Obbo Baqqalaa Garbaa yaa'ii 9ffaa irratti ergaa dabarsan OBN 09 01 2011

  Рет қаралды 263,368

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Tokkummaan ummata Oromoo amma dirqama ta'eera; itti aanaa dura taa'aa KFO obbo Baqqalaa Garbaa.
======================================================
[OBN 09 01 2011] Garaagarummaa amantii fi ilaalcha siyaasaa qabaannus, diinni nu xiqqeessudhaaf miira keessa nu galchuu barbaada.
Kanaaf nuti akka ummata duudhaa fi aadaa gaarii qabuu; ummata kaan hammachuudhan waliin injifannootti ce'uf socho'uu qabna jedhaniiru.
Gara jabeeyyii faana gara jaboo ta'uu hin qabnu. Warra jibbaan nu gufachiisuf ka'an jaalalaan mo'anna jedhan obbo Baqqalaan. Dargaggoota aangessuuf kutannoo DhDUOn agarsiiserraa nutis irraa baranna; ni aangessinas jedhaniiru. Saboota Oromiyaa keessa jiraatan hammannee jaalalaan waliin haa jiraannus jedhaniiru.

Пікірлер: 508
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 жыл бұрын
Baqqee koo nama haqa sagalee kee hin quufum rabbiin harka bineensoota san nagaan si haa.basuu❤❤❤😢😢
@sarisaresare7255
@sarisaresare7255 6 жыл бұрын
umurii nuu dheradhaa obboo baqalaa sabonaa keenaa qaalii💚💛💚💛💚💛👍
@seenaadhugaaentertainment1257
@seenaadhugaaentertainment1257 6 жыл бұрын
Anii waan isiiniiin jedhuu qabuuu qeroo koo Hayuu koo Bekaa koo heduu isiin jaladhaa Gamachuu koo imiimaan naaf ta.eee 😭😭😭😭✌✌💚💚💚💙💙 .mucaa waregameefiis rabiin gumaa isaa kaan bilisumaa haagodhuu
@binttiisilamarsiiihadabba8316
@binttiisilamarsiiihadabba8316 6 жыл бұрын
Hayyii hayyi garan namaa baddaa Hayyuu keenaa abbaa keenaa rabbiin umrii keessan nuu haa dheessuu inshaallaahu
@danielyifa8727
@danielyifa8727 6 жыл бұрын
ኦሮምኛ ለማይናገሩ ሰዎች ተተርጉሞ ቢሰሙ የኦሮሞ ፓለቲከኞች ምንያህል ለሁሉም ህዝብ ግድ እንደሚላቸው ያዩ ነበር። እነዚህን ንግግሮች ሰምቼ ተስፋዬ ታድሶዋል። በሚልዮን የሚቆጠረው የአገሪቱ ወጣት እነዚህን የሰላም ጥሪዎች ስራ ላይ ያውላል ብዬ ተስፋ አደርጋለሁ። ትልቁ የአገሪቱ ፈተና ይህን የወጣት ሀይል ወደ ምርታማነት ማስገባት እና በተስፋ መቀረጥ እንዳይወድቅ ማድረግ ነው። ተስፋ የቆረጠ ወጣት በብሄር በሃይማኖት ወዘተ አሳቦ ይገድላል ይዘርፋል።
@mastawatkebede4411
@mastawatkebede4411 6 жыл бұрын
Kabajama fi jaalatama moo'ata kena ullfadhu waqayoon isiinwalin haata'u🇪🇹💝🌹💖💐
@soreetiarsuusoreetiarsuu6512
@soreetiarsuusoreetiarsuu6512 4 жыл бұрын
Nuuf jiradhaa mangudoo keenyaa Ummri keesan haa dhereesuu 💪💪💪💪💪👍👍👍👍😍😍😍😍
@KUULLEESHOW
@KUULLEESHOW 3 жыл бұрын
Maati nafi ta'i
@misiruuaswrwbabduraman5687
@misiruuaswrwbabduraman5687 6 жыл бұрын
Uuuuuf obbo baqala keenya nuufi jiradhuu dhugaa baranota gudda nuuf dabarasiitan heedu nama gadisisa nuuf jiradhu umrii dheeradhu💔💔💔💔💔💔💔 sabbontota oromo hunduma jawar and Ayibi lamaa nuuf jiradha
@habibashekhsani483
@habibashekhsani483 6 жыл бұрын
Nuuf jiraadhu obbo Baqallaa kenyaa sabaa keetif dararramaa turtee atti😭😭🙌
@yommiguyyanlataayaarabbi6351
@yommiguyyanlataayaarabbi6351 6 жыл бұрын
Rabbi urmii sii haa dheresuu gotaa kenyaa
@gannattolasaa6094
@gannattolasaa6094 6 жыл бұрын
Nuf bilii hayyuu keenya obbo Baqqalaa ♥️♥️♥️💪💪💪
@lemmabayissa7872
@lemmabayissa7872 4 жыл бұрын
Brie is so matured and matured person that is really appreciated and noted on his clear message that all should learn from his message May God bless him and his matured advises as usuals
@Jbforeva
@Jbforeva 6 жыл бұрын
God bless you
@svartaberget7791
@svartaberget7791 6 жыл бұрын
Obbo Bekele Gabra is so charismatic and graceful person. He is a blessed son of oromo.
@tsedeyanteneh6876
@tsedeyanteneh6876 6 жыл бұрын
He he forget the jail
@igo1071
@igo1071 6 жыл бұрын
Long live for DR abbey and lemma team. We like them. We don't like a violent Person sorry🙏🏽💚💛❤️🙏🏽
@bontuoromia8516
@bontuoromia8516 6 жыл бұрын
We love you Dr Abbey and team lemma please we don't like a violent ✌
@bontuoromia8516
@bontuoromia8516 6 жыл бұрын
We all need pace and love our country Ethiopian ❤
@ersunsimut2129
@ersunsimut2129 6 жыл бұрын
I wish this speech translated to Amharic. obbo Beleke Garba May God bless
@shamisyaasabbotuunurii2891
@shamisyaasabbotuunurii2891 4 жыл бұрын
dhugaa ketii Leccaa oromoo
@alamiirm5058
@alamiirm5058 6 жыл бұрын
Uuuffff Bayy'ee Nama gadisisaa Obbo Baqqalaa Garbaa nuf jabadhuu 😍😍😍😍😢
@mns1928
@mns1928 6 жыл бұрын
woowowowow bayyee bareduu waqqayo ummurii kessani yaa dheresuu lammi hayoota kenya
@ranadagher6336
@ranadagher6336 6 жыл бұрын
Maalo Baqqe kenya jaalalan sif qabu ibsu hin danda'u simbo qabessa kana rabbi umuri dheera sif ha kennu haasa afaan kerra dhaggeffatame hin qufamu
@qubsabule737
@qubsabule737 5 жыл бұрын
Bayee' jabadhu sanyi koo
@selamlove3421
@selamlove3421 5 жыл бұрын
Thank you Bekky ❤️❤️❤️❤️we all love you
@wodnishkarko5737
@wodnishkarko5737 6 жыл бұрын
Obbo baqaa long life waqaayoo siyaa ebisuu gotaa sabaa dhalatee uuuuuumupha Abban dulaa Afaan qabataa arigasaa
@aliadaky9712
@aliadaky9712 6 жыл бұрын
jechotaan siif dhaba leencaa sanyii goota umurrii nuu dheradhuu
@aliadaky9712
@aliadaky9712 6 жыл бұрын
galatoomii lammii ofii
@hlfokawo217
@hlfokawo217 6 жыл бұрын
Nuuf jiraadhu yaa haayyuu haayyichatti daanraan nuuf jiraadhu 👍👍👍👍😍😍😍😍😗😗😗😗
@todayisnottommorow5014
@todayisnottommorow5014 6 жыл бұрын
great u are speak bekale god bless you more &more
@musxafaabislee2007
@musxafaabislee2007 6 жыл бұрын
An nama mucaa san ajjeese numaan ajjeesa baqqala gumaan baasa
@lalisemucaakakkuuti2905
@lalisemucaakakkuuti2905 6 жыл бұрын
Umuri kee nufi haadheebbiissuu haayyuu kenyaa uùuuùuffeee dhugaa dubate dhugaa mana kee keessaa haagutu
@shkreaa6574
@shkreaa6574 6 жыл бұрын
Dhugaa.jejtee 👍👍👍💟💟👍👍👍👍👍👍
@tamamumar7432
@tamamumar7432 6 жыл бұрын
Alive ss
@tamamumar7432
@tamamumar7432 6 жыл бұрын
Slove
@abdullamohamed3531
@abdullamohamed3531 6 жыл бұрын
wwwaaawwooook dhugahindhabiini ayuuko-leecaako gotaakoo gaalanii keesaa-dachaadachdhaa hindhumuu
@saeedaawola3320
@saeedaawola3320 6 жыл бұрын
rabbin isin wajjin hajiratuu oromotaa hundayyuu
@hananahmed9194
@hananahmed9194 6 жыл бұрын
Hayyee dr baqqaalllaaa garbaa gonguma adda bannuu hirreee tokkoon tokkoon tanne hojachu qabna
@wandimeabdurahimallhaayite2570
@wandimeabdurahimallhaayite2570 6 жыл бұрын
Hadhiii sii dese ummurii.haa dherraatu obbo baqala kooooo
@alophoe4587
@alophoe4587 6 жыл бұрын
Shamsiyaa abdulqadir baayee.gaa gaaridh
@seenalove6422
@seenalove6422 6 жыл бұрын
Jiiraa dhuu waaqa yoo Umrii dheeraa sii faa keenuu 😍😍😍😍
@haadhafiiraa3351
@haadhafiiraa3351 6 жыл бұрын
uuuuuffffffff umrii isiin haa dheeressuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@saggasagga8845
@saggasagga8845 6 жыл бұрын
uuuuuuffffiii sabaa koo oromo👏👏👏umurii dheraadha
@destasabboka8821
@destasabboka8821 6 жыл бұрын
Hayuu keenya waqayyoo umrii isinnf haa dheersu
@mariyemtawido.walasamayyii8839
@mariyemtawido.walasamayyii8839 6 жыл бұрын
jiraadhuu abbaa dhugaa abba qubee senaan kee dheraadha yeroo manaa hindhaa turte sanii sii ajjessan jenetuma egnaa garuu waqaayyoo si egee lubbuu kee tiksee asin si gahee ati waltajjairrati bate dubbachun kee abju baraa dheraa arguu kee naati toleraa hayuu koo ammalee umrii kee nuu haa dheresu
@keriimakaso103
@keriimakaso103 6 жыл бұрын
Hayu keenyaa umrii nuf jiradhaa 😍
@jamiiljibiiriil372
@jamiiljibiiriil372 6 жыл бұрын
Jabadhu sanyii mottii Jechii ke bay ye namati tola
@talatalaco6484
@talatalaco6484 4 жыл бұрын
Nuf jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏👌👌👌
@lovefirstwithlord1356
@lovefirstwithlord1356 6 жыл бұрын
For how long for how long for how long!!!!!!!
@boontuushawaafromoromiyaa5059
@boontuushawaafromoromiyaa5059 4 жыл бұрын
Abbaa too inumaa badhatee hamee kee umurii nuf dheradhuu qaalii nama horii bulii
@misraahajjii7143
@misraahajjii7143 6 жыл бұрын
Yaa Rabii iraa jaladhufi Umirii nufii dheresiiiii
@user-hv5rq4oj8o
@user-hv5rq4oj8o 6 жыл бұрын
Obboo Baqalaa Garbaa hayyuu dhugaatii atii waqayyoo umrii kee haa dheressuu
@muluudebulla8632
@muluudebulla8632 4 жыл бұрын
Namni kamiyuu Dr abiy iraatii harka kasuu hin dandaa u
@user-zg4jz1xm7f
@user-zg4jz1xm7f 6 жыл бұрын
Uuuuuuuffff lammiikoo rabbiin isin haa gagaruu jabadha inshalah Oromo rabbiin qabdii inshalah yaa Allah ☝
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 2 жыл бұрын
Baqqe qalii Keenya
@qamariyaahuseen6511
@qamariyaahuseen6511 6 жыл бұрын
Nufi jiraadhuu Hamtuu rabbii sirraa haa qabuu lencaa lammiifi dhabatuu
@halahala3599
@halahala3599 6 жыл бұрын
Good Thank you so mach
@sabbontuarsiianoleesabbont2855
@sabbontuarsiianoleesabbont2855 6 жыл бұрын
Oromo koo tokkummaa tokkummaa tokkummaa amalee tokkummaa 💪💪💪💪💪💪
@haimanotmarkos9574
@haimanotmarkos9574 6 жыл бұрын
ክክክክክኽኽክኽክክ no brain
@mulunegari7984
@mulunegari7984 4 жыл бұрын
I DON'T HAVE CREDIT CARD ONLY I HAVE DEBIT CARD WHY YOU DIDN'T ACCEPT?
@daratuushamashani7835
@daratuushamashani7835 4 жыл бұрын
mashaaa.allh mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah
@hanatil3336
@hanatil3336 6 жыл бұрын
ለምን አትማሩም ከነዶክተር አብይ እና ለማ መገርሳ , ለነገሩ እነሱ ላይ ለመድረስ ብዙ ክፍለዘመን ማንበብ ይጠበቅባቸዋል ኢትዮጵያ ለዘላለም ትኑር💚💚💚💛💛💛♥️♥️♥️
@user-kj9hl4wu9p
@user-kj9hl4wu9p 6 жыл бұрын
እነሱንም አሁን ለማመን ይከብዳል ሰከን ማለት ነው ሁሉም ሲፋቁ....
@amdemengistu5649
@amdemengistu5649 6 жыл бұрын
semteshal gin bekele gerba yelut?satsema kefaredshi ciffin xilacha ina emnat alba nesh,kesamash wusxish sexan nw layish ysew ina ykristos amsal alebish.meliktu gn ymanfasawi abat mikir nw .yeunat kehone. astormw isti benatish
@hanatil3336
@hanatil3336 6 жыл бұрын
Amde Mengistu በኦህአዴድ ጉባኤ ላይ ከአቶ በቀለ ገርባ ንግግር የተቀነጨበ " ይህ ጉባኤ ከሳምንት በፊት ተደርጎ ቢሆን ኖሮ እንደ ዛሬ በዚህ መድረክ ላይ ከናንተ ጋር አልገኝም ነበር:: ዛሬ ግን ልዩ ነው:: በመሀከላችሁ እንድግኝ ያስገደደኝ በሰሞኑ ቡራዩ የተደርገ ዘግናኝ ጉዳይ ነው:: የስድስት ዓመት ልጅ ተገድለው ስውነቱ ተከትፈውና ተቆራርጠው መንገድ ላይ ሲጣል : ያ ገና ያልሮጠ ቧርቀው ያልጠገበ እምቦቅላ ሲገደል እምነቱ : ሀይማኖቱ ወይም እድሜው ተጠይቆ አይደለም :: ግን እሱ የተመረጠውና የተገደለው ህፃኑ ያልመረጠው ተፈጥሮ የሰጠው ኦሮሞ መሆኑ ስለሚታወቅ ብቻ ነው:: ህዝቦቼ : ወገኖቼ : በጅምላ ጦርነት ኦሮሞ በመሆናችን በሁላችንም ላይ ታውጆብናል:: ከዚህ በድል አድራጊነት ለመወጣት የሚያስፈልገን አንድና አንድ ነው:: አንድንታችንን ማጠናከርና አንድ ላይ በጋራ መቆምና ጠላቶቻችንን መፋለምና ማሸነፍ:: እኛ ግን እንሱ በቀደዱልን መንገድ በስሜት ተነሳስተን ሰሞኑን እንደተደርገው በጣም ዘግናኝና ፀያፍ መንገድ መሆን የለበትም :: የሄንን ከአደርግን ጠላቶቻኅን በቀየሱልን መፍስስ ነው :: ጠላቶቻችንን የሚናሸንፋቸው ጠ/ሩ ደጋግመው እንደሚሉት 'በፍቅር ' ብቻ መሆን አለበት:: በዛህም አጋጣሚ ለወጣቶቻችንም ማስተላለፍ የሚልገው መልዕክት :- የህግን የበላይነት አክብሩ :: ዘግናኝ ነገሮችን መፈፀም ስማችንን ስለሚያቆሽሽ በፊፁም ከእንዲህ ዓይነት ድርግቶች መቆጠብ አለብን:: ይታያችሁ እነኝህ ከትውልድ አከባቢያቸው ተገፍተው በእኛ ውስጥ የሚኖሩ ንፁሃን ህዝቦች : የእኛን ከለላ ፍለጋ የመጡ እንደኛው የተገፉ ማህበረሰብ ናቸው:: እንሱን መጉዳት አግባቢነት የሌለው የጠላቶቻችን ሴራ መፈፀም ነው::ጠላቶቻችን አሁንም ስለማይተኙልን አንድነታችንን እናጠናክር:: ... " በጣም የሚገርመው እራሱ እያስገደለ ተገደለብን ማለቱ 🤔🤔ውሸታም ለነገሩ እናመሰግናለን ዶክተር አብይ ጥሩ የመልስ ምት ነግረህልናል አይገባቸውም እንጂ
@Biyya1000
@Biyya1000 6 жыл бұрын
you idiot, if you donot learn lanaguge because you are lampen, look at his action and sound. look at his eyes, he is crying for the crimes committed and the conflict planned that Gamo and Oromo finish eachother.
@hanatil3336
@hanatil3336 6 жыл бұрын
Obssa Gamer if u can understood what I wrote read it agin , the translation his speech read . His lies on his mouth , like Jewar side 43 ppl in saris and merkato die , on omn full of liars
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Seenaafi #haqaafis ummataaf dursinee ni falmannaa haqa keenyaa#yaannii goototaa biyyaaf biyyeellee nifalmata,#nideemaa jireenya,#nifiiga aqilaa/beekaadha,#nitiikfanna humnaafi nageenya misooma oromummaatii,#nibarsiifna badhaadhinaa
@yoombaria6239
@yoombaria6239 4 жыл бұрын
Oromoon wallo keessaa guuramanii biyya amaarati hidhamaaa jiru😢😢 ammaan tana mani hidha naannoo Amaraa Hindi Afaan Oromoot dubbatu👈 Nama achii hiikamee dhufetu jjira😢😢😭😭 maalo Lammiiwaakoo Sagalee waliif hataanu😭uuuuuuuuuyi....
@hiwotedamisee5206
@hiwotedamisee5206 5 жыл бұрын
Baguma oromiyaan jirate hadhuuri biyya
@haniyebalelij3294
@haniyebalelij3294 6 жыл бұрын
nuu jiradhuuuuuuuùuuuu sanyii kena ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kenaararso7708
@kenaararso7708 6 жыл бұрын
Obbo #Baqqee keenya, jaalalaaf kabaja guddaan isiniif qaba! nuu jiraadhaa, hamtuun isin hin argiin!
@apdure______official_____1643
@apdure______official_____1643 6 жыл бұрын
Masha allah obo baqala garbba
@abdurabdur9751
@abdurabdur9751 6 жыл бұрын
Rabbiin si haa qusatu Baqalaa koo
@chufouchalo9002
@chufouchalo9002 6 жыл бұрын
Ke oromeya muhur ye ethiopa artes yetisali super mind alachew
@birhannewadimu7722
@birhannewadimu7722 6 жыл бұрын
yes yes yes galatomaa
@shamsiisiraaj5738
@shamsiisiraaj5738 5 жыл бұрын
Baqqala garba Abbaa keenyaa 💋💋❤❤💚❤💚❤
@bontutiya1791
@bontutiya1791 5 жыл бұрын
Ya Oromo listen with open heart and wide hears need to be vigilant to protect your Oromia and your unity as Oromo.
@zahaaraalhamdulillah3328
@zahaaraalhamdulillah3328 6 жыл бұрын
Enyuullee akkaa obboo baqqaala garbaa yaada bareeda hin dabarsinee. Umurii dheeraa siif hawwaa
@ayantuuarsii4725
@ayantuuarsii4725 6 жыл бұрын
Uuuuuufiiiiiiiii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭yaa rabbiin nu haa tiksuu
@diiboraesrayel6698
@diiboraesrayel6698 6 жыл бұрын
ameeeeeereeeeeeeeeeeeeeen obbo baqala eebbifamaa sinis
@anbtanbtt9997
@anbtanbtt9997 6 жыл бұрын
Umurii dheerrra issif hawinnaa
@uaerr3298
@uaerr3298 6 жыл бұрын
Innaa lilaayii waa Innaa lilaayii raajiuun raabin haararm😭😭😭☝ kaani lubuni daarbee waaynee raabbin isi hbuqsuu
@adnandirani6481
@adnandirani6481 6 жыл бұрын
obbo baqeee koo sinaan jaalaadha jeechii kesaan garaa namaa guubaa dhuugaa daa'iima wagaa jaa'aa 6 moo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@almazali2069
@almazali2069 6 жыл бұрын
Lamii oromiyaa koo jechoonni keessaan soorata sammuu guddisuudhaa
@qabamaqaahadhaagariimariyy600
@qabamaqaahadhaagariimariyy600 6 жыл бұрын
Waqaayyoo isiin wajjiin haa ta.uu jabadhaa Biyyaa keenyaa biyyaa waqaayyoo Nuuf tasisuu
@mmmn2374
@mmmn2374 6 жыл бұрын
😭😭😭😭malloo baqalla garibaa garraa nuballessini
@maimonamaimona1000
@maimonamaimona1000 6 жыл бұрын
Jabbadha saba koo Abba Kenya Baqaala garaa lafesa jabbadhu
@ifinikooyasusedhaamenamenu7560
@ifinikooyasusedhaamenamenu7560 6 жыл бұрын
Uuuuuuuffff😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Wayoo dhugaa kesiko na madayee
@yasinesa7880
@yasinesa7880 6 жыл бұрын
jiradhuu Abaa kenyaa nubonsitani
@derartuderartu5648
@derartuderartu5648 6 жыл бұрын
maashaallah nuyadachu keetifii galataa qaabdaa sijalan gotaa keena
@rahimaasiz5680
@rahimaasiz5680 6 жыл бұрын
Wwwuuujiradhu Sabina oromoo
@ethiopianatbete9730
@ethiopianatbete9730 6 жыл бұрын
Dubbi kessan hoji irra olchitani jennan bayye nama gammachisa jabadhaa
@yesusgooftaadha8627
@yesusgooftaadha8627 6 жыл бұрын
Waaqayyoo isini haebbisu ebbifamaa
@seimahamed7474
@seimahamed7474 2 жыл бұрын
Gootaa oromiya❤
@waqayyoojijirasenakotii6094
@waqayyoojijirasenakotii6094 6 жыл бұрын
Waqayoo umurii kesani hadhetesuu
@zeediisultantaha1073
@zeediisultantaha1073 3 жыл бұрын
Saree obn
@caltutalale674
@caltutalale674 6 жыл бұрын
Waqayyo si ha ebbisu ebbiffamii namni hubatu yoo jirtu yaa hubbatuu!!!
@harmeetoonanyaade302
@harmeetoonanyaade302 6 жыл бұрын
Obbo Baqala garabaa dhaamsa kee akka dhadhaatiti dhuka lafeeti nama seena Baaye namati Tola dhaamsi kee
@burteeyeejesuselijiburteey9372
@burteeyeejesuselijiburteey9372 5 жыл бұрын
Obbo baqala garbaa kabajama fi jalatama Wel come dokotraa jalala Uuuffee jiradha lammii koo gamachuun keessan itti fufuu
@jl8969
@jl8969 6 жыл бұрын
bayee galatooma. kanuuman egaa turee obbo baqalaa
@najatismail7553
@najatismail7553 6 жыл бұрын
Dhugaa kee jette gottakoo nuuf jiradhu rabbi umrikee nuuf ha dheresu
@dawitigalianowaqqayyoofhaa9971
@dawitigalianowaqqayyoofhaa9971 6 жыл бұрын
Nuuf jabadhaa Lammiwwaan hawwin keenyaa tokkumaa fi jalaallaa walif qabachudhaa ishii basastuu maqaa oromootittii jeqatuu immoo waqqayyoon hi dhaa hin mulanen nurraa yaa hidhuu
@aljailanifamily6314
@aljailanifamily6314 6 жыл бұрын
Akkaasi duubin edaa isinumatu ajesaa jiraa
@diribewake2811
@diribewake2811 6 жыл бұрын
Dhugaa Keti Baqee Kenyaa Nuf Jiradhu
@user-ng5fq4gw4c
@user-ng5fq4gw4c 3 жыл бұрын
❤💚😍😍❤😥😥😥
@dirribeemamoodiribeemamoo7427
@dirribeemamoodiribeemamoo7427 6 жыл бұрын
Eebifamaaaaaaaaaaaaaaaa. Obboo baqalaa uuufffeeeeeeee😙😍😍😍😍😍😍😍
@musaboro5845
@musaboro5845 6 жыл бұрын
Obbo Baqqalaa hayyuu keenya nuuf jiraadhu
@lkioubosafe5771
@lkioubosafe5771 4 жыл бұрын
Massah.allah.❤️💚❤️💐💝😭😢👈
@zaynabsalman2522
@zaynabsalman2522 6 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffeeee dhuga gara naa bore nuuf jiradhu obo baqala
@mekditube8754
@mekditube8754 6 жыл бұрын
Ethiopia 🇪🇹 ❤️❤️❤️👈🏻👈🏻👈🏻
@rozaafekadu8019
@rozaafekadu8019 6 жыл бұрын
Waqayyoo umrii kessani isini yaa dheresuu dhugaa kessani jeteni
@raniah.mosleh7350
@raniah.mosleh7350 6 жыл бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢yesemay amiLak yifiredachewu .
@fatanofatano7901
@fatanofatano7901 5 жыл бұрын
Uuuuffff malii garuu duttii ijlee oromoo ttii bayyatee kunii yaa rabbii muffii laffisii attii 😭😭😭💪💪
@adnanmohmmad5751
@adnanmohmmad5751 4 жыл бұрын
.....
@fahadalshmeery1281
@fahadalshmeery1281 6 жыл бұрын
mis you beka
@hananahmed9194
@hananahmed9194 6 жыл бұрын
Tollee hayyuu koo nuf jiraadhuu
@gadsamadsa8747
@gadsamadsa8747 6 жыл бұрын
😭😭😭😭ebbifama gorsaa garridhaa obboo baqalaa
Haasaa MM Dr Abiyyi Ahmad Yaa'ii 9ffaa DhDUO irratti Taasisan  09 01 2011
26:35
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 168 М.
Apple peeling hack @scottsreality
00:37
_vector_
Рет қаралды 125 МЛН
GTA 5 vs GTA San Andreas Doctors🥼🚑
00:57
Xzit Thamer
Рет қаралды 30 МЛН
А ВЫ ЛЮБИТЕ ШКОЛУ?? #shorts
00:20
Паша Осадчий
Рет қаралды 5 МЛН
Laataa Qanna'i Galma Barkumeeti OBN Bit 25, 2011
12:02
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 564 М.
Atileetoonni Sirbaan yoo dorgoman 01 01 2011
13:02
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 307 М.
Dr  Abiyyi Ahimad turtii OBN waliin taasisan
55:59
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 826 М.
Dr. Abiyyi fi Tokkummaa Oromoo
40:50
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 67 М.
Marii Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu’oota Godinaalee Oromiyaa Waliin Taasisan
1:09:17
Apple peeling hack @scottsreality
00:37
_vector_
Рет қаралды 125 МЛН