NATTI AANAAKOO | ZALALAM MULGETA | EGEREE MEDIA

  Рет қаралды 43,120

EGEREE MEDIA

EGEREE MEDIA

Күн бұрын

Пікірлер
@Bikilakebedeofficial
@Bikilakebedeofficial 22 күн бұрын
Zolae barrikee haa eebbifamu.
@AmanuelGeremew-my2cz
@AmanuelGeremew-my2cz 22 күн бұрын
Waaqayyo bara kee haa eebbisu. Dhugaadha baay'ee natti tole, dhagefatamees hin quufamu 🥰🥰🥰 Eebbifamii hafi
@HirkoAsefa-bk5cf
@HirkoAsefa-bk5cf 22 күн бұрын
Faarfannaa ani baayyee jaalladhu yeroo baayyee faarfadhee hin quufnee ! God bless you bro❤
@jackgudetaofficial
@jackgudetaofficial 17 күн бұрын
Zola koo waqayyoo baraa jireenyaa kee hundaa haa eebbisuu . Ayaanii kun baraa baraan siraatii haa hafuu . Farsaa dinqii fi nama eebbisuudha . Jabaadhuu hadhoo koo🙌🏾❤️
@zelalammulgeta8208
@zelalammulgeta8208 17 күн бұрын
Brother❤❤
@GemechisaGirma-b5l
@GemechisaGirma-b5l 22 күн бұрын
Zaleko! Dubbiin Waaqayyoo afaankeetii hin bu'iin! Utuma eebbifamtuu eebbifamaa hafi!. Faarfannaan kun umurii koo hundaa lafeekoo keessa jira. Ammayyuu waan guddaa sichi waan guddaa akka hojjettu kadhannaaf dheebuukooti. Faarfachaa hafi. Jabaadhu🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
@naoldamiso8893
@naoldamiso8893 22 күн бұрын
Eebbifami zol ko waqayyoo kana caalaa ayyaana Isa sif haa bayyisu 🥰🥰
@esayastotobaofficial8660
@esayastotobaofficial8660 22 күн бұрын
ZOLA You Are Such A Blessing Dhugaa Heeddu ittiin Eebbifamneerra ...Much Grace 🔥🔥🔥
@MennaAmsalu-w2o
@MennaAmsalu-w2o 22 күн бұрын
God bless you zola
@kenabacha2131
@kenabacha2131 22 күн бұрын
Ayyaannisa dabalee daddabalee siif haa baayyatu Eebbifami 🥰😍
@fenetbacha8837
@fenetbacha8837 21 күн бұрын
Zolako waaqayyo si haa ebbisu❤❤
@naftanmotiofficial
@naftanmotiofficial 22 күн бұрын
zaloo waaqayyo baga si gargaare, dhugaa baayee faarfannaa itti eebbifamnedha. DHUGUMAAN AYYAANNI ISAA SI WALIIN JIRA
@Ermi_art22
@Ermi_art22 22 күн бұрын
Ebbifami Zola waqayoo kan calaa ayyana isaa sif haa baayyisuu jabadhu ❤❤❤❤
@yakim-wf5cw
@yakim-wf5cw 22 күн бұрын
Farfanaa dhageffatame hin qufamne dhuga zolaako waqqayyo ayyanaa isaa sif ha bayyisu 😍🥰🥰
@abdifekedeofficial5750
@abdifekedeofficial5750 22 күн бұрын
Zola dhugaa baay'ee ebbifami ❤❤❤
@lateeraa
@lateeraa 22 күн бұрын
Eebbifamii Zola WAAQAYYOO baraa kee haa Ebbisuu😇😇😇😇😇😇
@Bible-verse123
@Bible-verse123 22 күн бұрын
Zolako ebbifamako ayyanasa sikessatti ha bayyisu amayyu ❤❤❤❤❤
@Meribekele-f4q
@Meribekele-f4q 22 күн бұрын
Saggaleenkee bayyumaa namatitolaa ebbifaamii aggadhummatii waqayyosihadhabuujabadhaamee maloo🎉🎉🎉🎉🎉😢😢
@MorkaChimdessa
@MorkaChimdessa 21 күн бұрын
Farfanna kadhataa akkasi bayye namatti tola ebbifami🙏🙏🤩🥰🤩🥰
@ilaalaaentertainment5275
@ilaalaaentertainment5275 22 күн бұрын
Eebbiifami brother
@EbiseHabulu
@EbiseHabulu 19 күн бұрын
Uuuuuffff ulfaadha barii baraa keessanii hafee haa eebbifamuu❤❤❤❤
@eboo-tadesse
@eboo-tadesse 21 күн бұрын
Uffffffff waan jedhee ibsuu hn qabuu dhugaa barrikeef jireenykee hafee ebbaan ha guutuu obboleasakoo❤❤❤❤❤
@SimnanMiresa
@SimnanMiresa 22 күн бұрын
Wow zaloko waqayoo si haa ebbisu ❤❤
@ketoranmengistuofficial5025
@ketoranmengistuofficial5025 22 күн бұрын
Ebbifami Zola🙌
@tilahunblemi8086
@tilahunblemi8086 21 күн бұрын
Waawoo faarfannaa yeroo mara keessa kootiif boqonnaa kennudha.Dabalata immoo vidiyoon isaa baayyee bareeda. Hojii Caalaa Margaa keessaa isa baayyee bareedudha . Hundi keessan eebbifamaa!❤❤❤❤❤
@JohnTerefe-c9q
@JohnTerefe-c9q 22 күн бұрын
Ebbifamii zaloo koo waqayyo guddasa si ebbisuu
@bikochannel7736
@bikochannel7736 22 күн бұрын
Woooow eebbifami Zolaakoo 🥰🥰🥰
@MerdokayNemeraDisasa
@MerdokayNemeraDisasa 21 күн бұрын
Ayaana ajaibaa..eebifami dhugaa 🔥🔥
@EdenBerhanu-p6r
@EdenBerhanu-p6r 22 күн бұрын
❤❤Natti aana koo yeroo maara Iyyesuus koo...❤❤❤ Eebbifamii Zalee
@Nubianmedia
@Nubianmedia 21 күн бұрын
Amazing vedio and have amazing massage keep it up broo stay strong GBU
@MarroEphrem
@MarroEphrem 21 күн бұрын
u have no idea how much I loved it🥰 may grace upon u
@GemechisAbera-lc7cq
@GemechisAbera-lc7cq 22 күн бұрын
God bless you brother
@LidiyaYoseph-j8p
@LidiyaYoseph-j8p 22 күн бұрын
Dhugaa dubbachuf farfanna lubbu nama boqqochisu farfanna an itti ebbifami farfanna an itti yeroo hundaa ebbifamu amma immo bifa Addan nuuf hojjete ebbifami dhugaa zola barikee haa ebbifamu namooni dhaggefatan share gochuun tumsa
@EphremDiriba
@EphremDiriba 21 күн бұрын
Baayyee nu eebbise. Eebbifami Obbole !
@BonnyGirma
@BonnyGirma 21 күн бұрын
Eebbifami eebba kan biraas sirraa eegna nuuf Akka fiddu
@AschaloBT
@AschaloBT 21 күн бұрын
blessed bro❤Yeroo hunda Akka haratin dhagefadha dhuga
@samitesfayeofficial7935
@samitesfayeofficial7935 6 күн бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu!
@GemechisaGirma-b5l
@GemechisaGirma-b5l 22 күн бұрын
Abbaa Egeree atis upload gochuun waan dubbii Waaqayyoo yeroo maraa nuuf dhiyeessituuf, Waaqayyo guddaa godhee ammayyuu si haa kiisu!.
@amanuelefrem1628
@amanuelefrem1628 22 күн бұрын
Waaqayyo sii haa eebbisu. Kan caala amma iyyuu faaruu haaraa siif haa kennu.
@christiantube7532
@christiantube7532 21 күн бұрын
Ebbifami eebbaaf ta'i!
@simerateshomeofficial3504
@simerateshomeofficial3504 22 күн бұрын
Zalokoo eebifami dhugaa❤❤
@siloamtube3257
@siloamtube3257 19 күн бұрын
Zola Waaqayyo si haa eebbisu ammayyuu! baayyee namatti tola😍😍
@AbdiGemechu-pr4so
@AbdiGemechu-pr4so 15 күн бұрын
Maaloo sagalee kanan kanarra Kan caluu fidii mee 🎉
@AgertuMitiku
@AgertuMitiku 19 күн бұрын
Ebifamii 🙏🙏
@SimboDagafe
@SimboDagafe 22 күн бұрын
Ebbifami Zolakoo ❤❤
@OliyadGemechu-w2m
@OliyadGemechu-w2m 22 күн бұрын
Eebbifami Zale !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!1
@ItaferawTilahun
@ItaferawTilahun 22 күн бұрын
Ebbifami zolakoo tokkofa dha❤
@MokeNigatuTube
@MokeNigatuTube 20 күн бұрын
Blessed man my bro
@MaryTariku-y3w
@MaryTariku-y3w 22 күн бұрын
Ebbifami jabaakoo❤❤
@abdiimuuziqaaofficial7835
@abdiimuuziqaaofficial7835 20 күн бұрын
Blessed brother ❤️
@yonaskeneaministry5036
@yonaskeneaministry5036 21 күн бұрын
Zolaye barri tajaajilakee haa eebbifamu! Guddaan itti eebbifame
@berekettesfaye3520
@berekettesfaye3520 22 күн бұрын
Faarfannaan torbee kana barbaade argadhe itti eebbifamaa turedha🙏 Ayyaanni isaa hammalle siif yaa baay'atu
@EskadarAbabe
@EskadarAbabe 21 күн бұрын
Zola Ebbifaamii ammayyuu dacha dachaAyyannii siif ha dabalamu
@DabaleeKibru-k1o
@DabaleeKibru-k1o 22 күн бұрын
Ebbifami ebbifama mucaa waqa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Heavenworshiptogod
@Heavenworshiptogod 20 күн бұрын
Issa duratuu baredaa Turem garuu😢
@GemechisaGirma-b5l
@GemechisaGirma-b5l 22 күн бұрын
Song Writer ZELALEM MULGETA! NATTI AANAAKOO🔥! LYRCS👇 Dhiphuun yeroo baay'atu, gaariin harka kee jira! Namni haala ilaalee sokkus, kunoo ati har'a iyyuu na cina! "Homaa iyyuu hin qabun ture, dilbii hin dhumne naaf taate"! "Keessakootu si jaallate, faarrikee natti hin badne"!. 👉(×2) "NATTI AANAAKOO" yeroo maraa"! "Yesus koo ati bira"! "Sitti hirkadheetan yoona ga'e"! "Kaasuunkee adda na danda'e"! 👉(×2) "Nuffii hin beeku amallikee!" "Naaf ta'eera hojiin abbummaakee"!. 👉(×2) 01 Morgaan kan koo; hennaa na laafe! Dadhabbiinkoo; daran jabaate! Dhiphinnikoo; didee hammaate! Furmaatnis dhibee; anaa lafa ilaale! Walga'iin rakkina barootaa; hogguu dhufee narratti wal ga'u! Obsuu didee gooftaankoo; deebii isaatiin natti dhiyaate! "Dursee dhufaa koo Yesus koo"! "Situ ta'e naaf gargaaraa koo"! "Dukkanichihoo hin sokke in baqate"! "Ulfinni addaa na simate"! 👉(×2) 02 "Komii hin qabu an si biraa"! "Yoom iyyuu hin fedhu harka ormaa"! "Bar'uunkee erga naaf mijatee"! "Kunoo boqodheera uffee"! 👉(×2) "Faarrikee erga naaf ta'ee"! "Hin milladhu fuula ormaa naanna'ee"! "Gaariinihoo mana kee jira"! "Sin fedha ati na "bira/ cina"! 👉(×2)
@yosephtemesgenitana9031
@yosephtemesgenitana9031 20 күн бұрын
Thank you. Video hedduu KZbin irratti upload ta'u irraa waanan ee gee dhabe fidde.
@Fayisatube
@Fayisatube 22 күн бұрын
Thank you keep up it
@lalisatagegne7280
@lalisatagegne7280 22 күн бұрын
You're blessed brother
@MartaMerga-x4u
@MartaMerga-x4u 22 күн бұрын
Eebbifami Zol 😊
@bruckgnhirpha996
@bruckgnhirpha996 22 күн бұрын
Waaqni si Eebbisu 😻😻🥰
@ctesfaye21
@ctesfaye21 22 күн бұрын
God bless you bra!!!
@Meribekele-f4q
@Meribekele-f4q 22 күн бұрын
Waqayyo issinhaebbisuu🎉🎉
@ifadaniel7423
@ifadaniel7423 22 күн бұрын
Eebbiifamii zolako❤
@adisu2022
@adisu2022 21 күн бұрын
eebbifami dacha ayyanni isaa siif haa baayetu
@SimeraMulugeta
@SimeraMulugeta 13 күн бұрын
Have no words. Just my fav song ❤❤❤❤❤❤❤
@MelkeCr7
@MelkeCr7 22 күн бұрын
Eebbifami bro😍
@chalawakjira1279
@chalawakjira1279 22 күн бұрын
Zaloko ebbiiffamii ❤❤❤
@isamtub6739
@isamtub6739 22 күн бұрын
Ebifaam
@DawitFikadu-ey3uq
@DawitFikadu-ey3uq 22 күн бұрын
Wow God bless you bro❤❤❤
@AyantuTemesgen-f2j
@AyantuTemesgen-f2j 22 күн бұрын
Ebbiffami❤
@EbaRegasa
@EbaRegasa 20 күн бұрын
Zalookoo eebbifami guddaaa
@Amarti-kv5lw
@Amarti-kv5lw 21 күн бұрын
ameeeen ebifami haadhokoo
@ObseEndaleDiriba
@ObseEndaleDiriba 22 күн бұрын
Ebbifame zolaye barrike haa ebbifamu
@sophoniastolina4927
@sophoniastolina4927 22 күн бұрын
Eebbifami zaloo
@NadhiFikadu-z2f
@NadhiFikadu-z2f 22 күн бұрын
Farfaannan waggaa 3 gutu dhageeffaadhe boo'u🥹😭😭😇🙏
@hace-pt1kf
@hace-pt1kf 22 күн бұрын
Ebbifamii Ebbifami ❤❤🙏🙏
@daniteckcstube
@daniteckcstube 21 күн бұрын
Waww zola keenya eebbifami❤
@DaseDaba
@DaseDaba 22 күн бұрын
God bless you Zola
@caaltuubabe-bz1tq
@caaltuubabe-bz1tq 21 күн бұрын
Eebifami dhuga 🙏🙏
@YordiGabre
@YordiGabre 22 күн бұрын
God bless you 🙏🏿 bro
@mulukenabebe1139
@mulukenabebe1139 21 күн бұрын
Ebbifami bro
@natichosami8596
@natichosami8596 21 күн бұрын
Eebbifami Zalo, ❤
@Zenalema
@Zenalema 21 күн бұрын
Ebbiifamaa 🙏
@AyantuAbera-ib6tg
@AyantuAbera-ib6tg 22 күн бұрын
OMG 😲 ❤❤❤God bless you 🙏 ❤️ 💖 💓 💗 💕 🙏 ❤️ 💖 💓 💗 💕 😢😢😢😢😢natii anakoo yesus ❤
@JiregnaJesus-tj8ld
@JiregnaJesus-tj8ld 21 күн бұрын
Eebbifami jaallatamako❤
@LalisaDaba-h2h
@LalisaDaba-h2h 21 күн бұрын
Bless you zola🥰🥰
@eliyaseshetu3918
@eliyaseshetu3918 21 күн бұрын
wow amazing ♥️♥️♥️♥️
@lalyfikadu7660
@lalyfikadu7660 22 күн бұрын
Ebbifami❤
@Samuel_Temesgen
@Samuel_Temesgen 21 күн бұрын
Ooo God bless you Zalo
@GezuDadi
@GezuDadi 19 күн бұрын
Hin quufamuu🥰🙏
@DebelaDechasa-lv6jm
@DebelaDechasa-lv6jm 22 күн бұрын
God bless you 🙏🎉
@TesfayeRegasa-y3y
@TesfayeRegasa-y3y 15 күн бұрын
God's grace ❤ bless you
@AsterDasale
@AsterDasale 19 күн бұрын
Zola eebbifami
@MariaEmanuel-p5p
@MariaEmanuel-p5p 22 күн бұрын
Wow amezing
@yohanesgetachew-j4w
@yohanesgetachew-j4w 22 күн бұрын
zalo koo ebbifami
@Abina-k5b
@Abina-k5b 17 күн бұрын
Wow blessed 🙏
@BayisaTadase
@BayisaTadase 22 күн бұрын
Eebbifami❤❤❤❤❤
@FiraolDebela-i9g
@FiraolDebela-i9g 22 күн бұрын
God bless you zola ko❤
@magisobbo
@magisobbo 17 күн бұрын
Eebbifami aabboo
@DuulaaMange
@DuulaaMange 20 күн бұрын
Ameeeeeeen nama ko
@HundaolDerejeHundaolDereje
@HundaolDerejeHundaolDereje 21 күн бұрын
Welcome 🥰
@AbelSatessa
@AbelSatessa 21 күн бұрын
What is amazing song
OOBDIIMA KEE KEESSA| GAMMACHIISAA GIRMAA | EGEREE MEDIA
5:59
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 53 М.
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН
Мясо вегана? 🧐 @Whatthefshow
01:01
История одного вокалиста
Рет қаралды 7 МЛН
Solomon Alemu | ACHI | New Afaan Oromo Gospel song (Official Music Video) 2024/2017
6:48
NAN HAWWE | ABDI TAKALE | EGEREE MEDIA
7:11
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 39 М.
JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024
11:47
Tamagn Muluneh Official
Рет қаралды 1,3 МЛН
AMANUEL SARBESA || CHRISTMASS EVE LIVE WORSHIP ||
16:37
JCP CHURCH
Рет қаралды 484 М.
Hindarbe Barri Rakkinaa  | YITBAREK TAMIRU | 2024 New Afaan Oromo Live Worship
16:43
DAWIT GIRMA: WAAKKUU HIN TAATU! Track 05
7:38
Dawit Girma Fufa
Рет қаралды 357 М.
HENOCK JEORGE : NYEYA
6:15
OBORO MEDIA
Рет қаралды 34 М.
GALMA KOO : GURMUU FAARES AMBOO
7:07
WAKJIRA TUBE
Рет қаралды 912 М.
Natnael Tamene Faarffannaa koo
6:07
Natnael Tamene Official
Рет қаралды 835 М.