Marii Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu’oota Godinaalee Oromiyaa Waliin Taasisan

  Рет қаралды 100,786

FBC Afaan Oromoo

FBC Afaan Oromoo

5 ай бұрын

Marii Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu’oota Godinaalee Oromiyaa Waliin Taasisan

Пікірлер: 136
@RobsanTajudin-lh9dx
@RobsanTajudin-lh9dx 6 күн бұрын
Tabarakallaa yaa babaa ❤️❤️❤️ wly dhugaa ketii itii mudii babaa ❤️❤️
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 3 күн бұрын
Dhugaa jetee waa'ee nagaa iraati oromo kan oromoo nyataa sama ajeessaa jiruu ormodha dinaaf karaa kan kenee oromodha oso tokko taee enyuu oromoo hin tuquu kanaf oromoon tokkuma isaa jabeffachu qaba 💪💪💪💪💪
@MuftahMohamed-g1l
@MuftahMohamed-g1l 22 күн бұрын
❤❤masha.alaha
@MohamadhusenMohamadhusen-d1x
@MohamadhusenMohamadhusen-d1x 3 сағат бұрын
Dr.abiyi rabbii jedhaa hatuun nuraa dhorka wari analee garagaraairra jiru dhugaa nuufdalagaa rabbiin isiin waliin haajiratuu
@user-ul7ym2jr2r
@user-ul7ym2jr2r 5 ай бұрын
መሪያችን ችግሮችን በሰላማዊ አማራጭ ተወያይቶ መፍትሔ ለማምጣት እየሰራው ያለው ጥረት የሚደነቅ ነውና ውይይት መደረጉ እጅግ በጣም ጥሩ ነው!
@BaayisaAbeba
@BaayisaAbeba 5 күн бұрын
Raragii waan ophiidiiyoo shiirraa dulomtuu wann
@user-go3xh9cc3j
@user-go3xh9cc3j 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ jabaa jabinni Kee injjiffannoo qabuu itti muddi.
@hawahusseen5299
@hawahusseen5299 12 сағат бұрын
dhugaa dhugaa❤❤❤❤🎉🎉
@AyubAyye-ve7wc
@AyubAyye-ve7wc 8 сағат бұрын
Hy dhugaa
@kumsadesisa763
@kumsadesisa763 5 ай бұрын
Dhimmi xaa'oodhaan walqabatu hattummaa fi qisaasama guddaarra waan jiruuf xiyyeeffannoon hoogganamuu qabaan dhaamsa kooti.
@abbahundeeqaaliisabaoromo5565
@abbahundeeqaaliisabaoromo5565 4 күн бұрын
Ololtuun ijanjabaattu
@MuftahMohamed-g1l
@MuftahMohamed-g1l 23 күн бұрын
Yes❤.
@EbsaKore
@EbsaKore 13 сағат бұрын
Burqaa yaadaa kophaa na cinqu yoo isin taate malee eenyu haa narraa qoodatu hammaatuus ilmi abbaan yaamamaa
@MuktarAbu-bp3nu
@MuktarAbu-bp3nu 4 ай бұрын
Dhugaa kessaani jabaadha rabbiin isin haa gargaruu ganaa jirraa
@SacdiyaDaahir-mr6te
@SacdiyaDaahir-mr6te Күн бұрын
Abiiyii fardaa dhiisiii diiqalaa
@MahamadAbduleziz
@MahamadAbduleziz 4 ай бұрын
Yadaa garii!!!!❤
@MiessoTube
@MiessoTube 4 ай бұрын
Umrii naaf dheradhuu lencaa koo ulfadhuu 🎉🎉❤
@user-bj2so8yg4n
@user-bj2so8yg4n 4 ай бұрын
Irratti jabaadhaa malee ganaa jirra😊😊
@MohammedAhmed-dg7ee
@MohammedAhmed-dg7ee Ай бұрын
Dhugaa walitti himuu maaf dadhabne dhiiroo...... bar haqaan waan hinbulleefi laata
@gedogodana6662
@gedogodana6662 5 ай бұрын
God bless you Abichu
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
በማዕከላዊው መንግሥትና በክልል መሪዎች መካከል ግልጽነት ያለው የግንኙነት መስመር ለውጤታማ አስተዳደር ቁልፍ ናቸው።
@johnessa1354
@johnessa1354 5 ай бұрын
Keenya means ours, me and you, pluralist, also means inclusive, not excluding others.
@MohammedAhmed-dg7ee
@MohammedAhmed-dg7ee Ай бұрын
Guddaa keenya beekaa keenyaa haa jabeeffannuu mee walis haa jabeessinuu oromoo tiyya
@user-bg5go6tk4y
@user-bg5go6tk4y 2 ай бұрын
Warraa biyyaaf akka addaatti hojjatan akka dhaloon i jibbuu kan godhaa turan hojii jireenya godhatanii Diinaa alaaf keesssaf qacaramanii hojjatan hojiisaani akkamitti dhiisuu Abbichuu koo.
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
የጠቅላይ ሚኒስትሩ ቁርጠኝነት ምላሽ ሰጪ እና ኃላፊነት ከሚሰማው መንግሥት መርሆዎች ጋር ይጣጣማል።
@user-qt6jl9lj4s
@user-qt6jl9lj4s 4 ай бұрын
Yaa D.r Abiy Afaan Sinmurin Oromootu oromo Nyaata jira
@TeshaleGeramu
@TeshaleGeramu 4 күн бұрын
Marii bareedaagha.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 4 ай бұрын
Guyyaannis Gaaddisaa gurriis Eegumsaa Hayyootaa Gayyaadha ❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 4 ай бұрын
❤❤ Barakat dimookrasiin Humnaa Humnaa dhageeffatu Nageenyaatu dursee aswrwb laftis riqicha Biyyaaf biyyeettiis walumaan galatoomii hayyuu gzx Manguddoonnii ❤❤❤ Yaadii argii Araaraa Biyyaa itoophiyaa barsiiftan ifaa.garuu Akka warraa tigrai gaddaa b/c itti Saalfatan teettuus Eegumsaa jiraa =yaadarraa Onneen dhorkaadha.
@Halake-rf1pd
@Halake-rf1pd 4 ай бұрын
Mee akkam
@Amin-wo1iue7
@Amin-wo1iue7 5 ай бұрын
Dhaloonni marii fi marabbaa qabu waa hundaan milkaa'a. Jabaadhaa
@MiessoTube
@MiessoTube 4 ай бұрын
Dubiin kee akka anaan goromsaa natii tolee jabadhuu garuu rabiin walii nuu Haa galchuu
@user-vg1mk1rg8b
@user-vg1mk1rg8b 5 ай бұрын
ሁሉምአሸናፊእንዲሆንሰላምወሳኝነገርነው! ለዚህደግሞየሰላምዋጋከተመንበላይነው! ሰላምየጋራማሸነፊያመሳሪያችንነው!
@user-tb7nk9sd6f
@user-tb7nk9sd6f 5 ай бұрын
Mootummaan nageenya biyyaaf naannoo waaressuuf kutannoo akka qabu mariin naannoo Oromiyaaf Amaaraa jidduutti adeemsifame irraa hubachuun ni danda’ama.
@AmoleMedia
@AmoleMedia 5 ай бұрын
Bu’uurri waa hundaa nageenya, nagana jiraannaan Misoomni, guddiinni dinagdee jira!.
@barentuentertainment8618
@barentuentertainment8618 5 ай бұрын
Qaamni qawween mootummaa lolu osoo milkaayee injifatees abbaa irrummaa malee dimokiraasii hin fidu.Kanaaf kan yaadatti amanu malee kan qawweetti amanu farra dimokiraasiti.
@SelamSelam-ts3ci
@SelamSelam-ts3ci 5 ай бұрын
Uummanni Oromoo uummata guddaa kabajni maluuf kennamuufi qabuu dha! Uummata kana mariisisuun waan bareeda.
@Samueljiregna
@Samueljiregna Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@MegersaAhmed-py9hc
@MegersaAhmed-py9hc 4 ай бұрын
Osoo hayyuu Dr Abiy qabnuu waligaluun dhabuun yaa sabaa nuuf hin maluu
@adamwako1673
@adamwako1673 4 күн бұрын
Orommo wallii gaahllaa raabiinii wallii isiinii ha galliishuu raabii wallii hatiinaa yaaddaa nama kessaa guritaanii dr abiyiu raabiinii aurimii sii ha dheressuu raabiinii sii ciihinaa ha jiiratuu nama Hini amaninii iraa cahllani nama hatudha raabii jedha nagah buhussaa shiraa dhisaa karaa dhugah dehemma wallii gahllaa raabiinii nagah ha bussuu raabiinii sii wajiinii ha jiiratuu dr abiyii
@ArifSheeka
@ArifSheeka 10 күн бұрын
Seenaa
@eyueldejene621
@eyueldejene621 5 ай бұрын
Abbichuun nama ilaalcha biyya kana jijjiraa jiruudha.Gaaffiin hawwasaa mariidhaan namoota bilchaatoon dhiyaatee deebii argata.Kun waan haara Abbichuun eegalameedha.
@TolaniGeleta
@TolaniGeleta 5 ай бұрын
Guyyaa seena qabeessaadha!.Ummanni Oromoo masaraa kiiloo Afurii seenee ilma isaa waliin mari'ataa oole!
@firomsaaabdo9366
@firomsaaabdo9366 3 ай бұрын
Mashaa Allah
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
የመንግስትን የሰላም ጥሪ በመቀበል ሰላማዊ ትግል ማድረግ ለሀገርም ለህዝብም የሚጠቅም ነው
@AmoleMedia
@AmoleMedia 5 ай бұрын
Hayyuun Oromoo badhaafamaan Nagenya addunyaa nagenya oromiyaaf jecha diina isa waraanu faana araaraaf taa’uuf murteessuun aantummaa uummata isaa argisiisa!
@Amin-wo1iue7
@Amin-wo1iue7 5 ай бұрын
Mootummaan marii tasisan kun nageenya biyya fi waan hundaaf murteessaadha.
@TolaniGeleta
@TolaniGeleta 5 ай бұрын
Waldhageettiin Ummataafi Mootummaa nageenya waaressee badhaadhina saffisiisa
@user-cy6hw7sn4n
@user-cy6hw7sn4n 4 ай бұрын
Kan uummata Hatee foon nyaatu, Foon nyaatee foon fakkaachuu dandaha malee Nagaa hin argatu DR KEENYA
@user-ul7ym2jr2r
@user-ul7ym2jr2r 5 ай бұрын
Haal-dureen mootummaan amma baase uummata mariisisuu eegale kun kan cimee itti fufuu qabuu dha.
@JibbaaGantuu-pr9zd
@JibbaaGantuu-pr9zd 4 ай бұрын
Qbsoo Aadaa Wanti Jedhamu hin jiru Qabsoon maal akka ta'e waan hin beekneef gara aadaa irkachuuf yaalti.
@user-vz7ww8tf5f
@user-vz7ww8tf5f 4 ай бұрын
😮gowaa
@user-jk8gq5ig9s
@user-jk8gq5ig9s Ай бұрын
❤❤❤❤❤،guud
@HikaGirma
@HikaGirma 4 ай бұрын
Way oromoo !!!
@MekonnenDibaba-ue6sm
@MekonnenDibaba-ue6sm 4 ай бұрын
Kan barbaachisuu yaada dhugaa akkasiitti waan ta'aaeef deebiin isaas irradiibaa tokko malee dhgaa fi haqa qabeessaa ta'uu qaba Jenna.
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
ጠቅላይ ሚኒስትር አብይ አህመድ እና የብልጽግና ፓርቲ በከፍተኛ አስተዳደር መሪ ስብሰባዎች አማካኝነት ለህብረተሰቡ ተሳትፎ ቅድሚያ መስጠታቸው የሚያበረታታ ነው። ይህም በኢትዮጵያ በተለይም በኦሮሚያ ክልል ያሉ አስፈላጊ ጉዳዮችን ለመፍታት ያላቸውን ቁርጠኝነት የሚሳይ ነው
@user-vg1mk1rg8b
@user-vg1mk1rg8b 5 ай бұрын
Injifannoo tikfachuun tarsiimoo hundaa milkeesuf hundi kenyaa gehe kenyaa bahuu nuraa egama.
@user-wv3ez7nj2q
@user-wv3ez7nj2q 3 сағат бұрын
Walii ga'ii sirrii biyya ceesisuu harkaa qabdani jajjabadha isaani duuba Jira nutisii.
@Halake-rf1pd
@Halake-rf1pd 4 ай бұрын
Ok
@SabonaLove
@SabonaLove 2 ай бұрын
Wwwwww Abichu
@TolaniGeleta
@TolaniGeleta 5 ай бұрын
ኦሮሚያ ክልል ከህብረተሰቡ ጋር የተደረገው ውይይት መንግስት ህዝብን በማዳበጥ ችግሮችን ለመፍታት የሄደበትን እርቀት የሚያሳይ ነው!
@tadaleaga2316
@tadaleaga2316 5 ай бұрын
Yoom badee docter abiiy bukkedha kan badee godiinaf anaa gahee badahoo innii mal godhee innii hojii hojeteraa garu nama hin qabu male
@AdnanSham-uo9fb
@AdnanSham-uo9fb 4 ай бұрын
Maaliin akka nama tuqan hin beekkamuu nami jara kana fuundura dhaqe faaruu jara kanaa qofa habbuuqee tufee baha an kan naaf hin galin dubbii faarsee bulaa kana😂😂😂
@Naazifu.Saamani
@Naazifu.Saamani 4 ай бұрын
Hi ❤❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 4 ай бұрын
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Mootummaan Hawaasni tokko filed field falmadhuu features Bareedumsa ilma namaa A.Nageenyaa?? B Hojiin ?yaada mo'ataan medicine dhageeffatu ittisaa. C.Dhibee ALHAMDULILLAH ASI FILANNOON MOOTII DUGDAA Gaaddisaa fayyaan dhiifamaa maqaanis lubbuu Namoomaa!!!
@user-ul7ym2jr2r
@user-ul7ym2jr2r 5 ай бұрын
መሪው ዘመናዊ ሰው ነው ዘመናዊ ማህበረሰብ ደግሞ በጋራ ጉዳዮች ላይ መወያየት እና በዲሞክራቲክ መንገዶች መፍትሄዎችን ማግኘት የሚችል ነው:: ማንኛውንም ችግር ለመፍታት ከውይይት የተሻለ መፍትሄ የለም።
@TolaniGeleta
@TolaniGeleta 5 ай бұрын
Injifannoo keenya itti fufsiisuuf Wal tumsuun ta'uu qaba!
@user-hz7mx5mq2b
@user-hz7mx5mq2b 4 ай бұрын
Dr abichuu ifaajee kee hunda ni hubbana garuu warii sii jalatti jiran hangami kulkuuluu dha.ummata oromoo itoophiyaa irraa adda baasuuf wanti deemamu Kun gaarii waan hin taaneef ummata haalaan akkanatti hubbachisuun kee nati tolee jira.wanti biraa immoo waa'ee alaabaa yeroo weerara xaaliyaanii loola suummaalee fi itiyoopiyaa abbootiin keenya wareegama kaffalan alaabaa magariisa keelloo diimaa qabatanii biyya keenya nuuf tursiisan garu yeroo ammaa kana alaabaa kana uffatarratti haalluu kana yoo argamee yeroo ayyaana adda addaa irratti dhowamaa Jira Kuni wanta haalaan xiyyeeffanaa argachuu qabu dha.
@user-qt6xq6yk3v
@user-qt6xq6yk3v 5 ай бұрын
❤❤❤
@user-vs1he6je8k
@user-vs1he6je8k 5 ай бұрын
በኦሮሚያክልልበተለያዮዞኖችበተለያዮወቅቶችሲነሱየነበሩትንችግሮችመንግስትእስከእታችድረስወርዶህዝብንበማወያየትለችግሮችመፍትሄለመስጠትየሄደበትእርቀትህዝብንያከበረመንግስትመሆኑንማረጋገጫነው!
@user-mr4qx8dk7c
@user-mr4qx8dk7c 2 ай бұрын
Faradaa dhaisaa Hattuu umatta garra bitamuu
@hilwaamanamankiyar-pp5bf
@hilwaamanamankiyar-pp5bf 15 күн бұрын
TEH
@user-bg5go6tk4y
@user-bg5go6tk4y 2 ай бұрын
Leencaa koo namni akka keessani yeroo hedduu dhalateera.Baandaan leencaa biyyaaf ta'uu meeqa nurkaa fixee.Garuu isiin carra qabeessadha.
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
እነዚህ ውይይቶች በኦሮሚያ ክልል ውስጥ ያሉ ክልላዊ ጥያቄዎችን ለማካተት እና ለመፍታት ያለውን ቁርጠኝነት የሚያንፀባርቁ ናቸው።
@GrerinGrilbi-js3kn
@GrerinGrilbi-js3kn 5 ай бұрын
@yguhgg6597
@yguhgg6597 Күн бұрын
Eedhugadha
@JihaAliyiBekuma
@JihaAliyiBekuma 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@user-hm4bz6jl9z
@user-hm4bz6jl9z 4 ай бұрын
❤❤
@AbdiNegash
@AbdiNegash 4 ай бұрын
Yes
@user-vg1mk1rg8b
@user-vg1mk1rg8b 5 ай бұрын
እንደክልልየተነሱችግሮችንበመፍታትመፍትሄለማበጀትለታሪካዊመግባባታችንንቅድሚያመስጠትያስፈልጋል!
@bentibekele3347
@bentibekele3347 4 ай бұрын
Dubbiin PM Uummata Oromoof dhageessisan baay"ee gaariidha. Garuu hattuu fi Neeti-Woorkii Qabsoo Oromoo duubatti deebisuuf miilla isaanii jala jiru ilaalanii sirreessuun hojii guddaa isaan gaafata
@user-tb7nk9sd6f
@user-tb7nk9sd6f 5 ай бұрын
Nageenyi uummata keenya murna hannaan ijaarmate deemtu Shaneen irraa qulqulleessuf marii hirmaachisa akkasi taasisuun barbaachisaa dha.
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
በመካሄድ ላይ ያሉ ውይይቶች ለዴሞክራሲ እና ለውክልና መርሆች ያላቸውን ቁርጠኝነት ያሳያሉ።
@user-nd7bt2vk1d
@user-nd7bt2vk1d 5 ай бұрын
Abbichuun nageenya mirkaneesuu bira darbee abbaa nageenyaa ta’uun addunyaa harka kennachiise
@user-pb1un9ew1x
@user-pb1un9ew1x 3 ай бұрын
Naagenyii rabbi biira haqan murteyfamee jirra . mutumotaa olana birra yanii kenamuu Kaan spirit kenama jiraa ,Kan yaada jaliisanii dhima dhunfatii jecha Yada jijiira qama Godina irra kasee hanga gandatii jiru wantef gadii buuamee ilalamuuqa.
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
Ajandaa keenya yeroo ammaa dhimmi nageenyaa ta’uu qaba!
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
ስልጣን በምርጫ ብቻ እንጂ በጠብመንጃ አይገኝም።
@TolaniGeleta
@TolaniGeleta 5 ай бұрын
sadarkaa kanatti ministeerri muummee keenya hawaasa kutaa hundarraa mariisisuun waan jajjabaachuu qabuudha
@user-ul7ym2jr2r
@user-ul7ym2jr2r 5 ай бұрын
በኦሮሚያ አከባቢ እየታዩ ላለው ችግር ዋናው መፍትሄ ውይይት እና ምክክር ነው
@TolaniGeleta
@TolaniGeleta 5 ай бұрын
Ijaarsa Biyyaa keessatti Hirmaannaan Lammilee Shoora Olaanaa Qaba!
@AminaAmina-zh8gv
@AminaAmina-zh8gv 4 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️✅✅🇪🇹❤️❤️❤️❤️✅
@mahiderbelay8940
@mahiderbelay8940 5 ай бұрын
Dr Abiy Ahimad yoo ollaan nagayaan bule, nagaan bulani mammaaksa jedhutti amana.
@user-Ethiopia_Hagerie
@user-Ethiopia_Hagerie 5 ай бұрын
Abbichuun mootii uummata isaa kabajuuf waliin dubbate waan hunda sirreessu dha.
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
Gadaan jaarsa biyyaa jalatti guddachuun faayidaan isaa kana. Waan hundaa mareefi marabbaan hiikuutti amana!
@FuaadZiyaad-su5ol
@FuaadZiyaad-su5ol 4 ай бұрын
🎉
@user-Tefera
@user-Tefera 5 ай бұрын
The conversations reflect the democratic ideals of inclusivity and representation.
@user-vg1mk1rg8b
@user-vg1mk1rg8b 5 ай бұрын
ከውይይትወጪሌላውየፀብአጀንዳለኦሮሚያአይመጥንም!
@user-yu6di1iu6o
@user-yu6di1iu6o 4 ай бұрын
Rakkoo sanyii fii xaahoo kantahe ministeera sanyii fi xaahootii !sababni isaas qonnaan bulaaf osoo hin gurguramin daldaltoota seeraan alaaf gurguranii
@nineeleven3866
@nineeleven3866 5 ай бұрын
አብቹ ሰላማዊ እና የበፀገች ኢትዮጵያን ለትውልድ ለማስተላለፍ የሚተጋ መሪ
@user-vz7ww8tf5f
@user-vz7ww8tf5f 4 ай бұрын
3:15 3:17
@user-ul7ym2jr2r
@user-ul7ym2jr2r 5 ай бұрын
ከውይይት ወጪ ሌላው የፀብ አጀንዳ ለኦሮሚያ አይመጥንም!
@mebratumekuria1990
@mebratumekuria1990 4 ай бұрын
Bedaa Hattu Meqatu of argee of laali askesatti iyyu
@AmanHebo-cy8gz
@AmanHebo-cy8gz 2 ай бұрын
.
What it feels like cleaning up after a toddler.
00:40
Daniel LaBelle
Рет қаралды 70 МЛН
DEFINITELY NOT HAPPENING ON MY WATCH! 😒
00:12
Laro Benz
Рет қаралды 57 МЛН
ዘመነ ካሴ በእስክንድር ነጋ ላይ ያወጣበት የጦርነት አዋጅ!
1:10:58
Addis Compass Media / ACM / አዲስ ኮምፓስ ሚዲያ
Рет қаралды 8 М.
Haasaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad
25:50
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 135 М.
Amerikaan keessaa Hin qabdu-Buzee fi Takkee new 2022
11:24
BUZEX BOHARSA
Рет қаралды 435 М.
Qophii Caayaa,  guyyaa abbaa dhimmaatti hojjettoota 27 keessaa 1 qofatu waajjira jira, Mi'eessoo
59:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 44 М.
Qophii Caayaa :  Manni jireenyaaf awwaalli namaa maaf wal keessa ta'e? M/Shaakkisootti
58:04
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 35 М.
Caayaa, Kantiibaa Magaalaa Shaashamannee waliin.
1:04:52
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 95 М.