Obboleessasaatu Dursee Durbummaakoo Fudhate

  Рет қаралды 14,319

Oromia 24

Oromia 24

Күн бұрын

Пікірлер: 52
@Oromia24
@Oromia24 9 ай бұрын
App Umurii Namatti Himu ✅ bit.ly/3mxKwHP ✅ bit.ly/3mxKwHP
@Halimaashaalo
@Halimaashaalo 8 ай бұрын
1:13 1:15
@obseobse563
@obseobse563 9 ай бұрын
Nagan waaqayyoo sif haa ta'uu Gammee❤❤ Obbooleettii koo jaarsaa keettii himii kun waan gaa'iilaa duraatii waan ta'eef yoo hin taaneef sii haa hiikuu of hin dhiphisiin dhagahamuun isaa hin ooluu oolee bula malee😢😢garuu afaan keerraa dhugaa jiruu dhagahuu isaa wayyaa osoo hin beekini waan ta'eef namaf jettee sammuu kee hin dhiphisiin yaaddoo guddoon boodaa dhukkubaa of dhabuu keerraa jaarsa kee dhabuu wayyaa waaqayyoo gooftaan furmaataa gaarii siif haa kennuu😢😢🙏🙏
@SabontuuShawaa-k2f
@SabontuuShawaa-k2f 9 ай бұрын
Uuuff hin Ulfaata garuu ofii dhiphisin sammuu kee egadhuu waan ta'ee rawatatii ofi jeqiin Ani akka yaada kotii yero hundaa ofi dhiphisuu iraa Abbaa mana keen Addaa banuu malee jedhiin sababin maalii yoo sin jedhee durayuu akka ati durbumaa qabnee bekaa waan ta'efii tatee kan itti himii yoo si dhisesii yaa dhisuu ykn moo hojiin rabii beekamuu nama sifi hubatuu ta'uu danda'aa hundaafuu sammuu kee egadhuu yoo fayyaa dhabdee namnii nama madii dhabatuu jiruu firrii ta'ii itti himii adaa Bana jedhiin akkasiti itti himtaa dogoraa umamee akka yaada kotii Waaqayyoo jireenya kee sif haa milkaa'eesuu❤😢
@Salma-kf3vb
@Salma-kf3vb 4 ай бұрын
Ammaa dhgaa jirruu ittii himmii yoo sii jalattesi yoo sii jibbeesii ittii himmii.😢😢😢😢
@HusenMuhamad-v9j
@HusenMuhamad-v9j 8 ай бұрын
Aan akka yaada kootti dursii itti himi siin jedha isa kana olboleessa isaati.uu hin beektu waan ta,eef kuni carraadha carraa dhumatu walitti isin fide waan ta,eef itti himi yoo sirraa fudhate waliin jiraattan yoo dide gargar baatan haga yoom. Cinqamtee jitaatta
@Jesusmyglory
@Jesusmyglory 9 ай бұрын
Itti himii abbaa manaa keeti otoo hin beekin tahe waan taheef😢😢😢😢
@toleshiseyoum7705
@toleshiseyoum7705 8 ай бұрын
obboletti koo anni akka yadda kotti itti himi irra gargar bahi osso sii faanan jiradhaa jedheyyu obbolessa isaa kana hin amanuu inni attis ofi amantuu jireenyaa koo jeeqaa lataa gafa mana koo dhufee jette of cinqitaa yeroo hundaa yoo irra adda bate jireenyaa free qabu jirata waqqayoo sii waalin haa ta.u
@LovelyBubbles-fb8gj
@LovelyBubbles-fb8gj 9 ай бұрын
Itti himii abbaa manaa keeti sammuu kee hin cinqni yoo nama birraa dhagaahe ni ulfaata😢😢😢
@almzaabtsubedada2978
@almzaabtsubedada2978 7 ай бұрын
😢😢😢❤❤❤
@wayintasfaye3975
@wayintasfaye3975 9 ай бұрын
Baayya'ee ulfata gaaruu hata'uu iitti hiimii
@boseapplicant9417
@boseapplicant9417 9 ай бұрын
itti himii dhugaan ilmoo Rabbiitti Galatomii Gamee Bayy,ee ulftaa.
@Salma-kf3vb
@Salma-kf3vb 4 ай бұрын
Obolleettii koo dursayyu osoo hin hubattii isaa duraa san enyaa akkaa taa'ee abbaa isaa enyuu akkaa.taa'ee bekkun sii barbachisa ture.
@siifan.diroo9515
@siifan.diroo9515 9 ай бұрын
Dursii demiit malif demtee yoo jedhan qas jedhii itiimii malee biraa tesee it inimin😢
@GghFhh-z4c
@GghFhh-z4c 9 ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftee
@masiitub
@masiitub 9 ай бұрын
Ittii himii malee dhoksitee sammuu kee hin cinqin,Dhugaan oltee bultee inumaa batii wan ta'eef😢
@Jkoolk
@Jkoolk 9 ай бұрын
Eyenii👍
@Jaab0915
@Jaab0915 8 ай бұрын
Ogeesaa xiin-samuu hasofsisii
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 8 ай бұрын
Ofii si dhisee wanii tahefi takkyuu itti hin gaddinii jirenya kee ofadhuu ofirra dhisii gurbaa durbbumaa kee fudhatee sanii gargaltee yuu hin lalini
@Salma-kf3vb
@Salma-kf3vb 4 ай бұрын
Isaa lamaffaa kunisaa abbaa isaa biyyaa isaa bekuni sii barbachisa ture.attii osoo hin gaffattii jalallaa kesaa galattee.
@GgTtt-u9q
@GgTtt-u9q 3 ай бұрын
Dafii amman ittim yoo sin hin barbaduu jedhee ikkii bishaan kef buddeke bakka bira jirachuu dada.a
@Hawii-g2b
@Hawii-g2b 9 ай бұрын
Hireen saree maratee jedhaan😢😢
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku 9 ай бұрын
Dursii itti nama bira irraa yoo dhagaahe ni ulfaata dhugaan immoo dhokaate hin hafuu😢
@sumunitube
@sumunitube 9 ай бұрын
❤❤❤❤
@zaraamanuel7847
@zaraamanuel7847 8 ай бұрын
Uuuff ni ulfataa itti himii carratuu walirraa fidee waan taheef yoo sii hikees sii haa hiikuu
@Asni-lx8kg
@Asni-lx8kg 5 ай бұрын
Ati ushuma jedhi Rabi kadhadu
@lovelysarah6929
@lovelysarah6929 9 ай бұрын
Anii akka yadaa kooti hiree achii sii gesee wan ta.ef of dhiphisun hin barbachisùu kun wan osoo isaa itti hin herumni gotedha namni hi n dogogoree jiruu yoo bodaa dhagahee maf naa oksite jedhee moo sii dhabuu naf hin wayuu jedhen sii oksee jedhii
@alanood8132
@alanood8132 9 ай бұрын
Anii akka yadaa kootii himiin jedha maaf yoo jettee hin turaa male inumaa dhagaa'amaa sun seenaa kee darbeedha isaa ammaa waliin Wal hin arguu jireenya sababa sanaf jequrraa ittii himiiti waan jedhee haa jedhutii innii waqaayyoo sii waajiin haa taa.uu haadho ko hin ulfaata 🙏🥺
@DuretiFuri
@DuretiFuri 8 ай бұрын
Likii 0:47
@GalaniEthiopia
@GalaniEthiopia 9 ай бұрын
Oboletii koo dhugaa hin turtii maalee hin dhokkatuu bodee miidhaatuu siirraa gahaa
@ajgjdfshgs778
@ajgjdfshgs778 9 ай бұрын
Iti himi yo ati dhugaa himte inituu nama dhugaa yo si jaalatu yo taahee inline sin dhisuu
@JemalAdem-eo6it
@JemalAdem-eo6it 9 ай бұрын
Gochii hin ulfataa Isaa gadii dhisii Nama biraa herumii Godina kee jertuu saan jijjiradhuu Oboletii
@ajgjdfshgs778
@ajgjdfshgs778 9 ай бұрын
Iti himi dhugaa jiru yo fedhe si waalin jirtaa afana kesaa baasi
@hireedha
@hireedha 9 ай бұрын
Gammee esan si argachu dandaha sena wahi sif ergu barbadañ
@ErmiyasHanchalu-yt5lf
@ErmiyasHanchalu-yt5lf 8 ай бұрын
Rakkoo hin qabu Hin dhiphatin
@iftuuoromoo5547
@iftuuoromoo5547 9 ай бұрын
@makiama9561
@makiama9561 9 ай бұрын
😢maal jechudha
@jamilaarubee
@jamilaarubee 9 ай бұрын
Anii akaa yadaa kotuu butii kee qabadhu jiradhuu obollosaa isaa butiin daraa wan.tahifii isaa.dagadhui
@YilmaWarquu
@YilmaWarquu 9 ай бұрын
Lamanu dhisi
@sifaanwallagga20
@sifaanwallagga20 9 ай бұрын
Itii himi dhuga ati itti himtuu wayyaa
@NewMh-i8c
@NewMh-i8c 8 ай бұрын
Dursi itimi
@TesfayeSeyoum-hc6zx
@TesfayeSeyoum-hc6zx 8 ай бұрын
Kkkkkkk yunivarsiitiin adaamaa seera ni barsiisa moo kkkkkkk
@MakiloveQuran
@MakiloveQuran 9 ай бұрын
Akka yadaa kotii itti himii siin jedha
@GadisaBokona-fy8rt
@GadisaBokona-fy8rt 8 ай бұрын
Www
@susiijimmaa
@susiijimmaa 8 ай бұрын
Itti himi yommuu tanani dhugani hin dhokatuu
@meribekele5062
@meribekele5062 9 ай бұрын
Ittii himi dursi
@user-qy9tl3ed3o
@user-qy9tl3ed3o 9 ай бұрын
sutta jedhi itti himu yallii
@makiama9561
@makiama9561 9 ай бұрын
Namoota 161 hangaa kantu ilaale maal yaada keessaan hin barreessine?😢
@hanatu
@hanatu 9 ай бұрын
❤❤❤
@tokumaadiriba5753
@tokumaadiriba5753 8 ай бұрын
@makiama9561
@makiama9561 9 ай бұрын
Namoota 161 hangaa kantu ilaale maal yaada keessaan hin barreessine?😢
@GadisaBokona-fy8rt
@GadisaBokona-fy8rt 8 ай бұрын
Www
Sangaa Gaanaaf Badu Malee Goromsa Baddu Hin Dhageenye
18:12
Oromia 24
Рет қаралды 19 М.
Tooftaa Ittiin Hojjettuun Jaarsa Kiyya Fudhattee
10:38
Oromia 24
Рет қаралды 13 М.
УНО Реверс в Амонг Ас : игра на выбывание
0:19
Фани Хани
Рет қаралды 1,3 МЛН
UFC 287 : Перейра VS Адесанья 2
6:02
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 486 М.
walisaa oromo artist mizaab sheeka albama tokkofasaa
40:10
Art foozii hassan
Рет қаралды 7 М.
''Osoo dhiifama na gaafattee Dhiifama Nan Godhaaf''-//Keessummaa Yeroo Jaalalaa//
24:08
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 76 М.
Saibol Post - Ground report - 2025 - Veuvin abep bep ahi na lai e
33:43
Nampi Media Jampilal
Рет қаралды 27 М.
RNH 907, December 16, 2024 Soora Qalbii
20:29
Nuuralhudaa
Рет қаралды 19 М.
ወንድማማቾችን ያጋደለችው የቤት ሰራተኛ  (ክፍል 27 )
27:30
Menta cinema /መንታ ሲኒማ
Рет қаралды 50 М.
Seenaa Gaddisiisaa Dhagahamu Qabu
11:20
Oromia 24
Рет қаралды 10 М.
የ ምሽት የአማርኛ ዜና ታህሳስ  23- 2017 ዓም - Abbay News - Ethiopia
24:51
Gubaa Jaalala Ishiin Dadhabe
14:17
Oromia 24
Рет қаралды 18 М.