
ДоброShorts
Рет қаралды 6 МЛН